🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΉπŸ’’ kuta-29ffΒͺΒͺπŸ’’πŸŒΉ
➧Gaafi fi Deebi
πŸ“Muslimoota πŸ“
------------------------------
✍Yohaannis 8:48
Yihudoonnis deebisanii, β€œβ€˜Ati
#nama_Samaariyaa ti, jinniin si keessa jira’ jechuun keenya sirrii
mitii❓” jedhaniin.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
1=gaaffii isaanii
Kiristoos nama
jedhuu.❓
-------------------
➧Deebii keenya
Kiristoos foonii nama
wanii uffatee gara namoota dhufee jira

πŸ“Kiristoos foonii uffachuun isaa nama fakkatee mulachufi.
kayyoo foonii nama uffatee inni guddaan hojii Seexanaa balleessuufi

RAGAA KITAABAπŸ‘‡

1=✍Ibroota 2:14-16
#ijoolleen” sun foonii
fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae,
#dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi
Akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu
#garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi
Sababiin isaas inni
#sanyii
#Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota(Ergamoota)
gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

2=✍1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee #cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi.
#Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos
#diiguudhaaf
dhufee.

3=✍Filiphisiiyus 2:6-8
inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus,
#Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne Kanaa mannaa
#duwwaa ofii godhe; #bifa_garbummaa fudhatees #nama tae
kana malees yeroo
#nama taee dhufe, #gadi of qabuudhaan hamma #duaatti, jechuunis hamma
fannoo irratti
#fannifamee #du'uutti ajajamaa tae.
===================
➜Kiristoos foonii nama
uffatee jechuun Waaqummaa isaa irraa hoomtuu hin hirattu.

🌹Fakkeenyaaf
#Ergamoonni yeroo
➧looxii.
➧Danel,
mulataan sana namaa
fakkaatan itti mulatani
garuu ergamoonni ijaan
hin mul'ataani turanii
➧kanafuu sababa ergamoonni nama fakkatanii looxii mulatanif
wanti isaan irraa hiratu
gonkumaa hin jiruu.
➧(ser.Uum 19:1-2)πŸ‘‡
#Ergamoonni Waaqayyoo lamaan galgala gara Sodoomi ni dhufan; #Looxis karra Sodoomi dura in taa'a ture; Loox yeroo isaan arge, simachuudhaaf ka'ee itti adeemee, hamma mataan isaa lafa ga'utti sagadeeffi
==========
🌹akkuma ergamoonni ija namatti mulachu hin dandeenye, nama fakkatani mulatani,akkasumas osoo Aangoo isaani hin hirisne
mulatani

✍haaluma wali fakkatu kiristoos ijan hin mulane garuu fooni nama uffate wani dhufe, nama ta’e,nama yaa, ta'u malee
garuu Aangoo isaa irraa
gonkumaa hirachu hin danda'u

4=✍1ximotewos 6:14-16
hanga
#Gooftaan keenya
Iyyaasus Kiristoos mulatutti, mudaa fi
himata tokko malee ajaja sana eegi;

inni gammadaanii fi
#kophaa isaa
Bulchaa tae sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. Inni
#Mootii
moototaa fi Gooftaa gooftotaa ti;

kan
#hin_duune isa qofa dha; #ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; #namni_tokko illee
isa argee
#hin_beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.

πŸŒΉπŸ“Haata’u malee
#yihudoonni iddoo kana
irratti dogoggora dubbatanii Kiristoos
namaa
#samariyaa mitii
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹link kan xuqaaπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
**///**
β€΄οΈπŸ“kutaa -67-ffΒͺΒͺ β€΅οΈπŸ“
  πŸ‘‰gaaffii fi deebi
  πŸ‘‰Muslimoota
➑️ Yohaannis 14:28
Ani nan
#deema, deebiees
gara keessan nan dhufa’ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taee,
#Abbaan ana irra waan #caaluuf gara Abbaa dhaquu #kootti ni #gammaddu turtan
=========//======
πŸ…° gaaffii isaanii
1=Abbaan Kiristoos ni caala ❓
     Kanaaf Kiristoos waqaa miti jedhuu.❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…±βž© deebii keenyaπŸ‘‡
sababa Abbaan Kiristoos caaluuf Kiristoos gara lafa kana dhufee foonii nama uffate,nama ta’e Abbaan immoo gonkumaa foonii nama hin uffaanne.kani jedhuu ta'a.
πŸ…Ύ
#gaaffii tokko Muslimoota gaafachuu qabna wangeela Yohaannis 14:28 irratti abbaa fi Kiristoos Waaqummaan wali caalani jedhee ❓moo, bara baran jirachuun wali caalanii jedhee ❓
πŸ†” iddoo kana irratti sababa inni caaluuf gonkumaa hooma fiduu hin dandani ❌.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➑️ akka dubbisa kanati(Yoh 14:28) irraati Abbaan naa, caalaa kani jedhee Kiristoos
#jecha ani nani #deema jedhuu .#Ani gara Abbaa jedha , kuni immoo kani ibsu yeroo kanatti Kiristoos iddoo jalqabaa ture gara abbaa nan deema jechuu isaatti.* kunis gargaruuma Kiristoos fi Abbaa ibsuuf turee, Abbaan saami irraa Kiristoos immoo lafa irraa jira, ,Kiristoos immoo yeroo gara lafa dhufu foonii nama uffateti ,kanuma qofa gargarummaa isa
β“΅πŸ‘‰Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu olii bauu yoo argitan maal jettu ree?
β“ΆπŸ‘‰Maarqoos 10:45
#Ilmi_namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.” (Luq 15:4-5*(Yoh 10:1-6))
‴️ kiristoosi akkamiti dhufe ree? foonii nama uffatee.
β“·πŸ‘‰Roome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa
#karaa_foonii_sanyii Daawit #irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.
β“ΈπŸ‘‰Ibroota 2:14
#ijoolleen” sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif,
#innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ₯Kiristoos foonii nama uffatee lafa irraa dhufee ,Abbaan immoo foonii namaa hin uffanne, sababa kanafuu caala.
malee Aangoo Waaqummaan hin jedhuu Kitaabni Qulqulluun
β“ΉπŸ‘‰Filiphisiiyus 2:5-8
Isinis ilaalcha Kiristoos iyyaasuus qabu sana qabaadhaa; 
#inni_bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin #qixxee_tauuf hin yaadne. Kanaa #mannaa_duwwaa
of godhe;
#bifa garbummaa #fudhatees_nama tae.  Kana malees, yeroo #nama taee dhufe, #gad of qabuudhaan hamma duaatti, jechuunis hamma Fannoo irratti fannifamee duuutti ajajamaa tae.
🌹Kiristoos Abbaa wajjin qixxee ta'u hin barbannee gadi ofi qabe foonii nama uffatee erga jedhee.
🌹
#jechi_qixxee ta'u hin barbanne jedhu maali ibsa ree, erga wali qixa hin tanee Abbaan ni caala jechudha bari.
πŸƒerga qixxee hin tanee sababa kanafi tokko ni caala jechudha.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✝ Abbaa fi Kiristoos akka waliqixxee tani ilaala.
πŸ…°(1)πŸ‘‰Alfaa fi omega kani tani abba fi Kiristoos qofaa
πŸ₯Mul’ata 1:8
Ani
#Alfaa fi #Omeegaa dha” jedha Waaqayyon inni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.”
πŸ₯Mul’ata 22:13
Ani
#Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.(Mul’ata 22:20),isayaas 44:6*48:12)
πŸ…±(2)πŸ‘‰bara baran jiraachuudhaan
πŸ₯Farfannaa 102:27
Ati garuu
#isuma sana, #waggoonni kees dhuma hin qaban
πŸ₯Ibroota 13:8
Iyyasus
#Kiristoos kaleessa,
hara, bara baraanis
#isuma sana.
πŸ†Ž(3)πŸ‘‰Abbaa fi Kiristoos tokko
πŸ₯Yohaannis 10:30
Abbaanii fi ani tokko” isaaniin jedhe
πŸ†‘(4)πŸ‘‰Addunyaa duraa jirachuun.waliqixa isaanii.
πŸ₯Yohaannis 17:5
yaa
#Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
πŸ‘‰Kiristoos fi Abba qofaati addunyaa duraa jirachu ibsaa.
πŸ”³ link waldaa keenya hordofuu yoo, barbadani kan xuqaπŸ‘‡
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹πŸŽ‹
Audio
βš› ortodoksi fi pheenxee
➩ pheenxee gonkumaa Kiristoos hin beektuu.
Kiristoos iddoo #lamatti Addan qooduu.
βž›gara tokko Waaqa
βž›gara tokko nama
✍✍ nutti orthodoksi biratti
πŸ…°Gara tokko waaqa ❌
πŸ…±Gara tokko nama❌
=Kiristoos gargari qooduu hin dandeenyu.
Sababiin isaa Kiristoos amala lamaa irraa amala tokko jenne amana.
πŸ…Ύ Ibrootaa 13:8
Iyyaasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
==================
1️⃣ pheenxee Kiristoos du'a jalqabaa ka'e jira maalif jenne yoo, gaafane ragaa hin qabduu 😜

πŸ…° nutti orthodoksin sababa Kiristoos angafa du'a taee ni ibsina.
1Qorontos 15:20-21
Amma garuu #Kiristoos warra duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'e Sababiin isaas akkuma duuti karaa nama
tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama_tokkoo
dhufa

1Qorontos 15:55
Yaa #dua_nana injifannoon kee meerre ree? Yaa dua nana #ilkeen kee meerre ree?”
🌺Raji_hose 13:14
#Du'a jalaas isaan furuu ree? Yaa du'aa, dha'ichi kee #meerre ree?
#Orthodoksi (Gutema)
#pheenxee (Samuel)