πΉπ kuta-29ffΒͺΒͺππΉ
β§Gaafi fi Deebi
πMuslimoota π
------------------------------
βYohaannis 8:48
Yihudoonnis deebisanii, ββAti #nama_Samaariyaa ti, jinniin si keessa jiraβ jechuun keenya sirrii
mitiiββ jedhaniin.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
1=gaaffii isaanii
Kiristoos nama
jedhuu.β
-------------------
β§Deebii keenya
Kiristoos foonii nama
wanii uffatee gara namoota dhufee jira
πKiristoos foonii uffachuun isaa nama fakkatee mulachufi.
kayyoo foonii nama uffatee inni guddaan hojii Seexanaa balleessuufi
RAGAA KITAABAπ
1=βIbroota 2:14-16
#ijoolleenβ sun foonii
fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi
Akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu #garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi
Sababiin isaas inni #sanyii
#Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota(Ergamoota)
gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.
2=β1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee #cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi.
#Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos #diiguudhaaf
dhufee.
3=βFiliphisiiyus 2:6-8
inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne Kanaa mannaa #duwwaa ofii godhe; #bifa_garbummaa fudhatees #nama tae
kana malees yeroo
#nama taee dhufe, #gadi of qabuudhaan hamma #duaatti, jechuunis hamma
fannoo irratti #fannifamee #du'uutti ajajamaa tae.
===================
βKiristoos foonii nama
uffatee jechuun Waaqummaa isaa irraa hoomtuu hin hirattu.
πΉFakkeenyaaf #Ergamoonni yeroo
β§looxii.
β§Danel,
mulataan sana namaa
fakkaatan itti mulatani
garuu ergamoonni ijaan
hin mul'ataani turanii
β§kanafuu sababa ergamoonni nama fakkatanii looxii mulatanif
wanti isaan irraa hiratu
gonkumaa hin jiruu.
β§(ser.Uum 19:1-2)π
#Ergamoonni Waaqayyoo lamaan galgala gara Sodoomi ni dhufan; #Looxis karra Sodoomi dura in taa'a ture; Loox yeroo isaan arge, simachuudhaaf ka'ee itti adeemee, hamma mataan isaa lafa ga'utti sagadeeffi
==========
πΉakkuma ergamoonni ija namatti mulachu hin dandeenye, nama fakkatani mulatani,akkasumas osoo Aangoo isaani hin hirisne
mulatani
βhaaluma wali fakkatu kiristoos ijan hin mulane garuu fooni nama uffate wani dhufe, nama taβe,nama yaa, ta'u malee
garuu Aangoo isaa irraa
gonkumaa hirachu hin danda'u
4=β1ximotewos 6:14-16
hanga #Gooftaan keenya
Iyyaasus Kiristoos mulatutti, mudaa fi
himata tokko malee ajaja sana eegi;
inni gammadaanii fi #kophaa isaa
Bulchaa tae sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. Inni #Mootii
moototaa fi Gooftaa gooftotaa ti;
kan #hin_duune isa qofa dha; #ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; #namni_tokko illee
isa argee #hin_beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.
πΉπHaataβu malee #yihudoonni iddoo kana
irratti dogoggora dubbatanii Kiristoos
namaa #samariyaa mitii
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉlink kan xuqaaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
**///**

β‘οΈπΉkutaa _ 51 ffΒͺΒͺ πΈ
------------------------------------
πΎ Gaaffii fi Deebi
πmusiliimota.π
βYohaannis 12:45
namni na argu hundi, isa na #erge Sanas ni arga
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π³ Gaaffii isaanii
1βKiristoos Ergama jedhuβ
========:============
πΊ Deebii keenya.
Jechii #erge yookiin ergamee yookiin ergama jedhu Abbaa biraa dhufu qofa ibsaa.kanafuu Qaamni Abbaa biraa dhufee yookiin argame kuni Eenyuu.β
A.))πjalqabaa dura Kiristoos #addunyaa kan dura jirachuu isaa qabxiiwwan ibsuu
β΅πMulβata Yohaannis 22:13
Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
βΆπYohaannis 17:5
yaa Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
β·πYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka
dura turetti utuu ol bauu yoo argitan maal jettu ree?
B.))πKiristoos abbaa biraa dhufu isaa kunis samii irraa dhufu kan i ibsudha
β΅βYohaannis 8:42
Iyyaasuus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: βAni #bakka kana kanan dhufe #isa_biraa waan taeef, Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan. Isatu na erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
βΆβYohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa #koo_wajjin_turetti argen dubbadha;isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu .
β·βYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin
jiru; #ilma_tokkicha isa taee fi #Abbaa_bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
βΈβYohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli bae tokko illee hin jiru.
βΉβ1qorontos 15:47
Namni inni jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas biyyoo irraa hojjetame; namni inni lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
C.))π gara biyya lafaa kani ergamee kuni eenyu.
Iyyaasuus Kiristoos βKiristoos immoo ilma Waaqayyo.
β΅πYohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaaniif,
si isa #Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasus_Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu
βΆπYohaannis 11:27
Ishiinis, βEeyyee, yaa Gooftaa, ati #Kiristoos_Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu
sana akka taate nan amanaβ jetteen
β·πYohaannis 6:69
Nuti ati #Ilma_Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.β
D.))πIlmi Waaqayyo kuni dubbii(logos) Waaqayyo turee
Ilmi Waaqayyo immoo Waaqayyo turee.
β΅βYohaannis 1:1
Jalqaba Dubbichatu (logosi) ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
βΆβYohaannis 5:18
Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin tain, sababii
inni Waaqayyo Abbaa isaa akka tae dubbatee, #Waaqayyoo_wajjin_of_qixxeesseef Yihudoonni ittuma caalchisanii isa ajjeesuu barbaadu turan.
β·βQolosaayis 1:17
Akkasumas inni wantoota hundumaa #dura dha; wantoonni kaan hundi karaa isaa #uumaman;
βΈβFiliphisiiyus 2:5-6
Isinis ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa inni #bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin yaadne.
βΉβIbroota 1:3
Inni #ulfina_Waaqayyoo_ni_calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli Aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.
E.))πKiristoos yookiin Ilmi Waaqayyo kuni,yookiin Waaqayyo kuni booda foonii nama uffaate.hojii Seexanaa balleessee.
β΅πIbroota 2:14-16
ijoolleenβ sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu #garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.
Sababiin isaas inni sanyii
Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.
βΆπ1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee
cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi. #Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos diiguudhaaf akka mulifamu godhame
β¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈ
πΊlink kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
======⨳===========