🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.35K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
✍Luqaas 7:36-50πŸ‘‡

β—ˆGuyyaa tokko
waaqni keenya
#Kiristoos biyya
#Qifirnaahom,osoo jiru
Fariisichi tokko gara isa
Dhufe Kiristoos kadhachuu
Jalqabe
=Sababiin Fariisichi
kadhatuu
Immoo akka isa wajjin
#nyaatuuf turee

✍Kanaaf inni gara
#mana Fariisichaa
seenee maaddiitti
dhihaate Yeroo kanatti
#dubartiin_magaalicha
keessatti
#cubbamtuu tauudhaan beekamtu
tokko Kiristoos mana Fariisichaa keessatti
nyaachaa akka jiru
dhageessee

✍
#zayitii urgaau #qaruuraa #albaasxiroositti fiddee
dhufte

✍Achiis
#duuba isaatiin #jilbeenfattee booaa
#imimmaan ishiitiin
#miilla isaa jiisuu
jalqabde
#rifeensa
mataa ishiitiinis imimmaan sana
#haxoofti turte

✍Kana malees miilla
isaa
#dhungachaa zayitii urgaau sana dibdi turte

✍Fariisichi isa
#afeere
sun yommuu kana argu
#garaa isaatti
#Namni kun dhuguma
utuu raajii taee, silaa
#dubartiin isa #tuqaa
jirtu kun eenyuu fi nama akkamii akka taate
jechuunis cubbamtuu
tauu ishii ni beeka
turejedhee yaade

✍ Kiristoos garuu deebisee
#Simoon, ani wantan sitti
himu tokkon qaba” jedheen
=(Simi'oon,maqaa
Pheexiroos)

Innis,
#Barsiisaa,
natti himi!” jedhe

✍ Namoonni
#lama
nama liqii kennu tokko
irraa liqeeffatan
β—ˆinni tokko dinaaree
#500 liqeeffate
β—ˆ inni tokko immoo dinaaree #50 liqeeffate

✍ Haatau malee
#lamaan isaanii iyyuu wanta ittiin liqii isaanii #kaffalan yommuu dhaban

namichi akkasumaan
isaaniif
#dhiise Kanaaf,
isaan keessaa isa kamtu caalaatti namicha
sana jaallata❓

✍Simoonis deebisee
Isa namichi
#baayee
dhiiseef sana natti
fakkaata” jedhe.
#Kiristoos #Murtii sirrii
kennite jedheen

✍Achiis gara
#dubartii
sanaatti garagalee
#Simooniin akkana jedhe Dubartii kana #argitaa❓
#Ani #mana kee seeneera
ati garuu
#bishaan miillaa anaaf hin kennine
Dubartiin kun garuu
imimmaan ishiitiin miilla
koo jiistee
#rifeensa
ishiitiin haxoofte

✍Ati ana hin
#dhunganne dubartiin kun garuu
sa'aatii ani itti olii
seenee jalqabdee
miilla koo dhungachuu
hin dhiisne.

✍Ati
#mataa koo
zayitii hin dibne
dubartiin kun garuu
miilla koo zayitii urgaau dibdeetti

✍Kanaan kan kaes
ani siin nan jedha
#dubartiin kun #jaalala
#guddaa waan argisiisteef #cubbuun ishii #hedduu
taus
#ishiidhaaf dhiifameera

🌹
#Namni dhiifamni #xinnoon godhamuuf garuu,
#jaalalli inni argisiisu
xinnoo dha.

✍Achiis dubartii sanaan Cubbuun kee siif
#dhiifameera” jedheen

✍Yeroo kanatti warri
isaa wajjin maaddiitti
dhihaatan garaa
isaaniitti

#Namni cubbuudhaaf
dhiifama godhu
kun eenyu❓ jedhanii
yaaduu jalqaban

✍inni garuu
#dubartii
sanaan
#Amantiin kee
si fayyiseera
nagaadhaan deemi
jedheen
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β—ˆ seenaa dubartii
Kana waggoota isheen
Dhaloota ishee irraa
Eeggalte hundi isaanii
Moofa ta’e, Waaggaa
Haara garuu sababa
Cubbuu ishee dhiisteen
Bara haaraa, jireenya
Haaraa,bara gammachuu
Jirachu ishee ifaa
Godhate

⛳️Namni kamiyyuu
Yoo,cubbuu isaa irraa
Bilisa hin bahin, bara
Kabajuun bu'aa maali
Qaba‼️
β—ˆYoh 3:19-21
#Wanti murtiidhaaf
buuura tau kana dha
#Ifni gara addunyaa dhufeera #namoonni garuu hojiin
isaanii
#hamaa waan
taeef ifa mannaa
dukkana
#jaallatan

#Wanta hamaa
#hojjechuu kan
#amaleeffate hundi
ifa ni
#jibba
#hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu

✍
#Wanta_dhugaa
kan hojjetu hundi
hojiin isaa
#fedhii
#Waaqayyoo wajjin
kan wal simu
tauun isaa akka
mulatuuf gara
ifaatti
#dhufa
β—ˆwanta dabalataa
Dubbisuf fedha
Yoo,qabatanii
✍rajii isay 51:6
✍Mul’ata 6:14
✍far,Daawit 90:2
✍rome 12:10
✍2 Qor 9:10
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Waaqayyo bara
Dhufun nuu
Haa,gahuu.
β—ˆAyyaana
Gaarii isiniif
Haata’u. Ameen.
πŸƒπŸŒΈπŸŒΈπŸŒΈπŸŒΈπŸŒΌπŸŒΌπŸ‚
Wanti murtiidhaaf
bu'uura tau kana dha:
#Ifni gara addunyaa dhufeera; namoonni garuu #hojiin isaanii #hamaa waan taeef ifa mannaa dukkana jaallatan.

Wanta hamaa hojjechuu kan
#amaleeffate hundi ifa #ni_jibba; hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu.

Wanta
#dhugaa kan hojjetu hundi hojiin isaa fedhii Waaqayyoo wajjin kan wal simu tauun isaa akka mulatuuf gara ifaatti dhufa.”

β“Ό=Luqaas 17:20-21
#Fariisonni_Mootummaan Waaqayyoo yoomi akka dhufu yommuu
isa gaafatan,
Kiristoos akkana jedhee
isaaniif deebise: β€œMootummaanWaaqayyoo
#karaa nama hundumaatti
mulatuun hin dhufu; namoonnis, β€˜Kunoo as jira!’ yookiin β€˜Achi jira!’ hin jedhan.

#Kunoo, Mootummaan Waaqayyoo #isin_gidduu jira.”

β“½=matewoos 1:21
Ishiin ilma ni deessi;
atis maqaa isaa
#Iyyaasus jettee moggaasta; #inni namoota #cubbuu isaanii irraa ni fayyisa.”
--------------------------------
πŸ“walii galatti namni
Kiristoositti hin amanee
Akka cubbuu isatti duue
Hubbachu qaba
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”‰ link kan xuqaaπŸ‘‡
πŸ’’
@haadha_Waaqa_naJaladha
πŸ‘Œ
@haadha_Waaqa_naJaladha
======///======