🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸƒπŸŒΈπŸŒΈπŸŒΈπŸŒΈπŸŒΌπŸŒΌπŸ‚
Wanti murtiidhaaf
bu'uura tau kana dha:
#Ifni gara addunyaa dhufeera; namoonni garuu #hojiin isaanii #hamaa waan taeef ifa mannaa dukkana jaallatan.

Wanta hamaa hojjechuu kan
#amaleeffate hundi ifa #ni_jibba; hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu.

Wanta
#dhugaa kan hojjetu hundi hojiin isaa fedhii Waaqayyoo wajjin kan wal simu tauun isaa akka mulatuuf gara ifaatti dhufa.”

β“Ό=Luqaas 17:20-21
#Fariisonni_Mootummaan Waaqayyoo yoomi akka dhufu yommuu
isa gaafatan,
Kiristoos akkana jedhee
isaaniif deebise: β€œMootummaanWaaqayyoo
#karaa nama hundumaatti
mulatuun hin dhufu; namoonnis, β€˜Kunoo as jira!’ yookiin β€˜Achi jira!’ hin jedhan.

#Kunoo, Mootummaan Waaqayyoo #isin_gidduu jira.”

β“½=matewoos 1:21
Ishiin ilma
ni deessi;
atis maqaa isaa
#Iyyaasus jettee moggaasta; #inni namoota #cubbuu isaanii irraa ni fayyisa.”
--------------------------------
πŸ“walii galatti namni
Kiristoositti hin amanee
Akka cubbuu isatti duue
Hubbachu qaba
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”‰ link kan xuqaaπŸ‘‡
πŸ’’
@haadha_Waaqa_naJaladha
πŸ‘Œ
@haadha_Waaqa_naJaladha
======///======