๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœLuqaas 7:36-50๐Ÿ‘‡

โ—ˆGuyyaa tokko
waaqni keenya
#Kiristoos biyya
#Qifirnaahom,osoo jiru
Fariisichi tokko gara isa
Dhufe Kiristoos kadhachuu
Jalqabe
=Sababiin Fariisichi
kadhatuu
Immoo akka isa wajjin
#nyaatuuf turee

โœKanaaf inni gara
#mana Fariisichaa
seenee maaddiitti
dhihaate Yeroo kanatti
#dubartiin_magaalicha
keessatti
#cubbamtuu tauudhaan beekamtu
tokko Kiristoos mana Fariisichaa keessatti
nyaachaa akka jiru
dhageessee

โœ
#zayitii urgaau #qaruuraa #albaasxiroositti fiddee
dhufte

โœAchiis
#duuba isaatiin #jilbeenfattee booaa
#imimmaan ishiitiin
#miilla isaa jiisuu
jalqabde
#rifeensa
mataa ishiitiinis imimmaan sana
#haxoofti turte

โœKana malees miilla
isaa
#dhungachaa zayitii urgaau sana dibdi turte

โœFariisichi isa
#afeere
sun yommuu kana argu
#garaa isaatti
#Namni kun dhuguma
utuu raajii taee, silaa
#dubartiin isa #tuqaa
jirtu kun eenyuu fi nama akkamii akka taate
jechuunis cubbamtuu
tauu ishii ni beeka
turejedhee yaade

โœ Kiristoos garuu deebisee
#Simoon, ani wantan sitti
himu tokkon qabaโ€ jedheen
=(Simi'oon,maqaa
Pheexiroos)

Innis,
#Barsiisaa,
natti himi!โ€ jedhe

โœ Namoonni
#lama
nama liqii kennu tokko
irraa liqeeffatan
โ—ˆinni tokko dinaaree
#500 liqeeffate
โ—ˆ inni tokko immoo dinaaree #50 liqeeffate

โœ Haatau malee
#lamaan isaanii iyyuu wanta ittiin liqii isaanii #kaffalan yommuu dhaban

namichi akkasumaan
isaaniif
#dhiise Kanaaf,
isaan keessaa isa kamtu caalaatti namicha
sana jaallataโ“

โœSimoonis deebisee
Isa namichi
#baayee
dhiiseef sana natti
fakkaataโ€ jedhe.
#Kiristoos #Murtii sirrii
kennite jedheen

โœAchiis gara
#dubartii
sanaatti garagalee
#Simooniin akkana jedhe Dubartii kana #argitaaโ“
#Ani #mana kee seeneera
ati garuu
#bishaan miillaa anaaf hin kennine
Dubartiin kun garuu
imimmaan ishiitiin miilla
koo jiistee
#rifeensa
ishiitiin haxoofte

โœAti ana hin
#dhunganne dubartiin kun garuu
sa'aatii ani itti olii
seenee jalqabdee
miilla koo dhungachuu
hin dhiisne.

โœAti
#mataa koo
zayitii hin dibne
dubartiin kun garuu
miilla koo zayitii urgaau dibdeetti

โœKanaan kan kaes
ani siin nan jedha
#dubartiin kun #jaalala
#guddaa waan argisiisteef #cubbuun ishii #hedduu
taus
#ishiidhaaf dhiifameera

๐ŸŒน
#Namni dhiifamni #xinnoon godhamuuf garuu,
#jaalalli inni argisiisu
xinnoo dha.

โœAchiis dubartii sanaan
Cubbuun kee siif
#dhiifameeraโ€ jedheen

โœYeroo kanatti warri
isaa wajjin maaddiitti
dhihaatan garaa
isaaniitti

#Namni cubbuudhaaf
dhiifama godhu
kun eenyuโ“ jedhanii
yaaduu jalqaban

โœinni garuu
#dubartii
sanaan
#Amantiin kee
si fayyiseera
nagaadhaan deemi
jedheen
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆ seenaa dubartii
Kana waggoota isheen
Dhaloota ishee irraa
Eeggalte hundi isaanii
Moofa taโ€™e, Waaggaa
Haara garuu sababa
Cubbuu ishee dhiisteen
Bara haaraa, jireenya
Haaraa,bara gammachuu
Jirachu ishee ifaa
Godhate

โ›ณ๏ธNamni kamiyyuu
Yoo,cubbuu isaa irraa
Bilisa hin bahin, bara
Kabajuun bu'aa maali
Qabaโ€ผ๏ธ
โ—ˆYoh 3:19-21
#Wanti murtiidhaaf
buuura tau kana dha
#Ifni gara addunyaa dhufeera #namoonni garuu hojiin
isaanii
#hamaa waan
taeef ifa mannaa
dukkana
#jaallatan

#Wanta hamaa
#hojjechuu kan
#amaleeffate hundi
ifa ni
#jibba
#hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu

โœ
#Wanta_dhugaa
kan hojjetu hundi
hojiin isaa
#fedhii
#Waaqayyoo wajjin
kan wal simu
tauun isaa akka
mulatuuf gara
ifaatti
#dhufa
โ—ˆwanta dabalataa
Dubbisuf fedha
Yoo,qabatanii
โœrajii isay 51:6
โœMulโ€™ata 6:14
โœfar,Daawit 90:2
โœrome 12:10
โœ2 Qor 9:10
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Waaqayyo bara
Dhufun nuu
Haa,gahuu.
โ—ˆAyyaana
Gaarii isiniif
Haataโ€™u. Ameen.
๐ŸŒน โ€œYaa,Du'a Nana injifannoon kee meerre reeโ“ Yaa, du'a nana ilkeen kee meerre reeโ“
แˆžแ‰ต แˆ†แ‹ญแฅ แˆ˜แ‹แŒŠแ‹ซแˆ… แ‹จแ‰ต แŠ แˆˆโ“
แˆฒแŠฆแˆ แˆ†แ‹ญแฅ แ‹ตแˆ แˆ˜แŠ•แˆฃแ‰ตแˆ… แ‹จแ‰ต แŠ แˆˆโ“
1Qorontoos 15:55
1 แ‰†แˆฎแŠ•แ‰ถแˆต 15 :55
๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ
=Baga_Geessaan
โบ Ayyaanna Du'a ka'umsa
Gooftaa keenya Kiristoosiin.
=======//=======

๐Ÿ…พ
#Yeroo hunda #Gooftaatti gammadaa. Ammas irra deebieen dubbadha
Gammadaaโ—๏ธ
แˆแˆแŒŠแ‹œ แ‰ แŒŒแ‰ณ แ‹ฐแˆต แ‹ญแ‰ แˆ‹แ‰ฝแˆ
แ‹ฐแŒแˆœ แŠฅแˆ‹แˆˆแˆ แ‹ฐแˆต แ‹ญแ‰ แˆ‹แ‰ฝแˆ
โœFiliphisiiyus 4:4
โœแŠแˆแŒตแˆตแ‹ฉแˆต 4:4
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

โ–ถ๏ธ Roome 5:12-16
#cubbuun karaa nama
tokkoo
#addunyaatti gale;
du'utis karaa cubbuu dhufe kanaaf,
#namoonni hundi cubbuu waan hojjetaniif
du'uti namoota hundumaa waliin ga'e.

Seerichi utuu hin kennamin
cubbuun addunyaa keessa
ture; ta'us yeroo seerri
hin jirretti namni tokko
illee cubbuu hojjetteetta jedhamee hin himatamu ture.

Haatau malee, namoota cubbuu
#Addaam ajajamuu diduudhaan hojjetee wajjin
wal fakkaatu hin hojjenne
irratti illee, du'uti
#Addaamii kaasee hanga #Museetti
akka
#mootiitti mo'eera #Addaam isa isa booda
dhufu sanaaf fakkeenya ture.

Ta'us wanti kennaan
sun fide, wanta
#cubbuun
sun fidee wajjin tokko miti
Sababiin isaas cubbuu
nama tokkootiin namoonni hedduun
#du'aniiru; ta'us, gaarummaan Waaqayyoo
inni guddaan kennaa tolaa karaa nama tokkoo,
jechuunis karaa
Iyyaasus Kiristoos argame, namoota hedduudhaaf
#faayidaa guddaa argamsiiseera.
------------------------
๐Ÿ…พ แˆฎแˆœ 5:12-16๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต
#แŠƒแŒขแŠ แ‰ต
แ‰ แŠ แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹ แ‹ˆแ‹ฐ
#แ‹“แˆˆแˆ แŒˆแ‰ฃ แ‰ แŠƒแŒขแŠ แ‰ตแˆ แˆžแ‰ต
แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‹šแˆแˆ
#แˆแˆ‰ แŠƒแŒขแŠ แ‰ตแŠ•
แˆตแˆ‹แ‹ฐแˆจแŒ‰ แˆžแ‰ต แˆˆแˆฐแ‹ แˆแˆ‰ แ‹ฐแˆจแˆฐแค

#แˆ•แŒ แŠฅแˆตแŠจ แˆ˜แŒฃ แ‹ตแˆจแˆต แŠƒแŒขแŠ แ‰ต แ‰ แ‹“แˆˆแˆ แŠแ‰ แˆจแŠ“ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แˆ•แŒ แ‰ แˆŒแˆˆแ‰ แ‰ต แŒŠแ‹œ แŠƒแŒขแŠ แ‰ต แŠ แ‹ญแ‰ˆแŒ แˆญแˆแค

แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ•
#แ‰ แŠ แ‹ณแˆ แˆ˜แ‰ฐแˆ‹แˆˆแ แˆแˆณแˆŒ แŠƒแŒขแŠ แ‰ตแŠ• แ‰ฃแˆแˆ แˆฉแ‰ต แˆ‹แ‹ญ แŠฅแŠ•แŠณ
#แŠจแŠ แ‹ณแˆ แŒ€แˆแˆฎ แŠฅแˆตแŠจ #แˆ™แˆด
แ‹ตแˆจแˆต
#แˆžแ‰ต_แŠแŒˆแˆ แค แŠ แ‹ณแˆ แ‹ญแˆ˜แŒฃ
แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆ‹แˆˆแ‹ แˆˆแŠฅแˆญแˆฑ แŠ แˆแˆณแˆ‰ แŠแ‹แŠ“

แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แˆตแŒฆแ‰ณแ‹ แŠฅแŠ•แ‹ฐ
แ‰ แ‹ฐแˆ‰ แˆ˜แŒ แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‹šแ‹ซแ‹ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแค แ‰ แŠ แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹ แ‰ แ‹ฐแˆ แ‰ฅแ‹™แ‹Žแ‰น แˆžแ‰ฐแ‹‹แˆแŠ“แฅ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ
#แŒธแŒ‹แŠ“
แ‰ แŠ แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹
#แ‰ แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต
แŒธแŒ‹ แ‹จแˆ†แŠแ‹ แˆตแŒฆแ‰ณ แŠจแ‹šแ‹ซ แ‹ญแˆแ‰…
#แˆˆแ‰ฅแ‹™แ‹Žแ‰ฝ แ‰ แ‹›แข

#แŠ แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹แˆ แŠƒแŒขแŠ แ‰ตแŠ•
แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ‰ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆ†แŠแ‹ แˆ˜แŒ แŠ•
แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‹šแ‹ซแ‹ แˆตแŒฆแ‰ณแ‹ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆ
#แแˆญแ‹ต แŠจแŠ แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹ แˆˆแŠตแŠแŠ”
แˆ˜แŒฅแ‰ถแŠ แˆแŠ“แฅ แˆตแŒฆแ‰ณแ‹ แŒแŠ•
#แ‰ แ‰ฅแ‹™ แ‰ แ‹ฐแˆ แˆˆแˆ›แŒฝแ‹ฐแ‰… แˆ˜แŒฃ
โž›โž›โž›โž›โž›โž›โž›โž›โž›
๐ŸงขRaaji Hose 13:14๐Ÿ‘‡
Ani
#humna Awwaalaa
jalaa isaan nan baasa;

Du'a jalaas isaan
nan fura.,Yaa,Du'aa,
ilkeen kee meerreโ“
Yaa, Awwaalaa, badiisni
ati geessistu meerreโ“
Gara laafinni ija koo
duraa ni dhokata.

๐Ÿ…พแˆ†แˆดแ‹• 13 :14๐Ÿ‘‡
#แŠจแˆฒแŠฆแˆ แŠฅแŒ… แŠฅแ‰ณแ‹ฐแŒ‹แ‰ธแ‹‹แˆˆแˆ
#แŠจแˆžแ‰ตแˆ แŠฅแ‰คแ‹ฃแ‰ธแ‹‹แˆˆแˆ
แˆžแ‰ต แˆ†แ‹ญ
#แ‰ธแŠแˆแˆญแˆ… แ‹ˆแ‹ดแ‰ต แŠ แˆˆโ“
แˆฒแŠฆแˆ แˆ†แ‹ญ,แˆ›แŒฅแ‹แ‰ตแˆ… แ‹ˆแ‹ดแ‰ต
แŠ แˆˆโ“ แˆญแŠ…แˆซแŠ„ แŠจแ‹“แ‹ญแŠ” แ‰ฐแˆฐแ‹ˆแˆจแ‰ฝ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…พ Filiphisiiyus 3:20
#Nuti garuu lammiilee
#samii ti,#fayyisaa isa
achii dhufu, jechuunis
Gooftaa Iyyaasuus
Kiristoosiin hawwii
guddaadhaan eegganna

๐Ÿ…พ แŠแˆแŒตแˆตแ‹ฉแˆต 3:20
#แŠฅแŠ› แŠ แŒˆแˆซแ‰ฝแŠ• #แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ญ แŠแ‹แŠ“
แŠจแ‹šแ‹ซแˆ แ‹ฐแŒแˆž แ‹จแˆšแˆ˜แŒฃ
#แˆ˜แ‹ตแŠƒแŠ’แ‰ตแŠ• แŠฅแˆญแˆฑแŠ•แˆ #แŒŒแ‰ณแŠ• แŠขแ‹จแˆฑแˆต
แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆตแŠ• แŠฅแŠ•แŒ แ‰ฃแ‰ แ‰ƒแˆˆแŠ•
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ถ๏ธQolosayisi 2:14-15๐Ÿ‘‡
#Seericha isa #harkaan #barreeffame, isa ajajawwan qabatee fi nu, mormu sana
nuu ,
#haqe. #fannoo irratti #mismaaraan rukutuudhaanis karaa irraa nuu #kaase

fannoo sanaanis
#mootummootaa fi abbootii taayitaa boojiee #qullaa hambisee #hiriira injifannootiin geggeessee uummatatti
isaan mulise.

๐ŸŒนแ‰†แˆ‹แˆตแ‹ญแˆต 2:14-15๐Ÿ‘‡
#แ‰ แŠฅแŠ› แˆ‹แ‹ญ แ‹จแŠแ‰ แˆจแ‹แŠ• แ‹จแˆšแ‰ƒแ‹ˆแˆ˜แŠ•แŠ•แˆ แ‰ แ‰ตแŠฅแ‹›แ‹›แ‰ต #แ‹จแ‰ฐแŒปแˆแ‹แŠ• แ‹จแ‹•แ‹ณ แŒฝแˆ•แˆแ‰ต #แ‹ฐแˆ˜แˆฐแˆฐแ‹แข แŠฅแˆญแˆฑแŠ•แˆ #แ‰ แˆ˜แˆตแ‰€แˆ #แŒ แˆญแ‰† แŠจแˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แŠ แˆตแ‹ˆแŒแ‹ถแ‰ณแˆ

#แŠ แˆˆแ‰…แŠแ‰ตแŠ•แŠ“ แˆฅแˆแŒฃแŠ“แ‰ตแŠ• แŒˆแŽ
#แ‹ตแˆ แ‰ แˆ˜แŠ•แˆฃแ‰ต แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ
แŠฅแ‹ซแ‹žแˆซแ‰ธแ‹
#แ‰ แŒแˆแŒฅ แŠ แˆณแ‹ซแ‰ธแ‹

0โƒฃEfesoon 2:14-15๐Ÿ‘‡
inni
#girgiddaa isa
gidduutti
#dallaa ta'ee
gargari isaan dhowwu
#diigee garee #lamaan
tokko gochuudhaan
#nagaa nuu fideera

inni gareewwan lamaan
sana ofii isaa wajjin nama haaraa tokko sanaan tokko gochuu fi nagaa uumuudhaaf
#foon isaatiin #diinummaa,
jechuunis
#ajajawwan Seerichaa warra labsiiwwan qabatan sana #balleesseera

0โƒฃ แŠคแŒแˆถแŠ• 2:14-15๐Ÿ‘‡
แŠฅแˆญแˆฑ แˆฐแˆ‹แˆ›แ‰ฝแŠ• แŠแ‹แŠ“
#แˆแˆˆแ‰ฑแŠ• แ‹ซแ‹‹แˆแ‹ฐ แ‰ แŠ แ‹‹แŒ…
แ‹จแ‰ฐแŠแŒˆแˆฉแ‰ตแŠ•แˆ
#แ‹จแ‰ตแŠฅแ‹›แ‹›แ‰ตแŠ• แˆ•แŒ แˆฝแˆฎ แ‰ แˆ˜แŠซแŠจแˆ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• #แ‹จแŒฅแˆ_แŒแ‹ตแŒแ‹ณแŠ• #แ‰ แˆฅแŒ‹แ‹ แ‹ซแˆแˆจแˆฐ

แ‹ญแˆ…แˆ แŠจแˆแˆˆแ‰ณแ‰ธแ‹ แŠ แŠ•แ‹ตแŠ•
#แŠ แ‹ฒแˆตแŠ• แˆฐแ‹ แ‰ แˆซแˆฑ แ‹ญแˆแŒฅแˆญ
แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆฐแˆ‹แˆแŠ•แˆ แ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ แ‹˜แŠ•แ‹ต
๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ๐Ÿ…พ
Ayyaanna gaarii isiniif
Haataโ€™u
๐ŸŒนkutaa-33ffยชยช ๐ŸŒธ๐ŸŒพ๐Ÿ‘‡
=Gaafii fi Deebi
๐Ÿงต Musiliimota๐Ÿงต

โœ Yohaannis 9:41
Iyyaasus(Kiristoos) akkasi jedhe Jaamota utuu taatanii silaa cubbuu hin qabdan turtan. Amma
garuu, โ€˜Ni arginaโ€™ jettu, kanaaf
#cubbuun keessan isiniif #hin_dhiifamuโ€
isaaniin jedhe
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โž›Gaaffii isaanii
1=Namoonni kuni cubbuu isaanii hin dhifamu erga tae โจณ Kiristoos cubbuu keenya yoomi balleessee ree...โ“jedhuu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžง Deebi keenya'
โœ Kiristoos cubbuu keenya balleessee jira
inni, Cubbuu karaa Adaami dhufee sana namoota hundumaa fayyisee jira.

๐ŸŒนakka jecha kanatti Yohaannis 9:41
#hiika isaa namni Kiristoos dhugumaa cubbuu keenya balleessuuf hin dhufnee jedhe Amanuu yoo, jiratee *Namni kuni Eeyyee cubbuu isaan ni du'a, malee hin fayyuu

โœ Sababiin isaa namni kuni cubbuu Adaami irraa iyyuu yoo, fayyee garuu Kiristoos erga hin Amanee nama kanafi bu'aa isaa maalidha..โ“.

kanafuu namoonni kuni wani itti hin amaneef cubbuu isaaniittin ni du'u

๐Ÿ“=Ragaa kitaaba ๐Ÿ‘‡

1=โœ Yohaannis 3:14_18
Akkuma Museen lafa onaa keessatti bofa fannise,
#Ilmi namaas fannifamuu
qaba; kunis, isatti kan
#amanu_hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi. โ€œIsatti kan amanu hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera. Sababin isaas, Waaqayyo Ilma
isaa gara
#addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
โœ Isatti kan amanu
hundi itti hin murteeffamu. Isatti kan hin amanne hundi, maqaa Ilma
Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin amanneef,
#ammuma iyyuu itti murteeffameera.

2=โœYohaannis 8:24
#Ani_cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas, #inni dhufu sun #Ana tauu koo hin amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu

3=โœYohaannis 15:22
#Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
#cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Kiristoos namoota hundaa fayyisuufi kan dhufe kuno Raga keenya

1=Maraqoos 10:45
#Ilmi namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi #lubbuu isaa namoota #hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.โ€
( แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ
#แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ…แˆ แˆŠแ‹ซแŒˆแˆˆแŒแˆแŠ“ #แŠแแˆฑแŠ• แˆˆแ‰ฅแ‹™แ‹Žแ‰ฝ แ‰คแ‹› แˆŠแˆฐแŒฅ แŠฅแŠ•แŒ‚ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ซแŒˆแˆˆแŒแˆ‰แ‰ต แŠ แˆแˆ˜แŒฃแˆ (แˆ›แˆญแ‰†แˆต 10:45)

2=Rome 5:19
Akkuma ajajamuu diduu
#nama tokkootiin namoonni hedduun cubbamoota taan, ajajamuu nama #tokkootiin
namoonni hedduun Qulqulloota tau.

3=Yohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, โ€œKana booda waan ati
#dubbatteef qofa #amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra namni kun dhuguma #fayyisaa_addunyaa tauu isaas beekneerraโ€ jedhan
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqaa
hordoffu dandeessu๐Ÿ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====โ‹•=====
๐Ÿ…ฑ kutaa-69-ffยชยช๐ŸŒบ
โ–ฒโžฉ gaaffii fi Deebi
โ–ฒโžฉ Muslimaa
โœYohaannis 15:1
Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo
Abbaa koo ti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
1=gaaffii isaani Kiristoos muka waynii malee Waaqayyo miti jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ//
โžฉDeebi keenya.
โž›jalqabaa duraa hiika waynii ergaa xumuree booda gaaffii isaanii deebi itti kennina.
============
๐Ÿ…ฐโžฉhiikaa waynii โ“
1))โž›waynii
#biqiltuu lafa biqiltuudha.
Ser.Uumama 9:20-24
2))โž›wayni kana
#dhugamu dha.
Sera.uumama 9:24 * ser.Uumama 27:25
3))โž›wayni muka
#guddaa ,kani humna qabuu
seera.Uumama 40:11
*49:11,seera.Bau 23:11
4))โž›Wayni
#Aarsaaf kani dhiyyatu.
Sera.uumama 14:18
sera Bau 22:29
ser.lakkoofsa 15:5-10 .
1Samu'eel 1:24
5))โž›Wayni kani nama
#macheessu.
seera Lewwota 10:9
sera.lakkoofsa 6:3
Kitaba-fakkeenya 20:1* 21:17 * 23:20*
6))โž›waynii
#Dimaa ta'u isaa
Sera.keessa.deebi 32:14 , kitaba-fakkeenya 23:31.
7))โž›guyyaa
#Ayyaana kani dhugaanii
Kitaaba-murtii 9:27
8))โž›waynii
#nyaatafi ni fayyada
1sena.bara 12:40 *
1sena.bara 16:3* isayaas 16:7 * hoose 3:1
9))โž›waynii
#gosti_gargaara jirachuu isaa.
Kitaba-Nahimiiyaa 5:18
10) waynii
#dhanga'an jirachuu isaa.
Ruuti 2:14 *Ermiyaas 31:29 , Hisqi'el 18:2, Maatewos 27:48, Maarqoos 15:36
Luqaas 23:36 ,Yohaannis 19:29
11))โž›waynii
#garaa_Qulqulluun dhuguma ,kitaaba-lallabaa 9:7
12)โž›Waynii nama
#gammachiisaa
Kitaaba-Aster 1:10
Farfannaa104:15
kitaaba-lallabaa 2:3
13)โž›
#uffaanni waynii jiraachuu isaa
isayaas 63:2
14)โž›
#Naaziroonni waynii gonkumaa hin dhuganii.
Amosi 2:12 * ser.lakk 6:2-3
15)โž›waynii
#qorichaf ni fayyadamuu.
Luqaas 10:34
1ximotewos 5:23
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…ฑ,fakkeenya waynii
โ“ต)โžฉ
#namni jalaan waynii ni fakkaata.iyyoob 15:33* 24:18
isayaas 5:2 * iyyuel 3:13
โ“ถ)โžฉ
#Rakkinni wayni fakkaata
Farfannaa 60:3
โ“ท)โžฉ
#dheekkamsi Waaqayyo wayniin ni fakkeeffama.
Farfannaa 75:8 , Ermiyaas 25:15
Mulโ€™ata 14:10
โ“ธ)โžฉ
#sabni Israa'el waynii ni fakkeeffama .
Farfannaa 80:8 ,hoose 10:1
โ“น)โžฉ
#dubartiin ykn haati mana wayniin ni fakkeefati
Farfannaa 128:3 *Hisqi'el 19:10
โ“บ)โžฉ
#jalali waynii ni fakkeefama
Kitaaba-weddu 1:4
โ“ป)โžฉ
#namni waynii ni fakkaata
Isayaas 5:4_7 * Ermiyaas 2:21
Ermiyaas 8:13 * hoose 14:7
sefoniyaa 1:12.
Maatewoos 21:34-41
โ“ผ)โžฉ
#Seexanni wayniin ni fakkaata.
Isaayaas 34:4
โ“ฝ)โžฉ
#cubbuun wayniin ni fakkata.
Ermiyaas 51:7 Mulโ€™ata 14:8_10
Mulโ€™ata 17:2* Mulโ€™ata 18:3.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โš› waldaa keena hordofuu yoo,barbade link kana xuqaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ