๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
Gaafi musilimoota "Deebi
Isaa kana fakkaata
โžœ kuta.8ffยชยช
=======
โžข gaafi isaani akkasi
Jedhu kiristoos #Ergamadha
jedhu... yookin immoo kan
Ergamee dhufe jedhu..
๐ŸŒนYoh 4:34-๐Ÿ‘‡
๐Ÿƒ #kiristoos akkana isaaniin jedhe: #Nyaanni koo
#fedhiiisa na #erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti raawwachuu dha.
#แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹
แ‹จแŠฅแŠ”แˆต แˆ˜แ‰ฅแˆ #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ•
แˆแ‰ƒแ‹ต แŠ แ‹ฐแˆญแŒ แ‹˜แŠ•แ‹ต
แˆฅแˆซแ‹แŠ•แˆ แŠฅแˆแŒฝแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠแ‹
โžœแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 4 :34
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– Deebi isaa....โ“
Yoh 4:31-38๐Ÿ‘‡
๐ŸŒพYeroo kanatti #barattoonni
isaa, โ€œRabbii
#nyaadhu maleeโ€ jedhanii
isa kadhatu turan

Haatau malee inni, โ€œAni nyaatan nyaadhu qaba
isin garuu waaee isaa
#hin beektanโ€ isaaniin jedhe.

Kanaaf, barattoonni isaa โ€œNamni nyaata isaaf
fide jiraa laata?โ€
waliin jedhan.
kiristoos akkana
isaaniin jedhe:
โ€œNyaanni koo, fedhii
isa na erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti
raawwachuu dha.


Isin makarri ga'uuf jia
afurtu hafa jettu
mitii? Kunoo, ani
isiniin nan jedha
Ija keessan ol kaasaa maasicha ilaalaa
midhaan bilchaatee
haamaadhaaf ga'eera. Ammuma iyyuu

inni facaasuu fi inni haamu akka waliin gammadaniif
inni haamu miindaa
isaa argachaa jira;

jireenya bara baraatiifis
firii walitti qabaa jira
Kana ilaalchisee
mammaaksi, โ€˜Inni tokko
ni facaasa,
inni tokko immoo ni
haamaโ€™
jedhudhugaa dha

Ani wanta isin itti
hin dadhabne akka haammattan isin
nan erge. Warri kaan itti dadhabaniiru
isin garuu buaa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœ mateewos 9:37-38๐Ÿ‘‡
โœ Achiis #barattoota isaatiin, โ€œDhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu baayee dha, #hojjettoonni
garuu muraasa.
Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota
garamakara isaatti
akka ergu #kadhadhaaโ€ jedhe
โžœluq 10:1-3๐Ÿ‘‡
Kana booda #Gooftaan namoota 70 kan biraa
muudee #lamalama godhee gara #magaalaa fi iddoo deemuuf jedhu
hundatti of dura
isaan erge

Achiis akkana isaaniin jedhe: โ€œ #Dhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu
baayee dha,hojjettoonni
garuu muraasa
Kan naaf, Gooftaan makarichaa hojjettoota
gara makara isaatti
akka ergu kadhadhaa. #Dhaqaa Kunoo ani
akka #hoolota_yeeyyii
gidduu jiraniitti isin
nan erga
โœ 1Qor 3:8-9
innidhaabus tae
inni bishaan obaasu
tokko dha; taus
namni hundi akkuma
#hojii isaatti badhaasa
isaa ni fudhata

Sababiin isaas #nuti
warra#Waaqayyoo
wajjin hojjennu dha

Isinmaasii Waaqayyoo
isa misoomaa jirudha akkasumas isin gamoo Waaqayyoo ti.
โžข Efesoon 2:19-22๐Ÿ‘‡
isin kana booda keessummaa fi orma miti; kanaa mannaa
isin #qulqullootaa wajjin lammiibiyya tokkoo ti akkasumas miseensota
#maatii_Waaqayyoo ti
kanamalees bu`uura ergamootaa fi raajotaa
irratti ijaaramtaniittu
dhagaan golee inni
buuura tae immoo
Kiristoos Iyyaasuus dha Guutummaan gamoo
sanaa inni isaa wajjin tokkummaa qabuu fi kutaawwanisaa hundis
walitti makamee #mana
Qulqullummaa waaqayo
isa Qulqulluu ta'ee
guddachaa jira

Isinisiddoo Waaqayyo
Afuuraan jiraatu
ta'uuf tokkummaa isaa
wajjin qabdaniin
ijaaramaa jirtu

โžข 1Qor 9:16๐Ÿ‘‡
Ammas misiraachicha
yoonlallabe #dirqamni
waan ana irra jiruuf boonuuf sababii hin qabu
Misiraachicha yoon
lallabuu baadhe
garuu anaaf #wayyoo!

โžข Raaji miikiyasi 7:19-20
#Inni ammas gara
laafinanutti argisiisa balleessaakeenyas
toannaa jala nigalcha
Ati cubbuu isaanii
hundumaa galaana
gadi fagoo
keessatti ni darbatta.

Ati akkuma bara duriitti
abbootii keenyaaf kakattetti
Yaaqoobitti amanamummaa,
Abrahaamittis jaalala amanamaa ni argisiista

โ– Yoh 17:4-5
Ani hojiiakkan hojjedhu
anaaf kennite xumuree
#lafa irratti ulfina sii kenneera.

Kanaaf, yaa Abbaa
ulfina #ani addunyaan uumamuu isaa dura
si biratti qabu sanaan
ati of biratti ulfina

anaaf kenn i
๐ŸŒนYoh 5:17๐Ÿ‘‡
Kiristoos akkasi jedhen โ€œAbbaankoo hanga
ammaatti #hojjechaa jira;
anis nan #hojjedhaโ€
jedhee isaaniifdeebise

โ–ser.Uum.3:8-10
Addaami fi hewwan
guyyichakeessaa yeroo qilleensi qilleensautti
utuu waaqayyo iddoo
#biqiltuu sana keessa
deemuusagalee isaa ni dhagaan
;
namichii fi haati manaa isaas mukeetii
iddoo biqiltuu gidduu
seenanii fuula Waaqayyo duraa ni dhokatan.

Waaqayyos irra deddeebiee namicha waamuudhaan, โ€œEessa jirta?โ€ isaan
jedhe.
Dhuma irrattis namichi
โ€œAni iddoo biqiltuu gidduutti sagalee kee dhagaee
qullaakoo waanan
tureef nan sodaadhe;
๐Ÿ…พ kutaa-75-ffยชยช.๐ŸŒบ
       โžป gaaffii fi deebi
       โžป Muslimoota fi
      ๐Ÿ‘‰ pheenxee
โœ Yohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin
#kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ—Šโžปgaaffii isaanii.
1= warri Muslimaa akkasii jedhuu erga Kiristoos Waaqayyo taโ€™e maaliif kadhachuu barbaachise jedhuuโ“๐Ÿ˜
2=warri pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuuโ“๐Ÿ˜
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ—Š Deebi keenyaa.๐Ÿ‘‡
Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira kani jedhuu ta'a.
โ“ตโžธYohaannis 16:26.
Guyyaa sanatti isin
#maqaa kootiin Abbaa #ni_kadhattu; kana jechuun koo garuu #Ani isiniif nan kadhadha jechuu
koo
#miti. โŒ
โ—Šโž› Muslimaa fi pheenxee iddoo kana irratti immoo maali jeetu ree ?siila Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira.
Yaa
#Muslimaa maali siif
waya reโ“
Yaa
#pheenxee maali siif
waya reโ“
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โž›Amma immoo hiikaa jechoota sana ilaala (Yoh 17:9) irraa kani jiruu maali ibsaa.

A))โ—Šโž›Ani siin kadhadhaa jedha Kiristoos eenyu kadhata. โ“jennee yeroo gafanu immoo Muslimaa fi pheenxee ,akkasumas amantooni tokkoo tokko Kiristoos Abba kadhata nuun jedhuu.
โž›yeroo akkasii immoo nutti orthodoksooni Abbaan ofii isaa iyyuu hin beekuu kani geena kadhadha barbaduu jennee gaafanaโ“๐Ÿ˜ .
๐Ÿ‘‰ yeroo kana immoo
deebin hin jiru ๐Ÿ™ˆ
โžปamma garuu Kiristoos isiniif nan kadhacha yeroo jedhuu barattoota sanatu cubbuu hojjatee moo? Jenne gaafana Lakki barattoonni(11) Kiristoos gonkumaa cubbuu  hin hojjanne.
โ“ถโžธYohaannis 13:10-11
Iyyasus Kiristoos โ€œNamni qaama isaa dhiqate hundi guutummaatti
#qulqulluu waan
taeef, miilla isaa dhiqachuu qofatu isa barbaachisa.
#Isin qulqulluu dha,garuu #hunda keessan mitiโ€ jedheen Kana kan jedhe, nama dabarsee
isa kennu waan beekuuf ture. โ€œQulqulluu kan tae hunda keessan mitiโ€ kan jedhes kanaaf ture.
โ—Šโž› kanafuu barattoonni Kiristoos Qulqulluu dha, yihudaa Qofti Qulqulluu miti inni cubbuu qaba. Kiristoos darbarse kenne jira wani taโ€™ef.
โ“ทโžปMaatewos 26:24-25
Dhugaa dha, Ilmi namaa
akkuma waaeen isaa barreeffame
ni deema; isa Ilma namaa
#dabarsee kennu sanaaf garuu #wayyoo! Namni sun utuu hin dhalanne taee isaaf
wayya ture.โ€
#Yihudaan inni dabarsee isa kennuuf jedhus deebisee, โ€œRabbii, ana tainnaa laata?โ€ jedheen. Iyyaasusi โ€œAtumti iyyuu jette kaaโ€ jedhee deebiseef.
โ“ธโžปYohaannis 18:11
Iyyasus kirjstoos  โ€œWaaqayyo biraa utuu siif hin kennamne taee, Ana irratti
#Aangoo tokko illee hin qabaattu turte. #Namichi_dabarsee sitti na
kenne,
#cubbuu_guddaa kan qabu kanaafiโ€ jedhee deebiseef
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
Walumaagalatti barattoota 12 keessa tokko qofatti cubbuu hojjate jira
โžช barattoonni 11 Qulqulluudha
โžชbarataa 1 immoo Qulqulluu miti.
๐Ÿ‘‰erga akkasii taโ€™e immoo Yohaannis 17:9 Ani isiniif nan kadhadhaa kani jedhanii Kiristoos barattoota 11 malee yihudaa miti. Sababiin isaa yihudaan achi bahee deeme jira.
โ“นโžปYohaannis 13:30
Kanaaf, Yihudaan
#buddeena daabboo cabaa sana erga #fudhatee booda, yeruma sana #gadi_bae.Yeroon isaas halkan ture.
๐Ÿ‘‰ yihudaa erga gadi bahee hin deebinee ,kanafuu Kiristoos barattoota 11 qofaa wajjin dubbachaa akka jiruu ibsa (Yohaannis 17:9) irratti.
๐Ÿ…ฐ amma immoo Kiristoos Ani Qulqullootaaf hin dhufnee cubbamaa fayyisuuf jedhee jira.
Kanafuu Barattoonni isaa immoo 11 Qulqulluudha kadhannaa maali isaanii barbachisaa reeโ“jennee Musiliimota fi pheenxee gaafana.๐Ÿ™ˆ๐Ÿ˜‚
โ“บโžปMatewoos 9:13
Kanaaf dhaqaa, โ€˜Ani aarsaa utuu hin tain gara laafina nan barbaadaโ€™ jechuun maali jechuu akka tae hubadhaa. Sababiin isaas Ani namoota Qulqullota
#utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe.โ€
โžชkana booda Kiristoos barattoota isa 11 isin Qulqulluudhaa erga jedhee ,Lakki isaan Qulqulluu miti jedhe kani mormuu gonkumaa hin jiruu.=ok.

B))โ—Šโž› amma immoo qabxiiwwan gara oli irraa maali hubbanna ree.โ“
Kadhannaa inni jedhame akka dibbisa kanati cubbuu isaanii dhisii ,jedhu miti ,yookiin Ani Aarsadha jedhu miti.