๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
Gaafi musilimoota "Deebi
Isaa kana fakkaata
โžœ kuta.8ffยชยช
=======
โžข gaafi isaani akkasi
Jedhu kiristoos #Ergamadha
jedhu... yookin immoo kan
Ergamee dhufe jedhu..
๐ŸŒนYoh 4:34-๐Ÿ‘‡
๐Ÿƒ #kiristoos akkana isaaniin jedhe: #Nyaanni koo
#fedhiiisa na #erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti raawwachuu dha.
#แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹
แ‹จแŠฅแŠ”แˆต แˆ˜แ‰ฅแˆ #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ•
แˆแ‰ƒแ‹ต แŠ แ‹ฐแˆญแŒ แ‹˜แŠ•แ‹ต
แˆฅแˆซแ‹แŠ•แˆ แŠฅแˆแŒฝแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠแ‹
โžœแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 4 :34
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– Deebi isaa....โ“
Yoh 4:31-38๐Ÿ‘‡
๐ŸŒพYeroo kanatti #barattoonni
isaa, โ€œRabbii
#nyaadhu maleeโ€ jedhanii
isa kadhatu turan

Haatau malee inni, โ€œAni nyaatan nyaadhu qaba
isin garuu waaee isaa
#hin beektanโ€ isaaniin jedhe.

Kanaaf, barattoonni isaa โ€œNamni nyaata isaaf
fide jiraa laata?โ€
waliin jedhan.
kiristoos akkana
isaaniin jedhe:
โ€œNyaanni koo, fedhii
isa na erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti
raawwachuu dha.


Isin makarri ga'uuf jia
afurtu hafa jettu
mitii? Kunoo, ani
isiniin nan jedha
Ija keessan ol kaasaa maasicha ilaalaa
midhaan bilchaatee
haamaadhaaf ga'eera. Ammuma iyyuu

inni facaasuu fi inni haamu akka waliin gammadaniif
inni haamu miindaa
isaa argachaa jira;

jireenya bara baraatiifis
firii walitti qabaa jira
Kana ilaalchisee
mammaaksi, โ€˜Inni tokko
ni facaasa,
inni tokko immoo ni
haamaโ€™
jedhudhugaa dha

Ani wanta isin itti
hin dadhabne akka haammattan isin
nan erge. Warri kaan itti dadhabaniiru
isin garuu buaa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœ mateewos 9:37-38๐Ÿ‘‡
โœ Achiis #barattoota isaatiin, โ€œDhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu baayee dha, #hojjettoonni
garuu muraasa.
Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota
garamakara isaatti
akka ergu #kadhadhaaโ€ jedhe
โžœluq 10:1-3๐Ÿ‘‡
Kana booda #Gooftaan namoota 70 kan biraa
muudee #lamalama godhee gara #magaalaa fi iddoo deemuuf jedhu
hundatti of dura
isaan erge

Achiis akkana isaaniin jedhe: โ€œ #Dhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu
baayee dha,hojjettoonni
garuu muraasa
Kan naaf, Gooftaan makarichaa hojjettoota
gara makara isaatti
akka ergu kadhadhaa. #Dhaqaa Kunoo ani
akka #hoolota_yeeyyii
gidduu jiraniitti isin
nan erga
โœ 1Qor 3:8-9
innidhaabus tae
inni bishaan obaasu
tokko dha; taus
namni hundi akkuma
#hojii isaatti badhaasa
isaa ni fudhata

Sababiin isaas #nuti
warra#Waaqayyoo
wajjin hojjennu dha

Isinmaasii Waaqayyoo
isa misoomaa jirudha akkasumas isin gamoo Waaqayyoo ti.
โžข Efesoon 2:19-22๐Ÿ‘‡
isin kana booda keessummaa fi orma miti; kanaa mannaa
isin #qulqullootaa wajjin lammiibiyya tokkoo ti akkasumas miseensota
#maatii_Waaqayyoo ti
kanamalees bu`uura ergamootaa fi raajotaa
irratti ijaaramtaniittu
dhagaan golee inni
buuura tae immoo
Kiristoos Iyyaasuus dha Guutummaan gamoo
sanaa inni isaa wajjin tokkummaa qabuu fi kutaawwanisaa hundis
walitti makamee #mana
Qulqullummaa waaqayo
isa Qulqulluu ta'ee
guddachaa jira

Isinisiddoo Waaqayyo
Afuuraan jiraatu
ta'uuf tokkummaa isaa
wajjin qabdaniin
ijaaramaa jirtu

โžข 1Qor 9:16๐Ÿ‘‡
Ammas misiraachicha
yoonlallabe #dirqamni
waan ana irra jiruuf boonuuf sababii hin qabu
Misiraachicha yoon
lallabuu baadhe
garuu anaaf #wayyoo!

โžข Raaji miikiyasi 7:19-20
#Inni ammas gara
laafinanutti argisiisa balleessaakeenyas
toannaa jala nigalcha
Ati cubbuu isaanii
hundumaa galaana
gadi fagoo
keessatti ni darbatta.

Ati akkuma bara duriitti
abbootii keenyaaf kakattetti
Yaaqoobitti amanamummaa,
Abrahaamittis jaalala amanamaa ni argisiista

โ– Yoh 17:4-5
Ani hojiiakkan hojjedhu
anaaf kennite xumuree
#lafa irratti ulfina sii kenneera.

Kanaaf, yaa Abbaa
ulfina #ani addunyaan uumamuu isaa dura
si biratti qabu sanaan
ati of biratti ulfina

anaaf kenn i
๐ŸŒนYoh 5:17๐Ÿ‘‡
Kiristoos akkasi jedhen โ€œAbbaankoo hanga
ammaatti #hojjechaa jira;
anis nan #hojjedhaโ€
jedhee isaaniifdeebise

โ–ser.Uum.3:8-10
Addaami fi hewwan
guyyichakeessaa yeroo qilleensi qilleensautti
utuu waaqayyo iddoo
#biqiltuu sana keessa
deemuusagalee isaa ni dhagaan
;
namichii fi haati manaa isaas mukeetii
iddoo biqiltuu gidduu
seenanii fuula Waaqayyo duraa ni dhokatan.

Waaqayyos irra deddeebiee namicha waamuudhaan, โ€œEessa jirta?โ€ isaan
jedhe.
Dhuma irrattis namichi
โ€œAni iddoo biqiltuu gidduutti sagalee kee dhagaee
qullaakoo waanan
tureef nan sodaadhe;
Haala dubbii Kiristoos fi Abbaa jidduu jiru ibsuuf malee.
โœ Fakkeenyaaf seera Uumama 1:26 irratti akkasii jedha โ koota nama akka bifaa keenyaa fi fakkeenya keenyaatti yaa, Uumanu jedha.
๐Ÿ‘‰ akka jecha kanati qaamni tokko qaamaa biraattin koota yeroo jedhuu , wani qaamni tokkichi suni qaama biraa kadhatuu fakkaata, garuu iddoo kanati kuni kadhannaa irree hin ibsu Sababiin isaa qaamni tokko kadhate, qaamni immoo biraa kadhatama yoo,taโ€™e
Xumuraa irratti nama Aangoo tokkoo ,yoo, uumamni, erga Aangoo isaanii wali qixxee taโ€™e immoo maali kadhachuu hin barbaachisuu " kanafuu jedhi koota jedhuu maali ibsa ree, waliin dubbii qofaa ibsa jenne Amana.

โœ Haaluma wali fakkata Kiristoos immoo ani Abbaa isiniif nan
kadhadhaa yeroo jedhuu. Waliin dubbii isaanii qofaa ibsuuf.
Ragaa kitaaba Qulqulluu
kunoo ๐Ÿ‘‡
โ“ปโžปYohaannis 14:13-14
#Abbaan karaa Ilmaa #ulfina akka argatuuf, wanta
isin maqaa kootiin
#kadhattan hunda Nni isiniif nan raawwadha. Wanta akkamii iyyuu #maqaa kootiin yoo
kadhattan ani nan raawwadha.
โž›kanafuu Ani isiniif nan rawwadha jedhe jira ,Qaamni raawatu kuni immoo Waaqa
โ“ผโžปYohaannis 14:16
Ani Abbaa nan
#kadhadha Abbaanis inni bara
baraan akka isinii wajjin jiraatuuf gargaaraa kan biraa isiniif ni kenna.
โžkuni illee waliin dubbii Kiristoos fi Abbaa ibsa Ilmi Abbaan Afuurra Qulqulluu ergi jedhanii
โ“ฝโžปYohaannis 15:7
Anaa wajjin tokkummaadhaan yoo jiraattanii fi
#dubbiin koos isin keessa yoo jiraate,
wanta barbaaddan
#kadhadhaa, innis, isiniif ni raawwatama.

โ“พโžปYohaannis 15:16
Anatu isin filate malee, isin ana hin filanne; ani isin deemtanii firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi firiin keessanis akka jiraatuuf isin muudeera;
kanas kanan godhe, wanta
#maqaa kootiin Abbaa kadhattan hunda inni
akka isinii kennuuf jedheeni.
ยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐ
โœitti fufa......
๐Ÿ‘‰link waldaa keenya kunoo isaa kana xuqaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
=========||========
๐ŸŒนkutaa-76-ffยชยช๐Ÿง‰
       ๐Ÿ‘‰gaaffii fi Deebi
       ๐Ÿ‘‰Muslimoota
        ๐Ÿ‘‰ pheenxee
โœYohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin
#kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ‘‡gaaffii isaanii.
1= Muslimoonni akkasii jedhuu  Kiristoos erga Waaqayyo taโ€™e maaliif kadhachuu isa  barbaachise jedhuuโ“๐Ÿ˜
2= pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuuโ“๐Ÿ˜
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โš› Deebii keenyaa.
๐Ÿ‘‰ Lakki Kiristoos Akkasii jedhee dubbatee โ Ana na
kadhadhaa jedhee jira Afaanii isaattin โž.
โถโžชMaatewoos 9:37-38
barattoota isaatiin, โ€œDhuguma iyyuu,
#midhaan sassaabamu baayสผee dha, #hojjettoonni garuu muraasa. Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota gara makara isaatti akka ergu #kadhadhaaโ€ jedhe.
๐Ÿ‘‡ hiika jechoota kana
1โžปmidhaan sassaabamu kani jedhamee ยซnamoota Addunyaa kanattiยป
2โžปHojjatoota kani jedhamee ยซBarattootaยป isaatti
3โžป Gooftaa makaricha kani jedhamee ยซ Kiristoos ยป
โผโผโผโผโผโผโผโผ*
kanafuu Kiristoos barattoota isaatiin โ Gooftaa makaricha kadhadha hojjatoota akka erguuf jedhee " hiikin isaa Ana kadhadha akka Ani barattoota erguuf jedhee ยปโž

๐Ÿ‘‰ kanafuu Kiristoos Ana kadhadha jedhe jira.
Yaa Musiliimaa maali
siif wayyaโ“
Yaa, pheenxee maali
siif wayaโ“
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
๐Ÿ‘‰Amma Yoh 17:9 irratti maali hubbachisa laata.
โทโžชYohaannis 17:9-10๐Ÿ‘‡
Ani waaสผee isaanii sin kadhadha; kan ani si
#kadhadhu waaสผee addunyaa utuu hin taสผin, waaสผee warra ati anaaf kennite sanaa ti sababiin isaas isaan kan keeti.
#wanti_kan_koo taสผe hundi kani keeti, #wanti_kan_kee taสผe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
๐Ÿชท akka dubbisa kanatti Namni kani Eenyuti.
A)) kani Abbaa mooโ“
B)) kani Kiristoos โ“
=Deebii isaa
kani lamaan isaanii iyyuutti.
" Sababiin isaa Kiristoos akkasii jedhee jira ยซ kani kee hundi kani kooti,kani koo hundi immoo kani keetii wani jedheef ยป
๐Ÿ‘†erga immoo namni kani Kiristoos taโ€™e,wanta ofii harka qabuu irratti maaliif kadhachuu barbaachise reeโ“jennee pheenxee fi Muslimaa gaafannaโ“ =deebi hin jiruu ๐Ÿ˜ jedhuu.
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
โžป Walumaagalatti Kiristoos dhala namaa hunda bilisa basuuf wani dhufeefi " akkuma inni afaanii isaanii Ani bilisa yoo, isin base malee isin Garboota jedhe.
โธโžชYohaannis 8:36
#Ilmi_bilisa yoo isin baase, isin dhuguma bilisa ni taatu.
โนโžชGalatiyaa 5:1
#Kiristoos_bilisa kan nu baase bilisummaa akkasii akka argannuufi. Kanaafuu, jabaadhaa dhaabbadhaa; deebitaniis #waanjoo garbummaa jala of hin galchinaa.
โ–ฃโž› kanafuu bilisa kani sii,basuu Kiristoos erga taโ€™e ,waee Kiristoos immoo isayaas akkasii jedhee inni ba'a isaanii baate kadhatee jedhee jira , kadhannaa kani jedhamee immoo amma bilisa basuu kana Seexanaa jala.
โบโžชRaaji-Isayaas 53:12
namoota hedduu gidduutti gaสผee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas,
#inni_lubbuu isaa hamma duสผaatti illee dabarsee kenneera, #Yakkamtootaa wajjinis lakkaaสผameera #Cubbuu namoota hedduu ni baate, Yakkamtootaafis ni #kadhate.
โ–ฃโž› amma Kiristoos ni kadhate inni jedhuu bakka namoota bu'ee cubbuu namoota bachu isaatti , kunis ofii isaa dhifama godhee rawwate, dhifamni Abba akka beekamuu gochuuf akkasii jedhee malee Kiristoos wanta gochuu barbade ofii isaa iyyuu beeka.
๐Ÿ‘‰ dhiifamni Kiristoos akkamitti beekamaโ“yoo,jedhamee Kiristoos gara namoota dhufuu isaa fedhii isa ibsa.
๐Ÿ‘‰dhiifamni Abbaa akkamitti beekama โ“ilma isa ergu isaatti (Yohaannis 3:16).
๐ŸŒบ yaada bira immoo Kiristoos Abbaa kadhadha jedhee barsisee turee amma immoo akkamitti antu isiniif kadhata jedhu danda'a โ“yaa, Muslimaa ,yaa,pheenxee โ“deebii nutti himma kaa๐Ÿ˜โ“
โ–ฑโ–ฑโ–ฑ
โปโžชMaatewos 6:9
 โ€œEgaa, isin akkana jedhaa
#kadhadhaa: โ€œโ€˜Yaa Abbaa keenya isa samii irra jiraattuu, maqaan kee haa qulqullaaสผu.
โผโžชMaatewos 6:6
#Ati garuu yeroo #kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. #Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
link waldaa keenya argachuuf kana xuqaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ