🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…Ύ kutaa-75-ffΒͺΒͺ.🌺
       ➻ gaaffii fi deebi
       ➻ Muslimoota fi
      πŸ‘‰ pheenxee
✍ Yohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin
#kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
β—Šβž»gaaffii isaanii.
1= warri Muslimaa akkasii jedhuu erga Kiristoos Waaqayyo ta’e maaliif kadhachuu barbaachise jedhuuβ“πŸ˜
2=warri pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuuβ“πŸ˜
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
β—Š Deebi keenyaa.πŸ‘‡
Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira kani jedhuu ta'a.
β“΅βžΈYohaannis 16:26.
Guyyaa sanatti isin
#maqaa kootiin Abbaa #ni_kadhattu; kana jechuun koo garuu #Ani isiniif nan kadhadha jechuu
koo
#miti. ❌
β—Šβž› Muslimaa fi pheenxee iddoo kana irratti immoo maali jeetu ree ?siila Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira.
Yaa
#Muslimaa maali siif
waya re❓
Yaa
#pheenxee maali siif
waya re❓
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼||⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
βž›Amma immoo hiikaa jechoota sana ilaala (Yoh 17:9) irraa kani jiruu maali ibsaa.

A))β—Šβž›Ani siin kadhadhaa jedha Kiristoos eenyu kadhata. ❓jennee yeroo gafanu immoo Muslimaa fi pheenxee ,akkasumas amantooni tokkoo tokko Kiristoos Abba kadhata nuun jedhuu.
βž›yeroo akkasii immoo nutti orthodoksooni Abbaan ofii isaa iyyuu hin beekuu kani geena kadhadha barbaduu jennee gaafanaβ“πŸ˜ .
πŸ‘‰ yeroo kana immoo
deebin hin jiru πŸ™ˆ
➻amma garuu Kiristoos isiniif nan kadhacha yeroo jedhuu barattoota sanatu cubbuu hojjatee moo? Jenne gaafana Lakki barattoonni(11) Kiristoos gonkumaa cubbuu  hin hojjanne.
β“ΆβžΈYohaannis 13:10-11
Iyyasus Kiristoos β€œNamni qaama isaa dhiqate hundi guutummaatti
#qulqulluu waan
taeef, miilla isaa dhiqachuu qofatu isa barbaachisa.
#Isin qulqulluu dha,garuu #hunda keessan miti” jedheen Kana kan jedhe, nama dabarsee
isa kennu waan beekuuf ture. β€œQulqulluu kan tae hunda keessan miti” kan jedhes kanaaf ture.
β—Šβž› kanafuu barattoonni Kiristoos Qulqulluu dha, yihudaa Qofti Qulqulluu miti inni cubbuu qaba. Kiristoos darbarse kenne jira wani ta’ef.
β“·βž»Maatewos 26:24-25
Dhugaa dha, Ilmi namaa
akkuma waaeen isaa barreeffame
ni deema; isa Ilma namaa
#dabarsee kennu sanaaf garuu #wayyoo! Namni sun utuu hin dhalanne taee isaaf
wayya ture.”
#Yihudaan inni dabarsee isa kennuuf jedhus deebisee, β€œRabbii, ana tainnaa laata?” jedheen. Iyyaasusi β€œAtumti iyyuu jette kaa” jedhee deebiseef.
β“Έβž»Yohaannis 18:11
Iyyasus kirjstoos  β€œWaaqayyo biraa utuu siif hin kennamne taee, Ana irratti
#Aangoo tokko illee hin qabaattu turte. #Namichi_dabarsee sitti na
kenne,
#cubbuu_guddaa kan qabu kanaafi” jedhee deebiseef
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Walumaagalatti barattoota 12 keessa tokko qofatti cubbuu hojjate jira
βžͺ barattoonni 11 Qulqulluudha
βžͺbarataa 1 immoo Qulqulluu miti.
πŸ‘‰erga akkasii ta’e immoo Yohaannis 17:9 Ani isiniif nan kadhadhaa kani jedhanii Kiristoos barattoota 11 malee yihudaa miti. Sababiin isaa yihudaan achi bahee deeme jira.
β“Ήβž»Yohaannis 13:30
Kanaaf, Yihudaan
#buddeena daabboo cabaa sana erga #fudhatee booda, yeruma sana #gadi_bae.Yeroon isaas halkan ture.
πŸ‘‰ yihudaa erga gadi bahee hin deebinee ,kanafuu Kiristoos barattoota 11 qofaa wajjin dubbachaa akka jiruu ibsa (Yohaannis 17:9) irratti.
πŸ…° amma immoo Kiristoos Ani Qulqullootaaf hin dhufnee cubbamaa fayyisuuf jedhee jira.
Kanafuu Barattoonni isaa immoo 11 Qulqulluudha kadhannaa maali isaanii barbachisaa ree❓jennee Musiliimota fi pheenxee gaafana.πŸ™ˆπŸ˜‚
β“Ίβž»Matewoos 9:13
Kanaaf dhaqaa, β€˜Ani aarsaa utuu hin tain gara laafina nan barbaada’ jechuun maali jechuu akka tae hubadhaa. Sababiin isaas Ani namoota Qulqullota
#utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe.”
βžͺkana booda Kiristoos barattoota isa 11 isin Qulqulluudhaa erga jedhee ,Lakki isaan Qulqulluu miti jedhe kani mormuu gonkumaa hin jiruu.=ok.

B))β—Šβž› amma immoo qabxiiwwan gara oli irraa maali hubbanna ree.❓
Kadhannaa inni jedhame akka dibbisa kanati cubbuu isaanii dhisii ,jedhu miti ,yookiin Ani Aarsadha jedhu miti.