🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
✍ #kutaa_3_ffaa
✍Kiristoos xalayaa
Du'a balleessee jira
Kunis dinna balleesse
✍ Qol 2:12-15πŸ‘‡
πŸ‘‰isin #cuuphaa
isaatiin isaa wajjin awwaalamtanii turtan
walitti dhufeenya
isaa wajjin qabdaniinis
amantii humna Waaqa isa
duaa isa kaase sanaa
irratti qabdaniin isaa
wajjin duaa kaataniittu

Kana malees isin
sababii
#cubbuu keessaniitiin, akkasumas foon
keessan dhaqna
waan hin qabamneef
duutanii kan turtan taus, Waaqayyo isaa wajjin
jiraataa isin godheera.

πŸ‘‰ #Balleessaa keenya
hundas gaarummaadhaan
nuuf dhiiseera

πŸ‘‰akkasumas #seera
#harkaan_barreeffamef
isa labsiiwwan
qabatee fi nu mormu sana
#haqeera

fannoo irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa
irraa kaaseera
#Kanaanis mootummootaa fi
abbootii taayitaa boojiee qullaatti hambisuudhaan
#hiriira injifannootiin geggeessee uummatatti
isaan mulise
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
kan taboota immoo
β—ˆ ser.lakkoofsa 10:33-36πŸ‘‡
πŸ‘‰isareloonni gaara
Waaqayyo irraa kaanii
adeemsa #guyyaa sadii
deemuu jalqaban
#Taabonnik kakuu
Waaqayyo iddoo #boqonnaa isaaniif barbaaduuf
adeemsa guyyaa sadii
isaan dura deeme

πŸ‘‰Yeroo isaan buufaticha keessaa baanii deemuu jalqabanitti #duumessi
Waaqayyo guyyaa
guyyaa isaan gararraa
ni taa ture.

✍Yeroo #Taabotichi
sochou hundumaatti
#Museen "#Yaa Waaqayyo
kai, #diinonni kee haa
#bittinnaaan
#warri si #jibbanis
si duraa haa baqatan”
jedha ture.

πŸ‘‰Yommuu Taabotichi
boqotu immoo, β€œYaa waqayyo
gara Israaelota #kumaatama ta'an warra lakkaaamuu
hin dandeenyetti
deebii” jedha ture
✍kan jechuun Taaboni
Akkamiti harka diinaa
Keessa isin olche ni ibsa

β—ˆakkuma Kiristoos
Dalla du'a digee
Taabooni Waaqayyo
Dalla iyarikoo ni
Baleesse
✍ Ibroota 11:30πŸ‘‡
Sabichi guyyaa #torbaaf
erga itti #naannaee booda dallaan iYerikoo
amantiidhaan jige.
✍ kitaaba Iyyaasuus 6:1-5πŸ‘‡
IYerikoon dalla akka
gaariitti cufamtee
waan turteef eenyu illee
ishii keessaa bauus tae
ishiitti seenuu hin
dandau ture.kanafuu
Israa'eloni Itti seenu
hin dandeenye

πŸ‘‰Waaqayyo Iyyaasuudhaan
akkana jedheβ€œKunoo, ani iYerikoo, mootii ishii fi loltoota
ishii warra jajjaboo harka
keetti dabarsee kenneera Dhiironni loltoota
taatan hundi sia tokko magaalattiitti #marsaa naannaaa. Guyyaa ja'aaf
akkana godhaa
#Luboonni torbas
xurumbaa #torba qabatanii
Taaboticha dura akka
buan godhaa
πŸ‘‰Guyyaa #torbaffaatti
garuu, sia torba
magaalattiitti marsaatii naannaaa; luboonnis
xurumbaa sana haa
afuufan
#Xurumbaan sun yeroo
afuufamutti, sagalee
xurumbaa sanaa akkuma dhageessaniin,
guutummaan sabichaa guddisee iyya waraanaa
haa dhageessisu
Achiis #dallaan magaalattii
ni #jiga;e namoonni
sunis ol baanii,
tokkoon tokkoon isaanii kallattiidhaan gara
fuulduraatti ni qajeelu
β—ˆ kanafuu Tabooni
Dalla akkuma dige
Kiristoos dalla du'a
Nuura dige jira
β—ˆyeroo cuuphaa xurumbaa
Ni afuufama yoo, argitee
Jirate. Sababiin isaa isuma
Kan Ture

πŸ‘‰Walii fakkeenyi Taaboota
Fi Kiristoos hedduun jira
➒sababa Kanaafi
Taabooni fakkeenya Kiristoos
Wani qabuuf gara lagaati
Bahaa inni jedhamee isuma
Kan Ture.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
xumuree jira
-yaanni hedduun jira
Garuu ammafi ni gahaa
--------------------------------
Nagaa Waaqayyo
Hunduma keessaniif
Haata’u
------------------------------
Kitaaba kaaku haaraa boqonnaa fi lakkoofsa isaanii
➊ Phaawuloos=100βž›2328
❷ Luqaas         =52  βž›2158
❸ Yohaannis   =50  βž›1416
❹ maatewos   =28  βž›1071
❺ Maarqoos   =16  βž›678-
❻ Pheexiroos =8   βž›176
➐ Yaaqoob     =5   βž›108
❽ yihudaa       =1   βž›25
🌺#boqonnaa kitaabota kana argachuufπŸ‘‡
100+52+50+28+16+8+5+1=260
🌺 #lakkoofsa isaanii argachuufπŸ‘‡
=2328+2158+1416+1071+678+176+108+25=7960
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
yoo isin galuu didee link kana xuqaa @Gutema123

⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
🍳 Bagaa geesaan
#Boqonnaa_Qulqulloota
βœπš–πšŠπšŠπššπšŠ πš™πš‘πšŽπšŽπš‘πš’πš›πš˜πšœ
#πšœπšŠπšπšŠπš—
❢➻pheexiros-
#Πέτρος
kunis jecha
#Giriikiiti
Hiika isaa =kaataa
❷➻keefa-
#ΞšΞ·Ο†αΎΆΟ‚-
kunis jecha
#Aramikitti.
Hiika isaa =kaataa
❸➻Simoon -Χ©Φ΄ΧΧžΦ°Χ’Φ½Χ•ΦΉΧŸ# 
kuni jecha
#Ibraayisxiitti
Hiika isaa = ni dhaga'a Waaqayyo jedhudha.

  βœπš–πšŠπšŠπššπšŠ πš™πš‘πšŠπš πšžπš•πš˜πšœ
#πš•πšŠπš–πšŠπš—
❢➻Phaawuloos
#Παῦλος
kunis afaanii
#Giriikiiti
Hiikaa isaa = xiqqaa
❷➻saool-  Χ©ΦΈΧΧΧ•ΦΌΧœΦ™#
kunis afaanii
#Ibraayisxiitti.
Hiika isaa = gaafadhu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🍳 𝚐𝚞𝚒𝚒𝚊𝚊 πš’πšπšπš’ πš‹πš˜πššπš˜πšπšŠπšŠπš—πš—πš’ πš•πšŠπš–πšŠπšŠπš—πš’ πš’πšœπšŠπšŠπš—πš’ πš’πš’πš’πšžπšž πš‹πšŽπšŽπš”πšŠπš—πš’ πš“πš’πš›πšž.
   πŸ³α΄‹α΄€Ι΄Ιͺ 
#α΄˜Κœα΄‡α΄‡xΙͺʀᴏs
1 πš™πš‘πšŽπš‘ 2:14
akkuma
#Gooftaan keenya Iyyaasus Kiristoos anaaf ibsetti, #yeroo_dhihootti dunkaana kana #dhiisee akkan deemu beeka.

πŸ³α΄‹α΄€Ι΄Ιͺ
#α΄˜Κœα΄€α΄‘α΄œΚŸα΄s.
2 π‘₯π‘–π‘šπ‘–π‘‘π‘œπ‘  4:8
Ammaa jalqabee
#gonfoon qajeelinaa, Gooftaan inni abbaa murtii qajeelaa taΚΌe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaΚΌeera; taΚΌus warra mulΚΌachuu isaa #hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Eebbi isaanii dachaa 2 nuuf Haata’u

πŸ‘‡πŸ‘‡π–Œπ–†π–—π–† Tπ‘’π‘™π‘’π‘”π‘Ÿπ‘Žπ‘šπ‘Žπ‘ŽπŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/+FURINwJs2KpmZDU0
🌹Gaaffii tokko Muslimoonni akkasii jedhanii naa gaafatanii
#Maariyaami kani #ajjeesee Iyyaasuus #Kiristoos , kanaafu Kiristoos akkamitti #haadha isaa ajjeesaa kuni #safuudha nani jedhanii β“β“πŸ˜

➻ yeroo kana ani immoo gaafii tokko gaafadhee Raaji #muhammadi Kani #ajjeesee eenyu jedhee gaafadhee #Allaha nan jedhee.
➻erga akkasii ta’e kana hunda Allaha muhammadi tti fayyadama ture maalif ajjeese ,Allahan maaliif #garaa itti jabate kuni #safuu dha jedhanii β“πŸ˜πŸ˜πŸ˜œ

Yeroo kana #deebii fidu didee caalise 😁


🌹gaaruu ani wanta tokko isinitti nan himma yaa ijoollee #orthodoksi.

Du’aa jechuun #boqonnaa dha , Waaqayyo immoo namni yeroo boqachuu qabatu nama boqachisaa.

Kanaafuu Waaqayyo boqonnaa namaaf yoo kenne kuni akkamii safuu ta'a mee,❓akkamitti boqonnaa cubbuu ta'a ❓


🌹yaa Muslimaa akkanumaan ofii keessatti hin fincaanii jennani.