🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌻 fakkeenyi bofa isa
#Sibila diima isaa
Nasaa irra hojjatamee
nama fayyisuuπŸ‘‡

=1✍ bofti Sibila Naasa
irra hojjatamee
Fakkeenyi isaa
#Kiristoos

πŸ‘‰ bofti Kuni sibiila
cimaa irraa
Hojjatame kan
#qoricha ofii keessa
hin qabuu

🌻fakkeenyi qoricha
#Cubbu fi sobaa
Kanaafuu Kiristoos
Cubbu Tokko illee
Hin qabuu ( 1Yoh 3:5)

πŸ‘‰Yoh 8:46πŸ‘‡
isinii keessaa namni
#cubbuu hojjetteetta
jedhee na himatu eenyu❓
Ani
#dhugaan dubbadha
yoon tae, isin maaliif
ana hin amantan ree❓

2=✍bofti
#sibiila Kuni
muka irratti fannifamee
Malee lafaa irraa hin
Godhamne Kuni immoo
Fakkeenya Kiristoos
Lafa irraa
#olii fudhanii
Kiristoos fannoo irratti
Fannisu ibsa (Yoh 19:17--8)

3=✍fakkeenyi sibilla
Nasaa Kuni
#dimaadha
kuni immo
#dhiga
Kiristoos ibsa

✍Raji-isaya 63:2πŸ‘‡
#Uffaani kee maaliif
#diimate ree❓
uffanni kee maaliif
uffata nama waynii
#cuunfuu fakkaate ree
βœαŠ’αˆ³α‹­α‹«αˆ΅ 63:2πŸ‘‡
#α‰€αˆšαˆ΅αˆ… ሡለ αˆαŠ• α‰€αˆ‹?
ልα‰₯αˆ΅αˆ…αˆ΅ α‰ α‹ˆα‹­αŠ• መαŒ₯αˆ˜α‰‚α‹« αŠ₯αŠ•α‹°αˆšαˆ¨αŒαŒ₯ αˆ°α‹ ልα‰₯ሡ
ሡለ αˆαŠ• መሰለ?
β—ˆkanafuu wa'ee
Dhiga Kiristoos
Rajjonni hedduun
dubbatanii jiru

✍
#Musen dhigaa
Kiristoos Sibila dimaa
ta’en ibsee jira
✍ raajii
#isayaas
uffaata diman ibsee jira

✍Mul’ata Yoh 19:13πŸ‘‡
πŸ‘‰uffata
#dhiigni itti
bubue uffateera
#maqaan isaas
Dubbii
#Waaqayyoo
jedhama

✍ uffaata dhiigni irra bu'e
Uffaate jechuun,, foonii
Nama isaa dhiiga qabuu
Uffaate jechuudha

πŸ‘‰
#Maqaan isaa duubi
Waaqayyo jedhama
jechuun.isa immoo jalqabaa
Sagale turee, (Yoh 1:1)
inni Waaqayyo jedhee
#Sagaleen yookiin Dubbi
Suni foonii nama uffatee
Jechuu isaatii

🌻ራαŠ₯α‹­ 19:13
#α‰ α‹°αˆαˆ α‹¨α‰°αˆ¨αŒ¨ ልα‰₯ሡ
α‰°αŒαŠ“αŒ½αŽαŠ αˆ αˆ΅αˆ™αˆ
የαŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­
#α‰ƒαˆ α‰°α‰₯ሎአል

β—ˆMul’ata 19:15-16πŸ‘‡
#Goraadeen qaramaanii fi dheeraan kan inni ittiin
#saboota rukutus afaan
isaa keessaa ni ba'a
#ulee sibiilaatiinis isaan
ni tiksa Kana malees
iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa
isa kan Waaqayyo
Hundumaa Dandauu
ni dhidhiita
#Uffata isaa irratti maqaan, #Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaa” jedhu
barreeffameera

✍Haaluma walii
fakkaatu
#Kiristoos
yeroo fannifamee
Mata isaa gubbatti
Mooti yihudoota kan
Jedhu baraffamee jira

βž›πŸŒΉYoh 19:19-22πŸ‘‡
#Philaaxosis_barreeffama barreessee #fannoo
sana irratti maxxanse
Wanti inni barreesses
#Iyyaasuus nama
Naazireeti
#Mootii
Yihudootaa” kan jedhu ture

Bakki Iyyaasuus itti
fannifame magaalaatti
dhihoo waan tureef
Yihudoonni
#hedduun
wanta barreeffame kana
dubbisaniiru innis
✍afaan Ibrootaatiin
✍afaan Laatinii fi
✍afaan Giriikiitiin
kan barreeffame ture

Dura buutonni lubootaa Yihudootaa garuu
Philaaxosiin
#Ani Mootii Yihudootaa ti’ akka
inni jedhe barreessi
malee, β€˜Mootii
Yihudootaa’ jettee
hin barreessin” jedhan

Philaaxosis β€œEgaa, ani
wantan barreesse
barreesseera” jedhee
deebise

β—ˆKuni yeroo Kiristoos fannifamee kan ibsuudha
Uffaanni isaa dhiga kan
ta’e Sababa kanaafi

β—ˆHaata’u malee
#sibili sunii
Diima ta'u isaan dhigni
Kiristoos fakkeessu isatti
Maali dhigni nama Dima
Waani ta’ef

✍
#Museen bofa #sibiilaa
irra Kan hojjatee, Sababiin
isaa Kiristoos
#ulee
sibilaan akka Saba
isaa tiksuu ibsuuf
Sibilli
#cimaa akkuma ta’e
Tikseen keenya Kiristoos
Cima ta'u ibsuu

β—ˆYoh 10:11πŸ‘‡
#Ani tiksee gaarii dha
tiksee gaariin immoo
#hoolota isaatiif jedhee
lubbuu isaa
dabarsee ni kenna


=4=✍fakkeenya biraa
Musen bofaa fannisee
Sana karaa laman(2)
namaa fayyisa

=1=ijan arguudhan nama
Fayyisa

=2=lamaffan immoo
Sagale bofa fannifamee
sanaYoo, dhaga'ani
namni ni fayya

🌹=Fannoo Kiristoos
#ijan
Argani kan fayyan
Fakkeenyaaf
#dukka bu'oota isati
yookiin matii 120
=HDB 1:15

✍Yoh 20:20πŸ‘‡
Erga kana jedhee booda,
#harka isaa fi #cinaacha isaa isaanitti argisiise
#Barattoonnis Gooftaa
arguu isaaniitti guddaa
#gammadan

βž›
#Gammachu jechuun
Immo
#fayyina arguudha
akkuma Simi'oon jedhee

✍=Luqaas 2:28-30πŸ‘‡
#Simioon mucicha fuudhee #hammatee akkana jedhee Waaqayyoon galateeffate

#Yaa Gooftaa Oli Aanaa,
akkuma dubbattetti amma
#garbicha kee nagaadhaan geggeessi

sababiin isaas
#iji koo
isa
#fayyina argamsiisu #argeera

🌹=fakkeenyi warra
#ijaan Oso Hin arginee
sagalee qofan
Fayyani
==//====/===

🌹 Yaada yoo qabataniiπŸ‘‡
#Gutema123

✍ kan channeel πŸ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha
✍
#kuta_5_ffaaπŸ‘‡
✍ #kutaa_3_ffaa
✍Kiristoos xalayaa
Du'a balleessee jira
Kunis dinna balleesse
✍ Qol 2:12-15πŸ‘‡
πŸ‘‰isin #cuuphaa
isaatiin isaa wajjin awwaalamtanii turtan
walitti dhufeenya
isaa wajjin qabdaniinis
amantii humna Waaqa isa
duaa isa kaase sanaa
irratti qabdaniin isaa
wajjin duaa kaataniittu

Kana malees isin
sababii
#cubbuu keessaniitiin, akkasumas foon
keessan dhaqna
waan hin qabamneef
duutanii kan turtan taus, Waaqayyo isaa wajjin
jiraataa isin godheera.

πŸ‘‰ #Balleessaa keenya
hundas gaarummaadhaan
nuuf dhiiseera

πŸ‘‰akkasumas #seera
#harkaan_barreeffamef
isa labsiiwwan
qabatee fi nu mormu sana
#haqeera

fannoo irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa
irraa kaaseera
#Kanaanis mootummootaa fi
abbootii taayitaa boojiee qullaatti hambisuudhaan
#hiriira injifannootiin geggeessee uummatatti
isaan mulise
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
kan taboota immoo
β—ˆ ser.lakkoofsa 10:33-36πŸ‘‡
πŸ‘‰isareloonni gaara
Waaqayyo irraa kaanii
adeemsa #guyyaa sadii
deemuu jalqaban
#Taabonnik kakuu
Waaqayyo iddoo #boqonnaa isaaniif barbaaduuf
adeemsa guyyaa sadii
isaan dura deeme

πŸ‘‰Yeroo isaan buufaticha keessaa baanii deemuu jalqabanitti #duumessi
Waaqayyo guyyaa
guyyaa isaan gararraa
ni taa ture.

✍Yeroo #Taabotichi
sochou hundumaatti
#Museen "#Yaa Waaqayyo
kai, #diinonni kee haa
#bittinnaaan
#warri si #jibbanis
si duraa haa baqatan”
jedha ture.

πŸ‘‰Yommuu Taabotichi
boqotu immoo, β€œYaa waqayyo
gara Israaelota #kumaatama ta'an warra lakkaaamuu
hin dandeenyetti
deebii” jedha ture
✍kan jechuun Taaboni
Akkamiti harka diinaa
Keessa isin olche ni ibsa

β—ˆakkuma Kiristoos
Dalla du'a digee
Taabooni Waaqayyo
Dalla iyarikoo ni
Baleesse
✍ Ibroota 11:30πŸ‘‡
Sabichi guyyaa #torbaaf
erga itti #naannaee booda dallaan iYerikoo
amantiidhaan jige.
✍ kitaaba Iyyaasuus 6:1-5πŸ‘‡
IYerikoon dalla akka
gaariitti cufamtee
waan turteef eenyu illee
ishii keessaa bauus tae
ishiitti seenuu hin
dandau ture.kanafuu
Israa'eloni Itti seenu
hin dandeenye

πŸ‘‰Waaqayyo Iyyaasuudhaan
akkana jedheβ€œKunoo, ani iYerikoo, mootii ishii fi loltoota
ishii warra jajjaboo harka
keetti dabarsee kenneera Dhiironni loltoota
taatan hundi sia tokko magaalattiitti #marsaa naannaaa. Guyyaa ja'aaf
akkana godhaa
#Luboonni torbas
xurumbaa #torba qabatanii
Taaboticha dura akka
buan godhaa
πŸ‘‰Guyyaa #torbaffaatti
garuu, sia torba
magaalattiitti marsaatii naannaaa; luboonnis
xurumbaa sana haa
afuufan
#Xurumbaan sun yeroo
afuufamutti, sagalee
xurumbaa sanaa akkuma dhageessaniin,
guutummaan sabichaa guddisee iyya waraanaa
haa dhageessisu
Achiis #dallaan magaalattii
ni #jiga;e namoonni
sunis ol baanii,
tokkoon tokkoon isaanii kallattiidhaan gara
fuulduraatti ni qajeelu
β—ˆ kanafuu Tabooni
Dalla akkuma dige
Kiristoos dalla du'a
Nuura dige jira
β—ˆyeroo cuuphaa xurumbaa
Ni afuufama yoo, argitee
Jirate. Sababiin isaa isuma
Kan Ture

πŸ‘‰Walii fakkeenyi Taaboota
Fi Kiristoos hedduun jira
➒sababa Kanaafi
Taabooni fakkeenya Kiristoos
Wani qabuuf gara lagaati
Bahaa inni jedhamee isuma
Kan Ture.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
xumuree jira
-yaanni hedduun jira
Garuu ammafi ni gahaa
--------------------------------
Nagaa Waaqayyo
Hunduma keessaniif
Haata’u
------------------------------
πŸ…° kutaa-84-ffΒͺΒͺ 🍁
   β–£βž»gaaffii fi Deebi
   β–£βž»Muslimoota
1βž›Kiristoos yeroo lubbuu isaa kennu sana dura ni xumuramee jedhe moo ❓lubbuu kiyya Abbaati imanaa kennadhe jedhe.❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Yohaannis 19:30
#Iyyaasuus wayinii dhangaggaaΚΌaa sana erga dhamdhamee booda, β€œ #Ni_Xumurame ” jedhe; achiis #mataa isaa gadi qabee #hafuura(lubbuu)isaa kenne.
πŸ‘‰akka Yohaannis jedhutti ni xumurame erga jedhe booda lubbuu isaa kenee jedha.
✍Luqaas 23:46
#Iyyaasuus sagalee guddaadhaan iyyee, β€œ #Yaa_Abbaa, ani hafuura(lubbuu)koo imaanaadhaan harka keetti nan kennadha” jedhe. Erga kana jedhee #boodas lubbuu isaa kenne.
πŸ‘‰akka Luqaas jedhutti erga lubbuu isaa Abbaatti kenne booda jedha.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
    πŸŒΉ Deebii keenyaπŸ‘‡
🍳 lamaan isaanii iyyuu sirriidha
✍ akkuma beekamuu Yohaannis xumurame kani jedhe
#dubbi_kitaba inni wa'ee fannifamu Kiristoos ibsuu akka xumuramuuf jedhee (Yoh19:28)
πŸ‘‰Kanaafuu jecha kitaaba Qulqulluu jedhuu samuutti qabadhu.
✍Luqaas immoo Kiristoos erga waynii dhangagga'a sana dhamdhammee booda ,Kiristoos namicha Haattuu sana wajjiin akka dubbachaa turee erga ibsee booda lubbuu isaa kennee jedha
Β« iddoo kanatti Yohaannis immoo Kiristoos haattu wajjiin dubbachu isaa seenaa kana osoo hin bareessin biraa darbee lubbuu isaa kennuu qofaa bareesse. π‘˜π‘’π‘›π‘– π‘–π‘šπ‘šπ‘œπ‘œ π‘Žπ‘šπ‘Žπ‘™π‘Ž π‘˜π‘–π‘‘π‘Žπ‘π‘Ž π‘žπ‘’π‘™π‘žπ‘’π‘™π‘™π‘’π‘’π‘‘π‘‘π‘–, Β« π‘“π‘Žπ‘˜π‘˜π‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Žf π‘˜π‘Žπ‘›π‘–
#π‘™π‘’π‘žπ‘Žπ‘Žπ‘  π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘’π‘ π‘ π‘’ #π‘¦π‘œβ„Žπ‘Žπ‘›π‘›π‘–π‘  π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘Ž π‘‘π‘Žπ‘Ÿπ‘π‘Ž, π‘˜π‘Žπ‘›π‘– π‘¦π‘œβ„Žπ‘Žπ‘›π‘›π‘–π‘  π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘ π‘ π‘’ π‘–π‘šπ‘šπ‘œπ‘œ π‘™π‘’π‘žπ‘Žπ‘  π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘Ž π‘‘π‘Žπ‘Ÿπ‘π‘Ž, π‘¦π‘’π‘Ÿπ‘œ π‘–π‘šπ‘šπ‘œπ‘œ π‘¦π‘Žπ‘Žπ‘‘π‘Ž π‘€π‘Žπ‘™π‘– π‘“π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Žπ‘Žπ‘‘π‘Ž 𝑖𝑑𝑑𝑖 π‘π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘’π‘ π‘ π‘Žπ‘› π‘–π‘šπ‘šπ‘œπ‘œ π‘—π‘–π‘Ÿπ‘Ž.
🌺 π‘–π‘‘π‘‘π‘’π‘šπ‘Ž π‘˜π‘Žπ‘›π‘Žπ‘‘π‘–  π‘¦π‘œβ„Žπ‘Žπ‘›π‘›π‘–π‘  𝑓𝑖 π‘™π‘’π‘žπ‘Žπ‘Žπ‘  π‘¦π‘œπ‘œ, π‘–π‘™π‘Žπ‘™π‘’.
β“΅βž›π‘¦π‘œβ„Žπ‘Žπ‘›π‘›π‘–π‘  π‘¦π‘’π‘Ÿπ‘œ 𝑙𝑒𝑏𝑏𝑒 π‘–π‘ π‘Žπ‘Ž π‘˜π‘’π‘›π‘›π‘’
#π‘šπ‘Žπ‘‘π‘Ž π‘’π‘Ÿπ‘”π‘Ž π‘šπ‘Žπ‘‘π‘Ž π‘”π‘Žπ‘‘π‘– π‘žπ‘Žπ‘π‘’ π‘π‘œπ‘œπ‘‘π‘Ž π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’.π‘™π‘’π‘Žπ‘Žπ‘Žπ‘  π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘’ β„Žπ‘–π‘› 𝑗𝑒𝑛𝑛𝑒.(Yoh 19:30)
β“Άβž›π‘¦π‘œβ„Žπ‘Žπ‘›π‘›π‘–π‘ 
#π‘₯π‘’π‘šπ‘’π‘Ÿπ‘Žπ‘šπ‘’ π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’ π‘™π‘’π‘žπ‘Žπ‘Žπ‘  π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘’ β„Žπ‘–π‘› 𝑗𝑒𝑛𝑛𝑒.(Yoh,19:28-30)
β“·βž›π‘™π‘’π‘žπ‘Žπ‘Žπ‘  𝑙𝑒𝑏𝑏𝑒𝑒 π‘˜π‘œπ‘œ, π‘–π‘šπ‘Žπ‘Žπ‘›π‘Ž
#π‘Žπ‘π‘π‘Žπ‘‘π‘– π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Ž π‘˜π‘’π‘›π‘›π‘’ π‘‘π‘’π‘π‘π‘Žπ‘‘π‘’,π‘¦π‘œβ„Žπ‘Žπ‘›π‘›π‘–π‘  π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘’ β„Žπ‘–π‘› 𝑗𝑒𝑛𝑛𝑒(Luq 23:46)
β“Έβž›π‘€π‘Ž'𝑒𝑒
#β„Žπ‘Žπ‘Žπ‘‘π‘’ π‘™π‘’π‘žπ‘Žπ‘Žπ‘  π‘‘π‘’π‘π‘π‘Žπ‘‘π‘’ π‘—π‘–π‘Ÿπ‘Ž ,π‘¦π‘œβ„Žπ‘Žπ‘›π‘›π‘–π‘  π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘’ β„Žπ‘–π‘› π‘‘π‘’π‘π‘π‘Žπ‘›π‘›π‘’.(Luq 23:36-42)
β“Ήβž›π‘¦π‘œβ„Žπ‘Žπ‘›π‘›π‘–π‘  ,π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘œπ‘œπ‘ 
#π‘‘β„Žπ‘’π‘’π‘π‘œπ‘œπ‘‘β„Žπ‘’ π‘˜π‘Žπ‘›π‘– π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’ 𝑖𝑏𝑠𝑒 ,π‘™π‘’π‘žπ‘Žπ‘Žπ‘  π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘’ β„Žπ‘–π‘› 𝑖𝑏𝑠𝑖𝑛𝑒𝑒
(Yoh 19:28)
🌺 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙛π™ͺπ™ͺ 𝙖𝙒𝙖𝙑𝙖 π™ π™žπ™©π™–π™—π™– 𝙦π™ͺ𝙑𝙦π™ͺ𝙑𝙑π™ͺπ™ͺ π™—π™šπ™šπ™ π™ͺ𝙣 π™™π™žπ™§π™¦π™–π™’π™–.
#π‘šπ‘Žπ‘Žπ‘‘π‘’π‘€π‘œπ‘œπ‘  𝑓𝑖 #π‘šπ‘Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘žπ‘œπ‘œπ‘  π‘˜π‘Žπ‘›π‘– π‘™π‘’π‘žπ‘Žπ‘Žπ‘  π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’ 𝑓𝑖 π‘¦π‘œβ„Žπ‘Žπ‘›π‘›π‘–π‘–π‘  π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’ π‘˜π‘Žπ‘›π‘Ž π‘œπ‘ π‘œπ‘œ 𝑖𝑑𝑑𝑖 β„Žπ‘–π‘› π‘‘π‘Žπ‘π‘Žπ‘™π‘–π‘› π‘₯π‘’π‘šπ‘’π‘Ÿπ‘Žπ‘›π‘›π‘– π‘—π‘–π‘Ÿπ‘’.
➊➻Maatewos 27:50
Ammas
#Iyyaasuus sagalee guddaadhaan erga iyyee booda hafuura(lubbuu) isaa kenne.
❷➻Maarqoos 15:37
Iyyaasuus garuu sagalee guddaadhaan erga iyyee booda lubbuu isaa kenne.
❸➻Luqaas 23:36
#Loltoonni illee isatti qoosan, dhufanii #daadhii wayinii #dhangaggaaΚΌaa isaaf kennanii
❹➻Luqaas 23:42
Achiis, β€œ
Yaa Iyyaasuus yommuu #gara_Mootummaa keetti dhuftu na yaadadhu” jedhe.
πŸ…Ύ 𝙬𝙖𝙑π™ͺπ™’π™–π™œπ™–π™‘π™–π™©π™©π™ž
π‘¦π‘œβ„Žπ‘Žπ‘›π‘›π‘–π‘  π‘₯π‘’π‘šπ‘’π‘Ÿπ‘Žπ‘šπ‘’ π‘¦π‘’π‘Ÿπ‘œπ‘œ π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘’
#𝑑𝑒𝑏𝑏𝑖𝑛_π‘˜π‘–π‘‘π‘Žπ‘π‘Ž π‘Ÿπ‘Žπ‘—π‘—π‘œπ‘‘π‘Ž π‘˜π‘’π‘’π‘ π‘ π‘Ž π‘—π‘–π‘Ÿπ‘’ π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Ž π‘Ÿπ‘Žπ‘€π‘€π‘Žπ‘‘π‘Žπ‘šπ‘’π‘’π‘“ π‘šπ‘Žπ‘™π‘’π‘’
❺➻Yohaannis 19:28
Iyyaasuus wanti hundi xumuramuu isaa yommuu beekee, wanti
#Kitaabni Qulqulluun jedhu akka xumuramuuf β€œNan dheebodhe” jedhe.
❻➻Yohaannis 19:29
Bakka sanas okkoteen daadhiin wayinii dhangaggaaΚΌuun guutame tokko kaaΚΌamee ture. Kanaaf, isaan ispoonjii daadhii wayinii dhangaggaaΚΌaa taΚΌeen guutame hagadaa hisoophiitti diranii afaan isaatti qaban.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹Haala tartiiba isaaπŸ‘‡
➊=Nan-dheebodhe (Yoh 19:28
❷=Ni-xumurame Dubbiin kitaaba (Yoh 19:28-30)
❸=Lubuu isaa immoo Abbati kenne jedha (Luq 23:46)*
❹=Mataa isa gadi qabe(Yoh 19:30)
πŸ‘‰ lubbuu isaa kennaπŸ‘ˆ
✍jecha lubuu isa kenne jedhu irraati yohannis fi luqaas yaada tokkon ni ibsu.( Yoh 19:30).(Luq 23:46)
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
hordofuu yoo,barbaadan
πŸ‘‡πŸ‘‡πš‘πšžπššπšŠπšŠ πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha