‎ïžðkutaa -67-ffªª ‵ïžð
ðgaaffii fi deebi
ðMuslimoota
â¡ïž Yohaannis 14:28
Ani nan #deema, deebiees
gara keessan nan dhufaâ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taee, #Abbaan ana irra waan #caaluuf gara Abbaa dhaquu #kootti ni #gammaddu turtan
=========//======
ð ° gaaffii isaanii
1=Abbaan Kiristoos ni caala â
Kanaaf Kiristoos waqaa miti jedhuu.â
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ð ±â© deebii keenyað
sababa Abbaan Kiristoos caaluuf Kiristoos gara lafa kana dhufee foonii nama uffate,nama taâe Abbaan immoo gonkumaa foonii nama hin uffaanne.kani jedhuu ta'a.
ð Ÿ #gaaffii tokko Muslimoota gaafachuu qabna wangeela Yohaannis 14:28 irratti abbaa fi Kiristoos Waaqummaan wali caalani jedhee âmoo, bara baran jirachuun wali caalanii jedhee â
ð iddoo kana irratti sababa inni caaluuf gonkumaa hooma fiduu hin dandani â.
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
â¡ïž akka dubbisa kanati(Yoh 14:28) irraati Abbaan naa, caalaa kani jedhee Kiristoos
#jecha ani nani #deema jedhuu .#Ani gara Abbaa jedha , kuni immoo kani ibsu yeroo kanatti Kiristoos iddoo jalqabaa ture gara abbaa nan deema jechuu isaatti.* kunis gargaruuma Kiristoos fi Abbaa ibsuuf turee, Abbaan saami irraa Kiristoos immoo lafa irraa jira, ,Kiristoos immoo yeroo gara lafa dhufu foonii nama uffateti ,kanuma qofa gargarummaa isa
âµðYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu olii bauu yoo argitan maal jettu ree?
â¶ðMaarqoos 10:45
#Ilmi_namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.â (Luq 15:4-5*(Yoh 10:1-6))
â€Žïž kiristoosi akkamiti dhufe ree? foonii nama uffatee.
â·ðRoome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa #karaa_foonii_sanyii Daawit #irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.
âžðIbroota 2:14
#ijoolleenâ sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ð¥Kiristoos foonii nama uffatee lafa irraa dhufee ,Abbaan immoo foonii namaa hin uffanne, sababa kanafuu caala.
malee Aangoo Waaqummaan hin jedhuu Kitaabni Qulqulluun
â¹ðFiliphisiiyus 2:5-8
Isinis ilaalcha Kiristoos iyyaasuus qabu sana qabaadhaa; #inni_bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin #qixxee_tauuf hin yaadne. Kanaa #mannaa_duwwaa
of godhe; #bifa garbummaa #fudhatees_nama tae. Kana malees, yeroo #nama taee dhufe, #gad of qabuudhaan hamma duaatti, jechuunis hamma Fannoo irratti fannifamee duuutti ajajamaa tae.
ð¹Kiristoos Abbaa wajjin qixxee ta'u hin barbannee gadi ofi qabe foonii nama uffatee erga jedhee.
ð¹#jechi_qixxee ta'u hin barbanne jedhu maali ibsa ree, erga wali qixa hin tanee Abbaan ni caala jechudha bari.
ðerga qixxee hin tanee sababa kanafi tokko ni caala jechudha.
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
â Abbaa fi Kiristoos akka waliqixxee tani ilaala.
ð °(1)ðAlfaa fi omega kani tani abba fi Kiristoos qofaa
ð¥Mulâata 1:8
Ani #Alfaa fi #Omeegaa dhaâ jedha Waaqayyon inni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.â
ð¥Mulâata 22:13
Ani #Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.(Mulâata 22:20),isayaas 44:6*48:12)
ð ±(2)ðbara baran jiraachuudhaan
ð¥Farfannaa 102:27
Ati garuu #isuma sana, #waggoonni kees dhuma hin qaban
ð¥Ibroota 13:8
Iyyasus #Kiristoos kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
ð(3)ðAbbaa fi Kiristoos tokko
ð¥Yohaannis 10:30
Abbaanii fi ani tokkoâ isaaniin jedhe
ð(4)ðAddunyaa duraa jirachuun.waliqixa isaanii.
ð¥Yohaannis 17:5
yaa #Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
ðKiristoos fi Abba qofaati addunyaa duraa jirachu ibsaa.
ð³ link waldaa keenya hordofuu yoo, barbadani kan xuqað
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
ðððððððð

Audio
â ortodoksi fi pheenxee
â© pheenxee gonkumaa Kiristoos hin beektuu.
Kiristoos iddoo #lamatti Addan qooduu.
âgara tokko Waaqa
âgara tokko nama
ââ nutti orthodoksi biratti
ð °Gara tokko waaqa â
ð ±Gara tokko namaâ
=Kiristoos gargari qooduu hin dandeenyu.
Sababiin isaa Kiristoos amala lamaa irraa amala tokko jenne amana.
ð Ÿ Ibrootaa 13:8
Iyyaasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
==================
1ïžâ£ pheenxee Kiristoos du'a jalqabaa ka'e jira maalif jenne yoo, gaafane ragaa hin qabduu ð
ð ° nutti orthodoksin sababa Kiristoos angafa du'a taee ni ibsina.
1Qorontos 15:20-21
Amma garuu #Kiristoos warra duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'e Sababiin isaas akkuma duuti karaa nama
tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama_tokkoo
dhufa
1Qorontos 15:55
Yaa #dua_nana injifannoon kee meerre ree? Yaa dua nana #ilkeen kee meerre ree?â
ðºRaji_hose 13:14
#Du'a jalaas isaan furuu ree? Yaa du'aa, dha'ichi kee #meerre ree?
#Orthodoksi (Gutema)
#pheenxee (Samuel)

ðºkuta-90-ffaa ððð
â»gaafi fi Deebi
â»Musiliimota
ðGaaffii isaanii akkasii jedha.
âµâ»Dubartii magdala(magdalawit)Maariyaam kani jedhamtu « erga jalqabaa Kiristoos argitee lamaaffaa maalif barbadi jedhuu.â
Maatewos 28:9
Yeroo kanatti #Iyyasuus isaanitti dhufee, âNagaan isiniif haataÊŒu!â jedhe. Isaanis isatti dhihaatanii #miilla isaa qabatanii isaaf sagadan.
Yohaannis 20:15
#Iyyaasuus,âDubartii nana maaliif #boossa? Eenyuun barbaadda?â jedheen. Ishiinis #nama_ashaakiltii #eeggu waan ishiitti fakkaateef, âYaa gooftaa, situ fudhate yoo taÊŒe, ani akkan isa fudhadhuuf eessa akka isa keesse natti himiâ jetteen.
==========
âDeebii keenyað
Sababa ishii Kiristoos jalqabaa argitee booda immoo yeroo lamaffaa barbaduufi.
â»jalqabaa dura kani maatewos irraa jiru osoo dubartoonni karaa deemaa jirani karaatti itti dhufe nagaa gaafatee. Isaa booda isaani miilla isaa qabani sagadaanif. garuuu Kiristoos akkasii jedhaniið
â¶â»Maatewos 28:10
Achiis Iyyaasus âHin sodaatinaa! Gara Galiilaa dhaqanii achitti akka na #argan obboloota kootti himaaâ isaaniin jedhe.
â»Haataâu malee isaanii yaada kana barattootatti himanii jiruu.
â·â»Maatewos 28:16
Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa Iyyaasuus achitti wal-argina isaaniin jedhe sanaa #dhaqan.
â hanga yeroo kanatti Kiristoos Gaaliila hin dhaqnee.Sababiin isaa namoonni tokko tokko wanta kana kani hin Amanee wani jiraniif.
âžâ»Yohaannis 20:8
HaataÊŒu malee, #isaan wanta #Kitaabni Qulqulluun inni duÊŒaa kaÊŒuu akka qabu dubbatu amma iyyuu #hin_hubanne turan.
â¹â»Maarqoos 9:32
#Isaan garuu wanta inni dubbate hin hubanne; isa #gaafachuus ni sodaatan.
âºâ»Maatewos 26:32
HaataÊŒu malee, #ergan_duaa kaÊŒee booda, isin #dursee gara #Galiilaa nan dhaqa.â
âErgamoonni(Malakooni) kanuma jedhanii turani.
â»â»Maatewos 28:7
Kanaaf #dafaa dhaqaatii, âInni duÊŒaa kaÊŒeera, isin #dursee gara #Galiilaa ni dhaqa, isin achitti isa ni argituâ jedhaa barattoota isaatti himaa. Wanta ani isiniin jedhe kana hin #irraanfatinaa.â
âŒâ»Maarqoos 16:7
Kanaa mannaa dhaqaatii, #Inni isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa. #Akkuma inni isinitti himee #tures, isin achitti isa ni argituâ jedhaa barattoota isaa fi Pheexirositti himaa.â
ââ»Luqaas 24:6-7
Inni duÊŒaa kaÊŒeera, as hin jiru. #Yommuu_Galiilaa turetti wanta inni isinitti dubbate yaadadhaa; #Ilmi namaa cubbamootatti dabarfamee kennamuu, Fannoo jirratti fannifamuu fi guyyaa #sadaffaattis duÊŒaa kaÊŒuu akka qabu isinitti himee ture.â
ð Walumaagalatti.
Dubartiin tunni jecha Kiristoos fi kani ergamoota sana hin fudhanne . Akkuma Kitaabni jedhuu wanti kuni jala dhokatee ture. Jecha.
ââ»Luqaas 9:44-45
Wanta ani isinitti himuuf jedhu kana xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa, akkasumas yaadadhaa; Ilmi namaa harka namootaatti #dabarfamee ni kennama.â #Isaan garuu wanta inni dubbachaa ture hin hubanne. #Dubbiin kun isaan jalaa waan #dhokateef, hubachuu hin dandeenye; waaÊŒee dubbii kanaas isa gaafachuu ni sodaatan.
ðº dubartiin tuniis yeroo afurii deddeebitee jirti.Kiristoos jalqabaa dura karaa irratti argitee yeroo biraa immoo iddoo awaala deemtee osoo ishiin bo'aa jirtu, nama biqiltuu eeggu itti fakkatee Sababiin isaa yeroo kunis ganama wanii taâef, « akkuma eeggan tokko halkanii guutuu wanta isaa eeguu kuni iddoo kamittiyyuu irraa guddaan isaa haatuun halkanii wani haattuuf halkanii baay'ee ni eeggama, ture, ishin dubartiin sunis yaanni ishii iddoo biqiltuu wani jiruuf nama biqiltuu eeggu kana itti fakkatee Kanaafi, sababa ishiin Kiristoos walate isaa kana turee.
ââ»Yohaannis 20:14
Erga kana dubbattee booda, duubatti garagaltee Iyyaasus akka achi dhaabate argite; haa taÊŒu malee ishiin inni Iyyaasus taÊŒuu isaa #hin_hubanne.
11âYohaannis 20:15
Iyyaasus immoo, âDubartii nana, maaliif boossa? Eenyuun barbaadda?â jedhee ishee gaafate; isheen illee, kun #eegduu dha jettee, waan #yaadeef, âGooftaa ko, ati asii fuutee iddoo tokkotti isa geessiteetta yoo ta'e, eessa akka isa keesse anatti himi, ani dhaqee isa nan fidaâ ittiin jette
ðº kuni rakkoo hubbanna ishee malee wanta biraa miti Eeyyee Kiristoos yeroo lama argitee jirti.
========
link waldaa xuqaað
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
ð¹Dððððð ð¢ðªðšðð¡ðð¢ð€ð©ðð ðð ð¥ðððð£ðððâââââ
âIyyesuus, âBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!â isaaniin jedhe.â (Maat.16:6).
á¢ášá±áµá ášááªá³áá«áá ášá°á±ááá«á á¥á០á°á áááá á°á á áá¡ á áážáᢠ(ááŽááµ 16:6)

ðº ðð¡ð¢ðâ»Namni akkamitti ilma waaqayyoo jedhama...â
ð³ððððð ðððð ð ððððð¢ð ðððððð,
â»ð ððððð¢ð¢ðð ðððð ððð,ððððððð,
â»ðððð ððððð ðððð ðððððð
â»ðððð ð¢ðððð ððððð ððð, ðððððððð ð ððð ðððð
â¬â¬â¬â¬
â¶â»Raaji-Ermiyaas 31:20
Efreem #ilma koo #jaallatamaa,
mucaa ani itti #gammadu mitii?
Ani yeroo baayÊŒee yoon isaan morme iyyuu amma illee isa nan yaadadha.
Kanaafuu #garaan koo isaaf ni yaada; garaas nan #laafaafâ
jedha Waaqayyo.
â»iddoo kanatti Efreem ilma Waaqayyo karaa ittiin jedhamee ibsee jira ðððððð ððððð ððððððð ðððð ð¢ðððððð ðððð.
â·â»Sera.Uumama 41:51-52
#Yoosefis, âWaaqni rakkina koo hundaa fi mana abbaa koo hunda na irraanfachiiseeraâ jedhee maqaa ilma isaa hangaftichaa #Minaasee jedhee moggaase. âWaaqni biyya ani itti rakkadhe keessatti na baayÊŒiseeraâ jedhee ilma isaa isa lammaffaa immoo #Efreem jedhee moggaase
âžâ»Sera.Lakkoofsa 26:28
Ilmaan #Yoseef akka #maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: #Minaasee fi #Efreem.
â¹â»Kitaaba iyasu 16:4
#sanyii_Yoseef kan taÊŒan Minaasee fi Efreem biyya isaanii #dhaalaan ni fudhatan.
âºâ»Luqaas 3:38
ilma Enoos,ilma Seeti, ilma #Addaam_ilma_Waaqaa.
â»â»Ibroota 12:5-7
isa akka #ilmaaniitti akkana jedhee isin gorsu sana guutummaatti irraanfattaniittu: âYaa ilma koo, adaba waqayyoo akka laayyootti hin ilaalin, yeroo inni sirreeffama sii kennus abdii hin kutatin #waqayyoon warra #jaallatu ni adaba, #nama akka #ilma isaatti fudhatu hundas ni garafa.â Jabaattanii dhaabbachuun keessan karaa adaba itti argattan keessaa tokko akka taÊŒetti ilaalaa. #Waaqayyo akka #ilmaan isaatti #isin ilaala. Ilmi abbaan isaa isa hin adabne eenyu?
ð³ðððððððð ððððð ðððð,ðððð ððððð ð ððððð¢ð¢ðð ððððð ððððððð ððððð ð ððððð¢ð¢ððð #ðððð ððððð ðððð ððððððð
ð³ Kiristoosif nutti yaaka keenya irraa deebinee yoo, jirane, akkasumas gara Isaatii yoo,deemne ilma isaa ni jedhamna.
âŒâ»Maatewoos 9:2
#nama lamshaaÊŒee #siree irra ciise tokko gara isaatti fidan. #Iyyaasus amantii namoota kanaa ilaalee, #namicha lamshaaÊŒe sanaan â jabaadhu #ilma_koo! Cubbuun kee siif dhiifameeraâ jedhe â.
ð³ ððªð¢ðªð§ð ðð§ð§ððð©ð.
Yoo nuu ilma jedhamnee Waaqayyo immoo Abbaa Hafuuraa nuufi ta'a.
âœâ»Ibrootaa 12:9-10
Kana malees nu hundinuu #abbootii_foonii kanneen nu adaban qabna turre; isaan kabajnas turre. Yoos #Abbaa_Hafuuraatiifi immoo hammam caalaa ajajamnee jiraachuu qabna ree! Abbootiin keenya akkuma isaanitti gaarii fakkaatetti yeroo gabaabaaf nu adabaa turan; #Waaqni garuu akka nu qulqullummaa isaa keessatti hirmaannuuf faayidaa keenyaaf jedhee nu adaba.
â»iddoo kanatti Abbaa hafuuraa kani jedhamee « #Waaqayyo »
â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ðgαÑα ÑÑâÑgÑαЌαð
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
ð£ðð¢ð£ð ð¬ðððŠðð®ð®ð€ð #ððð€ð€ð¡ð¡ðð ðð ð ðð¢ðð©ð©ð ðððððð¢ð ð ðð£ð ðððððª ðð¢ð¢ð€ð€ ðððð ðððð.....

âBagaa Gessan-19
Maqaan Gabri'el jedhuu afaanii Ibrayisxiittiin ×Ö·ÖŒ×ְך֎××ÖµÖ¡× ( #Gabriel) jedhama jechota lamatti irraa walitti dhufee×Ö·ÖŒ×ְך֎ð ð××ÖµÖ¡×
Hika isaa immo Nama jabaa//loltuu) Waqayyo jecha.
Maqaan Gabri'el afaanii Giriikiitiin immoo #ÎαβÏιᜎλ (GabriÄl) hiikaa isaa immoo Ergamaa Waaqayyo jedha kani Ibraayisxiitti wajjiin tokkummaa.
â #Gabriel Nama baay'ee #jalata
ð³ragaa keenyað
Raajii-Daani'el 10:18-19
#inni nama fakkaatu sun ammas na tuqee na jabeesse.
Achiis, Yaa #nama baayÊŒee #jaallatamaa taate nana, hin sodaatin. #Nagaan siif haa taÊŒu. Jabaadhu, eeyyee, jabaadhuâ naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, Yaa #gooftaa_koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhuâ nan jedhe.
â»Ergamonni Waqayyo hanga nama jalatani fi kabajaani argitani
â»Dani'el immo Gabrieli dhan yaa #Gooftaa koo jedhanii.
â¬â¬
ðjalali kessan Akkuma Gabriel bay'ee isiin jalatu isiin immo Gabriel bay'ee jalatu.
. #jalala_keesan itti fufa...
ðâðš ððŠðŠðððð ðððð ðð ðððð âðð¡ðð¢.
â ð€ðð¯ð ð±ð¢ð©ð¢ð€ð¯ððªð âïž

â£ïžHaaluma wali fakkaata burqaan dhugaa Waaqayyo wani taâefi ifaa jedhamee.
ââ»Luqaas,11:35
akka #ifni si keessaa dukkana hin taaneef of eeggadhu.
ââ»Yohaannis 1 :9
#Ifni dhugaa kan #nama_hundaaf ifa kennu sun gara addunyaa dhufaa ture
â»Amma iddoo kanatti Kiristoos ifa namoota addunyaa hundaafi kennuuf jechuun ibsa kana osoo hin tanee dhugaa namoota addunyaa kanaafi Kanaafi.
ð¹akkuma amalii Waaqayyo tokko ifa taâe ,inni bira immoo Waaqayyo jalala jedha.
ââ»1 Yohaannis 4:8
Namni jaalala hin argisiisne Waaqayyoon hin beeku; sababiin isaas, #Waaqayyo #jaalala.
ððªð¢ðªð§ð ðð§ð§ððð©ð
-â»ð ððððð¢ð¢ð #ððð ððððð
-â»ð ððððð¢ð¢ðð #ðððððð ððððð
-# ðððððððððð ððððð
âµâ» #ððððððð ðððððð ðððð ðððððð ð ððððð¢ð¢ð ð ððððð ðððð ðððððð ðððð ð ððððð¢ð¢ð ððð ðððððâ
â¶â» #ððððððð ððð ðððð ðððð ðððð ð ððððð¢ð¢ð ð ððððð ðððð, ðððð ðððð ð ððððð¢ð¢ð ðððð ððð ðððððâ
â·â» #ððððððð ðððððð ðððð,ððððððð ðððð ð ððððð¢ð ð ððððð ðððð,ððððððð ðððð ð ððððð¢ð¢ð ðððð â
â£ïžðððð Telegrama kotað
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
ââ»Luqaas,11:35
akka #ifni si keessaa dukkana hin taaneef of eeggadhu.
ââ»Yohaannis 1 :9
#Ifni dhugaa kan #nama_hundaaf ifa kennu sun gara addunyaa dhufaa ture
â»Amma iddoo kanatti Kiristoos ifa namoota addunyaa hundaafi kennuuf jechuun ibsa kana osoo hin tanee dhugaa namoota addunyaa kanaafi Kanaafi.
ð¹akkuma amalii Waaqayyo tokko ifa taâe ,inni bira immoo Waaqayyo jalala jedha.
ââ»1 Yohaannis 4:8
Namni jaalala hin argisiisne Waaqayyoon hin beeku; sababiin isaas, #Waaqayyo #jaalala.
ððªð¢ðªð§ð ðð§ð§ððð©ð
-â»ð ððððð¢ð¢ð #ððð ððððð
-â»ð ððððð¢ð¢ðð #ðððððð ððððð
-# ðððððððððð ððððð
âµâ» #ððððððð ðððððð ðððð ðððððð ð ððððð¢ð¢ð ð ððððð ðððð ðððððð ðððð ð ððððð¢ð¢ð ððð ðððððâ
â¶â» #ððððððð ððð ðððð ðððð ðððð ð ððððð¢ð¢ð ð ððððð ðððð, ðððð ðððð ð ððððð¢ð¢ð ðððð ððð ðððððâ
â·â» #ððððððð ðððððð ðððð,ððððððð ðððð ð ððððð¢ð ð ððððð ðððð,ððððððð ðððð ð ððððð¢ð¢ð ðððð â
â£ïžðððð Telegrama kotað
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Telegram
ð¹Dððððð ð¢ðªðšðð¡ðð¢ð€ð©ðð ðð ð¥ðððð£ðððâââââ
âIyyesuus, âBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!â isaaniin jedhe.â (Maat.16:6).
á¢ášá±áµá ášááªá³áá«áá ášá°á±ááá«á á¥á០á°á áááá á°á á áá¡ á áážáᢠ(ááŽááµ 16:6)
á¢ášá±áµá ášááªá³áá«áá ášá°á±ááá«á á¥á០á°á áááá á°á á áá¡ á áážáᢠ(ááŽááµ 16:6)
ð
° kutaa-101-ffaað
â»Gaafi fi Deebi Muslimoota
âYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taÊŒee fi Abbaa bira jirutu waaÊŒee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu â
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaÊŒamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaÊŒu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taÊŒu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
â¬â¬â¬
ð Deebi keenyað
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
â»Abrahaam
â»Isayaas
â»Iyyoobi
â»Yohaannis
ââ»Abrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaÊŒee jiruu #Waaqayyo isatti #mulÊŒate.
ââ»Isaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duÊŒe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaÊŒee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
â¬â¬â¬â¬â¬
ðAmma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf « jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa taâe dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a » .
â Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti ð
ââ»Raajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taÊŒe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaÊŒee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taÊŒee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;
â»â€Nama kani fakkatu inni Tessoo irraa taâe #Kiristoos
ââ»Raajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaÊŒamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaÊŒe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaÊŒaa jiru turan.
â»â€uffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
ââ»Maatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife; #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
â»â€ïž #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
ââ»Mulâata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture; miilli isaa sibiila diimaa baÊŒeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture. Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taÊŒee fi karaa lamaan qara qabu ni baÊŒe, #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duÊŒee taÊŒeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaÊŒee akkana naan jedhe: âHin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas ð#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duÊŒaa fi Awwaalaa qaba.
â»â€ dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
â»â€ Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.
ð¹kani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
ââ»1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taÊŒe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulÊŒisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaÊŒamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaÊŒu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taÊŒu. Ameen.

C)ðâ»ð¹amma immoo gara #hikaa #sirriitti koota meeð
Ergan Abbaan illee samii irraa bahee oli deebi'ee, akkasumas hafuuri Qulqulluun irree samii irraa bu'ee ,oli deebi'ee. Kiristoos maalif Ana qofaa sami irraa gadi bu'ee oli deebii'ee jedhe reeâ
=kunis wangeela Yohaannis 3:13 ergaa akkasii sababii isaa lakkoofsa 3:14-15 ðð ðð ðð
â. ð ððððð ððððð ð¡ððð ð ððð ðððð ðððð ðð¢'ð ððððð ð¡ð¢ðð...â
â.ð ððððð ððððð ð¡ððð ðððð ð ðððð¡ð¡ð ððð ððâð âðð ððððð ð¡ð¢ðð.â
ð¹sababii inni samii irraa gadi bu'ee lubuu isaa kenne namoota fayyisuu
âŸ.Yohaannis 3:13-15
#Ilma_Namaa isa samii irraa gad buÊŒe malee eenyu iyyuu samiitti ol hin baane. #Akkuma Museen gammoojjii keessatti bofa fannise sana Ilmi Namaas #fannifamuu qaba. Kunis akka #namni isatti #amanu hundi #jireenya bara baraa qabaatuuf
â»ðððð¢ðð ðððð ðððð ðððð ððð ððððððððð ððððð ððððððð ðððð ðððð.
â¿.Yohaannis 12:32
#Ani garuu yeroon #lafa irraa ol fuudhamutti #nama_hunda ofitti nan harkisa.
ð¹amma immoo kayyoo innii gara samii olii bahee Kiristoos afaanii isaatiin akkasi jedhee.
ââ.Yohaannis 14:3
Anis yoon dhaqee iddoo isinii qopheesse, akka isinis iddoo #ani jiru #jiraattaniif deebiÊŒee dhufeen ofitti isin fudhadha.
ââ.Efesoon 4:7-10
akkuma #safara kennaa #Kiristoositti tokkoo tokkoo keenyaaf ayyaanni kennameera. Kanaafuu « #inni yommuu #olii gubbaa baʌetti #boojuu boojiʌe;
namootaafis kennaa kenneâ jedha.Maarree jechi #gara_oliitti baÊŒeâ jedhu, #gadi buÊŒeera, jechuunis gara lafaatti gad buÊŒeera jechuu malee maal jechuu taÊŒa? #Inni_gad buÊŒe sun isuma waan #hunda guutuuf jedhee #samiiwwan_hundaa #olitti_olii_baee dha.
ââ.Farfannaa 68:18
Ati yommuu #oli gubbaa baatetti #boojuu baayÊŒee fudhate yaa #Waaqayyo, yaa #Waaqi, ati achi #jiraachuuf jettee, namoota irraa, finciltoota irraas kennaa fudhatte
â¬â¬â¬â¬â¬â¬
â»ððªð¢ðªð§ðð ðð§ð§ððð©ð©ð.
#ðððŠðŠðð ð ððð ððððð
#ðððððð #ððð¢ð¢ððð ðð¢ððð¢ððð¢ð¢ð ðððð ðð¢'ððð ððð ðððððððððð, ðððð #ððððð ð¡ððð ððððð ðððð.
ððððð ð¡ððð ð ððð ðððð ðððð ðð¢'ð ððððððððð ðððððð¡ð ðððŠðŠðð ð¢,
ðððð ð ðððð¡ð¡ð ðððð ððð ððâðð ðððððð¡ð âðððð ð ððð¥ððð ðððð ð ð ðð¢ðâðð¡ð ððð ðððððð¢ð¢ðð.
ððððððð¢ð¢ ðŠðððð ððððð¡ð ððððð ð ðððâððð ððððð « #Ilma Namaa isa #samii irraa gad buÊŒe malee eenyu iyyuu #samiitti oli hin baane » inni jedhuu (yoh 3:13) kanuma ibsaa.
â»Henok, Eliyaas ,eenyuu iyyuu yoomu gara samii oli bahu akkasi hin goonne â
â¬â¬â¬â¬
ðððð ððððððððð ððððð
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Ergan Abbaan illee samii irraa bahee oli deebi'ee, akkasumas hafuuri Qulqulluun irree samii irraa bu'ee ,oli deebi'ee. Kiristoos maalif Ana qofaa sami irraa gadi bu'ee oli deebii'ee jedhe reeâ
=kunis wangeela Yohaannis 3:13 ergaa akkasii sababii isaa lakkoofsa 3:14-15 ðð ðð ðð
â. ð ððððð ððððð ð¡ððð ð ððð ðððð ðððð ðð¢'ð ððððð ð¡ð¢ðð...â
â.ð ððððð ððððð ð¡ððð ðððð ð ðððð¡ð¡ð ððð ððâð âðð ððððð ð¡ð¢ðð.â
ð¹sababii inni samii irraa gadi bu'ee lubuu isaa kenne namoota fayyisuu
âŸ.Yohaannis 3:13-15
#Ilma_Namaa isa samii irraa gad buÊŒe malee eenyu iyyuu samiitti ol hin baane. #Akkuma Museen gammoojjii keessatti bofa fannise sana Ilmi Namaas #fannifamuu qaba. Kunis akka #namni isatti #amanu hundi #jireenya bara baraa qabaatuuf
â»ðððð¢ðð ðððð ðððð ðððð ððð ððððððððð ððððð ððððððð ðððð ðððð.
â¿.Yohaannis 12:32
#Ani garuu yeroon #lafa irraa ol fuudhamutti #nama_hunda ofitti nan harkisa.
ð¹amma immoo kayyoo innii gara samii olii bahee Kiristoos afaanii isaatiin akkasi jedhee.
ââ.Yohaannis 14:3
Anis yoon dhaqee iddoo isinii qopheesse, akka isinis iddoo #ani jiru #jiraattaniif deebiÊŒee dhufeen ofitti isin fudhadha.
ââ.Efesoon 4:7-10
akkuma #safara kennaa #Kiristoositti tokkoo tokkoo keenyaaf ayyaanni kennameera. Kanaafuu « #inni yommuu #olii gubbaa baʌetti #boojuu boojiʌe;
namootaafis kennaa kenneâ jedha.Maarree jechi #gara_oliitti baÊŒeâ jedhu, #gadi buÊŒeera, jechuunis gara lafaatti gad buÊŒeera jechuu malee maal jechuu taÊŒa? #Inni_gad buÊŒe sun isuma waan #hunda guutuuf jedhee #samiiwwan_hundaa #olitti_olii_baee dha.
ââ.Farfannaa 68:18
Ati yommuu #oli gubbaa baatetti #boojuu baayÊŒee fudhate yaa #Waaqayyo, yaa #Waaqi, ati achi #jiraachuuf jettee, namoota irraa, finciltoota irraas kennaa fudhatte
â¬â¬â¬â¬â¬â¬
â»ððªð¢ðªð§ðð ðð§ð§ððð©ð©ð.
#ðððŠðŠðð ð ððð ððððð
#ðððððð #ððð¢ð¢ððð ðð¢ððð¢ððð¢ð¢ð ðððð ðð¢'ððð ððð ðððððððððð, ðððð #ððððð ð¡ððð ððððð ðððð.
ððððð ð¡ððð ð ððð ðððð ðððð ðð¢'ð ððððððððð ðððððð¡ð ðððŠðŠðð ð¢,
ðððð ð ðððð¡ð¡ð ðððð ððð ððâðð ðððððð¡ð âðððð ð ððð¥ððð ðððð ð ð ðð¢ðâðð¡ð ððð ðððððð¢ð¢ðð.
ððððððð¢ð¢ ðŠðððð ððððð¡ð ððððð ð ðððâððð ððððð « #Ilma Namaa isa #samii irraa gad buÊŒe malee eenyu iyyuu #samiitti oli hin baane » inni jedhuu (yoh 3:13) kanuma ibsaa.
â»Henok, Eliyaas ,eenyuu iyyuu yoomu gara samii oli bahu akkasi hin goonne â
â¬â¬â¬â¬
ðððð ððððððððð ððððð
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Telegram
ð¹Dððððð ð¢ðªðšðð¡ðð¢ð€ð©ðð ðð ð¥ðððð£ðððâââââ
âIyyesuus, âBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!â isaaniin jedhe.â (Maat.16:6).
á¢ášá±áµá ášááªá³áá«áá ášá°á±ááá«á á¥á០á°á áááá á°á á áá¡ á áážáᢠ(ááŽááµ 16:6)
á¢ášá±áµá ášááªá³áá«áá ášá°á±ááá«á á¥á០á°á áááá á°á á áá¡ á áážáᢠ(ááŽááµ 16:6)
114.ð¢ððððððð 20:15 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/769
115.ð¢ððððððð 20:16 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/763
116.ð¢ððððððð 20:17(ð) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/780
117.ð¢ððððððð 20:17(ð) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/786
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/787
118.ð¢ððððððð 20:17(ð) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/789
119.ð¢ððððððð 20:17(ð) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/797
120.ð¢ððððððð 20:17(ð) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/799
121.ð¢ððððððð 20:17(ð ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/801
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ððªð¢ðªð§ðð¢ð ððð§ð.
ððððð¡ð,ð€ðððððŠðŠðð âððð¡ð'ð¢
â»ð€ððððððð #ððððððð ð ððððð ðð ððððð ðð¢ð ððððððð¡ð ðððð ðððâð¢ ðð¡ð¡ð ðð¢ðð.
115.ð¢ððððððð 20:16 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/763
116.ð¢ððððððð 20:17(ð) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/780
117.ð¢ððððððð 20:17(ð) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/786
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/787
118.ð¢ððððððð 20:17(ð) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/789
119.ð¢ððððððð 20:17(ð) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/797
120.ð¢ððððððð 20:17(ð) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/799
121.ð¢ððððððð 20:17(ð ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/801
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ððªð¢ðªð§ðð¢ð ððð§ð.
ððððð¡ð,ð€ðððððŠðŠðð âððð¡ð'ð¢
â»ð€ððððððð #ððððððð ð ððððð ðð ððððð ðð¢ð ððððððð¡ð ðððð ðððâð¢ ðð¡ð¡ð ðð¢ðð.
Telegram
ð¹Dððððð ð¢ðªðšðð¡ðð¢ð€ð©ðð ðð ð¥ðððð£ðððâââââ
ðºkuta-90-ffaa ððð
â»gaafi fi Deebi
â»Musiliimota
ðGaaffii isaanii akkasii jedha.
âµâ»Dubartii magdala(magdalawit)Maariyaam kani jedhamtu « erga jalqabaa Kiristoos argitee lamaaffaa maalif barbadi jedhuu.â
Maatewos 28:9
Yeroo kanatti #Iyyasuus isaanittiâŠ