๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐ŸŒธkutaa-44 ffยชยช ๐Ÿ…พ
                  โ™จ๏ธGaafi fi Deebi
๐ŸšญMuslimoota
โœYohaannis 11:35.
Iyyaasus(Kiristoos)
#imimmaan isaa dhangalaase(boo'e).
แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแŠ•แ‰ฃแ‹แŠ• แŠ แˆแˆฐแˆฐ
((แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11:35))
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Gaafii isaanii
1=Kiristoos Waaqayyo mitii
Waaqni akkamitti imimmaan dhangalaasaa yookiin akkamitti boo'aa jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ Deebi keenya.
imimmaan dhangalaasuu yookiin boo'uun ,nyaachuun Aangoo Waaqayyo gadii hin xiqeesuu ,yookiin immoo olii hin dabaluu.

๐Ÿ‘‰Ragaa kitaaba
โ“ต=โžงSer.Uum 6:6
#Waaqayyo nama lafa irratti uumuu isaa in #jibbe, guutummaa garaa isaatiinis in #gadde
โžžjedha Waaqayyo nama ni
#jibbee fi ni #gadde jedhuu ilaala
โœ Waaqayyo sababa nama jibbee fi gaddeef.
#Aangoo isa irraa maaltuu hiratee ,lakki hoomtuu hin hirane.
โ“ถ=โžงser.Uum 18:8
Sana booda inni
#dhadhaa fi #Aannan, akkasumas
jibicha qopheesse sana fuudhee
#nyaaticha isaaniif dhiheesse.
Yommuu isaan
#nyaatanis inni
mukicha jala isaan bira dhaabbatee ture.
โžžyeroo Waaqayyo mana Abrahaami seene,sana Waaqayyo nyaatee jedha.
๐Ÿ‘‰ kanafuu Waaqayyo wanta nyaateef maaltuu
hiratee ree..โ“

โœ Haaluma kan Kiristoos imimmaan dhangaalase yookiin yoo,
#gade Aangoo Kiristoos maaltuu hirachuu danda'a โ“
Lakki hoomtuu hin hiratu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บ kanaa booda Kiristoos
Sababa maalif imimmaan isaa dhangalaase kan jedhuu ilaala.
Deemna.โฌ‡๏ธ

๐ŸŒนโžžSababa
#Tokkoffaa
Ser.Uum 6:6 irratti Waaqayyo sababaa innii gadeef namaa wani jalatufi gadee.
Waaqayyo immoo Addunyaa jalachu isaa๐Ÿ‘‡
โ“ท=โžงYohaannis 3:16
Isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef,
#Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti
#addunyaa kana baayee #jaallateera.

โžงHaaluma walii fakkaatu immoo Kiristoos Alaazaar baay'ee jaalata.
โ“ธ=โžงYohaannis 11:36
Yeroo kanatti Yihudoonni, โ€œAkkam akka inni isa
#jaallatu ni argtuu?โ€ jechuu jalqaban

๐ŸŒนโžžSababa
#lammaffaa namaaf gadu Kiristoos afaanii qofa osoo hin tanee hojii nutti argisiise Fakkeenyaaf nuuf ta'uf
โ“นYohaannis 13:15
Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera.
โ“บ=โžงMaatewos 11:29
Waanjoo koo baadhaa,
#Ana irraas #baradhaa, ani garraamii fi kanan gadi of qabu waanan taeef #lubbuudhaan keessaniifis boqonnaa argattu.

๐ŸŒนโžžsababaa
#sadaffaan Kiristoos imimmaan dhangalaasuu isaa
Dhugumati
foonii keenya akka fudhatee ibsuuf, maalif yoo,jedhamee Kiristoos foonii nama miti kani ergamoota fudhatee akka hin jenneefi
Foonii nama immoo akka imimmaan qabuu mirkaneessuuf.akkasii godhee.
โ“ป=โžงRoome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa
#karaa_foonii sanyii Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.

โ“ผ=โžงIbroota 2:16
Sababiin isaas inni
#sanyii
Abrahaami gargaaraa jira malee,
#maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

๐Ÿšฏkutaa_42 ffaa dubbisa๐Ÿšท
โžก๏ธ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/464 โšซ๏ธ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
link kan xuqa yeroon itti qophaa deema ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
  โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ
โคด๏ธ๐Ÿ“kutaa -67-ffยชยช โคต๏ธ๐Ÿ“
  ๐Ÿ‘‰gaaffii fi deebi
  ๐Ÿ‘‰Muslimoota
โžก๏ธ Yohaannis 14:28
Ani nan
#deema, deebiees
gara keessan nan dhufaโ€™ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taee,
#Abbaan ana irra waan #caaluuf gara Abbaa dhaquu #kootti ni #gammaddu turtan
=========//======
๐Ÿ…ฐ gaaffii isaanii
1=Abbaan Kiristoos ni caala โ“
     Kanaaf Kiristoos waqaa miti jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…ฑโžฉ deebii keenya๐Ÿ‘‡
sababa Abbaan Kiristoos caaluuf Kiristoos gara lafa kana dhufee
foonii nama uffate,nama taโ€™e Abbaan immoo gonkumaa foonii nama hin uffaanne.kani jedhuu ta'a.
๐Ÿ…พ
#gaaffii tokko Muslimoota gaafachuu qabna wangeela Yohaannis 14:28 irratti abbaa fi Kiristoos Waaqummaan wali caalani jedhee โ“moo, bara baran jirachuun wali caalanii jedhee โ“
๐Ÿ†” iddoo kana irratti sababa inni caaluuf gonkumaa hooma fiduu hin dandani โŒ.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ akka dubbisa kanati(Yoh 14:28) irraati Abbaan naa, caalaa kani jedhee Kiristoos
#jecha ani nani #deema jedhuu .#Ani gara Abbaa jedha , kuni immoo kani ibsu yeroo kanatti Kiristoos iddoo jalqabaa ture gara abbaa nan deema jechuu isaatti.* kunis gargaruuma Kiristoos fi Abbaa ibsuuf turee, Abbaan saami irraa Kiristoos immoo lafa irraa jira, ,Kiristoos immoo yeroo gara lafa dhufu foonii nama uffateti ,kanuma qofa gargarummaa isa
โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu olii bauu yoo argitan maal jettu ree?
โ“ถ๐Ÿ‘‰Maarqoos 10:45
#Ilmi_namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.โ€ (Luq 15:4-5*(Yoh 10:1-6))
โคด๏ธ kiristoosi akkamiti dhufe ree?
foonii nama uffatee.
โ“ท๐Ÿ‘‰Roome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa
#karaa_foonii_sanyii Daawit #irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.
โ“ธ๐Ÿ‘‰Ibroota 2:14
#ijoolleenโ€ sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif,
#innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸฅKiristoos
foonii nama uffatee lafa irraa dhufee ,Abbaan immoo foonii namaa hin uffanne, sababa kanafuu caala.
malee Aangoo Waaqummaan hin jedhuu Kitaabni Qulqulluun
โ“น๐Ÿ‘‰Filiphisiiyus 2:5-8
Isinis ilaalcha Kiristoos iyyaasuus qabu sana qabaadhaa; 
#inni_bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin #qixxee_tauuf hin yaadne. Kanaa #mannaa_duwwaa
of godhe;
#bifa garbummaa #fudhatees_nama tae.  Kana malees, yeroo #nama taee dhufe, #gad of qabuudhaan hamma duaatti, jechuunis hamma Fannoo irratti fannifamee duuutti ajajamaa tae.
๐ŸŒนKiristoos Abbaa wajjin qixxee ta'u hin barbannee gadi ofi qabe
foonii nama uffatee erga jedhee.
๐ŸŒน
#jechi_qixxee ta'u hin barbanne jedhu maali ibsa ree, erga wali qixa hin tanee Abbaan ni caala jechudha bari.
๐Ÿƒerga qixxee hin tanee sababa kanafi tokko ni caala jechudha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœ Abbaa fi Kiristoos akka waliqixxee tani ilaala.
๐Ÿ…ฐ(1)๐Ÿ‘‰Alfaa fi omega kani tani abba fi Kiristoos qofaa
๐ŸฅMulโ€™ata 1:8
Ani
#Alfaa fi #Omeegaa dhaโ€ jedha Waaqayyon inni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.โ€
๐ŸฅMulโ€™ata 22:13
Ani
#Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.(Mulโ€™ata 22:20),isayaas 44:6*48:12)
๐Ÿ…ฑ(2)๐Ÿ‘‰bara baran jiraachuudhaan
๐ŸฅFarfannaa 102:27
Ati garuu
#isuma sana, #waggoonni kees dhuma hin qaban
๐ŸฅIbroota 13:8
Iyyasus
#Kiristoos kaleessa,
hara, bara baraanis
#isuma sana.
๐Ÿ†Ž(3)๐Ÿ‘‰Abbaa fi Kiristoos tokko
๐ŸฅYohaannis 10:30
Abbaanii fi ani tokkoโ€ isaaniin jedhe
๐Ÿ†‘(4)๐Ÿ‘‰Addunyaa duraa jirachuun.waliqixa isaanii.
๐ŸฅYohaannis 17:5
yaa
#Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
๐Ÿ‘‰Kiristoos fi Abba qofaati addunyaa duraa jirachu ibsaa.
๐Ÿ”ณ link waldaa keenya hordofuu yoo, barbadani kan xuqa๐Ÿ‘‡
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹