🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Audio
βš› ortodoksi fi pheenxee
➩ pheenxee gonkumaa Kiristoos hin beektuu.
Kiristoos iddoo #lamatti Addan qooduu.
βž›gara tokko Waaqa
βž›gara tokko nama
✍✍ nutti orthodoksi biratti
πŸ…°Gara tokko waaqa ❌
πŸ…±Gara tokko nama❌
=Kiristoos gargari qooduu hin dandeenyu.
Sababiin isaa Kiristoos amala lamaa irraa amala tokko jenne amana.
πŸ…Ύ Ibrootaa 13:8
Iyyaasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
==================
1️⃣ pheenxee Kiristoos du'a jalqabaa ka'e jira maalif jenne yoo, gaafane ragaa hin qabduu 😜

πŸ…° nutti orthodoksin sababa Kiristoos angafa du'a taee ni ibsina.
1Qorontos 15:20-21
Amma garuu #Kiristoos warra duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'e Sababiin isaas akkuma duuti karaa nama
tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama_tokkoo
dhufa

1Qorontos 15:55
Yaa #dua_nana injifannoon kee meerre ree? Yaa dua nana #ilkeen kee meerre ree?”
🌺Raji_hose 13:14
#Du'a jalaas isaan furuu ree? Yaa du'aa, dha'ichi kee #meerre ree?
#Orthodoksi (Gutema)
#pheenxee (Samuel)