πΉπ kutaa_19 ffΒͺΒͺ πΉ
πΉGaaffii fi Deebi π
πMusiliimootaπ
β Yohaannis 7:34π
isin na, #barbaaddu,
garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Gaaffii isaanii π
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan hin
#Argatanii ,iddoo inni
Jiruu dhaquu hin dandani
Jedhu.......β
πkanafuu Kiristoos
Akkamitti fannifamee jeetu
Jedhu....β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
=Deebi keenya =laki
Kiristoos #fannifamee jira.
πRagaa kitaaba Qulqulluu
=1=Yohaannis 2:19_21
Iyyaasuus deebisee
#Mana Qulqullummaa kana #diigaa,
#Anis guyyaa #sadiitti deebisee nan #kasaaβ isaaniin jedhe.
Yeroo kanatti #Yihudoonni, βManni qulqullummaa kun
#waggaa_46tti ijaarame; ati immooguyyaa sadiitti deebistee ijaartaaββ
jedhaniin.
#inni garuu mana #Qulqullummaa yeroo jedhu, waaee #Qaama
isaa dubbachuu isaa ture.
Kanaaf, yommuu
#inni_duaa_kau
#barattoonni isaa
inni wantoota kana
dubbachaa akka ture yaadatan; #Kitaaba Qulqulluu fi wanta Kiristoos dubbatettis
ni amanani
πQaama kan jedhamee
#Foonii Kiristoos, kanafuu
Ofuma isaa dubbate jira
=2=Yohaannis 3:14
Akkuma #Museen lafa onaa keessatti #bofa
#fannise, Ilmi namaas #fannifamuu qaba;
=3=matewoos 16:21
#Iyyaasuus yeroo sanaa jalqabee,gara iyerusaalemi dhaquu akka qabu,
maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa #dhiphina guddaa akka
isa irra geessisan,
akka #ajjeefamuu fi #guyyaa sadaffaatti #duaa akka kau #barattoota isaatii ibsuu jalqabe.
=4=matewoos 27:40
βAti yaa, isa mana
qulqullummaa #diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana, ofi oolchi! #Ilma Waaqayyoo yoo taate
fannoo irratti #fannifamte irraa buiβ jedhu turan.
=5=Luqaas 18:31_33
barattoota #Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: βAmma gara iyerusaalemitti oli ba'aa jirra; wanti #raajonni
#Ilma_namaa ilaalchisee barreessan hundi ni raawwatama.
#Fakkeenyaaf, harka namoota #Yihudoota hin
taanetti dabarfamee kennama, itti qoosama, rakkinni irra ga'a, akkasumas itti tufama
Erga isa #garafanii booda isa ajjeesu; inni garuu #guyyaa sadaffaatti
duaa ni ka'a.
=6=Luqaas 24:25_27
Kanaaf inni akkana isaaniin jedhe: βisin warra hubannaa hin qabnee fi garaan keessan wanta #raajonni dubbatan hunda dafee hin hubanne nana!
Kiristoos dhiphinni kun hundi irra gauu fi gara
#ulfina isaatti galuun isaa sirrii mitiiββ
Achiis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee, wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaee isaa dubbataman hunda isaaniif ibsuu jalqabe.
ββββββββββ ββ
πΉkanafuu isin na, #barbaaddu,garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan,yeroo
Jedhuu maali jechuu
Barbade......βββ
π₯=Deebi isaa
Waaqayyo sami irra
Kan jirtuu. Erga oli bahee
Booda Namooni isa biraa gahuu Hin dandani inni ibidda Wanii taβefi
β΅=1ximotewos 6:14_16
hanga #Gooftaan keenya
#IyyaasuusKiristoos #mulatutti, mudaa fi himata tokko malee ajaja sana eegi;
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa ta'e sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. #Inni_Mootii_moototaa fi #Gooftaa gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; namni tokko illee
isa argee hin beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.
βΆ=Yohaannis 8:21_23
#Ani nan deema, isinis na #barbaaddu, taus #cubbuu keessaniin ni duutu
Bakka ani #dhaqu isin dhufuu hin dandeessanβ isaaniin jedhe.
Achiis #Yihudoonni,
#Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanβ kan jedhu ofi ajjeesuu barbaadeetii laataββ jechuu jalqaban
#Innis(Kiristoos) akkana
isaaniin jedhe:
β #isin_gadi irraa ti
#Ani garuu #oli irraa ti
Isin #addunyaa kana
irraa ti; Ani garuu addunyaa kana
irraa #miti.
β·=Luqaas 13:31_35
Sa'aatii sanatti #Fariisonni tokko tokko dhufanii, βHeroodis si ajjeesuu
waan barbaaduuf asii ba'iitii deemiβ jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhe: βDhaqaatii #jeedala sanatti, βKunoo ani haraa fi boru jinniiwwan nan baasa, #namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, #guyyaa_sadaffaattis hojii koo nan xumuraβ jedhaatii itti himaa.
β―β―β―β―β―β―β―β―β―β―
πΉlink kan fayyadamaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//=====

π
° kutaa-101-ffaaπ
β»Gaafi fi Deebi Muslimoota
βYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taΚΌee fi Abbaa bira jirutu waaΚΌee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu β
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaΚΌamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaΚΌu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taΚΌu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
β¬β¬β¬
π Deebi keenyaπ
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
β»Abrahaam
β»Isayaas
β»Iyyoobi
β»Yohaannis
ββ»Abrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaΚΌee jiruu #Waaqayyo isatti #mulΚΌate.
ββ»Isaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duΚΌe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaΚΌee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
β¬β¬β¬β¬β¬
πAmma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf Β« jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa taβe dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a Β» .
β Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti π
ββ»Raajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taΚΌe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaΚΌee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taΚΌee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;
β»β€Nama kani fakkatu inni Tessoo irraa taβe #Kiristoos
ββ»Raajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaΚΌamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaΚΌe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaΚΌaa jiru turan.
β»β€uffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
ββ»Maatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife; #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
β»β€οΈ #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
ββ»Mulβata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture; miilli isaa sibiila diimaa baΚΌeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture. Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taΚΌee fi karaa lamaan qara qabu ni baΚΌe, #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duΚΌee taΚΌeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaΚΌee akkana naan jedhe: βHin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas π#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duΚΌaa fi Awwaalaa qaba.
β»β€ dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
β»β€ Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.
πΉkani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
ββ»1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taΚΌe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulΚΌisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaΚΌamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaΚΌu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taΚΌu. Ameen.

β»β€Phaawuloos yeroo jalqabuu mootii Mootota ,Gooftaa Gooftota jedhe inni suni illee Kiristoos
ββ»Mulβata 17:14
Isaan #Hoolichaa wajjin wal lolu; taΚΌus Hoolichi #Gooftaa_gooftotaa fi #Mootii_moototaa waan taΚΌeef isaan injifata. Warri isaa wajjin jiran, jechuunis warri waamaman, filatamanii fi amanamoo taΚΌanis ni injifatu.β
β¬β¬β¬β¬
ππͺπ’πͺπ§π ππ§π§πππ©π
β»ππππππ ππππππ ππππ ππππ ππππππ πππππ πππππππππ πππππ πππ πππππ ππππππ ππππππ.
β»πππππππ π’πππππππ ππππ ππππ ππππ ππππ ππππ ππππ ππππ πππππ ππππ ππππππ πππ ππππππ πππππ.
ββ» π’πππππππ 12:45
#namni na argu hundi, isa na erge sanas ni arga.
ββ»Ibroota 1:3
Inni #ulfina_Waaqayyoo #calaqqisa_eenyummaa isaas sirriitti #bakka buΚΌa; akkasumas humna dubbii isaatiin waan hundumaa jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, mirga isa Ulfina Qabeessa sanaa, iddoo ol aanaa taaΚΌe.
βΎβ»Filiphisiiyus 2:6
Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu,
wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu
akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne
ππ π ππ’ππ©π©π ππ’π’π€π€ π¨ππ‘π πππππ ππ€π€π’π©πͺ πππ£ ππ§πππ£π π ππ§ππ¨π©π€π€π¨ ππ¨ππ ππππ π¨ππ¨π π ππ£π ππππ ππ§ππ π ππ§ππ¨π©π€π€π¨ π¦π€ππ π¬πππ£π π©πππ.
β»πππ πππππππ πππππ πππππ
βΏβ»ππππππ ππ 11:27
Abbaan koo waan hunda dabarsee natti kenneera #Abbaa malee #namni tokko iyyuu #Ilma hin beeku #Ilmaa fi nama Ilmi isa itti mulΚΌisuu fedhu malee namni tokko iyyuu Abbaa hin beeku.
β»πππππ£ πππ
β»ππ‘π’ππ¨ πππ
β»π ππ£ππππ,ππππ π’ππ‘π ππ‘π’π ππ€π€π’π©πͺ πππ£ ππππ πͺ πππππ,ππ π ππ¨πͺπ’ππ¨ ππ‘π’π,π’ππ‘π ππππ ππ€π€π’π©πͺ πππ£ ππππ πͺ πππππ Β«π¨ππππππ£ ππ¨ππ #π‘ππ’ππ£πͺ πππ π¬ππ£π π©π'ππ£ππ Β»
ππππ πππππππππ ππππ
πhttps://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)