â Dubbisaa gaarii isiniif Haataâu â ððð
ð ° Fakkeenyaaf
Ser.Bau 33:20. â©Waaqayyoo ibidda ifa fakkatee yeroo mulatu hoomtuu hin arguu.
1 Xim 1:17* fi 1 Xim 6:16 â©ifa Waaqayyo fi humna Waaqayyo namni arguu hin jiru jedhe.
⯠kana jechuun Haaluma museen jedhee sana waliin tokkoo.
Yeroo Waaqayyo #ibidda , #ifa, fi #humna/Aangoo, isaanii guutuu dhufu namni arguu hin jiruu.
ð³Sera Bau 24:17
Yeroo kanatti #ulfinni_Waaqayyoo akka #ibidda xaph godhuutti, fiixee tulluu sanaa irraa saba Israa'el duratti in mul'ata ture.
ð³Ibroota 12:29
Waaqayyo keenya #ibiddaa gubee balleessuu dha.
ð Fakkeenyaaf yero museen fuulli isaa ifa ibidda fakkatee dhufee sana nami isa argu hin dandeenye.
Seera.Bau 34:30
#Aaronii fi #namoonni Israa'el hundinuu gara Musee yommuu ilaalan, #fuulli isaa akka calaqqise arganii isatti dhi'aachuu in #sodaatan.
Seera. Bau 34:35
Yeroo sanattis namoonni Israa'el gara #fuula_Musee ilaalanii, fuulli isaa akka #calaqqise argan; Museen hamma yeroo Waaqayyoo wajjin dubbachuudhaaf achi deebi'etti, fuula isaa in haguuggate*( 2Qor 3:7-18)
â akkuma museen yeroo fuula ifa taâen dhufu namni arguu hin dandeenye , Waaqayyo illee akkuma kana turee namni isaa hin arguu.
â yeroo immoo fuuli Musee ifa hin ture namni arga turan , akkuma kana immoo yeroo inni ifa, ibidda ,humna/ Aangoo malee dhufee namni ni arga jechudha.
ð³ Yaada musiliimota
1Yoh 4:12 irraa jiruu immoð
â¬ïž 1Yohaannis 4:12
#Namni tokko illee Waaqayyoon takkaa #hin_argine; yoo wal #jaallanne, Waaqayyo nu keessa in jiraata, jaalalli inni ittiin nu jaallatus nu keessatti fiixaan ba'uu isaa ti
ðºâ©Deebi keenyaðº
iddoo kana irratti.
Sababa namni Waaqayyo hin argineef jalalaa wani hin qabneef jedhee Yohaannis , garuu namni jalala yoo, qabatee immoo fuula fulaatti Waaqayyo fi Kiristoos ni arga.
ð °â©Yohaannis 14:21
Namni Ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu
hunda Abbaan koo ni jaallata, Anis isa nan jaalladha, #isattis #ifatti of nan #mulisa.
ð ± â©Yohaannis 14:23
Kiristoos akkana jedhee deebiseef: âNamni na jaallatu #hundi dubbii koo ni eega, #Abbaan koos isa #jaallata, #nutis gara isaa dhufnee #bakka jireenyaa keenya #isaa wajjin godhanna.
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ð dubbii kiristoos Namni Ana Argee Abbaa Argee jedhuu immoo immoo hiika akkamii qaban .
ð ±ð Lamaan isaanii iyyuu Aangoo/Humna, ifa,ibidda tokko wanii qabaniif
Namni Ana arge Abba arge jedhee
A.))ðYohaannis 1:18
#Homtinuu #takkaa_Waaqayyoon hin argine, #ilma tokkicha isa abbaa bukkee ture sanatu waa'ee isaa hiikee beeksise malee
=hoomtuu erga Waaqayyo hin arginee Ilmi isa qofati immoo akkamitti isa biraa ture yeroo jennuu ,Ilmi isa Abbaa waajin Aangoo tokko wani qabuuf.
B))ðIbroota 1:3
Inni(kiristoos) #ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa, eenyummaa isaas #sirriitti #bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaan mirgaa isaan Suurra Qabeessa sanaa taae.
C.))ð 2 Pheexiroos 1:16
#Nuti_humnaa fi argamuu #Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan isinitti beeksisne, #surraa isaa isa #guddaa ija keenyaan argineen malee,
oduu durii isa soba taee fi haxxummaadhaan uumame hordofnee miti.
D))ðYohaannis 8:19
Isaanis, âAbbaan kee eessa jira? jedhaniin Iyyasus(Kiristoos) âIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanâ jedhee deebiseef.
E.))ðMaatewos 11:27
Abbaan koo wanta
hunda anaaf kenneera; Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru; akkasumas Ilmaa
fi nama Ilmi isatti mulisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.
F.))ðYohaannis 16:15
Wanti Abbaan qabu #hundi kan #koo ti. Inni wanta kan koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
G.))ðYohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
ð Yoh 14:9 irraa kan jiruu kunoo kana fakkaata,hiika isa
â©kutaa_2ffªª itti fufa.
Yoh 14:9irratti ammas hordofa.
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ðððððððððð
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ðºLink waldaa keenya kana
Xuqa hordofað
@haadha_Waaqa_naJaladha
â ïžâ ïžâ ïžâ ïžâ ïžâ ïžâ ïžâ ïžâ ïžâ ïžâ ïž

ð
° kutaa-66-ffªª ‵ïž
ð³gaaffii fi deebi
ð¥ Musiliimota
â Yohaannis 14:24
Namni na hin jaallanne hundi #dubbii_koo hin eegu. Dubbiin
isin dhagaaa jirtan, kan #Abbaa isa na erge sanaa ti malee kan #koo_miti
===========//
â© gaaffii isaanii.
1=Dubbiin kani Abbaatti malee kana Kiristoos mitii jedhuu.â
â¬â¬â¬â¬â¬â¬//
â²Deebi keenyaa.ð
ð³ Dubbiin kani #lamaan isaaniitti .
ð¯ ragaa keenya ð·
âµâYohaannis 17:10
#Wanti kan #koo tae hundi kan kee ti; wanti kan #kee tae #hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera
ð amma immo dubbii Kiristoos ta'u isaa mirkaneessina.
â¶âMaatewos 7:28-29
Iyyaasus(kiristoos) yommuu #dubbii_isaa kana xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise
baayee dinqisiifatan sababiin
isaas inni akka #barsiisota seeraatti utuu hin tain, akka #Nama_Aangoo qabuutti isaan barsiisa ture
ð Dubbii isaattif Aangoo qaba,isa ibsaa.
â·âMaatewos 8:8
Ajajaan dhibbaa sunis akkana jedhee deebiseef Yaa #Gooftaa ati baaxii mana koo jala seenuun kee kan anaaf malu miti; akka inni fayyuuf wanta tokko #qofa_dubbadhu, tajaajilaan koos ni fayya.
ðDubbii tokko qofaa dubbadhu jedhee ,kani dubbatee eenyu Kiristoos kanafuu dubbi isaa ta'u ibsa.
âžâMaatewos 13:34-35
Iyyaasus(Kiristoos) wantoota kana hunda fakkeenyaan namoota sanatti #dubbate Fakkeenyaan malee isaanitti
hin dubbatu ture; kanas kan
godhe wanta #raajichi, âAni fakkeenyaan dubbachuuf #afaan_koo nan saaqqadha #uumamuu addunyaatii jalqabee wantoota dhokfaman
nan labsaâ jedhee dubbate raawwachuufi
ð³ kanafuu isayaasiti kani dubbate eenyu bara durii Kiristoos jechuudha.
â¹âFarfannaa 78:1-2
Yaa saba #koo_seera koo
dhaga #Gurra kees gara #dubbii_afaan kootti qabi.
#Fakkeenyaan_afaan koo nan
banadha.wanta dhokta bara duriis nan dubbadha.
ðáááá 78:2
á áá #á áá³á á¥ášáá³áá ášááµá ááá®á¥ á«áááá á°áá³ááµ á¥ááá«ááá¢
â¡ïž erga xumura raji kana taâe ,jalqabaa duraa iyyuu Kiristoos Waaqayyo akka taâe ifa,godhee jira, Dubbiin kuni kani isaatti.
ð³ð³ð³ð³ð³ð³ð³ð³
Gara mataa duree keenya koota.amma immoo.
ðKiristoos Aangoo isaa Abbaa wajjin qixa ta'u erga ibsee booda ,Dubbiin kani Abbaatti jedhee, kuni immoo Abbaa isaaf kabaja kennuuf turee.
â¬ïž Aangoo isa fi,Abbaa tokko ta'u kani ibsu « Ani fi Abbaan wajjin dhufna»
âºâ©Yohaannis 14:23
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee deebiseef Namni na jaallatu hundi dubbii koo ni eega, Abbaan koos isa jaallata, #Nutis_gara isaa dhufnee bakka #jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.
â©Dubbii kuni kani Abbaatti jechuun isaa immoo Kabaja Abba ibsuuf.
â»â©Yohaannis 17:4
#Ani_hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree_lafarratti irratti #ulfina sii kenneera.
â¡ïž Abbaan immoo Kiristoos dhaga,dubbii isaa jedha.
âŒâ©Maatewos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge duumessicha keessaas #sagaleen tokko, âKun #Ilma_koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha. #Isa_dhagaaaâ jedhe
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ðº #Link_waldaa kana xuqa hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
========//============

âðYohaannis 12:48-49
Nama Ana #tuffatuu fi dubbii koo hin fudhannetti kan murteessu tokko jira. Dubbii ani dubbadhetu guyyaa dhumaatti isatti murteessa. Sababiin isaas, wanta Ani jedhuu fi wanta Ani dubbadhu #Abbaa isa Ana erge sanatu na #ajaje malee, ani ofii kootiin kakaÊŒee hin dubbanne.
E))â©Sababa shanaffaa(-5ffaa)
gadi ofii qabuu isaa, ibsuuf
âðYohaannis 8:54
Iyyaasus(kiristoos) deebisee akkana jedhe: âAni yoon #ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin Waaqa keenya jettan sana dha.
ðyeroo inni dubbii kuni kani Abbaati jechuu ofi gadi qabe,
Abbaan immoo ilmaf ulfina keenna.
â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»â»
ð Ÿ ð€ðððð ðððððŠð âðððððð¢ð¢ ðŠðð,ððððððð ðððð ð¥ð¢ðððð
@haadha_Waaqa_naJaladha
âŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒ||âŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒ

Haala dubbii Kiristoos fi Abbaa jidduu jiru ibsuuf malee.
â Fakkeenyaaf seera Uumama 1:26 irratti akkasii jedha â koota nama akka bifaa keenyaa fi fakkeenya keenyaatti yaa, Uumanu jedha.
ð akka jecha kanati qaamni tokko qaamaa biraattin koota yeroo jedhuu , wani qaamni tokkichi suni qaama biraa kadhatuu fakkaata, garuu iddoo kanati kuni kadhannaa irree hin ibsu Sababiin isaa qaamni tokko kadhate, qaamni immoo biraa kadhatama yoo,taâe
Xumuraa irratti nama Aangoo tokkoo ,yoo, uumamni, erga Aangoo isaanii wali qixxee taâe immoo maali kadhachuu hin barbaachisuu " kanafuu jedhi koota jedhuu maali ibsa ree, waliin dubbii qofaa ibsa jenne Amana.
â Haaluma wali fakkata Kiristoos immoo ani Abbaa isiniif nan kadhadhaa yeroo jedhuu. Waliin dubbii isaanii qofaa ibsuuf.
Ragaa kitaaba Qulqulluu
kunoo ð
â»â»Yohaannis 14:13-14
#Abbaan karaa Ilmaa #ulfina akka argatuuf, wanta
isin maqaa kootiin #kadhattan hunda Nni isiniif nan raawwadha. Wanta akkamii iyyuu #maqaa kootiin yoo
kadhattan ani nan raawwadha.
âkanafuu Ani isiniif nan rawwadha jedhe jira ,Qaamni raawatu kuni immoo Waaqa
âŒâ»Yohaannis 14:16
Ani Abbaa nan #kadhadha Abbaanis inni bara
baraan akka isinii wajjin jiraatuuf gargaaraa kan biraa isiniif ni kenna.
âkuni illee waliin dubbii Kiristoos fi Abbaa ibsa Ilmi Abbaan Afuurra Qulqulluu ergi jedhanii
âœâ»Yohaannis 15:7
Anaa wajjin tokkummaadhaan yoo jiraattanii fi #dubbiin koos isin keessa yoo jiraate,
wanta barbaaddan #kadhadhaa, innis, isiniif ni raawwatama.
âŸâ»Yohaannis 15:16
Anatu isin filate malee, isin ana hin filanne; ani isin deemtanii firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi firiin keessanis akka jiraatuuf isin muudeera;
kanas kanan godhe, wanta #maqaa kootiin Abbaa kadhattan hunda inni
akka isinii kennuuf jedheeni.
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
âitti fufa......
ðlink waldaa keenya kunoo isaa kana xuqaaðð
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
=========||========

Telegram
ð¹Dððððð ð¢ðªðšðð¡ðð¢ð€ð©ðð ðð ð¥ðððð£ðððâââââ
âIyyesuus, âBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!â isaaniin jedhe.â (Maat.16:6).
á¢ášá±áµá ášááªá³áá«áá ášá°á±ááá«á á¥á០á°á áááá á°á á áá¡ á áážáᢠ(ááŽááµ 16:6)

Ÿ kutaa-78-ffaa.ðº
âgaafi fi deebi
âMusiliimaa
âpheenxee
â Yohaannis 17:15
âAni isa #hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin #kadhadhu.
â£â£â£â£â£â£â£â£
gaaffii isaanii
1âwarrii Musiliimaa Kiristoos Waaqayyo miti ni kadhaata jedhuu
2âwarri pheenxee immoo Kiristoos nuuf kadhata jedhuu.
===============
ðdeebi keenyaa.
Lamaan isaanii iyyuu dogoggoraani jiruu kani jedhuu ta'a.
ðSababiin duukaa buoonni hundinuu Waaqayyo kadhatan malee ,Kiristoos nuuf kadhata jedhanii calisani hin beekanii , yeroo wanta âhammaâ irraa gahee ni kadhatuu turee.
â¶âHoji duuka buota 4:24
Isaan yommuu kana dhagaÊŒan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii #Waaqayyoon_kadhatan: âYaa Gooftaa Oli Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta.
â Kanaafuu iddoo kanatti wanti hama yeroo isaanii irraa gahee Waaqayyo kadhatanii jiruu ,malee Kiristoos nuuf kadhata jedhanii hin dhifnee.
âŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒ
â gara maata duraa keenyaa yeroo deebinnuu immoo wanta hamma irraa kani nama dhorkuu Abba qofa mooâKiristoos hoo ni dhorkaa laata â,deebii isaa Eeyyee ni dhorkaa.
â·â1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna; #inni Waaqayyo irraa #dhalate #sun_isa_eega, inni #hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaÊŒu.
â£âiddoo kanatti Waaqayyo irraa kani dhaltee inni jedhu Abbaa irraa kani dhalee Kiristoos
âžâ2,Tasaloonqee 3:3
#Gooftaan amanamaa dha; inni #isin_cimsa, isa #hamaa sana irraas isin eega.
ðiddoo kanati Gooftaa kani jedhamee Kiristoos
ðkanafuu wanta hamma irraa kani nama eeggu #Abbaa fi #ilma jechudha.

Erga maatan isaa iyyuu wanta hamma irra nuu, eega taâe Kiristoos maalif isiniif nan kadha jedhee ree.â
1âªDuubi raajicha raawachuuf kana jedhee.
â¹âIsaayaas 53:12
Kanaan kan kaÊŒes, namoota hedduu gidduutti gaÊŒee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duÊŒaatti illee dabarsee kenneera, Yakkamtootaa wajjinis lakkaaÊŒameera; Cubbuu namoota hedduu ni baate, #Yakkamtootaafis ni #kadhate.
2⪠Abbaaf ulfina kennuuf.kuni immoo inni gadi ofii qabuu Kiristoos guutummaatti mulisa.
âºâYohaannis 8:49
Iyyasus Kiristoos deebisee akkana jedhe: â #Ani Abbaa kootiifan #ulfina kenna malee, jinniin na keessa hin jiru; isin immoo na salphistu.
â»âYohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree #lafa irratti #ulfina siif kenneera. Kanaafuu, yaa #Abbaa, #ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina #anaaf kenni.
3âªnuuf fakkeenya ta'uf
âŒâFiliphisiiyus 2:5
#Ilaalcha Kiristoos Iyyasus qabu kana qabaadhaa
ââYohaannis 13:15
âªAkkuma #Ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani #fakkeenya isiniif taÊŒeera.
ðº inni biraa immoo waee kadhannaa iddoo kana irratti.
Ni ibsaa sababa isaa wajjin.
ââYohaannis 17:20-21
âAni warra kanaaf #qofa utuu hin taÊŒin, warra dubbii isaanii dhagaÊŒanii #anatti amananiifis nan #kadhadha;
Isaanis #tokko haata'aniif, yaa abbaa, akka ati ana keessa jirtu anis si keessa akkan jiru, isaanis nu keessa haa jiraataniif, biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf #kadhachuu koo ti
â warra Anati Amanani hundaaf nan kadhadha jechuu isaatti. Kunis Yohaannis 17:15 wajjiin tokko , Haataâu malee kadhadha inni jedhamee iddoo kanatti iddoo #ani jirachuu akka jirataniif. (Yoh 17:20-25) dubbisi
ââYohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa #iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taÊŒuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.
âŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒ
ð ° Kutaa ~76~Dubbisaað
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/676

ð¹kutaa-76-ffªªð§
ðgaaffii fi Deebi
ðMuslimoota
ð pheenxee
âYohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin #kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
âŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŒâŠ

° kutaa-91-ffªª.
ð¥¥gaaffii fi deebii
ð³Musiliimota.
ðððððð ðððððð ðððð
â¶â©ððððððððð ð ððððð¢ð¢ð ðððð ððððð
âYohaannis 20:17
#Iyyaasuus âAni amma iyyuu #gara_Abbaatti waanan oli hin baaneef, naa hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota kootiin, âAni gara #Abbaa_koo fi gara Abbaa keessanitti, gara #Waaqa_koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baÊŒaâ jedhii isaanitti himiâ jedheen.
â©Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jedhuuâ
â¬â¬â¬â¬â¬
ð¥.Deebii keenya.
Waaqa kani jedhamee iddoo kanatti eenyu ,â
=Deebii isaa Abbadha. Ok.
â Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jechuun isaa Hiikni isaa
« #Iyyaasuus_Abbaa_qaba » jechudha.
ð Kiristoos #jalqabaa dura Abbaa jedhee isa booda immoo maalif #waaqa jedheâ
=deebii isaa ð
â,#jecha Waaqa jedhuu warri yihudootati yeroo hunda ni fayyadamu ,jecha,Abba jedhuu immoo xiqqoo fayyadamu
â¶â»Raaji milkiyaas 2:10
#Hundi keenya iyyuu #abbaa tokko qabna mitii? Kan nu uumes #Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?
((ð³Raji-milkiyaas 1:6)) dubisi
âsababaa Kanaafi akka isaanii sirriitti beekaniif waaqa ittii himee.
â·â»Yohaannis 8:54
#Iyyaasuus deebisee akkana jedhe: âAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo #isa_isin #Waaqa_keenya jettan sana dha.
â©iddoo kanatti sirriitti ifa godhe Fakkeenyaaf jechi â isa isin â Waaqa keenyaa jettanii sun yeroo jedhuu akka yihudootati waaqa jedhanii beekuu Kanaafi.
â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ð» Amma Kiristoos Waaqa inni isaani jedhanii - #Hiikni isaa #Kiristoos_Abbaa qaba
jechudha_ð¯.
â Kiristoos ðððð ððð ðððð ððððð ððððð ððððððð â
â©jalqabumaa Kiristoos Abbaa bira ture osoo gara addunyaa kana hin dhufin dura.
âžâ»Yohaannis 6:62
Yoos, #Ilmi_namaa bakka #dura turetti utuu #oli baÊŒuu yoo argitan maal jettu ree?
â¹â»Yohaannis 8:38
#Ani waanan Abbaa koo #biratti argen dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu.
âºâ»Yohaannis 8:42
Iyyaasus akkana isaaniin jedhe; â isin utuu #Waaqni abbaa keessan taÊŒee silaa na jaallattu turtan; ,#Ani Waaqa #biraa #baÊŒeen_dhufeetii. Isatu na erge malee ani ofii kootiin hin dhufne.
â»â»Yohaannis 8:14
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: â #Ani_eessaa akkan #dhufee fi eessa akkan #dhaqu waanan beekuuf, waaÊŒee ofii koo yoon dhugaa baÊŒe illee, dhugaa baÊŒiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
âŒâ»Yohaannis 7:29
#Ani garuu sababiin #isa_biraa dhufee fi sababii inni na ergeef isa nan beeka
âœâ»Yohaannis 8:23
Innis akkana isaaniin jedhe: â#isin_gadi irraa ti; #Ani garuu #oli irraa ti. Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
âŸâ»Yohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf #samii_irraa_gadi hin buuneetii.
â¿â»Yohaannis 6:46
#isa_Abbaa_biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin argine; Abbaa kan arge isa qofa dha.
ð¥ ragaa dabalataa
Yohaannis 3:13,31.
â¬â¬â¬â¬â¬
â€ïžKani #Muslimooni Kiristoos Waaqa qaba jedhanii suni hiikni isaa kiristoos Abbaa qaba jechuuti hiikate.
âAbbaa fi Kiristoos
-ðððððð ð€ððð-ððð¥ð ðððð¢.
-ð ððððð ð€ðððð¢ððð ð€ððð-ððð¥ð ðððð¢
-ð¢ððððð ð€ððð-ððð¥ð ðððð¢.
-ðððððð¡ð,ð€ððð-ððð¥ð ðððð¢.
-âð¢ððð ð€ððð-ððð¥ð ðððð¢
âµâ»Yohaannis 5:23
#Namni hundi akkuma #Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis #ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
â¶â»Mulâata Yohaannis 5:13-14
#Uumamni_samii keessa, #lafa_irra, lafa #jala, #galaanaa fi wantoonni isaan keessa jiran #hundi, â #Isa_teessoo irra taaÊŒe Sanaa fi #Hoolichaaf #galaanni #kabajni, #ulfinnii fi #humni baraa hamma bara baraatti haa taÊŒuâ yommuu jedhan nan dhagaÊŒe. #Uumamawwan jiraatoon arfan, âAmeen!â jedhan, jaarsoliin sunis kufanii waaqeffatan(sagadan).
𥥠ðððð link waldaað

â»â€Phaawuloos yeroo jalqabuu mootii Mootota ,Gooftaa Gooftota jedhe inni suni illee Kiristoos
ââ»Mulâata 17:14
Isaan #Hoolichaa wajjin wal lolu; taÊŒus Hoolichi #Gooftaa_gooftotaa fi #Mootii_moototaa waan taÊŒeef isaan injifata. Warri isaa wajjin jiran, jechuunis warri waamaman, filatamanii fi amanamoo taÊŒanis ni injifatu.â
â¬â¬â¬â¬
ððªð¢ðªð§ð ðð§ð§ððð©ð
â»ðððððð ðððððð ðððð ðððð ðððððð ððððð ððððððððð ððððð ððð ððððð ðððððð ðððððð.
â»ððððððð ð¢ððððððð ðððð ðððð ðððð ðððð ðððð ðððð ðððð ððððð ðððð ðððððð ððð ðððððð ððððð.
ââ» ð¢ððððððð 12:45
#namni na argu hundi, isa na erge sanas ni arga.
ââ»Ibroota 1:3
Inni #ulfina_Waaqayyoo #calaqqisa_eenyummaa isaas sirriitti #bakka buÊŒa; akkasumas humna dubbii isaatiin waan hundumaa jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, mirga isa Ulfina Qabeessa sanaa, iddoo ol aanaa taaÊŒe.
âŸâ»Filiphisiiyus 2:6
Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu,
wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu
akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne
ðð ð ðð¢ðð©ð©ð ðð¢ð¢ð€ð€ ðšðð¡ð ððððð ðð€ð€ð¢ð©ðª ððð£ ðð§ððð£ð ð ðð§ððšð©ð€ð€ðš ððšðð ðððð ðšððšð ð ðð£ð ðððð ðð§ðð ð ðð§ððšð©ð€ð€ðš ðŠð€ðð ð¬ððð£ð ð©ððð.
â»ððð ððððððð ððððð ððððð
â¿â»ðððððð ðð 11:27
Abbaan koo waan hunda dabarsee natti kenneera #Abbaa malee #namni tokko iyyuu #Ilma hin beeku #Ilmaa fi nama Ilmi isa itti mulÊŒisuu fedhu malee namni tokko iyyuu Abbaa hin beeku.
â»ððððð£ ððð
â»ðð¡ð¢ððš ððð
â»ð ðð£ðððð,ðððð ð¢ðð¡ð ðð¡ð¢ð ðð€ð€ð¢ð©ðª ððð£ ðððð ðª ððððð,ðð ð ððšðªð¢ððš ðð¡ð¢ð,ð¢ðð¡ð ðððð ðð€ð€ð¢ð©ðª ððð£ ðððð ðª ððððð «ðšðððððð£ ððšðð #ð¡ðð¢ðð£ðª ððð ð¬ðð£ð ð©ð'ðð£ðð »
ðððð ððððððððð ðððð
ðhttps://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Audio
ð¹Falmii phenxee fi Orthodoksi
â¶âOrthodoksi «Gutema»
ââphenxee «Pasteri Tadala
Mata Dure falmii
Luqas 11:27-28
Yohannis 1:4
â¬â¬â¬
Namota Qulqullota sagadu Kitabni ni ibsa.
â¶âSeera.Uumama 37:9
Ergasiis abjuu biraa abjootee obboloota isaatti hime Akkanas jedheen Kunoo, ani abjuu biraa abjoodheera; aduu fi jiÊŒi urjiiwwan kudha tokkos #gad jedhanii naa #sagadu
ââ1sena bara 29:20
Sana boddees Dawit yaaÊŒii guutuudhaan Waaqayyo Waqa keessan galatefadhaa jedhe.Kanaafuu hundi isanii Waqayyo Waqa abbotii isanii ni galateffatan fuula Waqayootii fi fuula moticha duratti addan #gombifamanii ni #sagadan
â¬â¬
Rome 13:7
Waan nama hundaf kennuun isin irra jiru kenna yoo qaraxa taÊŒe qaraxa yoo gibira taÊŒe immoo gibira basaa yoo sodachuu taÊŒe sodadha yoo ulfina kennuu taÊŒes, #ulfina kennaa
Gafii pasterii fidu dide.
1=Kiristos #obbolleetti qaba moo hin qabuâ
2=lakkofsi #1335 Kiristoos wajjin hariroo akkami qabaâ
3=jechi #Kiristos jedhuu kaku mofa keesa jira mooâhin jiruâ
ððð§ð ð©ðð¡ððð§ðð¢ð ð ð€ð©ðð

ragaa keenya.
â»Maatewos 25:34
Yeroo sana Mootichi warra mirga isaa jiraniin akkana jedha; âIsin warri Abbaan koo eebbise kottaa #mootumicha_uumamuu addunyaatii jalqabee isinii #qopheeffame sana dhaalaa.
âguyyaa lafati fi samii Umamuu sana nuuf jedhe qopheesse mootummaa isaa.
𥥠Raji Ermiyaas 1:5
â #Ani utuu #gadameessa keessatti si hin #uumin dura si #beeke;
utuu ati hin #dhalatin dura addaan si baafadhe;
akka ati sabootaaf raajii taatuufis si muude.â
â»dhalchu keenya dura Waaqayyo nuu filatee.
1Qorontos 2:7
Nuyi dubbii dhoksaa ogummaa Waaqayyoo isa hin beekamin ture sana dubbanna; Waaqayyo #ulfina isaa irraa akka #hirmaannuuf #uumamuu biyya lafaa #dura ogummaa sana yaadee qopheesse*.
Efesoon 1:4
Inni #uumamuu biyya lafaa #dura iyyuu warra qulqullaa'an, warra isa duratti mudaa hin qabne akka taanuuf, jaalalaan karaa #Kristos nu #fo'ateera*.
1 Pheexiroos 1:20
Inni #uumamuu biyya lafaa dura #yaadaan qabame; gara dhuma barichaatti immoo isiniif jedhee mul'ifame*.
â»(ððððð ðððððŠð¢ð¢ ðððð ðâððð¡ð¢ð¢ ðððŠðŠðð ðððð ð€ðððððð ðððððŠð ðð¢ðð ðð ðð¢ð¢ð ðððâððð ð ð ðððððâð¢ð¢ð.
âððððððð ðð¢ð¢ð¡ð ððððð ð¡ðððð ðððð ð¡ððð¢ð¢ð ððððð ð€ððð¡ð ðððð ððð¡ð¡ð.
«ððð¡ðððð ðððððŠð ððððð ðð¢ð¢ð ð¡ð'ð»