Haala dubbii Kiristoos fi Abbaa jidduu jiru ibsuuf malee.
β Fakkeenyaaf seera Uumama 1:26 irratti akkasii jedha β koota nama akka bifaa keenyaa fi fakkeenya keenyaatti yaa, Uumanu jedha.
π akka jecha kanati qaamni tokko qaamaa biraattin koota yeroo jedhuu , wani qaamni tokkichi suni qaama biraa kadhatuu fakkaata, garuu iddoo kanati kuni kadhannaa irree hin ibsu Sababiin isaa qaamni tokko kadhate, qaamni immoo biraa kadhatama yoo,taβe
Xumuraa irratti nama Aangoo tokkoo ,yoo, uumamni, erga Aangoo isaanii wali qixxee taβe immoo maali kadhachuu hin barbaachisuu " kanafuu jedhi koota jedhuu maali ibsa ree, waliin dubbii qofaa ibsa jenne Amana.
β Haaluma wali fakkata Kiristoos immoo ani Abbaa isiniif nan kadhadhaa yeroo jedhuu. Waliin dubbii isaanii qofaa ibsuuf.
Ragaa kitaaba Qulqulluu
kunoo π
β»β»Yohaannis 14:13-14
#Abbaan karaa Ilmaa #ulfina akka argatuuf, wanta
isin maqaa kootiin #kadhattan hunda Nni isiniif nan raawwadha. Wanta akkamii iyyuu #maqaa kootiin yoo
kadhattan ani nan raawwadha.
βkanafuu Ani isiniif nan rawwadha jedhe jira ,Qaamni raawatu kuni immoo Waaqa
βΌβ»Yohaannis 14:16
Ani Abbaa nan #kadhadha Abbaanis inni bara
baraan akka isinii wajjin jiraatuuf gargaaraa kan biraa isiniif ni kenna.
βkuni illee waliin dubbii Kiristoos fi Abbaa ibsa Ilmi Abbaan Afuurra Qulqulluu ergi jedhanii
β½β»Yohaannis 15:7
Anaa wajjin tokkummaadhaan yoo jiraattanii fi #dubbiin koos isin keessa yoo jiraate,
wanta barbaaddan #kadhadhaa, innis, isiniif ni raawwatama.
βΎβ»Yohaannis 15:16
Anatu isin filate malee, isin ana hin filanne; ani isin deemtanii firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi firiin keessanis akka jiraatuuf isin muudeera;
kanas kanan godhe, wanta #maqaa kootiin Abbaa kadhattan hunda inni
akka isinii kennuuf jedheeni.
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
βitti fufa......
πlink waldaa keenya kunoo isaa kana xuqaaππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
=========||========

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)