🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
ragaa keenya.
➻Maatewos 25:34
Yeroo sana Mootichi warra mirga isaa jiraniin akkana jedha; β€˜Isin warri Abbaan koo eebbise kottaa #mootumicha_uumamuu addunyaatii jalqabee isinii #qopheeffame sana dhaalaa.

β—‰guyyaa lafati fi samii Umamuu sana nuuf jedhe qopheesse mootummaa isaa.


πŸ₯₯ Raji Ermiyaas 1:5
β€œ #Ani utuu #gadameessa keessatti si hin #uumin dura si #beeke;
utuu ati hin #dhalatin dura addaan si baafadhe;
akka ati sabootaaf raajii taatuufis si muude.”

➻dhalchu keenya dura Waaqayyo nuu filatee.


1Qorontos 2:7
Nuyi dubbii dhoksaa ogummaa Waaqayyoo isa hin beekamin ture sana dubbanna; Waaqayyo #ulfina isaa irraa akka #hirmaannuuf #uumamuu biyya lafaa #dura ogummaa sana yaadee qopheesse*.

Efesoon 1:4

Inni #uumamuu biyya lafaa #dura iyyuu warra qulqullaa'an, warra isa duratti mudaa hin qabne akka taanuuf, jaalalaan karaa #Kristos nu #fo'ateera*.

1 Pheexiroos 1:20
Inni #uumamuu biyya lafaa dura #yaadaan qabame; gara dhuma barichaatti immoo isiniif jedhee mul'ifame*.

➻(π‘›π‘Žπ‘šπ‘›π‘– π‘˜π‘Žπ‘šπ‘–π‘¦π‘’π‘’ π‘˜π‘Žπ‘›π‘– π‘‘β„Žπ‘Žπ‘™π‘‘π‘’π‘’ π‘˜π‘Žπ‘¦π‘¦π‘œπ‘œ π‘˜π‘Žπ‘›π‘Ž π‘€π‘Žπ‘Žπ‘žπ‘Žπ‘›π‘– π‘˜π‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Ž π‘‘π‘’π‘Ÿπ‘ π‘’π‘’ 𝑛𝑒𝑒𝑓 π‘žπ‘œπ‘β„Žπ‘’π‘’π‘ π‘ π‘’ π‘Žπ‘Ÿπ‘”π‘Žπ‘β„Žπ‘’π‘’π‘“.

β—‰π‘˜π‘Žπ‘›π‘Žπ‘Žπ‘“π‘– 𝑛𝑒𝑒𝑑𝑖 π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘Žπ‘›π‘›π‘Ž π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Ž π‘‘π‘Žπ‘›π‘’π‘’π‘“ π‘šπ‘Žπ‘™π‘’π‘’ π‘€π‘Žπ‘›π‘‘π‘Ž π‘π‘–π‘Ÿπ‘Ž π‘šπ‘–π‘‘π‘‘π‘–.
Β«π‘˜π‘–π‘‘π‘Žπ‘π‘›π‘– π‘˜π‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Ž π‘Ÿπ‘Žπ‘”π‘Žπ‘Ž 𝑛𝑒𝑒𝑓 π‘‘π‘Ž'π‘ŽΒ»