Forwarded from Gutema Gelana
โผ๏ธ๐ปโผ๏ธ qabxii 15 kuni
#foonii_uffachuu Kiristoos fi #Waaqayyo_ta'u Kiristoos kan ibsan____ #Kuta.1.ffaa isaatti
1๐Mat 24:30
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Yeroo sanatti mallattoon
#ilma namaa samii irratti ni mulata;
#saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma isaanii rurrukutu; isaanis
ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
jecha lamaan kanaa irraa wanta lamaa ni hubbata
1โ jecha ilma nama jedhuu
=ilma namaa jechuun immoo foonii kan uffatee jechuudha
Kanaafuu Kiristoos ani foonii nama kan uffadhe samii irra yeroo dhufuu jecha jira
2โ saboonni addunyaa hundinuu Gadaan qoomaa isaa rukutuu jecha
=Jechi saboota jechu namoota addunyaa kan irraa jiran yommuu ibsuu
=jechi maalif qooma isaanii rukkutu kan jedhuu immoo, Kiristoos yeroo dhufuu wanii itti murteessuufi
=murteessuu kan danda'u immoo Waaqayyo qofa
Kanaafuu Kiristoos ani Waaqayyo yeroon samii irraa dhufu qoomaa keessan ni rukkutu jecha jira
2๐ luq 24:39-40
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Ana mataa koo akkan tae
harka koo fi miilla koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa, sababiin isaas akkuma ana irratti argitan kana uumamni hafuuraa foonii fi lafee hin
qabu.โ Utuma kana dubbachaa
jiruus, #harka isaa fi #miilla isaa isaanitti argisiise.
๐UUmmama hafuuraa jechuun #eekara jedhama yeroo Tokko nannoo garagaraatti afaan Oromoon
garuu Kiristoos harka fi mila koo qaba ilaala jechuun Kiristoos foonii akka qabu ofuma isaa dubbachaa
hin jiruu โ๏ธ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
3๐Yoh 1:1--1
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ Jalqaba Dubbichatu ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
4๐Yoh 1:14
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Dubbichi foon taee nu gidduu jiraate; nutis ulfina isa akka ilmi tokkichi Abbaa irraa argatuu tae argineerra; innis gaarummaa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture
5๐ Yoh 6:53-54
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Kanaaf #Iyyaasuus akkana
isaaniin jedhe: โDhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon_Ilma namaa yoo nyaattanii fi #dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin jireenya hin qabdan
๐ผ Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi #jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti duaa
isa nan #kaasa
โจ๏ธ dhigaa fi foonii kiyya jechuun isaa foonii fi dhiiga qabachu ibsaa
โจ๏ธ namnii dhiiga fi foonii kiyya nyaatee jireenya bara baraa qaba jechuun isaa immoo bara baraan kan nama jirachuu #Waaqayyo kan biraa hin jiruu
Kanaafuu ani mataan koo,#Waaqayyo jecha jira
6๐Rom 1:2-3
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ป misiraachoon kun isa Waaqayyo duraan
dursee karaa #raajota isaa Kitaabota Qulqulluu keessatti abdachiise dha.
โง Kunis waaee #ilma isaa isa karaa #foonii #sanyii_Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha
๐งจ,jechaa matewoos 1:1 irraa siritti ibsee jira
Kuno gara foonii siin jecha jira Phawuloos, ni argita amma
7๐ Rom 9:5
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐งจ Abbootiin kan isaanii turan, #Kiristoosis akka #fooniitti isaan irraa argame. Waaqayyo inni hundumaa ol jiru bara baraan haa galateeffamu. Ameen..
โคAbbooti kan jedhamee kan akka Abrahaami,Daawit, yoseef
Taaraa,,,,,,,, gara foonii abbotii irraa jechaa jira
8๐1 Qor 15:45-47
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โผ๏ธKanaaf, โ #Addaam namni jalqabaa, qaama jiraataa taeโ jedhamee barreeffameera. #Addaam inni boodaa #Affuura isa #jireenya kennu tae.
๐Haa tau malee, #qaamni inni jalqabaa isa #Afuuraa sana miti, kanaa mannaa isa #foonii ti. #Qaamni_Afuuraa sana booda dhufe.#Namni
inni jalqabaa #lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame;
#namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
๐ addaami biiyee ykn lafaa irraa argamee
#Kiristoos garuu samii irra dhufee jedhee jira
Sababa Addaamii lamaffaa jedhamee immoo foonii nama wani uffaatef jechuudha
๐นsamii irraa kan jirtuu Waaqayyo malee eenyu, kanafuu Kiristoos Waaqayyo jecha jira siif hin galu amma obboolleessa
Jireenya kan keenuu isaa jecha jira, kanafuu mee,dhugumaa samuu kee, bani ilaalii
๐ ๐๐ jalate dhiistee
๐ ๐๐ Kiristoos Waaqa

๐ Wantoota kana hunda
malees, warri asii gara keetti ceuu barbaadanis tae, namoonni gamaa gara keenyatti ceuu barbaadan akka hin dandeenyetti #boolli
guddaan tokko gidduu keenya jira.โ Achiis namichi akkana jedhe: Akkana taanaan, yaa abbaa, Alaazaariin gara mana abbaa kootti akka
ergitu sin kadhadha,
ani obboloota #shan qaba isaanis bakka dhiphinaa kana akka hin dhufneef, inni
guutummaatti dhugaa isaaniif haa bau.โ Abrahaam garuu, โIsaan #Musee fi #Raajota qabu, isaaniin haa ,dhaggeeffatanโ jedhe
inni garuu, โHin tau, yaa Abrahaamii abbaa,
namni tokko duaa kaee utuu gara isaanii dhaqee yaada ni geddaratuโ jedhe.
Abrahaamii garuu namicha sanaan, โIsaan Musee fi Raajota hin dhaggeeffatan taanaan, namni tokko utuu duaa kaee illee hin amananโ jedhe
(Luq 16:19-31)
โฝ..................โฝ
Haataโu adabaa kan kani adaba jiruu Waaqayyo malee Abrahaam yookiin namicha hiyyeessaa sana mitii yokin namicha soreessi sun ofiin,ofi adaba hin jiruu
=ergaa Waaqayyo adabee si'ol keessa taโe akkana jedha
Kanaaf kuni adaba fonni fi lubbuu jedhuudha
โฝ= Namni tokko bakka lubbuu isaa maal kennuu dandaa? (mar:8:37)
โฝ=แฐแแต แตแ แแแฑ แคแ แแ แญแฐแฃแ?
(แแญแแต 8:37
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Kakuu haraa keessatii immoo yanni kuni maali fakkaata โ
โจ๏ธ akka #Yohaannis
cuuphaan jedhuutiiโจ๏ธ
1๐ #Loltoonnis, โNuti hoo maali gochuu qabna?โ
jedhanii isa gaafatan. Innis, โEenyu irraa iyyuu #humnaan qarshii hin fudhatinaa yookiin eenyuun iyyuu sobaan hin himatinaa; kanaa mannaa #miindaan qabdan isin haa gauโ isaaniin jedhe. (Luq 3:14)
๐ป #แญแแฎแฝแ แฐแแแกโ แฅแ แฐแแ แแ แฅแแตแญแ? แฅแแ แญแ แญแแต แแ แญแข แฅแญแฑแแกโ แ แแแ แแ แ แตแฅแฉ แแแแ แ แแฐแต แ แตแญแฐแฑแฅ แฐแแแแฝแแ แญแฅแแฝแแก แ แแธแ
(แแแต 3:14)
=kanafuu loltootun osoo hin barbaachisu taโe Yohaannis akkan hin jedhuu turee
โkitaaba Qulqulluun lolotun biyya akka barbachisu ibsaa
Lololtun seeraan yoo,hojjatee rakkoo hin qabu
โ=seeran ala namaa yoo,ajjeessee Waaqayyo biratti ni gafaatama
Osoo dinni hin jiruu taโe lololtuu hin barbaachisu turee, lolotun kan barbaachise nagaafi malee wanta biraa mitii, kana nagaa hin barbaanne immo nama hojji Seexanaa hojjatu wani taโef,yoo,du'e dhiga isaaf isumatu gafatama
๐ =lolotun Tokko nama 1,ykn 20,ykn rukutee seeraan ala yoo,,hojjatee itti gafatama =๐

๐น๐ kutaa_19 ffยชยช ๐น
๐นGaaffii fi Deebi ๐
๐Musiliimoota๐
โ Yohaannis 7:34๐
isin na, #barbaaddu,
garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ Gaaffii isaanii ๐
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan hin
#Argatanii ,iddoo inni
Jiruu dhaquu hin dandani
Jedhu.......โ
๐kanafuu Kiristoos
Akkamitti fannifamee jeetu
Jedhu....โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=Deebi keenya =laki
Kiristoos #fannifamee jira.
๐Ragaa kitaaba Qulqulluu
=1=Yohaannis 2:19_21
Iyyaasuus deebisee
#Mana Qulqullummaa kana #diigaa,
#Anis guyyaa #sadiitti deebisee nan #kasaaโ isaaniin jedhe.
Yeroo kanatti #Yihudoonni, โManni qulqullummaa kun
#waggaa_46tti ijaarame; ati immooguyyaa sadiitti deebistee ijaartaaโโ
jedhaniin.
#inni garuu mana #Qulqullummaa yeroo jedhu, waaee #Qaama
isaa dubbachuu isaa ture.
Kanaaf, yommuu
#inni_duaa_kau
#barattoonni isaa
inni wantoota kana
dubbachaa akka ture yaadatan; #Kitaaba Qulqulluu fi wanta Kiristoos dubbatettis
ni amanani
๐Qaama kan jedhamee
#Foonii Kiristoos, kanafuu
Ofuma isaa dubbate jira
=2=Yohaannis 3:14
Akkuma #Museen lafa onaa keessatti #bofa
#fannise, Ilmi namaas #fannifamuu qaba;
=3=matewoos 16:21
#Iyyaasuus yeroo sanaa jalqabee,gara iyerusaalemi dhaquu akka qabu,
maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa #dhiphina guddaa akka
isa irra geessisan,
akka #ajjeefamuu fi #guyyaa sadaffaatti #duaa akka kau #barattoota isaatii ibsuu jalqabe.
=4=matewoos 27:40
โAti yaa, isa mana
qulqullummaa #diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana, ofi oolchi! #Ilma Waaqayyoo yoo taate
fannoo irratti #fannifamte irraa buiโ jedhu turan.
=5=Luqaas 18:31_33
barattoota #Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: โAmma gara iyerusaalemitti oli ba'aa jirra; wanti #raajonni
#Ilma_namaa ilaalchisee barreessan hundi ni raawwatama.
#Fakkeenyaaf, harka namoota #Yihudoota hin
taanetti dabarfamee kennama, itti qoosama, rakkinni irra ga'a, akkasumas itti tufama
Erga isa #garafanii booda isa ajjeesu; inni garuu #guyyaa sadaffaatti
duaa ni ka'a.
=6=Luqaas 24:25_27
Kanaaf inni akkana isaaniin jedhe: โisin warra hubannaa hin qabnee fi garaan keessan wanta #raajonni dubbatan hunda dafee hin hubanne nana!
Kiristoos dhiphinni kun hundi irra gauu fi gara
#ulfina isaatti galuun isaa sirrii mitiiโโ
Achiis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee, wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaee isaa dubbataman hunda isaaniif ibsuu jalqabe.
โโโโโโโโโโ โโ
๐นkanafuu isin na, #barbaaddu,garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan,yeroo
Jedhuu maali jechuu
Barbade......โโโ
๐ฅ=Deebi isaa
Waaqayyo sami irra
Kan jirtuu. Erga oli bahee
Booda Namooni isa biraa gahuu Hin dandani inni ibidda Wanii taโefi
โต=1ximotewos 6:14_16
hanga #Gooftaan keenya
#IyyaasuusKiristoos #mulatutti, mudaa fi himata tokko malee ajaja sana eegi;
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa ta'e sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. #Inni_Mootii_moototaa fi #Gooftaa gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; namni tokko illee
isa argee hin beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.
โถ=Yohaannis 8:21_23
#Ani nan deema, isinis na #barbaaddu, taus #cubbuu keessaniin ni duutu
Bakka ani #dhaqu isin dhufuu hin dandeessanโ isaaniin jedhe.
Achiis #Yihudoonni,
#Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanโ kan jedhu ofi ajjeesuu barbaadeetii laataโโ jechuu jalqaban
#Innis(Kiristoos) akkana
isaaniin jedhe:
โ #isin_gadi irraa ti
#Ani garuu #oli irraa ti
Isin #addunyaa kana
irraa ti; Ani garuu addunyaa kana
irraa #miti.
โท=Luqaas 13:31_35
Sa'aatii sanatti #Fariisonni tokko tokko dhufanii, โHeroodis si ajjeesuu
waan barbaaduuf asii ba'iitii deemiโ jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhe: โDhaqaatii #jeedala sanatti, โKunoo ani haraa fi boru jinniiwwan nan baasa, #namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, #guyyaa_sadaffaattis hojii koo nan xumuraโ jedhaatii itti himaa.
โฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏ
๐นlink kan fayyadama๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//=====

๐น๐ Dubbisaa๐๐๐๐
Haatau malee, #raajiin iyerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
Yaa #iyerusaalem, yaa iyerusaalem, #raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti
walitti qabdu sia meeqan ijoollee kee sassaabuu barbaade! Isin garuu
hin barbaadne.
Kunoo, manni
keessan isiniif kan dhiifame taa. Ani
isinitti nan hima, โInni #maqaa Waaqayyootin dhufu eebbifamaa dha!โ hanga jettanitti matumaa #ana hin argitan.โ
โธ=Luqaas 17:22_24
Achiis barattoota isaatiin akkana jedhe: โYeroon isin guyyoota #Ilma namaa keessaa isa tokko #arguu itti hawwitan ni dhufa; garuuhin argitan.
Namoonnis, โKunoo
achi jira!โ yookiin โKunoo
as jira isiniin jedhu. Isin garuu hin dhaqinaa yookiin isaan duukaa hin buinaa.
Akkuma #bakakkaan kutaa #samii isa tokkoo hamma kutaa samii
isa kan biraatti ibsu, #guyyaa Ilmi namaa itti mulatus akkasuma ni ta'a.
๐ฅgaaffii kan Kiristoos
Duukaa bu'oota isa wajiin
Dubbate turee.
โฉ=Yohaannis 13:32_34
Waaqayyo ulfina isaaf kenna; inni yeruma
sana isaaf ulfina ni kenna.
Yaa #ijoolle, ani yeroo gabaabaadhaaf isinii
wajjin jira. #Isin na barbaaddu; akkuma ani Yihudootatti, โIsin #bakka
ani dhaqu dhufuu hin dandeessanโ
jedhee dubbadhe, amma immoo isinittis nan dubbadha.
Akka isin #wali jaallattaniif ajaja haaraan isiniif
kenna; akkuma ani isin jaalladhe, isinis wal jaalladhaa
โฉ=Yohaannis 13:36_37
#Simoon Pheexiros, โYaa Gooftaa eessa dhaqxaโโ jedheen. #Iyyaasuus deebisee, โBakka ani dhaqutti ati #amma na duukaa bu'uu hin dandeessu, booda garuu na duukaa buutaโ
jedhe.
#Pheexirosis, โYaa Gooftaa, ani amma maaliifan si duukaa
bu'uu hin dandau?
Ani siif jedhee
#lubbuu koo illee dabarsee nan kennaโ jedheen.
โฉ=Yohaannis 14:2_4
#Mana Abbaa koo keessa iddoon jireenyaa hedduun jira. Iddoo isiniif #qopheessuu waanan deemuuf, kun utuu ta'uu baatee isinitti
nan himan ture.
Anis dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis #iddoo ani jiru akka taataniif deebiee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.
Iddoo ani dhaqus
karaa isaa ni beektu.โ
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
๐นyeroo xumura immoo
Namoonni Amantii sirrii
Fi hojji gaarii jiratani
Gara mootummaa sami
Ni argatu yeroo sana.
Kiristoos wajjjin jiratuu.
โต=Mulโata 22:2_5
#Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa #teessoon #Waaqayyoo fi tees๏ฟพsoon #Hoolichaa magaalattii keessataa, #garboonni Waaqayyoos #tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan fuula isaa ni argu;
#maqaan isaas
#adda isaanii irratti ni #barreeffama.
Kana boodas achi keessa halkan hin jiru; Waaqni keenya Waaqayyo ifa
waan isaan irratti ibsuuf, ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaanis #baraa hamma bara baraatti mootota taanii ni bulchu.
โถ=Ibroota 12:22
#Isin garuu, Gaara #Tsiyoonii fi magaalaa
Waaqayyo jiraataa, jechuunis #iyerusaalem ishii samiitti dhihaattaniittu;
akkasumas #maleekota kumaatama lakkawamu
Hin dandeenyiti.
===============
๐นlink kan fayyadama๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====๐ผ๐ผ๐ผ=====

๐นkutaa-102-ffaa.๐
โปGaaffii fi Deebii Muslimoota.
โYohaannis 1:25
isaan โAti #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?โ jedhanii isa gaafatan.
1=โป #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu๐โ
โงsababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa ๐
โโง #Kiristoos dhufee jira๐ฏ
โโง #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu๐ฏ
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.โ Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taสผuu isaa hubatan
โงkanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
๐โโ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi ๐
โโป #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuuโ
โฌโฌโฌโฌ
๐ทDeebii keenya๐
โโปEeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jiraโฃ๏ธ
โโปEeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jiraโฃ๏ธ
โโปEeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos โฃ๏ธ
๐ท #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Mooโ Muhammadi kani jedhuu irrattiโ
โ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
โป #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani ยซ Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi ๐
๐นKanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
โโปKiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)๐#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaสผumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
โปinni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
โโป bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)๐#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: โIsin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
โโปRaaji #Muhammadi yoomi cuuphee โ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne โ
๐ณ kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok๐
โฌโฌโฌ
โ#Qabxiiwwan_lammaffaan
โฃ๏ธKanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
โปFakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)
โโป Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo ยซAfuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.๐
C)๐#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.
โโปKani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa๐
D)๐#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaสผuu qabda.
๐๐ dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1โปTokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).๐#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)๐ #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaสผee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2โปlamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)๐ #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaสผelin argee, โIsa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaสผee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaสผee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerraโ jedheen.

โโป Sadaffaan inni suni kiristoos jedhe jira #Pheexiroos
H)๐#Hoji_Duka_buota 3:20-22
kunis akka inni #Kiristoos isiniif filatame sana jechuunis #Iyyaasus erguuf. Innis hamma yeroon Waaqni itti waan hunda iddootti deebisu sun gaสผutti #samii_irra_turuu_qaba; Waaqnis bara dheeraadhaan dura karaa #raajota isaa #qulqullootaatiin waan kana dubbatee ture.
#Museen akkana jedheeraatii; โWaaqni keessan Gooftaan #sabuma keessan keessaa #raajii akka #kootii tokko isinii kaasa; isinis waan inni isinitti himu hunda dhagaสผaa.
โโปafuraffaa immoo inni suni Kiristoos jedhee #Isxifaanos
I)๐ #Hoji_Duka_Buota 7:37
#Museen kun isuma saba Israaสผeliitiin, โWaaqni sabuma keessan keessaa raajii akka kootii tokko isinii kaasaโ jedhe sanaa dha.
โฃ๏ธhanga ammatti dhimmi kuni Kiristoosif akka taโe hubbanne jira raajicha kani jedhame Kiristoos.๐ฏ๐ฏ๐ฏ
๐ kuni hundii isaa waee muhammadi osoo hin tanne waa'ee Kiristoos akka taโe ifa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บamma immoo #soba_Muslimoota isaanii ni saaxila๐๐ฅ๐
1= #Muhammadi iddoo sanatti Musee anaafi dubbate hin jennee โโ ๏ธ
2= #Namoonni yeroo muhammad keessa jiraatan illee Musee waee muhammad dubbate iddoo kanatti hin jennee โโ ๏ธ
3= #Kitaabni Musee iyyuu badee hin jiruu jedhanii *amma immoo kitaaba keenyaa fudhatan akkamitti akkasii jedhamaโโ ๏ธ
4= #Allaha maatan isaa iyyuu muhammadin Musee waee kee siif bareesse hin jennee โโ ๏ธ
5=muhammadi eenyu #cuuphe beeka yookiin yoomi cuuphame mee โโ ๏ธ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐.
โโป๐๐๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ (๐ข๐๐ 17:5). Kanaafuu rajooni bira kami addunyaa duraa kani ture โ
โโป๐๐๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ (๐ข๐๐ 6:62)
Raajoota keesaa kami samii irraa kani dhufee โ
โโป๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ (๐ข๐๐ 1:10)
Raajoota keessa eenyu hunda kani Uumee โ
โโปKiristoos #Alfa fi omegadha (Mulโata 22:13)
Raajoota keessa eenyu alfa fi omega kani jedhamee โ
โ ๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ ๐ง๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ช๐ช๐ฃ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ ,๐๐๐๐ฃ๐๐๐ก.. ๐ง๐๐๐๐ ๐ ๐๐ฃ๐ ๐๐ช๐๐๐๐จ๐ช ๐๐จ๐๐ ๐ฎ๐ค๐ค๐ ๐๐ฃ #๐๐ช๐ง๐ฆ๐๐ ๐ง๐๐๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ช๐ช ๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ ๐๐๐๐๐ช๐ช๐๐๐.
๐๐๐๐ #๐ก๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)