Forwarded from Gutema Gelana
โผ๏ธ๐ปโผ๏ธ qabxii 15 kuni
#foonii_uffachuu Kiristoos fi #Waaqayyo_ta'u Kiristoos kan ibsan____ #Kuta.1.ffaa isaatti
1๐Mat 24:30
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Yeroo sanatti mallattoon
#ilma namaa samii irratti ni mulata;
#saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma isaanii rurrukutu; isaanis
ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
jecha lamaan kanaa irraa wanta lamaa ni hubbata
1โ jecha ilma nama jedhuu
=ilma namaa jechuun immoo foonii kan uffatee jechuudha
Kanaafuu Kiristoos ani foonii nama kan uffadhe samii irra yeroo dhufuu jecha jira
2โ saboonni addunyaa hundinuu Gadaan qoomaa isaa rukutuu jecha
=Jechi saboota jechu namoota addunyaa kan irraa jiran yommuu ibsuu
=jechi maalif qooma isaanii rukkutu kan jedhuu immoo, Kiristoos yeroo dhufuu wanii itti murteessuufi
=murteessuu kan danda'u immoo Waaqayyo qofa
Kanaafuu Kiristoos ani Waaqayyo yeroon samii irraa dhufu qoomaa keessan ni rukkutu jecha jira
2๐ luq 24:39-40
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Ana mataa koo akkan tae
harka koo fi miilla koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa, sababiin isaas akkuma ana irratti argitan kana uumamni hafuuraa foonii fi lafee hin
qabu.โ Utuma kana dubbachaa
jiruus, #harka isaa fi #miilla isaa isaanitti argisiise.
๐UUmmama hafuuraa jechuun #eekara jedhama yeroo Tokko nannoo garagaraatti afaan Oromoon
garuu Kiristoos harka fi mila koo qaba ilaala jechuun Kiristoos foonii akka qabu ofuma isaa dubbachaa
hin jiruu โ๏ธ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
3๐Yoh 1:1--1
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ Jalqaba Dubbichatu ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
4๐Yoh 1:14
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Dubbichi foon taee nu gidduu jiraate; nutis ulfina isa akka ilmi tokkichi Abbaa irraa argatuu tae argineerra; innis gaarummaa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture
5๐ Yoh 6:53-54
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Kanaaf #Iyyaasuus akkana
isaaniin jedhe: โDhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon_Ilma namaa yoo nyaattanii fi #dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin jireenya hin qabdan
๐ผ Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi #jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti duaa
isa nan #kaasa
โจ๏ธ dhigaa fi foonii kiyya jechuun isaa foonii fi dhiiga qabachu ibsaa
โจ๏ธ namnii dhiiga fi foonii kiyya nyaatee jireenya bara baraa qaba jechuun isaa immoo bara baraan kan nama jirachuu #Waaqayyo kan biraa hin jiruu
Kanaafuu ani mataan koo,#Waaqayyo jecha jira
6๐Rom 1:2-3
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ป misiraachoon kun isa Waaqayyo duraan
dursee karaa #raajota isaa Kitaabota Qulqulluu keessatti abdachiise dha.
โง Kunis waaee #ilma isaa isa karaa #foonii #sanyii_Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha
๐งจ,jechaa matewoos 1:1 irraa siritti ibsee jira
Kuno gara foonii siin jecha jira Phawuloos, ni argita amma
7๐ Rom 9:5
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐งจ Abbootiin kan isaanii turan, #Kiristoosis akka #fooniitti isaan irraa argame. Waaqayyo inni hundumaa ol jiru bara baraan haa galateeffamu. Ameen..
โคAbbooti kan jedhamee kan akka Abrahaami,Daawit, yoseef
Taaraa,,,,,,,, gara foonii abbotii irraa jechaa jira
8๐1 Qor 15:45-47
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โผ๏ธKanaaf, โ #Addaam namni jalqabaa, qaama jiraataa taeโ jedhamee barreeffameera. #Addaam inni boodaa #Affuura isa #jireenya kennu tae.
๐Haa tau malee, #qaamni inni jalqabaa isa #Afuuraa sana miti, kanaa mannaa isa #foonii ti. #Qaamni_Afuuraa sana booda dhufe.#Namni
inni jalqabaa #lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame;
#namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
๐ addaami biiyee ykn lafaa irraa argamee
#Kiristoos garuu samii irra dhufee jedhee jira
Sababa Addaamii lamaffaa jedhamee immoo foonii nama wani uffaatef jechuudha
๐นsamii irraa kan jirtuu Waaqayyo malee eenyu, kanafuu Kiristoos Waaqayyo jecha jira siif hin galu amma obboolleessa
Jireenya kan keenuu isaa jecha jira, kanafuu mee,dhugumaa samuu kee, bani ilaalii
๐ ๐๐ jalate dhiistee
๐ ๐๐ Kiristoos Waaqa

๐นAmantiin keessan
#Ogummaa namootaa
irratti utuu hin tain humna Waaqayyoo irratti kan
hundaae akka ta'uu.
๐ แฅแแแณแฝแแ
แ แฅแแแ แฅแแญ แแญแ แฅแแ
#แ แฐแ แฅแ แฅ แฅแแณแญแแ
โข1 Qor 2:5
โข1 แแฎแแถแต 2:5
=====||======
โ #Bagaa_Geessaan
โข Muddee 24
โข Ayyaanna qulqulluu
#Taklaymanotti guyyaa
dhaloota isaani
โข Akkasumas boqonna
Aginixiyosi
๐ป #sirna_Qidasee
(sirna galatoo)
guyyaa kani Dubbifamu
โข Efe 4:11-17
โข 1 Phex 1;13-xum
โข HDB 19:11-21
โข Far 8;2
โข Mat 18;1-12
โข Sirna galatoo
duuka buโoota
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ kan ani dubbadhee fi
kan ani isiniif lallabes
jechoota #ogummaa
warra nama sossobaniin
utuu hin tain #Afuuraa fi
humna Waaqayyoo mulisuudhaan ture
โ kana kan ani godhes amantiin keessan
ogummaa namootaa
irratti utuu hin
tain humna Waaqayyoo
irratti kan hundaae akka
tauufi
โ Ammas namoota
bilchaatan gidduutti
ogummaa dubbanna,taus
kan dubbannu ogummaa
sirna kanaa yookiin
ogummaa bulchitoota
sirna kanaa warra
baduuf jiranii miti
โ Kanaa mannaa
ogummaa Waaqayyoo isa
karaa iccitii Qulqulluu mulifame, jechuunis
ogummaa Waaqayyoo
isa dhokataa isa inni
sirna kana dura ulfina
keenyaaf dursee
murteesse sana dubbanna
โ #Bulchitoota sirna
kanaa keessaa
ogummaa kana kan
beeke tokko illee
hin turre,utuu beekaniiru
taee silaa
#Gooftaa isa ulfina
qabeessa tae sana
hin fannisan turan
๐ปHaatau malee akkuma โWantoota Waaqayyo
namoota isa jaallataniif qopheesse, iji hin argine
gurris hin dhageenye
yookiin garaan namootaas
hin yaadneโ jedhamee barreeffame tae
โ Waaqayyo karaa #Affuura isaa wantoota kana nutti muliseera,sababiin isaas Affuurri wanta hundumaa jechuunis wantoota
Waaqayyoo warra gadi
fagoo taan illee ni #qora
โ #Yaada nama tokko
keessa jiru Affuura
namicha sana keessa
jiru malee, namoota
keessaa eenyutu
beekuu dandaaโ
๐ Haaluma wal-fakkaatuun #Afuura_Waaqayyoo
malee, yaada Waaqayyoo #namni beekuu dandau
hin jiru
โ Ammas nuti
wantoota Waaqayyo gaarummaadhaan nuu kenne beekuu akka dandeenyuuf, Afuura #addunyaa utuu
hin tain
Afuura isa kan
#Waaqayyoo fudhanneerra
Kana malees, wantoota
kana kan dubbannu
#jechoota ogummaa
namootaa irraa baranneen miti
๐นkanaa mannaa
#dhimmoota Afuuraa jechoota
Afuuraatiin yommuu ibsinu dubbii Afuura irraa baranneen dubbanna.
โHaatau malee
wantoonni kun
nama fooniitiif
gowwummaa waan
ta'aniif, namni akkasii
wantoota Afuura
Waaqayyoo irraa dhufan
hin fudhatu,Afuuraan kan qoraman waan taaniifis
inni isaan hubachuu
hin dandau
โ #Namni Afuuraa
garuu waan hundumaa
qora taus ofii isaatii
nama kamiin iyyuu hin
qoramu
โ #Kitaabni Qulqulluun
โAkka inni isa barsiisuuf, eenyutu yaada Waaqayyo beekeโโ jedha.
#Nuti garuu yaada
Kiristoos qabna
---- 1Qor 2:4-16------
""""""""""""""""
โEenyutu bishaanota
harkaan hammaaree safareโ
โEenyutu samiwwan taakkuudhaan safareโ
โEenyutu biyyoo lafaa guubootti naqee fixuu
danda'aโ
โEenyutu tullootaa fi gaarota madaalii irra kaa'aโ
โEenyutu humna #Afuura Waaqayyoo shallaguu
danda'aโ
โEenyutus Waaqayyoon #gorsee barsiisuu danda'aโ
โผ๏ธinni eenyuun gorsa
gaafataโ
โผ๏ธYaada ogummaa eenyu
irraa argataโ
โผ๏ธ Karaa qajeelaa eenyutu
isa barsiisaโ
โผ๏ธBeekumsa ittiin hubatus
Raji-isay 40:12-14
๐ป#แจแฅแแแ แฅแแญแ แแแแต แซแแ แแญแต แ แแซแช แแ แซแตแฐแแจแ
แแ แแโ
โแแญแต แจแแ แแญ แฐแแซแจแจโ แแญแต แแ แแจแจแ? แจแแญแตแแ แแแแต แแ แ แตแฐแแจแโ
๐ปแฅแแแตแแต แแ แ แตแฐแแจแโ แจแแตแฐแแแแต แแแแต แแ แ แณแจแโ
"Xumuraa irratti"
โ Galani Waaqayyof
Haataโu Ameen.
โ @haadha_Waaqa_naJaladha
===||=====||===

โ "Phawuloos" irraa
Kan dhageenye "

โ #Kutaa_2_ffaa
โขkitaaba Iyyaasuu 4:15-24๐
๐Achiis Waaqayyo Iyyaasuudhaan
akkana jedhe
#Luboonni taabotaa
Dhugaa Baatuu
baatan sun Yordaanos
keessaa
akka baan isaan ajaji
Kanaafuu Iyyaasuun โYordaanos
keessaa as baaaโ jedhee luboota ajaje
Luboonni taabota
kakuu Waaqayyo baatan walakkaa Yordaanosii
yommuu baanii
fi faanni miila isaanii
lafa #gogaa irra yommuu ejjetutti, bishaan Yordaanos akkuma duraanii deebiee
yaauu fi guutee
dhangalauu jalqabe
๐Sabichis jia isa
jalqabaa keessaa
guyyaa kurnaffaatti
Yordaanosii baee Gilgaali
ishii kallattii bahaatiin
daangaa IYerikootti argamtu keessa buufate.
Iyyaasuunis dhagoota 12n
warra isaan Yordaanos
keessaa baasan sana
Gilgaal keessa ni dhaabe
Achiis Israaelotaan
akkana jedhe
๐๐โ #Gara_fuulduraatti
#ijoolleen keessan,
โDhagoonni kun maali dhaโ
jedhanii yommuu isin
gaafatan akkana jedhaatii ijoollee keessaniif ibsaa
โIsraael lafa gogaag irra Yordaanosiin ni cee
Waaqni keessan
Waaqayyon hamma nuti ceenutti bishaan Yordaanos
nu duratti ni gogse
Waaqni keessan
Waaqayyon hamma isaan ceanitti galaanicha gogsuudhaan akkuma
Galaana #Diimaa irratti
godheh sana nuufis
ni godhe
Inni kana kan godhe
saboonni lafa
irraa hundi #harki Waaqayyo hammam #jabaa akka
tae akka beekaniif
akkasumas isin yeroo
hunda Waaqa keessan
Waaqayyo
akka sodaattaniifi
โWalumaagalatti
Yaadanno fi humna
Waaqayyo jaba akka
Ture,akkasumas, ajaja
Inni nun jedhee hanga
Bara baratii ni rawwana
Abboota irraa, gara ijoolleetii
Gara fuulduraatti itti fufaa
3โ inni sadaffaan
Sababa Taabooni
Gara laga deemuufi
Taboonni fakkeenya Kiristoos
Wani ibsuufi...
Kuni Kiristoos Gaalilaa
irraa Gara Yordaanos
Waani deemiif
โragaa kitaaba
Mat 3:13๐
Yeroo sanatti Kiristoos #Yohaannis akka isa cuuphuuf #Galiilaadhaa gara
#Yordaanos ni dhufe.
โMar 1:9๐
Bara sanatti Kiristoos
#Naazireet ishii Galiilaatti argamtu irraa dhufee
#Laga_Yordaanositti #Yohaannisiin cuuphame
โขฮฮบฮตฮฏฮฝฮตฯ ฯฮนฯ ฮผฮญฯฮตฯ ฮฎฯฮธฮต ฮฟ ฮฮทฯฮฟฯฯ ฮฑฯฯ ฯฮท ฮฮฑฮถฮฑฯฮญฯ ฯฮทฯ ฮฮฑฮปฮนฮปฮฑฮฏฮฑฯ ฮบฮฑฮน ฮฒฮฑฯฯฮฏฯฯฮทฮบฮต ฯฯฮฟฮฝ ฮฮฟฯฮดฮฌฮฝฮท ฮฑฯฯ ฯฮฟฮฝ ฮฯฮฌฮฝฮฝฮท
โ Taaboonni fakkeenya
Kiristoos ni ta'a jechuf dura
Mee, wanta tokko ilaala
โขbara Muse keessa Israa'eloni
Yero bishaan dhugaan dhaban
Muuseen Waaqayyo kadhatee
Isaa booda kattaa dhagaa
Tokko keessa bishaanii akka
Bahuufi godhee Waaqayyo
(-Ser.Bau 17:16)
โ #Phaawuloos yeroo
kitaaba Musee hiikuu akkanaa
Jedhe Ture, dhagaa kattaan
Israa'elota bishaanii basee
Suni fakkeenya Kiristoos
Jedhe dubbatee
โ 1 Qor 10:1-4๐
๐Yaa obbolootaa
#abbootiin keenya hundi duumessa jala akka
turanii fi hundi isaanii
galaana keessa #darbuu
isaanii akka beektan
nan barbaada
๐hundi isaanii Musee hordofanii duumessichaa fi galaanichaan cuuphaman
๐hundi isaanii #nyaata
#Afuuraa tokko
irraa nyaatan
๐hundi isaanii #bishaan
#Afuuraa tokko irraa
dhugan Sababiin isaas
isaan #kattaa Afuuraa
isaan duukaa deemu
sana irraa #dhugu turan
kattaan sun #Kiristoosiin argisiisa
โน kanafuu Kiristoos
Bara Muse yoomi
Fooni nama
Uffate, kuni bara dhiyoo
Keessa dubaroo Maariyaami
Irraa foonii fi lubbuu fudhatee
Dhalate (Luq 1:31)
โขHaaluma walii fakkatuu
Dhagan sunii erga fakkeenya
Kiristoos taโe
Taaboonnis fakkeenya Kiristoos
Yoo, jeenne ni dandama.
โakkamitti fakkachuu
Danda'a kan jedhuu irratti
Immoo
โขWaaqayyo dhagaa
Irratti ajjaja 10n bareesse
Muuseetii kenneera
โser.Bau 34:29)
โser.Bau 31:18)
-fakkeenyi ajaja kurnanii
Fakkeenyaa ilma
Waaqayyotti
Ajajaani 10n samii irraa
Dhufe tsillati sanaa irratti
Bareeffame
-tsillatin immoo dhagaa irra
Tolfame kuni immoo
Fakkeenyaaf dubaro Maariyaami
Ibsa,Kuni sanyii namoota
Bakka bu'a
=akkuma ajajani 10n tsillatti
Irrati barreeffame ibsamuu
Kiristoos dubaro Maariyaami
Irra dhalate namoota hundumaaf ifaa ta'e
โKiristoos samii irraa
Dhufu isaa kan ibsuu
๐ Yoh 3:13
๐ Yoh 3:16
๐ 1 Qor 15:47
โโโโโโ
dubaroo Maariyaami
Sanyi namoota irraa
Argamu kan ibsuu
โ Mat 1:1
โ Ibroota 2:16.
โ Luqaas 2:4-5
Haaluma kana Taabooni
Fakkeenya Kiristoos
Wani qabuuf ni baha'a
.....................................
Wali fakkeenyi Taaboota fi kiristoos inni bira