πΉπ Dubbisaaππππ
Haatau malee, #raajiin iyerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
Yaa #iyerusaalem, yaa iyerusaalem, #raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti
walitti qabdu sia meeqan ijoollee kee sassaabuu barbaade! Isin garuu
hin barbaadne.
Kunoo, manni
keessan isiniif kan dhiifame taa. Ani
isinitti nan hima, βInni #maqaa Waaqayyootin dhufu eebbifamaa dha!β hanga jettanitti matumaa #ana hin argitan.β
βΈ=Luqaas 17:22_24
Achiis barattoota isaatiin akkana jedhe: βYeroon isin guyyoota #Ilma namaa keessaa isa tokko #arguu itti hawwitan ni dhufa; garuuhin argitan.
Namoonnis, βKunoo
achi jira!β yookiin βKunoo
as jira isiniin jedhu. Isin garuu hin dhaqinaa yookiin isaan duukaa hin buinaa.
Akkuma #bakakkaan kutaa #samii isa tokkoo hamma kutaa samii
isa kan biraatti ibsu, #guyyaa Ilmi namaa itti mulatus akkasuma ni ta'a.
π₯gaaffii kan Kiristoos
Duukaa bu'oota isa wajiin
Dubbate turee.
β©=Yohaannis 13:32_34
Waaqayyo ulfina isaaf kenna; inni yeruma
sana isaaf ulfina ni kenna.
Yaa #ijoolle, ani yeroo gabaabaadhaaf isinii
wajjin jira. #Isin na barbaaddu; akkuma ani Yihudootatti, βIsin #bakka
ani dhaqu dhufuu hin dandeessanβ
jedhee dubbadhe, amma immoo isinittis nan dubbadha.
Akka isin #wali jaallattaniif ajaja haaraan isiniif
kenna; akkuma ani isin jaalladhe, isinis wal jaalladhaa
β©=Yohaannis 13:36_37
#Simoon Pheexiros, βYaa Gooftaa eessa dhaqxaββ jedheen. #Iyyaasuus deebisee, βBakka ani dhaqutti ati #amma na duukaa bu'uu hin dandeessu, booda garuu na duukaa buutaβ
jedhe.
#Pheexirosis, βYaa Gooftaa, ani amma maaliifan si duukaa
bu'uu hin dandau?
Ani siif jedhee
#lubbuu koo illee dabarsee nan kennaβ jedheen.
β©=Yohaannis 14:2_4
#Mana Abbaa koo keessa iddoon jireenyaa hedduun jira. Iddoo isiniif #qopheessuu waanan deemuuf, kun utuu ta'uu baatee isinitti
nan himan ture.
Anis dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis #iddoo ani jiru akka taataniif deebiee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.
Iddoo ani dhaqus
karaa isaa ni beektu.β
β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£
πΉyeroo xumura immoo
Namoonni Amantii sirrii
Fi hojji gaarii jiratani
Gara mootummaa sami
Ni argatu yeroo sana.
Kiristoos wajjjin jiratuu.
β΅=Mulβata 22:2_5
#Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa #teessoon #Waaqayyoo fi teesοΏΎsoon #Hoolichaa magaalattii keessataa, #garboonni Waaqayyoos #tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan fuula isaa ni argu;
#maqaan isaas
#adda isaanii irratti ni #barreeffama.
Kana boodas achi keessa halkan hin jiru; Waaqni keenya Waaqayyo ifa
waan isaan irratti ibsuuf, ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaanis #baraa hamma bara baraatti mootota taanii ni bulchu.
βΆ=Ibroota 12:22
#Isin garuu, Gaara #Tsiyoonii fi magaalaa
Waaqayyo jiraataa, jechuunis #iyerusaalem ishii samiitti dhihaattaniittu;
akkasumas #maleekota kumaatama lakkawamu
Hin dandeenyiti.
===============
πΉlink kan fayyadamaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====πΌπΌπΌ=====

π·kutaa-7-ffaa:
Gaaffii fi Deebii Muslimoota.
βMaarqoos 1:15
innisβBarri sun gaΚΌeera(xumurame) mootummaan Waaqayyoo dhiΚΌaateera; qalbii jijjiirradhaatii wangeelatti amanaa!β jedhe
β=Gaaffii isaanii Kiristoos mootummaa hin qabu inni iyyuu mootummaa Waaqayyo lallabaa jedhuu.β
β=Kiristoos wangeela lallabee jedhee barumsa akkamitti jedhuu β
πΉDeebi keenya. =1=
Eeyyee Kiristoos mataan isaa iyyuu #Mootummaa qaba
β΅β2Pheexiroos 1:11
akkasiin gara #mootummaa bara #baraa kan #Gooftaa keenyaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoositti galuun guutummaatti isiniif kennama.
βΆβEfesoon 5:5
Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen yookiin namni xuraaΚΌaan yookiin namni sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taΚΌe raawwatu #Mootummaa_Kiristoosii fi #Mootummaa_Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.
β·β2 ximotewos 4:1
Waaqayyo durattii fi Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulΚΌachuu isaa fi #Mootummaa_isaatiin warra jiranii fi warra duΚΌan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen kana si ajaja:
π§πππππππ’ πππππ π‘πππ ππππ‘π’πππ ππππ β£
βinni Mataa isa waee mootummaa isaa labsee β jechi Β« #bari Β» xumurame yookiin barri sun gaβee jedhe β
kani Raajonni durii dubbachaa turan xumura irratti Kiristoos ni dhufaa kani jedhuu ture
πΉDeebii lamaffaa =2=
wangeela Kiristoos lallabee kani akkamii ture isaa jedhuu immoo. barattoota isaa gaafachuu qofaa deebiin isaa.
π ° tokkooffaa Kiristoos isaanii gaafadha jedhee jira. π€πππ‘π πππ ππ’ππππβπ ππππ πππππ’ πππππ‘πππ‘π πππβπ. πππππ‘πππππ ππππ ππ ππ ππππππ π πππ ππππ’π―
βΈβYohaannis 18:21
Ati maaliif na gaafatta? #Warra waan #Ani isaaniin jedhe dhagaΚΌan gaafadhu. Kunoo #isaan waan ani jedhe #beeku.
βΉβMaatewos 10:26-27
Kanaafuu isaan hin sodaatinaa. Wanni haguugamee utuu hin mulΚΌifamin hafu yookaan wanni dhokfamee utuu hin beekamin hafu tokko iyyuu hin jiruutii. Waan #ani dukkana keessatti isinitti himu guyyaa adiin odeessaa; waan gurratti isinitti hasaasan, bantii manaa irraa #labsaa.
βΊβ1Yohaannis 1:1
Nu waaΚΌee Dubbii jireenyaa kan jalqabaa kaasee ture, kan #dhageenye, kan #ija keenyaan argine, kan ilaallee fi kan harki keenyas qaqqabe kana labsina.
π ± inni lamaffaa immoo Kiristoos ogummaa barattoota isaatti wani Kanaafi : barattoota isaa wanta hunda bareessani.
β»βLuqaas 21:15
Anuu afaanii fi #ogummaa diinonni keessan tokko iyyuu dandaΚΌanii dura hin dhaabanne yookaan hin mormine isiniif nan kennaatii.
π sadaffaa Afuura Qulqulluun barattoota wani gargaruuf wanta hundumaa hubbachisa.
βΌβYohaannis 16:13-14
#Hafuurri dhugaa sun yommuu dhufutti gara dhugaa hundaatti #isin_geessa. Inni waan dhagaΚΌu qofa dubbata malee ofuma isaatiin hin dubbatu; waan dhufuuf jirus isinitti hima. Inni sababii #waanuma_koo fuudhee isinitti beeksisuuf ulfina naa kenna.
β½βYohaannis 15:26
Jajjabeessaan ani Abbaa biraa isinii ergu, jechuunis Hafuurri Dhugaa inni #Abbaa keessaa baΚΌu sun yommuu dhufutti waaΚΌee koo dhugaa baΚΌa.
ππͺπ’πͺπ§π ππ§π§ππ©π
Kani Β« #πππππ π‘πππ Β» lallabaa ture fi kani isaa dura taβe hunda sababa Kanaafi dukaa bu'oonni Kiristoos barreessanii.π―π―π―
ππ’π‘π-6-ππ’ππππ π :ππππ ππππ π₯π’ππ.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/1010
=dhugaan jiru kanuma yaa Muslimoota.