πΉβ‘οΈ kutaa _ 56 ffΒͺΒͺ πΈπ
βββββββββββ
π³ Gaaffii fi Deebii
π³ Muslimootaπ
β Yohaannis 13:20π
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Gaaffii isaanii
1β© kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...βπ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π³ Deebii keenyaπ
πΊ kitaaba keenya keessa lakki #foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
πGaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...β
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraβduuka buoota isaa mooβbiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..β
πΊβ lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,taβe ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.
β€οΈ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
πYohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman #isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.β
πΊβ€οΈ kanafi #Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
β¬β¬β¬β¬β¬
β‘οΈQabxiiwwan kana ilaala.
Aβ© Kiristoos qaama tokko ni erga.
Bβ©Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
Cβ© qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu mooβmuhammadi laata β
πΈ akka yaadaa #Muslimoota yoo,taβe
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
AbbaaβKiristoosβmuhammad
β‘οΈ Akka #orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
β©AbbaaβKiristoosβAffuurra Qulqulluudha.
βdeebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee #Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti
πΊ #Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
π=βΆπMaatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti; #Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
β©Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
π=β·πLuqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra #Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas, #Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.
π=βΈπLuqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf, #akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan #kenna
π=βΉπYohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βLakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,taβe qofa iyya kaa.
βKiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qurβaanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qurβaani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu #filannoo_lamaa qofa qabduu
Aβ©Alaha jechuun Kiristoos jechudha β
Bβ© muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.β
π=βΊπSuura 35:4
ΩΩΨ₯ΩΩ ΩΩΩΩΨ°ΩΩΨ¨ΩΩΩΩ ΩΩΩΩΨ―Ω ΩΩΨ°ΩΩΨ¨ΩΨͺΩ Ψ±ΩΨ³ΩΩΩ Ω ΩΩΩ ΩΩΨ¨ΩΩΩΩΩ Ϋ ΩΩΨ₯ΩΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΩΩΩ ΨͺΩΨ±ΩΨ¬ΩΨΉΩ Ψ§ΩΩΨ£ΩΩ ΩΩΨ±Ω
(Yaa #Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.
πJecha Qurβaanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilalaπ
ΩΩΨ₯ΩΩ : And i
ΩΩΩΩΨ°ΩΩΨ¨ΩΩΩΩ : they deny you,
ΩΩΩΩΨ―Ω : then certainly
ΩΩΨ°ΩΩΨ¨ΩΨͺΩ : were denied
Ψ±ΩΨ³ΩΩΩ : Messengers#
Ω ΩΩΩ : before you.
ΩΩΨ¨ΩΩΩΩΩΫ : before you.
ΩΩΨ₯ΩΩΩΩ : And to
Ω±ΩΩΩΩΩΩ : Allah#
ΨͺΩΨ±ΩΨ¬ΩΨΉΩ : return
Ω±ΩΩΨ£ΩΩ ΩΩΨ±Ω : the matters.
βkanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉlink waldaa kanaππ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========

π
± kutaa-87-ffΒͺΒͺ ππ
π«΅ gaaffii fi Deebi
π€Musiliimota
----------------------
βgaaffii isaanii akkasii ture
βΆβ dhagaa guddaan tokko bolla awwaala irraa turee.
Yeroo Dubartoonni achii gahan sana eessaa dhaqee βjedhuu
β Ragaa isaanii immooπ
βΆ.Yohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee #dhagichi_awwaalicha_irraa #kaafamuu_isaa_argite.
β·.Maarqoos 16:4
Yommuu oli jedhanii ilaalan garuu, #dhagichi akka malee guddaa taΚΌus, #afaan_awwaalichaa_irraa
#gangalfamee_ture.
βΈ.Luqaas 24:2
HaataΚΌu malee, #dhagichi_awwaala_sana_irraa #garagalfamee_argan
βΉ.Maatewos 28:2
Kunoo Ergamaan waaqayyo samii irraa waan gadii buΚΌeef kirkirri lafaa guddaan ni taΚΌe; Ergamaan sunis dhufee #dhagicha_gangalchee_irra taaΚΌe.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πDeebi keenyaπ
πhundi isaanii iyyuu sirriidha.
Dhagaan suni boolla awwaala irraa kaafamu isaatti.
β΅βπ akka #Yohaannis ibsaa jirtutti #Dubartii_tokko irratti hundae dubbate wanta taβe sana, Innis dhagichi awwaalicha irraa kaafamuu isaa argitee(Yohaannis 20:1)
βΆβπakka #Maarqoos ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii ,irratti hundae, jedhe Innis dhagichi afaanii awaalichaa irraa kafamu isaatti.(Maarqoos 16:4)
β©Jechi afaanii awwaalicha irraa gangalfame turee jedhuu wanta darbee ibsa jira
πMaarqoos 16:1π
Sanbatni erga darbee boodas, #Maariyaam_Magdalaa, #Maariyaam_haati_Yaaqoobii fi #Saloomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf urgooftuu bitan.
β·βπakka #Luqaas ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii kani argan dubbatee kunis Maarqoos wajjiin yaada tokko qaba (Luqaas 24:2)
β©Jechi awaalichaa irraa gangalfame #ture jedhuu wanta darbee ibsa.
πdubartoonni suni sadii ta'u ibsaa , Sababiin isaa baayinna ibsa, akkasumas immoo urgooftuu jedha, wanta kana wajjiin wali fakkatu immoo Maarqoos wani ibseef
πLuqaas 23:55-56π
#Dubartoonni warri #Galiilaadhaa jalqabee isaa wajjin dhufanis duukaa buΚΌanii reeffi isaa #awwaalicha_keessa #akkamitti akka kaaΚΌame #ilaalan; achiis #urgooftuu fi dibata urgaaΚΌu qopheessuuf deebiΚΌanii deeman. Haa taΚΌu malee, akka seerichi ajajutti guyyaa Sanbataa ni boqotan
β©Dubartoonni Galiilaadhaa dhufan immoo Maarqoos sirriitti ibseera ,Luqaas illee ibsee jira.
πMaarqoos 15:47π
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam_haati_Yoseef garuu, #reeffa isaa #eessa akka kaaΚΌan #ilaalu_turan.
πLuqaas 8:2π
#dubartoonni_hafuurota hamoo fi dhukkuba adda addaa irraa fayyan tokko tokkos isaa wajjin turan. Isaanis, #Maariyaam Magdalaa ishii jinniiwwan torba keessaa baΚΌan,
πLuqaas 24:1π
Guyyaa jalqaba torban sanaatti garuu #dubartoonni sun #urgooftuu qopheessan sana fidanii ganama bariidhaan gara awwaalichaa dhufan.
βΈβπakka #Maatewoos ibsa jirtutti immoo #dubartoota #lamaa qofa jecha jira kana immoo dubartoonni suni osoo ergamaan dhagicha gangalcha jiruu argan jedha.
Kuni immoo wanta amma ta'a jiruu ibsaa. Kanaafuu dubartoonni laman kuni ijaan arganii jiru.
πMaatewoos 28:1π
Sanbatni erga darbee booda guyyaa jalqaba torban sanaatti, #Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam ishiin kaan awwaalicha ilaaluu dhufan.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Xumura irratti.
βΆ.Kani #Maatewoosi ibsee #jalqabaa.wanta taβe ibsa
β·.Kani #Maarqoos fi #Luqaas #lamaffaa irratti wanta taβe ibsa
βΈ.Kani #Yohaannis #sadaffaa irratti wanta taβe ibsa.
β¬β¬β¬β¬
Link kan xuqiππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)