🌹Waaqayyoo Raaji dha
Moo❓mitti..❌.❓
🌹yoo, Raaji dha jeete
Akkamiti ta'a....❓
🌹➜ lakki Raji mitti
Yoo, jeete immo
Akkamitti...❓
===//======
△Deebin keenya
Eeyyee Waaqayyo
Rajidha.
❖ akkamitti Raji ta'e.❓
✍ jalqaba dura
hiika Raaji ilaalan
barbachisa dha...
👉 " rajii jechun
Kani kan #dura,kan ta'e
#Amma ta'a kan jiru
Gara #fuuldurati kan
Raawwatamu...
Wanta samuu nama
oli kan Ta'e
Dubbii dhugaa kan ta'e
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅱➜gara mata duree
keenya Yeroo deebinu
🌹👉Waaqayyo rajidha
Yero jennu
⏸➊=tokkoffaa isas
Waaqayyo sami
Fi lafa Uumee, akkasumas
Nama, ergamoota Uumun
isaa #rajii isaa tasisa
➜kuni hundi isani iyyuu
Samu nama oli.
wanta dinqisisadha
➜kitabni Qulqulluni
Maali jedha
🌹=far-daawit 40:5👇
👉Yaa Waaqa koo
Ati wantoota #dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha.
Kan #siin_gitu tokko
illee hin jiru
Ani waa'ee wantoota
kanaa #himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee,
#Lakkoofsi isaanii
gita hin qabu....
➜አቤቱ አምላኬ
#ያደረግኸው ተአምራት ብዙ ነው አሳብህንም ምንም የሚመስለው የለም #ባወራም ብናገርም #ከቍጥር
ሁሉ በዛ =(መዝሙር 40 :5)
🌹= seera.Bau 15:11👇
👉Yaa #Waaqayyo waaqolii gidduudhaa kan
akka keetii eenyu ❓
Kan Akka kee
#Qulqullummaadhaan hundumaa irra kan
caalu eenyu ❓
Ati sodaatamuu fi jajamuu
qabda
wantoota #dinqisiisoo
taanis situ raawwata.
አቤቱ በአማልክት መካከል
እንደ #አንተ ያለ ማን ነው? በምስጋና የተፈራህ #ድንቅንም የምታደርግ
#በቅድስና የከበረ እንደ አንተ
ያለ ማን ነው=(ዘጸአት 15:11)
🌹raga dabalata dubbisi
✍Far-Daawit 139:17-18
✍Far-Daawit 71:15
✍Far-Daawit 136:4
✍Far-Daawit 111:2
✍Far-Daawit 104:24
✍Far-Daawit 92:4-5
✍Far-Daawit 139:6
✍kitaba. Iyyobi 5:9
✍kitaba. Iyyobi 9:10
***
✍kitaba. Iyyobi 11:7-9
✍kitaba. Iyyobi 26:14
✍kitaba. Iyyobi 42:3
✍Raji Ermiyasi 29:11
✍Raji isayasi 55:8-9
✍Roome 11:33
❖kanafuu waaqayyo
Hojji dinqisisa wani
Rawwatufi, ni #raajeffama
Yookin #raji jedhama.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
⏸➋=inni lamaffa immo
Kallatin inni rajji jedhamu
➜wanta hunduma
Dursee beeku isaati
🌹raji isayasi 45:21👇
#Gabaasa keessan
dhiheessaa, #dhimma
keessan dhiheeffadhaa.
Isaan tokkummaadhaan
waliin haa mariatan.
#Bara_dheeraa_dura kana
kan dubbate,
Yeroo darbe irraa
kaasees kana kan
labse #eenyu❓
Ana #Waaqayyo mitii❓
Ana malee Waaqni kan
biraan hin jiru;
Ana malee Waaqni
Qulqulloonis tae
Fayyisaan hin jiru.
#ይናገሩ ይቅረቡም በአንድነትም
ይማከሩ #ከጥንቱ ይህን ያሳየ
#ከቀድሞስ_የተናገረ ማን ነው❓ ያሳየሁም የተናገርሁም
እኔ #እግዚአብሔር አይደለሁምን❓ ከእኔም በቀር ሌላ አምላክ የለም
እኔ ጻድቅ አምላክና #መድኃኒት ነኝ ከእኔም በቀር ማንም የለም
=(ኢሳይያስ 45:21)
🌹 raga dabalata dubbisi
✍Raji isayasi 41:22-23
✍Raji isayasi 43:9
✍ Raji isayasi 44:7-8
🅰 fakkeenyuma
Kan kiristoosi
Durse kan dubbate
Jira....
🌹=matewoos 24:25👇
Egaa, ani #dursee isin #akeekkachiiseera
#እነሆ_አስቀድሜ ነገርኋችሁ
=(ማቴዎስ 24:25
🌹=Luqasi 21:32-33👇
Dhuguman isiniin jedha, wantoonni #hundi hamma #raawwatamanitti
#dhaloonni kun matumaa
hin darbu
#Samii fi #lafti ni darbu
#dubbiin_koo garuu
matumaa #hin_darbu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
⏸➌=sadaffaan (dubbi
#Namooni Qulqulluuni
Dubbatan kan waaqayyo ti
Kanaafu dubbi #rajoonni
Dubbatan waaqayyo irra
#Fudhatani.....
➜erga dubbi isaani
Waaqayyo bira dhufe
Waaqayyo #madda yookin
#Burqa raajootati
Kanafuu waaqayyo
Mataan isaa iyyuu #raajidha
🌹=Raji Ermiyaasi 1:9👇
👉 #Dubbiin Waaqayo
akkana jedhu gara
koo ni dhufe
#Gadameessa keessatti
sii- tolchuu koo dura
sii-beekeera
#Dhalachuu kee duras
si-Qulqulleesseera.
Sabootaaf #raajii si godheera.”
👉Ani garuu, “Wayyoo, yaa
Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaa
#Daaima waanan ta'eef, akkamitti akkan
#dubbadhu hin beeku”
nan jedhe.
👉Waaqayyonis akkana
naan jedhe:
#Gara warran itti si #ergu
#hundumaa deemuu
waan qabduuf,
Wantan si #ajaju hundumaas
isaanitti waan dubbattuuf,
‘Ani daaima’ hin jedhin
✍ #Fuulli isaanii
si hin sodaachisin,
Sababiin isaas
‘Ani si-oolchuuf sii_wajjinan
jira’a jedha Waaqayyon.”
🌹Achiis waaqayyo #harka
isaa diriirsee
👉 #afaan koo tuqe.
Sana booda waaqayyo
akkana naan jedhe
👉“ #Ani_dubbii
#koo afaan kee
keessa kaaeera 👈
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹 #kuta_2_ffaan
➜itti fufa
🌹➜link kan xuqa❓
✍ #haadha_Waaqa_naJaladha
===||===||====

🌹💒 kutaa-28ffªª.🍀🌹
❌=gaaffi fi deebi=❌
✍Muslimoota*
➧✍=Yohaannis 8:42👇
#Iyyaasuus(kiristoosi) akkana isaaniin jedhe
“#Ani_bakka kana kanan dhufe isa #biraa waan taeef, #Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan
Isatu #na_erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
▬▬▬▬▬▬
🌹=gaaffii isaani
1=Kiristoos ergamadha jedhuu....❓❓
kanafuu inni #raajidha jedhuu...❓
▬▬▬▬
🌹=deebii keenya👇
✍ #ergamaa jechuun
Abbaa isaa biraa
gara namoota dhufuu isa
jecha ibsuu malee.
hiika bira hin qabuu.
➧Fakkeenyaaf Kiristoos gara namoota wanta dhufeefi Aangoo #Waaqummaa isaa wanti hirisu hoomtuu hin jiru
➧fooni nama uffatee gadii ofii qabu isaa qofa male
1=✍Filiphisiiyus 2:6_7
inni(Kiristoos) #bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne.hoomtu hin lakkoofne
Kanaa mannaa #duwwaa
of godhe; bifa garbummaa fudhatees #nama tae.
🌹➧yookiin #ergama jechuun Waaqayyo wani hin tanefi ergamaa
jechu mitti.
🌹Sababiin isaa #Affuurri Qulqulluun gara namoota ergame turee.
✍#Affuurri_Qulqulluuni osoo Waaqayyo ta’e jiru
jecha " #Ergama" jechuun ibsame jira.
💒 RAGAA KITABBA
QULQULLUU👇
2=✍Yohaannis 14:26👇
#Gargaaraan(jajjabeesaa)
jechuunis #Affuurri_Qulqulluun inni #Abbaan maqaa kootiin #ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin #yaadachiisa
➧kanafu Affuurri Qulqulluun #ergame
jedha👆
🌹Affuurri Qulqulluun #ergama,yookiin kan #ergamee jedhame jira.
❤️ gaaru Affuuri Qulqulluun #Waaqayyo
3=✍Yohaannis 4:24
#Waaqayyo_Affuura
warri isa #waaqeffatanis Affuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
▬▬▬▬▬▬▬▬
➜kanafu #jechi ergama
yookiin erge jedhu,
#Waaqummaa hirisu
hin danda'u.
🌹#Affuurri_Qulqullunni osoo Waaqayyo ta’e jiru
yoo, #ergame, wanti Waaqummaa isaa hirisu hin jiru..
▬▬▬▬▬▬▬
➜Haaluma wali fakkaatun
akkuma Affuurri Qulqulluun #osoo Waaqayyo ta’e jiruu gara namoota dhufee.
➜#Kiristoos immoo osoo Waaqayyo ta’e jiruu garaa
namoota dhufee jira.
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
💒 #hiika jecha ani
isaa #biraa dhufee jedhu
➧Kiristoos jalqabaa dura
Abbaa wajjiin akka turee
qabxii ibsuudha.
👉 #Rajoota hundii isaanii
nutti, yookiin Waaqayyo #bira_dhufnee jedhani kan
dubbata hin jiru
gonkumaa ❌
Kitaabni Kuni afaanii #Giriikiitiin barrefame
jalqabaa dura
kanafu jedhi Waaqayyo #bira_dhufne jedhu" #Θεό ήρθα #από)
➧kanafuu Jechi
Ani Waaqayyo biraa dhufee jedhuu #Kiristoos_qofaa
malee #rajoonni nuuti Waaqayyo bira dhufne kan
jedhuu hin jiru.
💒jechi xinnoo ishee
walitti dhihaatu tokko jira
4=✍Yohaannis 1:6
Yeroo sanatti #namichi waaqayyo #bira_ergamee dhufe tokkoo #maqaan isaas #Yohaannis
jedhama ture.
🌹#jechi Waaqayyo
#bira_ergame jedhu fi
jechi #Ani Waaqayyo
#bira_dhufe jedhuu hikaa gargaara qaba
💒kanafuu Yohaannis cuphaan Ani Waaqayyo bira hin dhufnee jedhe Afaanii isaan dubatee jira
=nutti lafaa kana,irraa Kiristoos immoo samii irraa jedhee ragaa bahe.
5=✍Yohaannis 3:27-31
#Yohaannisis deebisee akkana jedhe: “Namni tokko samii irraa yoo
isaaf kenname malee, waan tokko iyyuu argachuu hin dandau.
#Ani_Kiristoos miti; kan
isa dura #ergame
sana dha malee’ jechuu koo isinumti iyyuu dhugaa anaaf baatu.
#Inni misirroo qabu
#hundi dhirsa misirrooti. Michuun dhirsa misirroo sanaa garuu yommuu dhaabatee sagalee
isaa dhagau, sagalee dhirsa misirroo sanaatiin kan kae guddaa gammada. Kanaaf, amma gammachuun koo
guutuu taeera.
#Inni_dabalaa adeemuu qaba; ani immoo #hiracha
(xinnacha) adeemuun qaba.”
#Inni(Kiristoos) #oli gubbaadhaa #dhufe warra kaan hunda irra ni #caala.
#Inni(#Yohannis)//Namoonni// #lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata.
#Inni(Kiristoos) #samii #irraa_dhufe warra kaan hunda irra ni #caala
✍kanafuu Yohaannis
akka samii irraa hin dhufnee ibse jira.
✍samii irraa kan
dhufee👇
✍=1=Abbaadha
ser.Uum 2:7
✍=2=Kiristoos
Yohaannis 8:42
Yohaannis 3:31
✍=3=Affuurra Qulqulluudhaa
Yohaannis 14:26
▬▬▬▬▬▬
➧Kiristoos immoo
ani Waaqayyo biraa dhufee jechun isaa =wangeela Yohaannis 1:1,irraa kan jiruu ibsufi
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan xuqi👇
@haadha_Waaqa_naJaladha

🌹➡️ kutaa _ 56 ffªª 🌸👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔳 Gaaffii fi Deebii
🔳 Muslimoota👈
✍ Yohaannis 13:20👇
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...❓😁
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya👇
🌺 kitaaba keenya keessa lakki #foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
📕Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...❓
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jira❓duuka buoota isaa moo❓biyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..❓
🔺✍ lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.
❤️ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman #isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❤️ kanafi #Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
▬▬▬▬▬
➡️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moo❓muhammadi laata ❓
🌸 akka yaadaa #Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
Abbaa➛Kiristoos➛muhammad
➡️ Akka #orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaa➛Kiristoos➛Affuurra Qulqulluudha.
✍deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee #Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti
🌺 #Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
📍=Ⓐ👉Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti; #Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
📍=Ⓑ👉Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra #Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas, #Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.
📍=Ⓒ👉Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf, #akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan #kenna
📍=Ⓓ👉Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
➛Kiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu #filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha ❓
B➩ muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.❓
📍=Ⓔ👉Suura 35:4
وَإِن يُكَذِّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ
(Yaa #Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.
😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilala👇
وَإِن : And i
يُكَذِّبُوكَ : they deny you,
فَقَدْ : then certainly
كُذِّبَتْ : were denied
رُسُلٌ : Messengers#
مِّن : before you.
قَبْلِكَۚ : before you.
وَإِلَى : And to
ٱللَّهِ : Allah#
تُرْجَعُ : return
ٱلْأُمُورُ : the matters.
✍kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link waldaa kana👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========