๐น๐ kutaa-28ffยชยช.๐๐น
โ=gaaffi fi deebi=โ
โMuslimoota*
โงโ=Yohaannis 8:42๐
#Iyyaasuus(kiristoosi) akkana isaaniin jedhe
โ#Ani_bakka kana kanan dhufe isa #biraa waan taeef, #Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan
Isatu #na_erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐น=gaaffii isaani
1=Kiristoos ergamadha jedhuu....โโ
kanafuu inni #raajidha jedhuu...โ
โฌโฌโฌโฌ
๐น=deebii keenya๐
โ #ergamaa jechuun
Abbaa isaa biraa
gara namoota dhufuu isa
jecha ibsuu malee.
hiika bira hin qabuu.
โงFakkeenyaaf Kiristoos gara namoota wanta dhufeefi Aangoo #Waaqummaa isaa wanti hirisu hoomtuu hin jiru
โงfooni nama uffatee gadii ofii qabu isaa qofa male
1=โFiliphisiiyus 2:6_7
inni(Kiristoos) #bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne.hoomtu hin lakkoofne
Kanaa mannaa #duwwaa
of godhe; bifa garbummaa fudhatees #nama tae.
๐นโงyookiin #ergama jechuun Waaqayyo wani hin tanefi ergamaa
jechu mitti.
๐นSababiin isaa #Affuurri Qulqulluun gara namoota ergame turee.
โ#Affuurri_Qulqulluuni osoo Waaqayyo taโe jiru
jecha " #Ergama" jechuun ibsame jira.
๐ RAGAA KITABBA
QULQULLUU๐
2=โYohaannis 14:26๐
#Gargaaraan(jajjabeesaa)
jechuunis #Affuurri_Qulqulluun inni #Abbaan maqaa kootiin #ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin #yaadachiisa
โงkanafu Affuurri Qulqulluun #ergame
jedha๐
๐นAffuurri Qulqulluun #ergama,yookiin kan #ergamee jedhame jira.
โค๏ธ gaaru Affuuri Qulqulluun #Waaqayyo
3=โYohaannis 4:24
#Waaqayyo_Affuura
warri isa #waaqeffatanis Affuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โkanafu #jechi ergama
yookiin erge jedhu,
#Waaqummaa hirisu
hin danda'u.
๐น#Affuurri_Qulqullunni osoo Waaqayyo taโe jiru
yoo, #ergame, wanti Waaqummaa isaa hirisu hin jiru..
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โHaaluma wali fakkaatun
akkuma Affuurri Qulqulluun #osoo Waaqayyo taโe jiruu gara namoota dhufee.
โ#Kiristoos immoo osoo Waaqayyo taโe jiruu garaa
namoota dhufee jira.
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐ #hiika jecha ani
isaa #biraa dhufee jedhu
โงKiristoos jalqabaa dura
Abbaa wajjiin akka turee
qabxii ibsuudha.
๐ #Rajoota hundii isaanii
nutti, yookiin Waaqayyo #bira_dhufnee jedhani kan
dubbata hin jiru
gonkumaa โ
Kitaabni Kuni afaanii #Giriikiitiin barrefame
jalqabaa dura
kanafu jedhi Waaqayyo #bira_dhufne jedhu" #ฮฮตฯ ฮฎฯฮธฮฑ #ฮฑฯฯ)
โงkanafuu Jechi
Ani Waaqayyo biraa dhufee jedhuu #Kiristoos_qofaa
malee #rajoonni nuuti Waaqayyo bira dhufne kan
jedhuu hin jiru.
๐jechi xinnoo ishee
walitti dhihaatu tokko jira
4=โYohaannis 1:6
Yeroo sanatti #namichi waaqayyo #bira_ergamee dhufe tokkoo #maqaan isaas #Yohaannis
jedhama ture.
๐น#jechi Waaqayyo
#bira_ergame jedhu fi
jechi #Ani Waaqayyo
#bira_dhufe jedhuu hikaa gargaara qaba
๐kanafuu Yohaannis cuphaan Ani Waaqayyo bira hin dhufnee jedhe Afaanii isaan dubatee jira
=nutti lafaa kana,irraa Kiristoos immoo samii irraa jedhee ragaa bahe.
5=โYohaannis 3:27-31
#Yohaannisis deebisee akkana jedhe: โNamni tokko samii irraa yoo
isaaf kenname malee, waan tokko iyyuu argachuu hin dandau.
#Ani_Kiristoos miti; kan
isa dura #ergame
sana dha maleeโ jechuu koo isinumti iyyuu dhugaa anaaf baatu.
#Inni misirroo qabu
#hundi dhirsa misirrooti. Michuun dhirsa misirroo sanaa garuu yommuu dhaabatee sagalee
isaa dhagau, sagalee dhirsa misirroo sanaatiin kan kae guddaa gammada. Kanaaf, amma gammachuun koo
guutuu taeera.
#Inni_dabalaa adeemuu qaba; ani immoo #hiracha
(xinnacha) adeemuun qaba.โ
#Inni(Kiristoos) #oli gubbaadhaa #dhufe warra kaan hunda irra ni #caala.
#Inni(#Yohannis)//Namoonni// #lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata.
#Inni(Kiristoos) #samii #irraa_dhufe warra kaan hunda irra ni #caala
โkanafuu Yohaannis
akka samii irraa hin dhufnee ibse jira.
โsamii irraa kan
dhufee๐
โ=1=Abbaadha
ser.Uum 2:7
โ=2=Kiristoos
Yohaannis 8:42
Yohaannis 3:31
โ=3=Affuurra Qulqulluudhaa
Yohaannis 14:26
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงKiristoos immoo
ani Waaqayyo biraa dhufee jechun isaa =wangeela Yohaannis 1:1,irraa kan jiruu ibsufi
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqi๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

โคด๏ธ๐kutaa -67-ffยชยช โคต๏ธ๐
๐gaaffii fi deebi
๐Muslimoota
โก๏ธ Yohaannis 14:28
Ani nan #deema, deebiees
gara keessan nan dhufaโ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taee, #Abbaan ana irra waan #caaluuf gara Abbaa dhaquu #kootti ni #gammaddu turtan
=========//======
๐ ฐ gaaffii isaanii
1=Abbaan Kiristoos ni caala โ
Kanaaf Kiristoos waqaa miti jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ ฑโฉ deebii keenya๐
sababa Abbaan Kiristoos caaluuf Kiristoos gara lafa kana dhufee foonii nama uffate,nama taโe Abbaan immoo gonkumaa foonii nama hin uffaanne.kani jedhuu ta'a.
๐ พ #gaaffii tokko Muslimoota gaafachuu qabna wangeela Yohaannis 14:28 irratti abbaa fi Kiristoos Waaqummaan wali caalani jedhee โmoo, bara baran jirachuun wali caalanii jedhee โ
๐ iddoo kana irratti sababa inni caaluuf gonkumaa hooma fiduu hin dandani โ.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โก๏ธ akka dubbisa kanati(Yoh 14:28) irraati Abbaan naa, caalaa kani jedhee Kiristoos
#jecha ani nani #deema jedhuu .#Ani gara Abbaa jedha , kuni immoo kani ibsu yeroo kanatti Kiristoos iddoo jalqabaa ture gara abbaa nan deema jechuu isaatti.* kunis gargaruuma Kiristoos fi Abbaa ibsuuf turee, Abbaan saami irraa Kiristoos immoo lafa irraa jira, ,Kiristoos immoo yeroo gara lafa dhufu foonii nama uffateti ,kanuma qofa gargarummaa isa
โต๐Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu olii bauu yoo argitan maal jettu ree?
โถ๐Maarqoos 10:45
#Ilmi_namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.โ (Luq 15:4-5*(Yoh 10:1-6))
โคด๏ธ kiristoosi akkamiti dhufe ree? foonii nama uffatee.
โท๐Roome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa #karaa_foonii_sanyii Daawit #irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.
โธ๐Ibroota 2:14
#ijoolleenโ sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ฅKiristoos foonii nama uffatee lafa irraa dhufee ,Abbaan immoo foonii namaa hin uffanne, sababa kanafuu caala.
malee Aangoo Waaqummaan hin jedhuu Kitaabni Qulqulluun
โน๐Filiphisiiyus 2:5-8
Isinis ilaalcha Kiristoos iyyaasuus qabu sana qabaadhaa; #inni_bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin #qixxee_tauuf hin yaadne. Kanaa #mannaa_duwwaa
of godhe; #bifa garbummaa #fudhatees_nama tae. Kana malees, yeroo #nama taee dhufe, #gad of qabuudhaan hamma duaatti, jechuunis hamma Fannoo irratti fannifamee duuutti ajajamaa tae.
๐นKiristoos Abbaa wajjin qixxee ta'u hin barbannee gadi ofi qabe foonii nama uffatee erga jedhee.
๐น#jechi_qixxee ta'u hin barbanne jedhu maali ibsa ree, erga wali qixa hin tanee Abbaan ni caala jechudha bari.
๐erga qixxee hin tanee sababa kanafi tokko ni caala jechudha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Abbaa fi Kiristoos akka waliqixxee tani ilaala.
๐ ฐ(1)๐Alfaa fi omega kani tani abba fi Kiristoos qofaa
๐ฅMulโata 1:8
Ani #Alfaa fi #Omeegaa dhaโ jedha Waaqayyon inni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.โ
๐ฅMulโata 22:13
Ani #Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.(Mulโata 22:20),isayaas 44:6*48:12)
๐ ฑ(2)๐bara baran jiraachuudhaan
๐ฅFarfannaa 102:27
Ati garuu #isuma sana, #waggoonni kees dhuma hin qaban
๐ฅIbroota 13:8
Iyyasus #Kiristoos kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
๐(3)๐Abbaa fi Kiristoos tokko
๐ฅYohaannis 10:30
Abbaanii fi ani tokkoโ isaaniin jedhe
๐(4)๐Addunyaa duraa jirachuun.waliqixa isaanii.
๐ฅYohaannis 17:5
yaa #Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
๐Kiristoos fi Abba qofaati addunyaa duraa jirachu ibsaa.
๐ณ link waldaa keenya hordofuu yoo, barbadani kan xuqa๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐๐๐๐๐๐๐๐