๐ป kutaa-79-ffaa ๐ป
โฃโ gaaffii fi deebii
โฃโ Muslimoota
โฃโ skakitota bira irraa
โโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ชน Gaafii isaanii
๐โ isaa kami sirriidha
jedhuu โ โโ
Iyyaasus Kiristoos barattoota isaa wajjin iddoo kami dhaqee jedhuu. Kitaabani wangeelaa walitti bu'ee jedhuu
#A)).Maatewos irratti akkasii jeche ~Getesemaanee
โMaatewos 26:36๐
Sana booda Iyyaasus kiristoos #isaanii wajjin gara bakka #Getesemaanee jedhamu dhufe; barattoota isaatiinis, โHamma ani achi dhaqee kadhadhutti isin asuma taaสผaaโ jedhe.
#B )).Luqaas irratti akkasii jedhee ~Tulluu Ejersa jedhee
โLuqaas 22:39๐
Achii baสผees akkuma amala isaa gara #Gaara_Ejersaa deeme; barattoonni isaas isa duukaa buสผan.
#C)).Yohaannis irratti immoo akkasii jedhee ~ sululaa Qedroon jedhee
โYohaannis 18:1๐
Iyyaasus Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda, #barattoota isaa wajjin bakka #ashaakiltii_Sulula_Qedroon gama jiru tokkoo dhaqe; innii fi barattoonni isaas achi keessa seenan.
=================
โ Deebii keenyaa.
๐hundi isaanii siriidhaa
Akkuma Kiristoos dubbate.
๐ชบ Maatewos 22:29
Iyyaasus Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: " isin #Kitaabota_Qulqulluus taสผe #humna_Waaqayyoo waan hin beekneef ni #dogoggortu.โ
๐gara mataa duree keenya yeroo deebinuu.
Kitaabni sadan isaan iyyuu tartiiba iddoo kuni itti argamuu ibsuuf
Fakkeenyaaf daandii tokko irratti iddoon wanti tokko argaman ibsuuf
๐fakki kana ilala๐
EjersaโGetesamaneโQedroon
๐ฒ kanaafu #Luqaas Kiristoos iddoo inni jalqabaa(-1ffยชยช) dhaqee Tulluu ejersaa jedhe
๐ฒ #Maatewoos immoo iddoo inni lamaffaa(-2ffยชยช) dhaqee ibsee ,geetesemaanii jedhe
๐ฒ #Yohaannis immoo iddoo sadaffa(-3ffยชยช) ibse Kiristoos Tulluu ejersaa keessa darbee ,ammaa getesemaani keessa darbee ,sulula Qedroon dhaqee jedhe.
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
๐ พ hiika jechoota ilaala
๐ฅ#Tuluu_Ejersaa๐ฅ
๐ #Tulluu jechuun lafa oli ka'a ,jechudha Afaan Giriikiitiin
Oros jedhama(แฝฯฮฟฯ).
Ejersaa jechuun muka Ejersaa kani lafa biqiluu dha afaanii Giriikiitiin immoo Eliwoon jedhama (แผฮปฮฑฮนแฟถฮฝ)
โAfaanii Ingiliffaatiin immoo
Olive tree jedhama
Fakkeenyaaf jedha #olive jedhuu kana irraa qubee -ve yoo irraa kune jecha #oli jedhamuu argana.
๐jechi oli jedhuu immoo zayitii jechudha.
โkanafi Tulluu Ejersaa jechuun Tulluu zayitii jechudha.
๐ yookiin immoo afaani Giriikiitiin
Ejersaa jechunโ #แผฮปฮฑฮนแฟถฮฝ
zayiti jechunโ #แผฮปฮฑฮนฮฟฮฝ
Qubee๐ แฟถโฮฟ๐
Qubee โ แฟถโ yoo itti galchitee jecha ejersaa jedhuu argata
Qubee โฮฟโ kana yoo itti galchite immo zayitii argata.
๐Jechi zayitii jechuu immoo jalqabaa jecha #Ibraayisxiitti irraa argamee shamani(ืฉึถืืึถื) kani jedhuu irra
๐นragaa kitaaba Qulqulluu
โถ.Luqaas 22:39
โท.Luqaas 16:6
โธ.seera.Bau 29:40
๐ฅ#Geetesemaanii ๐
Geetesemaani jechuun immoo
Afaanii Aramiki// Ibraayisxiitti irraa argamee innis #gete fi #shamani kani jedhuu irraa " Hiikni isaa immoo zayitii cufamaa jechudha.
Yookiin afaanii Ingiliffaatiin โ
Oli pressโ jedhama
โiddoon argama geetesemaanii immoo Tulluu ejersaa fi sulula Qedron gidduutti argamatti.
โน.Maatewos 26:36
โบ.Maarqoos 14:32
โป.Seera.lewwi 2:7
๐ฅ#Qedron ๐ฅ
Qedron jechuun immoo.
Afaanii Ibraayisxiitti irraa argame innis keedrooni kani jedhuu irraa. Hiikni isaa immoo qedroon jechuun wanta maka qabuu(bora'ee jiru ) fakkeenya bishaanii fi biyyee walitti yoo ,Bulbulaamee
Yookiin afaanii Ingiliffaatiin (turbid) isaa jedhamuu dha.
โผ.Yohaannis 18:1
๐ พ Walumaagalatti Tulluu ejersaa ,Geetesemaanii, sulula qedroon, sadan isaanii iyyuu cinaa yookiin naannoo iyarusalemitti argamu.
๐๐๐๐๐๐๐๐
Link waldaa kana argachuu yoo,barbade kana xuqi๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โโโโโโโโโโโโโโโ

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)

๐นkutaa-80-ffยชยช.๐พ
โโgaaffii fi deebi
โโMuslimoota
โโshakitota bira irraa dhufu.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐gaaffii isaanii
โตโชisaa kami sirriin jedhuu
ยซ #Yihuudaan Kiristoos #dhungatee mooโhin dhungane ยป jedhuโ
#A))โAkka ~#Yohaannis jedhuutti Yihuudaan Kiristoos dhungachuu fi dhisuu isaa
hin ibsuu
๐Yohaannis 18:3๐
#Yihudaan garee loltootaa, eegdota mana qulqullummaa warra dura buutota lubootaa fi Fariisota biraa ergaman fidee #dhufe; isaanis guca, ibsaa fi meeshaa waraanaa qabatanii turan.
#B))โAkka ~#Maatewoos barreessetti immoo yihudaan Kiristoos dhungatee jira.
๐Maatewoos 26:47-50
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, kunoo, #Yihudaan inni warra Kudha Lamaan keessaa tokko taสผe #ni_dhufe; namoonni hedduun dura buutota lubootaa fi maanguddoota sabaa biraa ergaman goraadee fi ulee qabatanii isaa wajjin dhufan. #Yeroo kanatti inni dabarsee isa kennu, โInni #Ani_dhungadhu isa; isa qabaaโ jedhee #mallattoo isaaniif kennee ture. Innis kallattiidhaan gara Iyyasus Kiristoos dhaqee, #Rabbii, nagaan siif haa taสผu!โ jedhee
#isa_dhungate. Iyyaasus Kiristoos garuu, โYaa michuu ko, #kaayyoo maaliitiif dhufte?โ jedheen. Yeroo kanatti namoonni sun gara isaa dhufanii qabanii isa #hidhan.
#C))โAkka ~#Maarqoos barreessetti Yihuudaan Kiristoos dhungatee jira.
๐Maarqoos 14:43-45
Yeruma sana utuma inni kana dubbachaa jiruu, #Yihudaan inni warra Kudha Lamaan keessaa tokko taสผe ni dhufe #namoonni hedduun dura buutota lubootaa, barsiisota seeraa fi maanguddoota biraa ergamanis goraadee fi ulee qabatanii isaa wajjin jiru turan. Inni dabarsee isa kennus, โInni ani dhungadhu isa dha; qabaatii, of eeggannoodhaan isa geessaaโ jedhee mallattoo isaaniif kennee ture. #Kallattiidhaan gara isaa dhufee itti dhihaatee, โRabbii!โ jedhee #isa_dhungate
#D))โAkka ~#Luqaas barreessetti immoo yihudaan kiristoos โ dhunfachuuf itti siqee โ
๐Luqaas 22:47-48
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, kunoo, #namoonni hedduun ni dhufan #namichi #Yihudaa jedhamuu fi warra Kudha Lamaan keessaa tokko taสผe isaan dura buสผee dhufe; innis Iyyaasuus kiristoos #dhungachuuf gara isaatti #siqe. Kiristoos garuu, โYaa Yihudaa, #Ilma_namaa dhungachuudhaan dabarsitee kennitaa?โ jedheen
================
๐Deebi keenyaa hundi
isaanii iyyuu sirriidha
kani jedhuu.
๐ Fakkeenyaaf Yohaannis #gonkumaa yihudaan Kiristoos hin dhunganne osoo jedhee jiratee yaanni musiliimota sirrii turee ," garuu Yohaannis akkasii hin jenne.
โฏ lakki yoo, jedhani immoo raga,nuuf fidaโ
inni biraa wangellii maatewos namoota baay'ee jedhee dubbateera garuu Yohaannis hin dubbane.
โฏ loltootu gurri isaa irraa citee wangeeloonni sadan(3) maqaa isaa hin ibsine , garuu Yohaannis maqaa isaa ibsee jira.
๐ทWalumaagalatti Amala kitaaba Qulqulluu beekuun #dirqama.keenyadha.
๐ Wangeeloonni arfan(4n) isaanii iyyuu jalqabaa yihudaan #dhufee jedhani ibsanii jiruu
Mat 26:47 โฏ Mar 14:43
Luq 22:47 โฏ Yoh 18:3
โถโYihuudaan ni dhufee
=Yohaannis 18:3
โทโisaa booda dhungachuuf gara Kiristoos siqee
=Luqaas22:47
โธโ Yihudaan Raabi nagaan siif Haataโu jedheeni
=Maatewos 26:49
โนโYihuudaan ni dhungatee
=Maatewos 26:49
โบโโ yeroo kana immoo Kiristoos yaa, michuu kiyyaa kaayyoo maalitti dhuftee jedheen โ
=Maatewos 26:50)
โปโ ilma nama dhungatee kennita jedheen โ
=Luqaas 22:48
โผโ Kiristoos gara fula durati bahe eenyu barbaduu jedheen lolotaani โ
=Yohaannis 18:4
โโisaanii immoo Iyyaasus nama Naazreeti jedhani
=Yohaannis 18:5
โโInni Ana isaanii jedhee
=Yohaannis 18:5
โโyeroo kana dubbati kufanii
=Yohaannis 18:6
โโโyeroo lamaffaa eenyu barbaduu jedhanii
Yohaannis 18:7
โถโทโIyyasus namaa Naazireeti jedhanii
=Yohaannis 18:7
โโธโinni Ana jedheen turee bari jedheen
=Yohaannis 18:8
โโนโ isin Ana barbaduu yoo, taee isaanii kana dhisa yaa, deemanii jedheeni
=Yohaannis 18:8
โโบโ ....itti fufa...........

๐บNamoonni Kiristoos qaban
ยซ kuni eessaa dhufanii Lataa.โ
Maatewos ,Maarqoos ,Luqaas fi Yohaannis โ namoonni heduun suni garee kami keessa akka dhufanii ibsaanii jiruu.
โAfaan Ingiliffaatiin #from_the kani jedhamee kanafi yookiin afaani Giriikiitiin #แผฯo_ฯแฟถฮฝ ,Afaan Oromiffaa #bira_dhufanii jedhamee barreefame.
๐ ฐ Maqaan gareewwan
sana immoo๐
โต๐Garee loltoota ( #ฯฯฮตแฟฯฮฑฮฝ
=Yohaannis 18:3
โถ๐Garee Eegdotaa Mana Qulqulluummaa ( #แฝฯฮทฯฮญฯฮฑฯ)
=Yohaannis 18:3
โท๐Garee Dura Buutota Luboota ( #แผฯฯฮนฮตฯฮญฯฮฝ)
=Yohaannis 18:3)
โธ๐Garee Fariisotaa ( #ฮฆฮฑฯฮนฯฮฑฮฏฯฮฝ)
=Yohaannis 18:3)
โน๐Garee Maanguddoota Sabaa #ฯฯฮตฯฮฒฯ ฯฮญฯฯฮฝ ฯฮฟแฟฆ ฮปฮฑฮฟแฟฆ(
= Maatewos 26:47
=Maarqoos 14:43)
โบ๐Garee Barsiisota Seera #ฮณฯฮฑฮผฮผฮฑฯฮญฯฮฝ)
=Maarqoos 14:43)
๐ ฑ kanafis #Maatewos #Namoota.baay'ee jedhee lakkoofsa hedduu jedhe โ yookiin afaanii Ingiliffaatiin ยซgreat multitudeยป jedhe, Afaan Giriikiitiin immoo #ฯฮฟฮปแฝบฯ jedhee.
๐ ฐ Namoonni baay'ee Suni gareen sana qofa irraa namoota ergamaan qofa osoo hin tanne ,warri #ergaani iyyuu #mataan isaani keessa jiruu.
โLuqaas 22:52
Yeroo kanatti Iyyaasus kiristoos dura buutota lubootaa fi dura buutota mana qulqullummaa, akkasumas maanguddoota isa #qabuu_dhufaniin_akkana #jedhe: โAkka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii dhuftanii?
๐ พ Kiristoos immoo namoota baayโee sanaan illee jedhe jira.
โMaatewos 26:55
Saสผaatii sanatti Iyyaasus kiristoos #Namoota sanaan akkana jedhe: โAkka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii ana qabuu dhuftanii? Guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessa taaสผee barsiisaan ture; isin garuu na hin qabne.
๐ป kana jechuun Kiristoos #qaama_lamaanitti iyyuu dubbatee jira // warra Ergamee fi warra Ergee // ยซ ,kanafis #Luqaas qaamaa tokko baresse, #Maatewos immoo kani qaama bira bareesee.
โ Gareewwan ja'an(6) kuni immoo maali #harka isaaniitti qabatanii dhufanii laataโโ
afaanii Oromiffaa fi Afaan Giriikiitiin.ilaali.
โโGoraadee #ฮผฮฑฯฮฑฮนฯแฟถฮฝ
~Maatewos 26:47
โทโ Ulee #แฝฯฮปฮฟฯ
~Maatewos 26:47
โธโmeshaa waraana #แฝ ฯฮปฯฮฝ)
Yohaannis 18:3
โนโIbsa #ฮปฮฑฮผฯฮฌฮดฯฮฝ (kuni ibsa Zayitaan ifa kennuudhaa
~Yohaannis 18:3
โบโguca #ฯฮฑฮฝแฟถฮฝ (ibsa Fanosi isaa jedhamu
~Yohaannis 18:3
โโโโโโโโโโโโโโโ
Link waldaa kanaa argachuuf kana xuqaa๐๐

๐
พ kutaa-83-ffยชยช ๐๐
โโgaaffii fi Deebii
โโMuslimoota.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii.
โโป isaa kami sirriin jedhuu
โbareeffama mataa Kiristoos olitti barreeffame irratti โโ
โโปYohaannis 19:19
Phiilaaxoosis barefama
#Iyyaasus Isa Naazreeti Mooti Yihuudootaa,
jedhu tokko barreessee fannoo sanatti maxxanse.
๐ ๐ฎ๐ค๐๐๐ฃ๐ฃ๐๐จ โ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ ๐ข๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐ง๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ก๐ ๐ฆ๐โ๐ข๐๐๐๐ก๐ โ kani jedhu ibseera
โทโปMaatewos 27:37
Mataa isaa olittis barreeffama, #Kun Iyyaasuus Mootii Yihudootaa tiโ jedhuu fi inni ittiin himatame ibsu maxxansan.
๐๐ข๐๐๐ฉ๐๐ฌ๐ค๐ค๐จ โ ๐๐ข๐๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ ๐ข๐ ๐๐๐๐ก๐ ๐ฆ๐โ๐ข๐๐๐๐ก๐๐ก๐โ kani jedhu ibseera
โธโปMaarqoos 15:26
Barreeffamni himata isa irratti dhihaate ibsuu fi โMootii Yihudootaaโ jedhu mataa isaa olitti barreeffamee ture.
๐๐ข๐๐๐ง๐ฆ๐ค๐ค๐จ โ ๐๐๐๐ก๐ ๐ฆ๐โ๐ข๐๐๐๐ก๐ โ kani jedhu ibseera
โนโปLuqaas 23:38
Mataa isaa olittis barreeffamni, โKun Mootii Yihudootaa tiโ jedhu jira ture.
๐๐ก๐ช๐ฆ๐๐๐จ โ ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐ก๐ ๐ฆ๐โ๐ข๐๐๐๐ก๐๐๐ก๐ โ kani jedhuu ibseera

๐บ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐.
Hundi isaanii sirriidhaa
Kitaabni arfaffaan(4n) isaanii iyyuu jecha Mootii Yihudoota jedhuu irratti wali fakkaata.
Gargarummaa isaa kana๐
โป ๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ ๐ข๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐ง๐๐๐๐๐ก๐
โป ๐๐ข๐๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ ๐ข๐
โป ๐๐ข๐๐
โผ ammaa qabxiiwwan hubbachu qabnuu kani fanifamee eenyu โ
Deebii isaa Iyyaasuus,
Ergaa akkasii taโe
Iddoon Iyyaasuus itti guddaate eessaa โ
Deebii isaa Naazireet=ok
(๐ข๐๐ฉ 2:23, 21:11,mar 16:6)
๐ พ๐บ Walumaa galatti Kitaabni Qulqulluun seenaa tokko
Hunda isaa hin bareessine
Fakkeenyaaf idduma kanatti barreffamaa sana #afaanii meeqan akka bareeffame #Maatewos fi #Maarqoos irraa darbanii jiruu. Garuu immoo #Luqaas fi #Yohaannis guutummaatti ibsanii jiruu.
(๐ก๐ช๐ฆ 23:38* ๐ฎ๐ค๐19:20) ๐๐ช๐๐๐๐จ๐
๐๐ป kanafi wangeelonni yaada #muraasa qofaa barreessanii jiru inni tokko kutaa tokko yoo, bareesse inni tokko immoo kutaa dabalataa yoo, bareesse kuni rakkoo hin qabuu.
๐ฅฅYohaannis 21:25
Iyyaasus waan biraa baayสผee hojjeteera. Utuu #tokkoon_tokkoon isaanii #barreeffamanii jiraatanii silaa ani waan addunyaan mataan ishee iyyuu kitaabota barreeffaman sanaaf iddoo gaสผu qabdu hin seสผu
๐แฎแแแต 21:25
แขแจแฑแตแ แซแฐแจแแ แฅแ แแ แแแญ แฐแแ แ แ #แแ_แ แฅแซแแณแแฑ แขแปแ แแฐแปแแต แแปแแแต แแแ แซแฑ แฃแแ แแธแแ แญแแตแแแ
๐Faarfannaa 40:5
Yaa Waaqa koo,Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta, Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha. Kan siin gitu tokko illee hin jiru; Ani waaสผee wantoota kanaa #himuu fi dubbachuuf utuun yaalee, #Lakkoofsi isaanii gita hin qabu
๐บerga haala bareeffama kitaaba Qulqulluu akkasii ta'u hubbate immoo ยซ barreefamni fannoo gubbaa sanatti barreeffamee ยซ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐จ๐ช๐จ ๐๐จ๐ ๐ฃ๐๐๐ฏ๐๐ง๐๐๐ฉ ๐ข๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐ฎ๐๐๐ช๐๐ค๐ค๐ฉ๐ยป
" kani jedhuu ta'a (๐ฆ๐โ 19:19)
๐Haaluma wali-fakkaata maatewos ,Maarqoos ,Luqaas
Iyyaasuus isa Naazireet kani jedhuu osoo hin ibsine biraa darbanii jiruu.Sababni inni guddaan Iyyaasuus isaa Naazireetitti ta'u isaa beekamaadha kayyoon himmata yihudoota mormii guddaa kani taโe Kiristoos mootii yihudoota irratti wani taโef
๐บMormii mursaa๐
๐ฅฅMaarqoos 15:2
Philaaxosis, โAti Mootii Yihudootaa tii?โ jedhee isa gaafate. Innis, โAtumti iyyuu jette kaaโ jedhee deebiseef.
๐ฅฅYohaannis 19:3
gara isaatti dhihaataniis, โYaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taสผu!โ jedhu turan. Akkasumas isa kabalu turan.
๐ฅฅMaatewos 27:42
Warra kaan oolcheera; ofii isaa garuu oolchuu hin dandeenye! Inni Mootii Israaสผeli; mee amma muka irratti fannifame irraa haa buสผu; nutis isatti ni amanna.
๐ฅฅYohaannis 19:21
Dura buutonni lubootaa Yihudootaa garuu Philaaxosiin, โโAni Mootii Yihudootaa tiโ akka inni jedhe barreessi malee, โMootii Yihudootaaโ jettee hin barreessinโ jedhan.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐ณ๐ฌ๐๐ก๐๐ ๐ ๐๐ฃ๐ ๐๐ค๐ง๐๐ค๐๐ช ๐ฎ๐ค๐ค,๐๐๐ง๐๐๐๐ ๐๐ญ๐ช๐ฆ๐๐

ฑ kutaa-87-ffยชยช ๐๐
๐ซต gaaffii fi Deebi
๐คMusiliimota
----------------------
โgaaffii isaanii akkasii ture
โถโ dhagaa guddaan tokko bolla awwaala irraa turee.
Yeroo Dubartoonni achii gahan sana eessaa dhaqee โjedhuu
โ Ragaa isaanii immoo๐
โถ.Yohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee #dhagichi_awwaalicha_irraa #kaafamuu_isaa_argite.
โท.Maarqoos 16:4
Yommuu oli jedhanii ilaalan garuu, #dhagichi akka malee guddaa taสผus, #afaan_awwaalichaa_irraa
#gangalfamee_ture.
โธ.Luqaas 24:2
Haataสผu malee, #dhagichi_awwaala_sana_irraa #garagalfamee_argan
โน.Maatewos 28:2
Kunoo Ergamaan waaqayyo samii irraa waan gadii buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; Ergamaan sunis dhufee #dhagicha_gangalchee_irra taaสผe.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebi keenya๐
๐hundi isaanii iyyuu sirriidha.
Dhagaan suni boolla awwaala irraa kaafamu isaatti.
โตโ๐ akka #Yohaannis ibsaa jirtutti #Dubartii_tokko irratti hundae dubbate wanta taโe sana, Innis dhagichi awwaalicha irraa kaafamuu isaa argitee(Yohaannis 20:1)
โถโ๐akka #Maarqoos ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii ,irratti hundae, jedhe Innis dhagichi afaanii awaalichaa irraa kafamu isaatti.(Maarqoos 16:4)
โฉJechi afaanii awwaalicha irraa gangalfame turee jedhuu wanta darbee ibsa jira
๐Maarqoos 16:1๐
Sanbatni erga darbee boodas, #Maariyaam_Magdalaa, #Maariyaam_haati_Yaaqoobii fi #Saloomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf urgooftuu bitan.
โทโ๐akka #Luqaas ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii kani argan dubbatee kunis Maarqoos wajjiin yaada tokko qaba (Luqaas 24:2)
โฉJechi awaalichaa irraa gangalfame #ture jedhuu wanta darbee ibsa.
๐dubartoonni suni sadii ta'u ibsaa , Sababiin isaa baayinna ibsa, akkasumas immoo urgooftuu jedha, wanta kana wajjiin wali fakkatu immoo Maarqoos wani ibseef
๐Luqaas 23:55-56๐
#Dubartoonni warri #Galiilaadhaa jalqabee isaa wajjin dhufanis duukaa buสผanii reeffi isaa #awwaalicha_keessa #akkamitti akka kaaสผame #ilaalan; achiis #urgooftuu fi dibata urgaaสผu qopheessuuf deebiสผanii deeman. Haa taสผu malee, akka seerichi ajajutti guyyaa Sanbataa ni boqotan
โฉDubartoonni Galiilaadhaa dhufan immoo Maarqoos sirriitti ibseera ,Luqaas illee ibsee jira.
๐Maarqoos 15:47๐
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam_haati_Yoseef garuu, #reeffa isaa #eessa akka kaaสผan #ilaalu_turan.
๐Luqaas 8:2๐
#dubartoonni_hafuurota hamoo fi dhukkuba adda addaa irraa fayyan tokko tokkos isaa wajjin turan. Isaanis, #Maariyaam Magdalaa ishii jinniiwwan torba keessaa baสผan,
๐Luqaas 24:1๐
Guyyaa jalqaba torban sanaatti garuu #dubartoonni sun #urgooftuu qopheessan sana fidanii ganama bariidhaan gara awwaalichaa dhufan.
โธโ๐akka #Maatewoos ibsa jirtutti immoo #dubartoota #lamaa qofa jecha jira kana immoo dubartoonni suni osoo ergamaan dhagicha gangalcha jiruu argan jedha.
Kuni immoo wanta amma ta'a jiruu ibsaa. Kanaafuu dubartoonni laman kuni ijaan arganii jiru.
๐Maatewoos 28:1๐
Sanbatni erga darbee booda guyyaa jalqaba torban sanaatti, #Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam ishiin kaan awwaalicha ilaaluu dhufan.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Xumura irratti.
โถ.Kani #Maatewoosi ibsee #jalqabaa.wanta taโe ibsa
โท.Kani #Maarqoos fi #Luqaas #lamaffaa irratti wanta taโe ibsa
โธ.Kani #Yohaannis #sadaffaa irratti wanta taโe ibsa.
โฌโฌโฌโฌ
Link kan xuqi๐๐

๐นkutaa-102-ffaa.๐
โปGaaffii fi Deebii Muslimoota.
โYohaannis 1:25
isaan โAti #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?โ jedhanii isa gaafatan.
1=โป #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu๐โ
โงsababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa ๐
โโง #Kiristoos dhufee jira๐ฏ
โโง #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu๐ฏ
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.โ Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taสผuu isaa hubatan
โงkanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
๐โโ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi ๐
โโป #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuuโ
โฌโฌโฌโฌ
๐ทDeebii keenya๐
โโปEeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jiraโฃ๏ธ
โโปEeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jiraโฃ๏ธ
โโปEeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos โฃ๏ธ
๐ท #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Mooโ Muhammadi kani jedhuu irrattiโ
โ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
โป #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani ยซ Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi ๐
๐นKanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
โโปKiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)๐#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaสผumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
โปinni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
โโป bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)๐#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: โIsin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
โโปRaaji #Muhammadi yoomi cuuphee โ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne โ
๐ณ kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok๐
โฌโฌโฌ
โ#Qabxiiwwan_lammaffaan
โฃ๏ธKanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
โปFakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)
โโป Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo ยซAfuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.๐
C)๐#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.
โโปKani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa๐
D)๐#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaสผuu qabda.
๐๐ dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1โปTokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).๐#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)๐ #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaสผee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2โปlamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)๐ #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaสผelin argee, โIsa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaสผee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaสผee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerraโ jedheen.