๐นKuta_14ffยชยช..... hordofaa
โGaafi=Muslimoota
โYohaannis 6:14๐
Namoonni sun dinqii
Iyyaasuus hojjete yommuu argan, โKun dhuguma iyyuu #Raajicha isa gara #addunyaa akka dhufu dubbatame sana
dhaโ jedhan.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โGaafin Muslimaa kana
irratti dha Kiristoos
Raajicha jedhu.....โ
======//=====//====
โDeebi=keenya ๐
Kiristoos Raajidha yeroo jennuu
Akka raajota bira sana mitti
โkutaa 5ffยชยช Dubbisa๐๐
( ๐น https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/156
๐ https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/158))
โ fakkeeenyaf Waaqayyo mataan isaa Raajicha.
๐Raajiicha isayaas 45:21
๐Gabaasa keessan
dhiheessaa, dhimma
keessan dhiheeffadhaa
Isaan tokkummaadhaan
waliin haa mariatan.
Bara dheeraa dura kana kan
dubbate, Yeroo darbe irraa kaasees kana kan labse
eenyuโAna Waaqayyo mitiiโ
Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru; Ana malee Waaqni
Qulqulluunnis tae Fayyisaan
hin jiru.
โkanafuu wanta gara fuulduraatti kan dubbatuu Waaqayyo mataa isaatti, wanti akkasi immoo raajicha isaa jechisiisa .
โkan Nama fayyisuu isaa mataa isaatii,kanafuu Kiristoos
Adduunya kanaa fayyisee jira
Kiristoos Male Fayyisaan
biraa Hin jiru.
๐นmatewoos 1:21
ishiin ilma ni deessi;
atis maqaa isaa
Iyyaasuus jettee moggaasta
inni namoota cubbuu isaanii irraa ni fayyisa.
๐Luqaas 2:10-11
Maleekaan sun garuu
akkana isaaniin jedhe
Hin sodaatinaa! Kunoo, ani
misiraachoo namoota
hundaaf gammachuu
guddaa argamsiisu
isinitti nan hima.
Hara magaalaa Daawit keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis Kiristoos Goofticha dha
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐dinqii=Kiristoos raawatame immoo Nyaata namoota
hedduu nyaachisu dha..
Kunis Kiristoos Waaqa
Ta'u ibsaa.
๐Farfannaa_Daawit 40:5๐
Yaa Waaqa koo,Waaqayyo
Ati wantoota dinqisiisoo
hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha.Kan siin gitu
tokko illee hin jiru
Ani waa'ee wantoota
kanaa himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee, Lakkoofsi
isaanii lakkawwamu hin danda'u.
โ Yohaannis 21:25
Wantoonni Iyyaasuus hojjete kan biraa hedduunis jiru
hundi isaanii tokko tokkoon utuu barreeffamaniiru ta'ee, addunyaan iyyuu bakka
kitaabni maramaan isaan
irratti barreeffaman kaaamu
kan qabaatu natti hin
fakkaatu. ๐๐๐
โ kana Daawit dubbatee
Gonkumaa lakkamu hin dandamu jedhee
โ kan Yohaannis jedhee
Hiika kan wajjiin walii fakkaata
Iddoo Kitaabni kahamu hin jiruu
Jedhe, kanafuu Kiristoos Waaqa
Ta'u ibsa.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
hiika biraa isaa gara
AddunyaDhufe jedhuu
Maali ibsaa... โ
Kiristoos samii irraa
dhufuu ibsaa dhala
nama keessa raajiin
Sami irraa Dhufe jiraโ,gonkumaa hin jiruu
โ Kanaafuu Kiristoos Ani
Sami irraa Dhufe jedhee jira
โ erga akkasii taโe akkamitti
Raajoota biraa wajjin walii fakkeesuu dandama...
๐นYohaannis 3:13๐
ilma namaa isa samii
irraa gadi bu'ea malee,
namni gara samiitti oli
bae tokko illee hin jiru.
โ Jechi ilma Jechu
Kiristoos Ibsa
๐ค hundi isaa iyyuu Kiristoos
Waaqa ta'u ibsaa, ๐ค
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ผLink kan fayyadama๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
โ๏ธ======||============๐ค

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
๐น jalatamoota fi kabajamoota
Keenya ๐
#Qophii_kutaa_5_ffaa
Kiristoos Raaji โmoo miti โ
Kan jedhuu irratti
๐ พ Deebi isaa hordofa
โจ๏ธ Muslimooni Kiristoos
Raaji dha jedhuu
Kitaaba Yohaannis
irratti kana bareeffame ๐
โ Yohaannis 4:19
๐ทDubartittiinis akkanaโฆ
Keenya ๐
#Qophii_kutaa_5_ffaa
Kiristoos Raaji โmoo miti โ
Kan jedhuu irratti
๐ พ Deebi isaa hordofa
โจ๏ธ Muslimooni Kiristoos
Raaji dha jedhuu
Kitaaba Yohaannis
irratti kana bareeffame ๐
โ Yohaannis 4:19
๐ทDubartittiinis akkanaโฆ
โฏ๐นkutaa_20ffยชยชโฏ๐น
=๐Gaafi fi Deebi๐=
๐นMusiliimoota๐
โ Yohaannis 7:40
#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,โDhuguma iyyuu
kun #Raajicha dhaโ
jedhan.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฏ Gaaffii isaanii
Kiristoos Raajii dha
Jedhuu....โ
โฉ deebi keenya
Kiristoos Kiristoos foonii
Nama uffatee wanta dhufee,
1=Nama tokko
Tokkooti,raajii fakkata
2=Namoota tokko tokkoti
Immo samii irraa wani dhufee Kiristoos fakkata
================
โฏRagaa kitaaba
โseera keesaa
Deebi 18:15
#Waaqayyo gooftaan keessan isin #gidduudhaa, #obboloota keessan keessaa, #raajii akka kootii isiniif in kaasa; isin isaaf dhaga'aa
โแแณแแ 18 :15
แฅแแแ แฅแแญ แจแ แแฐ แแซแจแ แจแแแตแแฝแ แฅแแฐ แฅแ แซแ #แแขแญ แซแตแแฃแแแแค แฅแญแฑแแ แณแฐแแฃแแ
=kanafuu namoonni
Kuni sababa kanafis Raajii dha. Jedhuu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฏ namoonni tokko tokko
Immo sababa #Kiristoos
Jedhani immoo
โ Raajii mikiyaas 5:2
Ati immoo yaa mandara #Betlihem-Efraataa, mandaroota Yihudaa warra gurguddoota keessaa ati ishee xinnoo dha; #Israa'elin kan #mo'u(bulichu)_tokko si keessaa anaaf in ba'a; hundeen isa si keessaa ba'uuf jiruus kan #bara durii durii bara baraa ti
แแญแซแต 5 :2
แ แแบแ #แคแฐ แแแ แคแแซแณ แแญแฅ แ แแบ แ แญแแณ แ แฅแแแต แแซแจแ แตแแ แแแต แณแแฝ แแฝแค แจแ แแบ แแ แ แแฃแก แจแแตแ #แแแฎ แจแแแแ แจแแแฅ แ แฅแตแซแคแแ แแญ #แแฅ แจแแแ แญแแฃแแแแข
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉ kana booda yaadaa
Kitaaba keessa jiruu ilaala
โYohaannis 7:37_44
Guyyaa dhumaatti, jechuunis guyyaa #ayyaanichaa isa guddaatti
#Iyyaasuus(kiristoos)
dhaabatee #sagalee isaa oli fuudhee akkana jedhe: โ #Namni dheebote yoo jiraate, gara koo dhufee
haa dhugu.
Akkuma #Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan #amanu hundi: โ #Lagni bishaan jireenya kennuu isa keessaa
ni yaaa.โโ
Haatau malee, inni kana kan dubbate waaee lubbuu(hafuura) isa warri isatti amanan argachuuf jedhan sanaa ture;
sababiin isaas amma iyyuu Affuurri gadi hin bunne turee
#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,โDhuguma iyyuu kun #Raajicha dhaโ
jedhan.
Kaan immoo, โKun #Kiristoosiโ jedhu turan. Tokko tokko tokko garuu akkana jedhu turan: โKiristoos Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos #sanyii Daawit keessaa, akkasumas
#Beetaliheem ganda Daawitii akka
dhufu ni dubbata mitii?โ
Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana
gidduutti #waliqoqqooduun ni uumame.
Isaan keessaa tokko tokko
isa qabuu kan barbaadan taus, namni tokko illee isa hin qabne.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฏ kanafuu namoonni
Tokko Erga kiristoos
raajii dha jedhee
Yaada lamaffaa namoonni
Kiristoos jedhanii sana
Fudhachuu qaba
โฉ isaa booda raajii fi Kiristoos kan jedhuu
Garagarumma isa
Ibsuu qaba.akkasumas
Tokkummaa isa
=raajii jechuun akkuma
Kiristoos akkuma rajoota
Foonii uffachuu ibsuuf
โฏ Kiristoos yeroo jennuu
Samii irraa dhufuu ibsuu
Kunis samii irra dhufee
Sanyii Daawit irraa dhalachuu kan ibsuu
Ta'a.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====

๐น๐kutaa๐น_ยณยฒffยชยช๐ผ๐ท
โงGaafi fi Deebi
๐คMusiliimota๐ฆ
โงโYohaannis 9:17
isaan ammas namicha #Qaro_dhabeessa ture sanaan, โija kee kan
siif bane isa waan taeef, ati waaee isaa maali jettaโโ jedhaniin. Namichis, โinni #raajii dhaโ jedhe.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โGaaffii isaanii
1=Kiristoos #Raajidha
jedhuโ
--------------------
๐โงDeebii keenya.
โAkka jecha namicha #Qaro_dhabeessa kanatti
ija isaa fayyuun isa kuni #dinqi wanii taโef, yookiin erge dhalate namni iji haaraa Uumee hin jiruu wanii taโef gochaa kana arge #Raajidha/Dinqidha jedhee malee.*Namichi kunis Kiristoos eessa inni dhufee gonkumaa hin beekuu, garuu sababa gochaa dinqisiisaa kana argeefi raajicha jedhe kana dura taโe hin beekuu wani taโef
๐ธRAGAA KITAABA ๐
โต=โYohaannis 9:25
Namichis akkasi jedhe โ inni cubbamaa tauu fi dhiisuu isaa ani #hin_beeku. Wanti ani beeku tokko, ani #Qaro_dhabeessa akkan turee fi amma garuu arguu akkan dandae qofa dhaโ jedhee deebiseef.
โถ=โYohaannis 9:32
#Dur_durii jalqabee namni ija nama #qaro-dhabeessa ta'ee #dhalate akka bane matumaa dhagaamee
hin beeku
โท=โfar_Daawit 40:5
Yaa Waaqa koo Ati wantoota #dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha. Kan #siin_gitu tokko illee hin jiru Ani waa'ee wantoota kanaa #himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee, #Lakkoofsi isaanii gita hin qabu.
๐แ แคแฑ แ แแแฌ #แซแฐแจแแธแ แฐแ แแซแต แฅแ แแ แ แณแฅแ แแ แแแ แจแแแตแแ แจแแ #แฃแแซแ แฅแแแญแ #แจแแฅแญ
แแ แ แ =(แแแแญ 40 :5)
โธ=Yohaannis 6:14
Namoonni sun #dinqii Iyyaasuus(Kiristoos)
hojjete yommuu argan, โKun dhuguma iyyuu #Raajicha isa gara addunyaa akka dhufu dubbatame sana dhaโ jedhan.
โน=โ Yohaannis 11:47
#Dura_buutonni
lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaii wali_gala walitti qabanii akkana jedhan: โNamichi kun #dinqii_hedduu_hojjechaa waan jiruuf maali goonuโ
โบ=Yohaannis 12:18
#Namoonni hedduun sunis isa simachuu kan dhaqan, inni dinqii kana hojjechuu isaa waan dhagaaniif ture
*****
โงWalumaa galatti wanti
Samuu nama olii yoo,hojjatamee #Israa'el keessaatti dinqii yookiin Raajii jedhama.sababa kanafis namichi Kiristoosiin raaji dha jedhee
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Lakki dirqama Kiristoos Raajii dha, yoo, jedhanii immoo, akkuma Abbaan hojjatu Anis nan Hojadha jedha. Kanafuu Abbaan illee Raajii dha jedhu ta'a.
1โฃ=Yohaannis 5:17๐
inni(Kiristoos) garuu, #Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira;
#Anis nan hojjedhaโ jedhee isaaniif deebise
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqaa
hordofuu dandessu๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ โ โ โ โ โจณโจณโจณโ โ โ โ โ

โก๏ธ๐
ฑ kutaa _ 53 ffยชยช โ๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ปGaaffii fi Deebii
๐ ฐMusiliimota๐ท
โ Yohaannis 12:50๐
#Ajajni isaas #jireenya bara baraa akka tae ani beeka. Kanaaf, Ani wantan dubbadhu hunda akkuma #Abbaan anatti #himettan dubbadha.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บGaaffii isaanii.
1= Dubbii Abbaa Qofa jireenya kani kenuu ,Kiristoos ofii isaatti hooma gochuu hin danda'u jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณ Deebii keenyaa
Lakkii dubbii Kiristoos illee jireenya kani isaanii lamanuu iyyuu jireenya kan jedhuu ta'a
โjalqabaa irratti dubbii Kiristoos dhugumaan jireenya ta'u ragaa kitaaba kunoo๐
โต๐Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu #Afuura ; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
โถ๐Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: โYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati #dubbii_jireenya bara baraa qabda.
โท๐Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo
keessaa isaan hin butatu.
๐โkanafuu dubbii Kiristoos illee jireenya akka taโe ibsine jira.
โ Fakkeenyaaf dubbii kuni osuma kan Abbaatti jenne iyyuu Kiristoos akkasii jedhee Abbaan kani koo,keessa fudhee jedhee jira.
โธ๐Yohaannis 16:15
#Wanti Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
โน๐Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โก๏ธ gara maata duree keenya yeroo deebinuu
โakkuma kutaa_52 ffaa keessaatti illaalle yihudoonni dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu wani didaniif. Dubbii kuni kani Abbaatti jireenya kenna jedhee.
Yihudoonni kunis Kiristoos eenyu akka taโe guyyaa tokko ni walalani wali mormii eeggalani
โบ๐Yohaannis 10:24
Yeroo kanatti #Yihudoonni isatti marsanii, โ #Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himiโ isaan jechuu jalqaban
โป๐Yohaannis 7:40_43
Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko, Dhuguma iyyuu kun #Raajicha dhaโjedhan. Kaan immoo, โ #Kun_Kiristoosiโ jedhu turan. #Tokko_tokko garuu akkana jedhu turan: โKiristoos #Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
sanyii #Daawit keessaa, akkasumas Beetaliheem ganda Daawitii akka dhufu ni dubbata mitii?โ Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana #gidduutti wal qoqqooduun ni #uumame
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โWalumaagalatti yihudoonni Kiristoos eenyu akka taโe beekuu dhabuu isaaniifi ,dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu diduu isaaniitti kani kae Kiristoos wa'ee Abbaa qofa itti himme jira.
โก๏ธ sababaa inni biraa immoo
Abbaa isaa kabajuu akkasii jedhee ,Fakkeenyaaf dubbi Abbaa jireenya ,Abbaan koo,hundumaa caala, yeroo jedhu kabaja Abbaa ibsuufi
โผ๐Yohaannis 17:4_5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree, #lafa irratti #ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa #Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
โฝ๐Yohaannis 5:23
Namni #hundi akkuma Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
๐บ akkuma Dubbiin Abbaa jireenya taโe kani ilma jireenya
Abbaa fi Kiristoos tokko.sababa isaanii tokkoo tanif immoo kunoo ๐
โพ๐Yohaannis 12:45
Namni na #argu hundi, isa na erge Sanas ni #arga
โซ๐Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira #anis nan #hojjedhaโ jedhee isaaniif
deebise
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บ link kan xuqa sena๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======โจณโจณโจณ============

๐นkutaa-102-ffaa.๐
โปGaaffii fi Deebii Muslimoota.
โYohaannis 1:25
isaan โAti #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?โ jedhanii isa gaafatan.
1=โป #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu๐โ
โงsababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa ๐
โโง #Kiristoos dhufee jira๐ฏ
โโง #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu๐ฏ
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.โ Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taสผuu isaa hubatan
โงkanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
๐โโ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi ๐
โโป #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuuโ
โฌโฌโฌโฌ
๐ทDeebii keenya๐
โโปEeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jiraโฃ๏ธ
โโปEeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jiraโฃ๏ธ
โโปEeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos โฃ๏ธ
๐ท #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Mooโ Muhammadi kani jedhuu irrattiโ
โ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
โป #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani ยซ Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi ๐
๐นKanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
โโปKiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)๐#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaสผumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
โปinni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
โโป bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)๐#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: โIsin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
โโปRaaji #Muhammadi yoomi cuuphee โ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne โ
๐ณ kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok๐
โฌโฌโฌ
โ#Qabxiiwwan_lammaffaan
โฃ๏ธKanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
โปFakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)
โโป Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo ยซAfuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.๐
C)๐#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.
โโปKani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa๐
D)๐#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaสผuu qabda.
๐๐ dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1โปTokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).๐#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)๐ #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaสผee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2โปlamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)๐ #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaสผelin argee, โIsa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaสผee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaสผee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerraโ jedheen.