β‘οΈπ
± kutaa _ 53 ffΒͺΒͺ βπ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π»Gaaffii fi Deebii
π °Musiliimotaπ·
β Yohaannis 12:50π
#Ajajni isaas #jireenya bara baraa akka tae ani beeka. Kanaaf, Ani wantan dubbadhu hunda akkuma #Abbaan anatti #himettan dubbadha.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊGaaffii isaanii.
1= Dubbii Abbaa Qofa jireenya kani kenuu ,Kiristoos ofii isaatti hooma gochuu hin danda'u jedhuu.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π³ Deebii keenyaa
Lakkii dubbii Kiristoos illee jireenya kani isaanii lamanuu iyyuu jireenya kan jedhuu ta'a
βjalqabaa irratti dubbii Kiristoos dhugumaan jireenya ta'u ragaa kitaaba kunooπ
β΅πYohaannis 6:63
Jireenya kan kennu #Afuura ; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
βΆπYohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: βYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati #dubbii_jireenya bara baraa qabda.
β·πYohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo
keessaa isaan hin butatu.
πβkanafuu dubbii Kiristoos illee jireenya akka taβe ibsine jira.
β Fakkeenyaaf dubbii kuni osuma kan Abbaatti jenne iyyuu Kiristoos akkasii jedhee Abbaan kani koo,keessa fudhee jedhee jira.
βΈπYohaannis 16:15
#Wanti Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
βΉπYohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β‘οΈ gara maata duree keenya yeroo deebinuu
βakkuma kutaa_52 ffaa keessaatti illaalle yihudoonni dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu wani didaniif. Dubbii kuni kani Abbaatti jireenya kenna jedhee.
Yihudoonni kunis Kiristoos eenyu akka taβe guyyaa tokko ni walalani wali mormii eeggalani
βΊπYohaannis 10:24
Yeroo kanatti #Yihudoonni isatti marsanii, β #Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himiβ isaan jechuu jalqaban
β»πYohaannis 7:40_43
Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko, Dhuguma iyyuu kun #Raajicha dhaβjedhan. Kaan immoo, β #Kun_Kiristoosiβ jedhu turan. #Tokko_tokko garuu akkana jedhu turan: βKiristoos #Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
sanyii #Daawit keessaa, akkasumas Beetaliheem ganda Daawitii akka dhufu ni dubbata mitii?β Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana #gidduutti wal qoqqooduun ni #uumame
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βWalumaagalatti yihudoonni Kiristoos eenyu akka taβe beekuu dhabuu isaaniifi ,dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu diduu isaaniitti kani kae Kiristoos wa'ee Abbaa qofa itti himme jira.
β‘οΈ sababaa inni biraa immoo
Abbaa isaa kabajuu akkasii jedhee ,Fakkeenyaaf dubbi Abbaa jireenya ,Abbaan koo,hundumaa caala, yeroo jedhu kabaja Abbaa ibsuufi
βΌπYohaannis 17:4_5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree, #lafa irratti #ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa #Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
β½πYohaannis 5:23
Namni #hundi akkuma Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
πΊ akkuma Dubbiin Abbaa jireenya taβe kani ilma jireenya
Abbaa fi Kiristoos tokko.sababa isaanii tokkoo tanif immoo kunoo π
βΎπYohaannis 12:45
Namni na #argu hundi, isa na erge Sanas ni #arga
β«πYohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira #anis nan #hojjedhaβ jedhee isaaniif
deebise
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊ link kan xuqa senaππ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======⨳⨳⨳============

π
° kutaa-72βͺβͺffΒͺΒͺ. πΊ
πͺ΄βGaaffii fi Deebi
πͺ΄βMusiliimota
β Yohaannis 15:15
Garbichi tokko wanta Gooftaan isaa hojjetu waan hin beekneef,
Ani kana booda garboota jedhee isin hin waamu. Kanaa mannaa, #Ani wantan #Abbaa koo irraa #dhagae_hunda waanan isin beeksiseef michoota jedhee isin waameera.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β gaaffii isaanii
1= Kiristoos wanta dubbatu hunda Abbaa irraa fudha malee ofii hin beekuu jedhanii β
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ
1οΈβ£ Deebii keenyaa.
Lakki Dubbiin kani Kiristoos. Tau irree ni mirkaneessina
β΅βYohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: βYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati #dubbii_jireenya bara baraa #qabda.
π akka dubbisaa kanatti dubbii jireenya eenyutu qabaβdeebii isaa Kiristoos jechudha. Erga,dubbii jireenya Kiristoos irraa argamee maaali sii,barbachisaa ree. Kana oli.
βΆβYohaannis 6:63
Jireenya kan kennu #Afuura foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
β·βYohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin #hojjetinaa; kanaa mannaa nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi_namaa isiniif #kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee #mirkaneesseera.β
βΈβMatewoos 7:24.
namni #dubbii_koo kana dhagaΚΌee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
πosoo Dubbiin kuni kani Kiristoos ta'u baatee maalif dubbii koo jedha ree?, dubbii Abbaa koo,jedhu didee ?
πWalumaagalatti dubbiin Kiristoos illee akka jiruu ni ibsaa.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π ± gara mataduree keenya yoo,deebinu
Kiristoos maalif dubbii Abbaa irraa dhagaee hunda isinitti nan himma jedha ree, isaa jedhuufi
A))β©Sababa,Tokkoffaa(-1ffaa)
=Dubbiin Abbaa fi ilma Tokko wanii taβefi. β kani Abbaan qabuu kani ilma ,kani ilmi qabuu hundi kani Abbaatti ,kanafuu kani Abbaas yoo,jedhe rakkina hin qabuβ.
βπYohaannis 17:10
wanti kan #koo taΚΌe #hundi kan kee ti; wanti kan #kee taΚΌe #hundis kan koo ti; Anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
B))β©Sababa lammaffaa(-2ffaa)
Kiristoos akkasii kani jedhee kabaja isaa ibsuuf turee. kunis dhugaa Kiristoos akka taβe mirkaneessuf turee
βπYohaannis 7:17-18
Namni fedhii Waaqayyoo raawwachuu barbaadu kam iyyuu, barumsi kun Waaqayyo biraa akka dhufe yookiin #Ani_ofii kootiin kakaΚΌee kanan dubbadhe taΚΌuu fi dhiisuu koo ni beeka. #Namni ofii isaatiin kakaΚΌee dubbatu hundi ulfina mataa isaa barbaada; namni ulfina isa isa erge sanaa barbaadu hundi garuu, inni #dhugaa dha; #jalΚΌinnis isa keessa hin jiru.
C))β©Sababa sadaffaa(-3ffΒͺΒͺ)
Kiristoos akkasii kani jedhee Abbaan biraa gara namoota dhufu isaa mirkaneessuf.kunis yeroo abba biraa turee kani arge dubbachuu isaatti
βπYohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa koo #wajjin turetti #argen dubbadha; isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhagessan hojjettu.β
πiddoo kana irratti Kiristoos Ana qofatu Abbaa arge malee kani bira hoomtuu hin jiru jedhee jira.
βπYohaannis 6:46
#Isa_Abbaa biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin_argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.
β²kanafuu kuni eenyu ree, Kiristoos qofaa jechudha,erga akkasii taβe Abbaa wajjiin ture inni dhuguma Kiristoos Waaqa.
D))β©Sababa afuraffaan(-4ffaa).
duuka bu'oota keesaa tokko tokko jechunis obbolota,Kiristoos,yihudoota keessa
,Fariisonni keessa dubbii Kiristoos fudhachuu irratti dubbati jedhu turee yookiin akka salphaatti ilaalu yookiin itti hin amanani ture yeroo kan immoo Kiristoos dubbiin kani abbati jedha.
βπYohaannis 7:5.
#Obboloonni isaa illee isatti hin #amanne turan.
βπYohaannis 7:47-48
#Fariisonni immoo deebisanii akkana jedhan: βIsinis ni gowwoomfamtanii? Bulchitoota yookiin Fariisota keessaa tokko illee isatti kan #amane jiraa?.
βπYohaannis 10:24-25
#Yihudoonni isatti marsanii, βHanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himiβ isaan jechuu jalqaban Iyyasus(Kiristoos) deebisee akkana isaaniin jedhe: βAni isinitti #himeera, isin garuu #hin_Amantan. Hojiiwwan ani maqaa Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaΚΌee koo dhugaa ni baΚΌu.

° kutaa-11-ffaa
βGaaffii fi Deebii Islaama
ππππππ ππ¨πππ£π Β« Kitaabni Maarqoos fi ergaa Yohaannis wali faalleessa jedhu
π₯ ragaa isaanii.
ββ»Maarqoos irratti yaa Qulqulluu Waaqayyo jedhani ragaa ba'u
Maarqoos 1:24
akkana jedhe; βYaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha_Waaqaa!β
β erga Yohaannis irratti immoo #Iyyaasus kiristoos foonii akka dhufe ragaa ba'uβ:β ^β )
1 Yohaannis 4:2
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma: Hafuurri akka #Yesuus Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baΚΌu hundi kan Waaqaa ti;
β¬β¬β¬β¬β¬
πΉDeebii keenya hundinuu sirriidha kana jedhuu ta'a
β»jalqaba dura Seexanni ykn hafuura xuraawaan suni Ati Qulqullicha Waaqayyo kani jedhe eenyun jedheeβ
β»Iyyaasuusin jedhee =ok.
β»jalqaba sagalee turee(sagaleen immoo Waaqayyo turee) sagalee sanu foonii nama uffaate.=ok.
β»Yeroo kanatti maqaa Iyyaasuus jedhamu argamee.
ββ»Maarqoos 1:23-24
Yeruma sana namichi mana sagadaa isaanii keessaa kan #hafuura xuraaΚΌaan qabame tokko iyyee akkana jedhe; βYaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu #balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha Waaqaa!
ββ»Yohannis 1:1
Jalqabatti #sagalee ture; sagaleen Waaqa wajjin ture; sagalee sunis #Waaqa ture.
ββ»Maatewos 1:21
#Isheen ilma deessi; atis #maqaa isaa #Yesuus jettee ni moggaafta; inni saba isaa cubbuu isaanii irraa ni fayyisaatii.
ββ»Roome 8:3
Waan seerri sababii fooniitiin dadhabsiifameef hojjechuu hin dandaΚΌin, Waaqni #Ilma ofii isaa #bifa_foon cubbamaatiin aarsaa cubbuu akka taΚΌuuf erguun hojjeteeraatii. Kanaanis inni fooniin cubbuutti mure.
π gara Yohaannis koota immoo yeroo tokkoo.
ββ»1 Yohaannis 4:1-2
Yaa michoota, #hafuuronni kan Waaqaa taΚΌuu fi taΚΌuu baachuu isaanii ilaaluuf qoradhaa malee hafuurota hunda hin amaninaa; #raajonni sobduun hedduun addunyaa seenaniiru
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma: #Hafuurri akka #Yesuus_Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baΚΌu hundi kan Waaqaa ti;
ββ»Yohaannis 6:68-69
Simoon #Phexrosis akkana jedhee deebise; βYaa #Gooftaa, gara eenyuu deemna? Ati #dubbii jireenya bara baraa qabdaa. Nu akka ati #Qulqullicha Waaqaa taate #amanneerra; beekneerras.β
β¬β¬β¬β¬
ββ»Maarqoos 1:25
#Yesuus immoo, #CalΚΌisii isa keessaa baΚΌi!β jedhee ifate.
Kiristoos maalif calisi keesa bai jedhan β, sababa Seexanni hooji gaarii wani hin qabneef fi maqaa Kiristoos na fayyisee jedhe osoo hin tanee calisee iyyee
ββ»seera.Bau 20:7
#Maqaa Waaqayyo Waaqa keetii akkasumaan hin #dhaΚΌin; Waaqayyo warra #akkuma argan maqaa isaa dhaΚΌan utuu hin adabin hin dhiisuutii.
ββ»Yaaqoob 2:18-19
Namni tokko garuu, βAti #amantii qabda; ani immoo #hojii qabaβ jedha.
Ati amantii kee hojii malee na argisiisi; anis hojii kootiin amantii koo sin argisiisa. Akka Waaqni tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha! #Hafuuronni_hamoon iyyuu waan kana ni amanu; sodaadhaanis ni hollatu.
ββ»Luqaas 6:46
Isin waan ani jedhu hin hojjettan; yoos maaliif, βYaa #Gooftaa, yaa Gooftaaβ naan jettu?
β«β»Maatewos 7:21
Nama fedhii Abbaa koo isa samii irraa #raawwatu malee namni, βYaa #Gooftaa, yaa Gooftaaβ naan jedhu hundi mootummaa samiitti hin galu.
ππͺπ’πͺπ§π ππ§π§πππ©π.
β»Kan Maarqoos irraa jiru illee Seexanaani Kiristoosif ragaa baβe kunis Kiristoos Gooftaa hunda ta'u ibsuf malee ragaa Seexanaa barbachisaa taβe miti.
(Uumamni hundi waee Waaqayyo beekuu ibsuuf)
β¬β»Hoji duka bu'ota 10:36
Isin ergaa Waaqni karaa Yesuus Kiristoosiin nagaa labsuudhaan saba IsraaΚΌelitti erge sana beektu; #Yesuus Kiristoos kun #Gooftaa_waan #hundaa ti.π
β»kan Yohaannis irraa jiru raajoota sobduu irraa ofii eega jedha raajonni sobduun immoo humna Seexanaa fi kayyoo dhunfaa isaanii fayyadamni nama wani dogoggorisaanif.
^β _gara telegrama_β ^ββ β
ππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)