โก๏ธ๐บkutaa _ 52 ffยชยช ๐ธ๐ธ
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
โก๏ธ Gaaffii fi Deebii
๐ฏmusiliimota ๐ฏ
โ Yohaannis 12:49
wanta ani jedhuu fi wanta ani dubbadhu #Abbaa isa ana erge sanatu na ajaje malee ani #ofii kootiin kakaee hin dubbanne.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โซ๏ธ Gaafii isaanii
โต=wanta dubbatuu hunda kani Abbaatti malee kani Kiristoos mitii jedhuu....โ
====================
๐ณ Deebi keenya.
โlakki dubbii kani qaamaa lamanuu iyyuu itti kan jedhuu ta'a.
โjalqabaa irratti dubbii Kiristoos ta'u ragaa keenya kitaaba Qulqulluu dha.
โต๐Yohaannis 8:31
Achiis Iyyaasus(Kiristoos )Yihudoota isatti amananiin akkana jedhe: โIsin #dubbii_kootti yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti;
โถ๐Yohaannis 8:43
Wanta ani dubbachaa jiru maaliif hin hubattan? #Dubbii_koo fudhachuu waan
hin dandeenyeefi.
โท๐Yohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni #dubbii_koo eegu
hundi matumaa hin duu.โ
โธ๐Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: โYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? #Ati_dubbii jireenya bara baraa qabda
โน๐Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu #hafuura; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti
dubbadhe hafuura, akkasumas jireenya.
๐บGara mataa duree keenya yeroo deebinuu immoo Dubbiin kuni kani Abbaatii malee kiyyaa mitii kani jedhee Kiristoos ,yihudoonni barumsa isaa fi dubbii isaa fudhachuu wani didaniif ,akkasumas Kiristoos ni tuftani ,sababaa Kanaaf dubbii Abbaa jedhee ,yihudoonni immoo Abbaa akka waaqati wani ilaalaniif ,ni Amanuu jedhee itti dubbate.
โRaaga kitaaba Qulqulluu
โตโYohaannis 12:48
Nama ana #tuffatuu fi
#dubbii_koo hin fudhannetti kan murteessu tokko jira. Dubbii ani dubbadhetu guyyaa dhumaatti isatti murteessa
โถโYohaannis 5:31_32.
โAni qofti waaee #ofii_koo yoon
dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau. Haatau malee,waaee koo kan dhugaa bau kan biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau sun dhugaa akka tae beeka.
โทโYohaannis 5:40_44
Taus, isin jireenya argachuuf
gara koo #dhufuu hin barbaaddan.Ani nama irraa #ulfina argachuu hin barbaadu; taus, akka isin jaalala Waaqayyoo of keessaa hin
qabne akka gaariitti nan beeka.
Ani maqaa Abbaa kootiin Nani
dhufe; isin garuu na #hin_simanne.Namni kan biraan maqaa ofii isaatiin yoo dhufe garuu isa ni simattu Isin walii keessaniif ulfina kan kennitan, ulfina isa #Waaqa_tokkicha biraa dhufu garuu kan hin barbaadne erga taatanii, akkamitti amanuu dandeessu ree?
โธโYohaannis 6:29_30
Iyyaassus(Kiristoos) โHojiin Waaqayyoo, isin isa inni ergetti akka amantaniifi dhaโ jedhee isaaniif deebise. Yeroo kanatti isaan akkana jedhaniin: โAkka nuti arginee si amannuuf, #mallattoo maalii argisiifta? Hojii akkamii hojjetta?
โนโYohaannis 8:18-19
#Ani waaee ofii #koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa. Isaanis, โAbbaan kee eessa jira?โ jedhaniin Iyyaasuus(Kiristoos), โIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanโ jedhee deebiseef
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
kutaawwan darban dubbisa
A.))โ Kutaa _ 12 ffaa
B.))โ Kutaa _ 15ffaa
C.))โ kutaa _ 17 ffaa
D.))โ Kutaa _ 25 ffaa
E.))โ kutaa _ 26ffaa
F.))โ kutaa _ 28ffaa
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
Link waldaa kana kuno namni fedhii qabduu seenu dandaโaโ
๐น@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ

๐
ฐ kutaa-84-ffยชยช ๐
โฃโปgaaffii fi Deebi
โฃโปMuslimoota
1โKiristoos yeroo lubbuu isaa kennu sana dura ni xumuramee jedhe moo โlubbuu kiyya Abbaati imanaa kennadhe jedhe.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โYohaannis 19:30
#Iyyaasuus wayinii dhangaggaaสผaa sana erga dhamdhamee booda, โ #Ni_Xumurame โ jedhe; achiis #mataa isaa gadi qabee #hafuura(lubbuu)isaa kenne.
๐akka Yohaannis jedhutti ni xumurame erga jedhe booda lubbuu isaa kenee jedha.
โLuqaas 23:46
#Iyyaasuus sagalee guddaadhaan iyyee, โ #Yaa_Abbaa, ani hafuura(lubbuu)koo imaanaadhaan harka keetti nan kennadhaโ jedhe. Erga kana jedhee #boodas lubbuu isaa kenne.
๐akka Luqaas jedhutti erga lubbuu isaa Abbaatti kenne booda jedha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐น Deebii keenya๐
๐ณ lamaan isaanii iyyuu sirriidha
โ akkuma beekamuu Yohaannis xumurame kani jedhe #dubbi_kitaba inni wa'ee fannifamu Kiristoos ibsuu akka xumuramuuf jedhee (Yoh19:28)
๐Kanaafuu jecha kitaaba Qulqulluu jedhuu samuutti qabadhu.
โLuqaas immoo Kiristoos erga waynii dhangagga'a sana dhamdhammee booda ,Kiristoos namicha Haattuu sana wajjiin akka dubbachaa turee erga ibsee booda lubbuu isaa kennee jedha
ยซ iddoo kanatti Yohaannis immoo Kiristoos haattu wajjiin dubbachu isaa seenaa kana osoo hin bareessin biraa darbee lubbuu isaa kennuu qofaa bareesse. ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐ข๐๐๐ข๐ข๐ก๐ก๐, ยซ ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐f ๐๐๐๐ #๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐ #๐ฆ๐โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐ ๐ฆ๐โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐, ๐ฆ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐บ ๐๐๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ ๐ฆ๐โ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐, ๐๐๐๐๐.
โตโ๐ฆ๐โ๐๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐ข ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ข #๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐.๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข โ๐๐ ๐๐๐๐๐.(Yoh 19:30)
โถโ๐ฆ๐โ๐๐๐๐๐ #๐ฅ๐ข๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข โ๐๐ ๐๐๐๐๐.(Yoh,19:28-30)
โทโ๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐ข๐ข ๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐ก๐,๐ฆ๐โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข โ๐๐ ๐๐๐๐๐(Luq 23:46)
โธโ๐ค๐'๐๐ #โ๐๐๐ก๐ข ๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ ,๐ฆ๐โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข โ๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐๐๐.(Luq 23:36-42)
โนโ๐ฆ๐โ๐๐๐๐๐ ,๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ #๐โ๐๐๐๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข ๐๐๐ ๐ ,๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข โ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐
(Yoh 19:28)
๐บ ๐ ๐๐ฃ๐๐๐ช๐ช ๐๐ข๐๐ก๐ ๐ ๐๐ฉ๐๐๐ ๐ฆ๐ช๐ก๐ฆ๐ช๐ก๐ก๐ช๐ช ๐๐๐๐ ๐ช๐ฃ ๐๐๐ง๐ฆ๐๐ข๐.
#๐๐๐๐ก๐๐ค๐๐๐ ๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ ๐๐ ๐ฆ๐โ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐ก๐ก๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฅ๐ข๐๐ข๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ข.
โโปMaatewos 27:50
Ammas #Iyyaasuus sagalee guddaadhaan erga iyyee booda hafuura(lubbuu) isaa kenne.
โทโปMaarqoos 15:37
Iyyaasuus garuu sagalee guddaadhaan erga iyyee booda lubbuu isaa kenne.
โธโปLuqaas 23:36
#Loltoonni illee isatti qoosan, dhufanii #daadhii wayinii #dhangaggaaสผaa isaaf kennanii
โนโปLuqaas 23:42
Achiis, โYaa Iyyaasuus yommuu #gara_Mootummaa keetti dhuftu na yaadadhuโ jedhe.
๐ พ ๐ฌ๐๐ก๐ช๐ข๐๐๐๐ก๐๐ฉ๐ฉ๐
๐ฆ๐โ๐๐๐๐๐ ๐ฅ๐ข๐๐ข๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข #๐๐ข๐๐๐๐_๐๐๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐ข ๐๐๐๐ ๐๐๐ค๐ค๐๐ก๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐
โบโปYohaannis 19:28
Iyyaasuus wanti hundi xumuramuu isaa yommuu beekee, wanti #Kitaabni Qulqulluun jedhu akka xumuramuuf โNan dheebodheโ jedhe.
โปโปYohaannis 19:29
Bakka sanas okkoteen daadhiin wayinii dhangaggaaสผuun guutame tokko kaaสผamee ture. Kanaaf, isaan ispoonjii daadhii wayinii dhangaggaaสผaa taสผeen guutame hagadaa hisoophiitti diranii afaan isaatti qaban.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นHaala tartiiba isaa๐
โ=Nan-dheebodhe (Yoh 19:28
โท=Ni-xumurame Dubbiin kitaaba (Yoh 19:28-30)
โธ=Lubuu isaa immoo Abbati kenne jedha (Luq 23:46)*
โน=Mataa isa gadi qabe(Yoh 19:30)
๐ lubbuu isaa kenna๐
โjecha lubuu isa kenne jedhu irraati yohannis fi luqaas yaada tokkon ni ibsu.( Yoh 19:30).(Luq 23:46)
โฌโฌโฌโฌโฌ
hordofuu yoo,barbaadan
๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)

๐น๐๐๐ค๐ค๐ก๐ก๐๐ ๐
#Namni akkamitti ijoollee Waaqayyo ta'u danda'a.โ
โตโป #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐
โถโป ๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐ #๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐
โทโป #๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โธโป #๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โนโป๐๐๐๐ ๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐
โบโป ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ #๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐.
โปโป #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐.
๐น๐echi #ijoollee jedhuu afaanii Giriikiitiin #ฯฮญฮบฮฝฮฑ (Tekna) jedhama.
โถโปYohaannis 1:12
Warra isa simatan hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, #ijoollee_Waaqayyoo akka taสผaniif aangoo isaaniif kenne.
โทโปRaajii-Isayaas 63:8
#innis, โIsaan dhugumaan saba koo ti #ijoollee hin sobnee dhaโ jedhe; kanaafuu inni Fayyisaa isaanii taสผe.
โธโปYohaannis 11:52
kan #duus_ijoollee Waaqayyoo warra bittinnaaสผanii jiran walitti qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.
โนโป Luqaas 13:34
Yaa Iyerusaalem, yaa Iyerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu #ijoollee kee siสผa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.
โบโปRoome 8:16.
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo taสผuu keenya #hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taสผee dhugaa baสผa.
โปโปRaaji Isaayaas 44:3
Ani lafa dheebote irratti bishaan,lafa gogaa irratti burqaa nan dhangalaasaatii;
ani #ijoollee kee irratti #Hafuura koo,sanyii kee irratti immoo eebba koo nan dhangalaasa.
โผโปRoome 8:21
kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baสผee, #bilisummaa_ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.
โฝโปRoome 9:8
Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taสผan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti; kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaสผaman warra akka #waadaa sanaatti #ijoollee isaa taสผani dha.
โพโป1Yohaannis 3:1
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf #Abbaan_jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa! Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku; nuunis kan hin beekne kanaafi.
โฟโป1Yohaannis 5:2
Waaqayyoon yommuu #jaallannuu fi #ajajawwan isaa yommuu raawwannu #ijoollee_Waaqayyoo akka jaallannu kanaan ni beekna.
๐๐๐๐๐ T๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐ข๐

๐ kutaa-97-ffยชยช ๐๐
โปgaafi Deebi Musiliimota
โYohaannis 1:13
isaan #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii #dhiiraa irraa hin dhalanne.
๐gaaffii isaanii Namni akkamitti dhigaa ykn fedhii fooni ykn fedhii dhira malee dhalchuu danda'a jedhuu..โ
โฌโฌโฌโฌ
๐ท Deebii keenyaa.
#Gaafi keenya immoo nuuf Deebisa yaa Musiliimota Adaami dhiga male ykn fedhii fooni malee ykn fedhii dhira malee Hin Uumamnee moo..โ
โgara yaada keenya yaa Deebinuu " Namni kamiyyuu foonii Adaami sana,qaba foonii nama gosummaa tokko.
1Qorontos 15:39
Foon hundinuu tokko miti; #Namni_foon_gosa_tokkoo qaba; horiin foon gosa biraa, simbirroon foon gosa biraa, qurxummiinis foon gosa biraa qabu.
๐ ๐จ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐จ๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐๐๐
1.๐จ๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค๐๐๐๐
Namni maqaa Kiristoositti Amanuu jedhe malee namaa hunda hin jennee.
โโงYohaannis 1:12-13
warra isa simatan #hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee Waaqayyoo akka taสผaniif Aangoo isaaniif kenne Isaan Waaqayyo irraa #dhalatan malee, dhiiga irraa yookiin fedhii foonii irraa yookiin fedhii dhiiraa irraa hin dhalanne.
โHoji-Duka.buota 2:21
Namni #maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya
โRoome 10:13
Namni maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya.
โFarfannaa 9:10
Warri #maqaa kee beekan sitti #amanamu; Yaa waaqayyo ati warra si barbaaddatan matumaa hin dhiistu.
โRaji-Isayaas 50:10
isin gidduudhaa waqayo kan sodaatu, Sagalee tajaajilaa isaas kan dhagaสผu eenyu? Dukkana cimaa ifni keessa hin jirre keessa kan deeme eenyu? inni #maqaa_waaqayyotti haa #Amanamu, Waaqa isaattis haa hirkatu.
โYohaannis 20:31
Wantoonni kun kan barreeffaman, Iyyaasus dhuguma Kiristoos Ilma Waaqayyoo taสผuu isaa akka amantaniif, #amantaniis karaa #maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ _๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐๐๐๐๐๐ ๐โ๐ข๐๐ข๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐ข ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐ #๐ค๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐ก๐,๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐ก๐.
2.๐จ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐ข๐๐๐๐๐.
Namni foonii fi dhiga irraa hin dhalannee jedhun nama,hafuuraa jechuudha ยซSababiin isaa afuurri dhiga fi foonii hin qabuu wani taefi ยป
โLuqaas 24:39
Anuma taสผuu koo beekuuf, harka koo fi miila koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa; uumamni #hafuuraa akka ana irratti argitan kana #foonii fi lafee hin qabu.โ
โMaatewos 16:17
Yeroo kanatti Iyyaasuus โYaa Simoon ilma Yoonaas, kana kan siif ibse #foonii fi #dhiiga utuu hin taสผin, Abbaa koo isa samii waan taสผeef gammadi.
๐Tolee nama hafuuraa jechuun kani hojii hafuuraa kani hojjatu wani taโef ,namni foonii fi dhiiga immoo hojuma foonii dhiiga hojjata jechudha.
โพYohaannis 4:24
#Waaqayyo_hafuura #warri isa waaqeffatanis #hafuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
โฟRoome 8:5
warri akka #fooniitti jiraatan, yaadni isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata; warri akka #hafuuraatti jiraatan garuu, yaadni isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.
โโRoome 8:9
Dhuguma hafuurri Waaqayyoo yoo isin keessa jiraate garuu, fedha #foonii wajjin utuu hin taสผin, fedha hafuuraa wajjin tokkummaa qabaattu. Taสผus, namni tokko #hafuura Kiristoos hin qabu taanaan, namni kun kan isaa miti.
โฌโฌโฌโฌ
๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ฉ๐ ๐๐ข๐ข๐ค๐ค.
โ๐ฃ๐๐ข๐ฃ๐ ๐๐ ๐ ๐ ๐ ๐๐ฉ๐๐๐ ๐ฆ๐ช๐ก๐ฆ๐ช๐ก๐ก๐ช๐ฉ๐ฉ๐ ๐ ๐๐ก๐ก๐๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐ช๐ฃ ๐๐๐๐ก๐๐ฉ๐.
โตโป1 Pheexiroos 1:23
isin karaa #dubbii Waaqayyoo isa jiraataa taสผee fi yeroo hunda jiraatuun, haaraa kan #dhalattan, sanyii baduun utuu hin taสผin sanyii hin badneen ture.
โถโปYaaqoob 1:18
Kun fedhii isaa waan taสผeef, nuti uumamawwan isaa keessaa warra jalqabaa akka taanuuf, inni dubbii dhugaatiin nu #dhalche.
โทโป1Yohaannis 5:1
Namni Iyyaasus dhuguma Kiristoos taสผuu isaa amanu hundi Waaqayyo irraa #dhalateera; namni abbaa jaallatu hundis isa isa irraa dhalate sana ni jaallata.

โธโป1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa #dhalate hundi cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna; inni Waaqayyo irraa dhalate sun waan isa eeguuf, Inni Hamaan sun waan tokko illee isa gochuu hin dandaสผu.
โนโปYohaannis 3:5
Iyyaasus akkana jedhee deebiseef: โDhuguma dhuguman siin jedha, eenyu illee #bishaanii fi #hafuura irraa yoo #dhalate malee, Mootummaa Waaqayyootti galuu hin dandaสผu.
๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐
๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐'๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐.
๐Yohaannis 3:6
Wanti #foon irraa #dhalate fooni; wanti #hafuura irraa dhalate immoo #hafuura.
+gฮฑัฮฑ ๐ก๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Namni Waaqayyo irraa #dhalate hundi cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna; inni Waaqayyo irraa dhalate sun waan isa eeguuf, Inni Hamaan sun waan tokko illee isa gochuu hin dandaสผu.
โนโปYohaannis 3:5
Iyyaasus akkana jedhee deebiseef: โDhuguma dhuguman siin jedha, eenyu illee #bishaanii fi #hafuura irraa yoo #dhalate malee, Mootummaa Waaqayyootti galuu hin dandaสผu.
๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐
๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐'๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐.
๐Yohaannis 3:6
Wanti #foon irraa #dhalate fooni; wanti #hafuura irraa dhalate immoo #hafuura.
+gฮฑัฮฑ ๐ก๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
๐
ฐ kutaa-100-ffaa๐น
โปgaafi fi deebi Musiliimota
โYohannis 1:14
sagalichi #foon_taสผee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1โงgaaffii isaanii Kiristoos kani #tolfamee kani Uumamee jedhuu โ
๐Ragaa isaanii
Ibroota10:5
#inni gara addunyaa yeroo dhufetti akkana jedhe: Ati aarsaa fi kennaa hin barbaanne, kanaa mannaa #dhaqna_Anaaf #qopheessite.
Farfannaa 74:16
Guyyaan kan kee ti; halkanis keetuma;
ati #aduu, #ifa #qopheessite jirta
=jecha qopheesse jedhuu Muslimoonni tolche(Uumee )jechuuti hikuu sababa Kanaaf Kiristoos kani tolfamee ,kani qopheesse ,kani Uumamee jedhuuโ
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐ทDeebi Keenyaโ
Lakkii Kiristoos Waaqa addunyaa dura turee.
Kutaa-98๐dubbisi
kutaa -99๐dubbisi
โamma Ibroota 10:5 irraa kani dhagna naaf qopheessite jedhee = #dhagna jechuun #foonii jedhudha.
๐นkuni immoo barumsa #ortodoksii keessatti sirriitti beekamaadha foonii Kiristoos Uumama akka taโe ni Amana Fakkeenyaaf akkasii jennee Gooftaan keenya #foonii fi #lubbuu_Maariyaami fudhate jennee =Kanaafuu fooni fi lubbuu Maariyaami immoo #Uumamadha
๐iddoo kanati immoo
Ibroota 10:5 irratti akkasii jedhee ยซ #inni_gara_addunyaa #yeroo dhufetti akkana jedhe ยป
๐Jechi #inni jedhuu Kiristoos ibsaa
๐ inni suni gara addunyaa osoo hin dhufin dura foonii akka hin qabnee sirriitti ibsee jira Kanaafuu inni suni eessaa ture ree jalqabaa โdeebii isaa abbaa bira.
โโปYohaannis 6:46
#Isa Waaqayyo #biraa_dhufe sana malee #namni tokko iyyuu #Abbaa hin argine; isa #qofatu Abbaa arge.
โป kanafuu Kiristoos kuni jalqabaa osoo foonii nama kana hin uffatanii Abbaa bira turee.
โปyeroo Abbaa bira gara addunyaa dhufee immoo foonii Maariyaami fudhate dhalatee.
Kunis Kiristoos sagalee taโe dhufe foonii nama fudhatee
๐akkamitti sagaleen suni foonii nama uffata isaa jedhuufi immoo kani namni tokko iyyuu beeku hin dandeenye,afuura Qulqulluun
โโปMaatewos 1:18
#Dhalachuun_Iyyaasus Kiristoos akkana ture: Haati isaa #Maariyaam kaadhima Yoosef turte; isheenis utuu Yoosef wajjin wal bira hin gaสผin #Hafuura_Qulqulluudhaan ulfooftee argamte.
โ Kanaafuu Kiristoos Addunyaa duraa Abbaa wajjiin ture ,yeroo nama fayyisuu garuu sababii foonii nama fudhachuu qabuuf foonii nana suni qopheefi. โ kuni Akkuma Seexanni qaama Foonii bofa keessa seenee Adaami fi Hewwaani cubbuun ajjeesee , Kiristoos immoo immoo dhufee foonii nama kaninni fayyinaa fidee.โ.
โโปIbroota 2:14-15๐
#ijoolleen sun #foonii fi #dhiiga qabaniif,#Iyyaasusis duสผa ofii isaatiin #diiyaabiloos isa duสผa irratti humna qabu sana #balleessuuf jedhee #namummaa isaanii #qoodate innis warra bara jireenya isaanii hunda garbummaa sodaa duสผaatiin hidhamanii turan #bilisa baasuuf jedhee waan kana godhe
โงjecha #qootatee jechuun foonii namoota irratti #hiraamte yookaan #fudhatee (garuu Kiristoos jalqabuuma jira).
โโปFiliphisiiyus 2:6-7
#Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne; qooda kanaa #inni_bifa_garbaa #uffatee fakkaattii namaa fudhachuudhaan duwwaa of godheera .
โปiddoo kanatti inni Waaqayyo wajjin qixxee yookaan Abbaa wajjiin qixe ture jedhe jira kanafuu Kiristoos osoo fooni nama kanaa hin fudhatin dura abbaa wajjiin qixxee turee.
โปamma immoo duwwaa ofii godhee bifaa garbummaa fudhatee jedhe , =bifa garbummaa kani jedhamee foonii namatti .
โฌโฌโฌโฌ
Farfannaa Daawit 74:16 irraa kani jiruu immoo biiftuu fi ifa qopheesse inni jedhuu Uumee jechudha kana jechuun wangeela Yohaannis 1:14 fi Ibroota 10:5 wajjiin wanti walitti fiduu gonkumaa hin jiru
โงSababiin isaa ยซ jalqabaa sagalee ture jedha malee jalqabaa biiftuu ifa ture hin jedhuu โ
โงinni suni yeroo gara addunyaa dhufuu ,foonii nama ni qopheeffamefi jedhee ,biiftuu fi Ifnii yeroo gara addunyaa dhufanii foonii nama qopheeffamef hin jedhuโ

๐นkutaa-102-ffaa.๐
โปGaaffii fi Deebii Muslimoota.
โYohaannis 1:25
isaan โAti #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?โ jedhanii isa gaafatan.
1=โป #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu๐โ
โงsababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa ๐
โโง #Kiristoos dhufee jira๐ฏ
โโง #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu๐ฏ
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.โ Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taสผuu isaa hubatan
โงkanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
๐โโ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi ๐
โโป #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuuโ
โฌโฌโฌโฌ
๐ทDeebii keenya๐
โโปEeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jiraโฃ๏ธ
โโปEeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jiraโฃ๏ธ
โโปEeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos โฃ๏ธ
๐ท #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Mooโ Muhammadi kani jedhuu irrattiโ
โ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
โป #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani ยซ Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi ๐
๐นKanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
โโปKiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)๐#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaสผumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
โปinni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
โโป bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)๐#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: โIsin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
โโปRaaji #Muhammadi yoomi cuuphee โ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne โ
๐ณ kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok๐
โฌโฌโฌ
โ#Qabxiiwwan_lammaffaan
โฃ๏ธKanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
โปFakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)
โโป Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo ยซAfuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.๐
C)๐#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.
โโปKani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa๐
D)๐#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaสผuu qabda.
๐๐ dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1โปTokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).๐#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)๐ #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaสผee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2โปlamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)๐ #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaสผelin argee, โIsa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaสผee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaสผee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerraโ jedheen.