🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹Waanjoo tolchii
hudhaa isaatiin
#morma keetti hidhadhu
🌟እግዚአብሔር እንዲህ ይለኛል
#እስራትና_ቀንበር ሥራ
#በአንገትህም ላይ አድርግ
=Raji-Ermiyaas 27:2.
=ኀርምያስ 27:2
▬▬▬▬▬▬▬
=
#kutaa_6_ffaa
=fannoo Kiristoos
Maaliif morma keenya
irratti hidhaan=___❓

◈ fayyida
#mukaa
namnii kamiyyuu ni beeka
Fakkeenyaf
#balaa muka
irraa Qoricha ni hojjatan
isaa Booda Maqaa isaa
qoricha Jedhame wamama

Fakkeenyaa bira immoo
Muka
#urgooftuu irraa
ixaana ni Hojjatu, Kanaaf
Ixaana jennee wamana
Malee muka hin jennuu

=fakkeenyummaa kan
Immoo Kiristoos muka
irratti fannifamee
isaa booda
#fannoo
jedhame wamama

🌹
#waanjoo jechuun
muka irraa kan
hojjatamuu dha ergaa,hojjatamee immoo
Morma horii itti hidhamuuf
#Uraa yookiin qawwaa
lama
Qaba isaa keesan mukaa
Lama qaqqaalo itti seena
Isaa booda fo'aan walittii
Hidhama morma horii irratti
Jedhuudha

🌻Walumaagalatti Adeemsii
Kuni
#Waanjoo jedhama

🌹Raajiin Ermiyaas
Wanta kan mormaa isaa
Irraati hidhatee turee
Yeroodhaf
#garbummaa
Israa'elonni biyyaa
Babiloon jala akka
Hidhamni turan ibsuuf
=booda immoo morma
Ermiyaas irra hikkate
kuni immoo Israa'eloni
Mooti Babiloon jala
#Bahu ibsaa

◈fakkeenya qaba
Jalqaba Ermiyaas mormaa
Isaa irratti hidhachun
#Adaami bittaa Seexanaa
Jalati hidhamuu isa ibsaa

✍Booda Ermiyaas morma
Isaa irraa busuun immoo
Kiristoos Addaamii waanjoo
Seexanaa jala basu ibsaa

=fakkeenyi saba Israa'el
Ijoolee Adaamaa bakka
Bu'u
=fakkeenyi mooti Babiloon
Seexana bakka bu'aa.....

🌹akkuma
#Ermiyaas
waanjoo sana
Morma isaa irratti baatee
#Kaaku_Haara keessatti
Waanjoo Kiristoos
baachuun
#Dirqama ta'a

✍Maatewoos 11:29-30👇
#Waanjoo koo baadhaa
Ana irraas baradhaa

Ani garaa lafeesaa fi
kanan gadi ofii qabu
waanan taeef
#lubbuu keessaniif boqonnaa
argattu

#Waanjoon koo
nama hin quuqu
#baa'an koos salphaa dha
====||===||===||====

✍ jecha kana kan
dubbatee Kiristoos
turee

✍waanjoon Kiristoos
Akka Ermiyaas sana
Morma kee,irratti baachuu
Qabda

➛akkuma waanjoon
Fo'aadha morma irratti
Hidhamuu
➢Nuuti
#fo'aa itti goonee
Fannoo Kiristoos morma
Keenya irratti
#hidhaan

➢Kanaafuu waanjoo
Kan jedhame gara
tokkon fannoon jedhene
Dubbaanna

✍Sababa fannoon
waanjoo jedhame
dirqama Waanjoon
#Tokko morma
Qofa irratti akka
hidhamu ibsuuf

✍yeroo kamiyyuu
Wajjoon
#harka yookiin
Luka horii/qootiyoo irratti
Hin dhaamu, morma isaa
irraatti qofaa

🌹Haaluma wali fakkatun
#Iddoon fannoo itti hidhanu
Nuuti himuuf Kiristoos
Fannoo isa waanjoon
Fakkeesse jira

✍ qabxii bira immoo
Waanjoo koo,ba'aa
Ulfaata mitti,lubbuu
Keessanif boqonnaa
Argaatu jedhee
🌻kana jechuun
Namni fannoo kan
Hin fayyadamnee
Lubbun isaa boqonnaa
Akka hin arganne ibseera

=kanafuu akkuma anii
Garaa lafeessa fi kan
Gadi ofii qabuu ta’e ana
Irraa baradha jedhee

✍kana jechuun Oso
Inni Waaqa ta’e jiruu
=akkamitti namni
Naa,fannisa hin jennee
Caalisee fannifamee
Jira
✍Haaluma kana nutti
Gadi ofi qabnee fannno
Isaa kan morma keenya
Irraatti calisne hidhaan

✍far.Daawit 59/60:4👇
#xiyyaa jalaa akka
Miilqaniif,warra sii,
Sodaatanif
#mallattoo
Kenniteef
👉
#ኚቀስት ፊት ያመልጡ
ዘንድ
#ለሚፈሩህ ምልክትን
ሰጠሃቾው
=መዝሙር 59//60:4
✍fakkeenyi xiyya
#Qorumsa,Seexanna
Fi Seexanaa
✍Fakkeenyi
#mallattoo
Immoo fannoo Kiristoos

🌻fakkeenya bira immo mallattoo Waaqayyo
#Abrahaamiifi
Keenne jira

✍ Ser.Uumama 17:11👇
Isin
#gogaa foon keessan haguuge dhagna qabadhaa! Kunis kakuu isa anaa fi isin gidduutti dhaabateef
#mallattoo in ta'a

➢Haaluma kan nutti
Fannoon keenya
Malatoo
#namoota
Kan irraa addaa itti
Banu wani ta’ef
#morma
Keenya irratti mallattoo
Mooti samii hidhaan

🌻akkuma Abrahaam fi.
Maatin isaa dhaqan
Isaani irraa gogaa murani
Mallatoo godhatan
Nuuti immoo morma
Keenya irratti godhana

✍Hiikaa waanjoo
Karaa biraa seera
Waaqayyotti jennee
Yoo,ibsine immoo
Ammas
#kaakuu_haaraa
Keesaati Dubbi Kiristoos
Dubbata

🌻fakkeenya
Jalqaba dura
=1=Kiristoos Dhalachu
qaba Isaa booda
=2=Cuphaa hundeesu
Qaba, Isaa booda
=3=barsisuu Qaba
isa booda
=4=fannifamuu Qaba
Isaa booda immoo
=5=Guyya sadii fi halkanii
Sadi awwaala keesa
Bulu qaba
=6=isaa booda du'a
Ka'u qaba
=7=isaa booda lamaffaa
Murtif dhufu qaba
✍kaaku haaraa
Jechuun haala
Salphaan qabxii 7
Kan qabuu kanadha
🌟🌟 Yeroo Waaqayyo
kana godhutti eenyutu
jiraata ree❓

🍀 እግዚአብሔር ይህን
ሲያደርግ አወይ! ማን
በሕይወት ይኖራል❓
🌟🌟 who shall live
when God doeth this
▬ Ser.lakkofsaa 24:23
▬ Numbers 24 :23
▬ ዘኍልቍ 24:23
----------------------------------
#Bagaa-Geesaaan
=Ayyaanna Dhaloota
------------------------------------
◉ dhaloota Gooftaa
Keenya Iyyaasuus Kiristoos
◉ Kiristoos dhalate jira yeroo
Jennu, akkanaa jechuu keenya
#Fooni nama irraa foonii
#Lubbuu nama irraa lubbuu fudhatee
=1=Mat 1:1👇
Sanyi( hidda) dhaloota Iyyaasuus Kiristoos
#sanyii 9_Daawit
#sanyii_Abrahaam isa kana
✍ jechi sanyii jedhuu qoomaa
Yookin hidda dhaloota,
=sanyii Abrahaami jedha
=sanyii Daawit jedha
◈Abrahaami fi Daawiti
Nama malee Waaqayyo
mitii ❌
◈kan jechuun Abrahaamiifi
Daawit foonii fi lubbuu qabuu
Kanaafuu Fooni fi lubbuu isaanii irraa fudhatee dhalate
Jenne dubbanna

◈Abrahaami foonii fi lubbuu
Adaami irraa argamee
◈Daawiti immoo foonii fi lubbuu Abrahaami irraa Argame

◈ Dubaroo Maariyaami
Immoo foonii fi lubbuu
Daawit irraa Dhalate...

🍃 Dubaroo Maariyaami irraa
immoo foonii fi lubbuu fudhatee dhalate
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Amaloota foonii
▬ dhalachuu
▬ nyachuu
▬ beela'u fi Dhugu
▬ kadhachuu
▬ soomuu
▬ dadhabuu
▬ deemuu fi rafuu
▬ itti qoruu fi rakkina arguu
◈◈◈◈◈◈◈◈◈
Kanaafuu Kiristoos erga
Fooni nama fi lubbuu Nama
Qabate Amaloota kan argisiisuu qaba

➢maalif yoo,jennee kuni seera. Uumama ta'u isaatti
➢Waaqayyo immoo seera
Erga kennee seera sanaa
Waaqayyo yoo,kabajne
Nami ni kabaja
◉Fakkeenyaa seera keessa
Tokko 👇

◈Seera.Ba'u 31:17
#Ani_Waaqayyo guyyaa 6 keessatti samii fi lafa uumee guyyaa #torbaffaatti immoo waanan hojjechaa ture #hundumaattii boqodheen aara galfadhe; kun anaa fi saba Israa'el gidduutti bara baraan milikkita in ta'a” jedhe

▬Kanaafuu Waaqayyo dura
Ofi isaatti fakkeenya ta’e kabajee jira, isaa booda immoo Naman godha jedhe
Ajaja,,
▬ jalqabaa dura Namaf
Amala akkana ergaa Uumme
Kan akka #nyachuu,Dhugu...
◈Waaqayyo ni kabaja malee
Amala kan hin diggu jechuudha

◉sababa Kanaafi Kiristoos
Amaloota Fooni fi lubbuu
Argisise jira...maalif isuma
Mataan isaa lubbuu fi foonii
Wani Uumemef seera isaa ni kabaja Waani ta’efi
◈Yoh 1:3👇
🌟Wanti #hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko illee
hin jiru
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Amala Waaqummaa
▬ bara baran jirachuu
▬ kan hin rafnee
▬ kan hin nyaannee fi hin dhufne
▬ kan uffata hin barbannee
▬ cubbuu kan hin qabnee
◈Ibroota 13:8👇
#Iyyaasus Kristos #kaleessa isuma ture, #har'as bara baraanis isuma sana
➢kaleessa yeroo jedhuu
Addunya dura jirachuu isa
➢har’as yeroo jennuu immoo
Kan hin jijjiramee kaleessa
Erga jiratee har'aas jira jechuudha
➢ bara baran yeroo jedhuu
Addunya kan booda jechuudha isaatti
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Kiristoos immoo kan
dhalate foonii qofa akka
Tae ifaa godha
➢Kiristoos erga foonii
Nama uffatee hanga
ammatti 2014 ta'a

◉ kanafuu Kiristoos dhalate
Yeroo jennuu fonni qofa

🍃🌟 Walumaagalatti Amala
#Lama irraa amala tokko
-Tawahadoon jechame ibsaa

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌟=Kiristoos maalif
Dhalate❓❓

=Deebi=-----------
1=Addaamii harka Seexanaa
Keessaa basuuf

✍ Ibrootaa 2:14👇
👉 ijoollonni kun #foonii fi #dhiiga akkuma ta'an
#inni #Obboloota koo” jedhee isaan waamu kunis

akkuma isaanii ta'e
#du'a isaatiin #Seexana isa humna du'aa qabu balleessuudhaaf #nama ta'e
◈Jechi ijoollee jedhuu
Addaamii irraa eegalee
Namoota jiran jechuudhaa
◈inni jedhuu Kiristoos ibsaa
◈ Jechi Nama ta’e jechuu foonii fi dhiiga fudhate jechuudha
◈Seexanna jechuun Affuura
Xarawaa, gosaa ergamoota keessa tokko kan ta’e
△roome 8:3👇
Sababii #nama_fooniitiif seerri hojii isaa hojjechuu dadhabe. Waaqayyo #ilma ofii isaatii ergee, #cubbuu isa nama foonii keessaatti farade; ilmi isaa kun #foon isa namni cubbamaan #uffatu uffatee, cubbuu balleessuu #dhufe

△=1 Yoh 3:8👇

#Seexanni jalqabaa jalqabee #cubbuu waan hojjeteef, namni cubbuu hojjetu kan Seexanaa ti
#ilmi Waaqayyo immoo
hojii Seexanaa
diiguudhaaf #mul'ate

=2=Dubbiin rajoota
Akka raawwatamuuf
rajoota yeroo jennu
=Muse
=Eliyaas
=elsa'a
Daawit
Isaayyaas
Ermiyaas.......
=============
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹🍃➧kutaa-30ffªª👈🌹
👉Gaaffii fi Deebi
❌Muslimoota❌

✍Yohaannis 8:50
Ani ofii kootiif ulfina hin barbaadu; inni ulfina barbaaduu fi murtii godhu
#Tokko jira.
---------------------------
Gaaffii isaanii
1=➧
#ulfina kan barbaduu Abbaa qofaa jedhuu..❓
2=➧
#murtii kani kennuu Abbaa qofa jedhuu...❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
#Deebii keenya=lakki Abbaa qofa miti kan jedhu ta'a.

📍➧.Deebi=1ffªª
❶=✍Yohaannis 8:54
Iyyaasus(kiristoos) deebisee akkana jedhe: “
#Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo #gatii hin qabu. #Inni(Abbaan) ulfina Anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha .

❷=✍Yohaannis 5:23
namni hundi
#akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, #Ilmaafis(kiristoos) ulfina
akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.

❾=✍1Yohaannis 2:23
#Ilma kan ganu hundi Abbaas immoo hin qabu.
Ilma amanee kan fudhatu hundi garuu Abbaas qaba.
▬▬▬▬▬▬▬
📍➧.Deebi=2ffªª
⓵=✍Yohaannis 5:27
Ilma namaa waan taeefis
#murtii akka kennu Aangoon isaaf kennameera.

⓶=✍Yohaannis 5:22
#Abbaan matumaa eenyuutti iyyuu hin murteessu; kanaa mannaa #hundumaa irratti akka murteessuuf Ilmaaf Aangoo kenneera;

⓷=✍2 ximotewos 4:1
Waaqayyo duratti, akkasumas Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulachuu isaa fi
#Mootummaa isaatiin
warra
#jiranii fi warra #duan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen
si ajaja
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹➧sababa maalif Kiristoos ulfinni fi murtii Abbaa qofa jedhee ree❓yeroo jennuu
namoonni dubbii Kiristoos fudhachuu wani didaniif
isaan Abbaas guutumaatti hin beekaani akkasumas kiristoos illee hin beekani guutummatti

1⃣=✍Yohaannis 8:55
Taus isin isa hin
beekne, ani garuu isa beeka.
#Ani isa hin beeku yoon jedhe, akkuma keessan sobduun taa. Haatau malee ani isa beeka, dubbii isaas
eegaan jira.

2⃣=✍Yohaannis 15:21-25
isaan isa na erge Sana waan
#hin beekneef, sababii maqaa kootiin wantoota kana hunda isin irratti ni raawwatu. Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa
#cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.
#Namni na jibbu
hundi Abbaa koos ni
#jibba. Ani hojiiwwan namni kan biraan hojjetee hin beekne isaan gidduutti utuun hin hojjenne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture; amma garuu anaan arganii na jibbaniiru, #Abbaa koos jibbaniiru. Haatau malee, kun kan tae, wanti Seera isaanii keessatti, ‘Isaan #sababii malee na jibban’ jedhamee #barreeffame akka raawwatamuufi (far 35:19)

➧እኔን ዹሚጠላ አባ቎ን ደግሞ ይጠላል(ዮሐንስ 15:23)
▬▬▬▬▬▬▬
0⃣➧link kan xuqa seena👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
====⚳⚳⚳====
🌹👁kutaa_34ffªª.🌺🌹
❌=Gaafi fi Deebi
☂ Muslimoota☂
⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜
1=✍Yohaannis 10:14
Ani tiksee gaarii
dha. Ani
#hoolota_koo beeka, hoolonni koos ana beeku.
2=✍ Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Iyyaasuus(kiristoos) gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: “ilaa,
#Hoolicha Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa kanaa balleessu(haquu)
▬▬▬▬▬▬▬
📍➝Gaaffii isaanii
#Kiristoos_hoolaa jedhamee jira.❓
➛
#isiinis hoolotaa jedhee jira .❓
⓵👉=kanafuu
#hoolaan hoolota akkamitti eeguu danda'a jedhuu....❓
▬▬▬▬▬▬▬
📍Deebii keenya👇
➛lakki kuni
#dogoggora keessan, #jechi hoolaa fi hoolota jechuu #fakkeenya
malee, "wanta biraa
mitii ❌»
▢▢▢▢▢▢▢▢▢▢▢
Ragaa kitaaba

1⃣=Yohaannis 10:6
Iyyaasus(Kiristoos)
“
#fakkeenya ” kana isaanitti dubbatus, isaan garuu wanta inni isaanitti dubbachaa ture hin hubanne.
💒 gara olitti wa'ee hoolota fakkeenyani itti dubbate ofuma isan jechuudha
(Yoh 10:1-5) dubbisaa.

*⃣ walii_galatti waee hoola fi hoolota yoo,jedhamuu fakkeenya.dha.
*
⏹akkuma
#Waaqayyo ofii isa hoola ofi fakkeessee #namoota immoo hoolota fakkeessu, ”akkuma ani #Qulqulluu ta’e isin immoo Qulqulloota ta'a jedha»

2⃣ = 1.Pheexiroos 1:16
#Ani_qulqulluu
waanan taeef, isinis
#qulqulloota tauu qabdu” jedhamee barreeffameera
(Seera.lewwota 19:2) dubbisi.

📍yaada biraa Akkuma Ani
garaa lafeessa ta’e isin immoo gara lafeeyyi ta'a jedha.

3⃣=Luqaas 6:36
Akkuma
#Abbaan keessan gara #laafessa tae, isinis gara #laafeyyii taaa.

4⃣=matewoos 5:48
#akkuma Abbaa keessan
isa samii
#mudaa hin qabne sanaa, isinis mudaa kan #hin qabne taaa.

➧Waaqayyo namaa bifaa isaan wani uummeef Amaloota kani nammi ni wamama (ser.Um 1:16-28)

🔻 Haaluma kana. inni foonii keenya wani uffateefi ” Waaqayyo ergaa foonii keenya uffatee nuu yookiin ,(nama fakkatee) dhufee sababa kanafi Yohaannis cuphaan hoola jedhe wamame (Yoh 1:29).
🔔🔔🔔🔔🔔🔔
🔉*Seera Durii keessatti Waaqayyo
#hoolotaa jedhee #nama wamame jira "hoolotaa koo jedhee kuni immoo kani ibsu, 🎯Kiristoos hoolota koo, jechuun isaa Waaqayyo ta'u isaa ibsufi.

6⃣=Raajii_Hisqi'el 34:11
#Waaqayyo Gooftaa hunda oli akkana jedha: “Kunoo, ani jira anumti #hoolota koo nan barbaada, nan kunuunsas.
▬▬▬▬▬▬▬
➛ jechi hoolota koo
jedhu
#Uumu ibsaa.(Sababiin isaa akkuma hoolota koo, jedhuu "namoota koo, jedhuu ta'a)

➧ yero kami iyyuu yoo, ta’e Waaqayyo malee
#hoomtuu hoolota jedhee kana nama ”“ wamamu gonkumaa hin jiruu » Haaluma kana Kiristoos hoolota koo.jedhe jira Waaqummaa isaa ibsee jira.

⓵= Yohaannis 10:16
#Ani_hoolota kan biraa golakana keessaa hin taane qaba; isaaniinis fiduun qaba, isaan sagalee
koo ni dhagau, tuuta
#tokkos ni tau;tikseen isaaniis #tokko taa.
(ኹዚህም በሚት ያልሆኑ ሌሎቜ በጎቜ አሉኝፀ እነርሱን ደግሞ ላመጣ ይገባኛል ድምፄንም ይሰማሉ፥ አንድም መንጋ ይሆናሉ እሚኛውም አንድ (ዮሐንስ 10:16)

💒 link kan xuqaa hordofuu dandeessu 👇👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
~⋕⋕⋕~~~~✍
🌞➡ kutaa_38 ffªª.♚♚

⚠ Gaaffii fi Deebi
⏯ Musiliimota.

✍🔎Yohaannis 10:30
Anii fi Abbaan
Tokko dha »
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅟 gaaffii isaanii iddoo kana irratti Kiristoos anii fi Abbaa
tokko dha wani jedheef Kiristoos Abbaa wajjin qixa ta'u hin ibsuu.
➡ kanafuu Ani fi Abbaan
tokko dha jechuun #kaayyoo fi #yaada tokko wani qabaniif jedhuu.
➛Jechi
tokko jettu kana ibsaa jedhuu

🔻Ragaa isaanii immoo
⓵=mat 19:5 fi ser.um 2:24
namni abbaa isaa
fi haadha isaa ni dhiisa, haadha isaattis ni maxxana; isaan
#foon_tokko tau.

➁= 1Qor 3:5_8
Ani nan dhaabe,
Apholos bishaan obaase, kan guddise garuu Waaqayyo dha; kanaaf,
ulfina argachuu kan qabu Waaqayyo isa guddisu malee, isa dhaabus
tae isa bishaan obaasu miti. Inni dhaabus tae inni bishaan obaasu
#tokko dha; taus, namni hundi akkuma #hojii isaatti badhaasa isaa ni fudhata.

⓷=Yohaannis 17:22-23
 Akkuma nuyi
#tokko taane, isaanis #tokko haa ta'aniif, ulfina ati anaaf kennite isaaniif kenneera*.

Ani isaan keessa atis na keessa jiraachuu keetiin isaanis raawwatanii
#tokko haa ta'an; biyyi lafaas ati na erguu kee, akkuma na jaallattes isaan immoo jaallachuu kee haa beeku
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌞 Deebi keenyaa
🥥✏ deebi 1ffaa

1➛Mat 19:5 fi ser.Um 2:24
=isaan foonii
tokko jedhee
malee kaayyoo
tokko fi yaada tokkoo hin jennee kuni dogoggora isaanitti.
➛Kanaaf Jechi foonii
tokko jedhuu dubartiin dhira irraa argamtee jechuu ibsuf. (ser.Um 2:23)

➛lakki yoo,jedhanii immoo
erga yaada fi kaayyoo
tokko tani
⓵ Abrahaamiifi saaran yaani Isaani maalif gargaara ta’e (ser.um 18:13-14)
➁ looxi fi haati mana looxi maalif.
tokko hin tain.(ser.u 19:26)

=Deebii 2 ffaa
1Qor 3:5-8
➛iddoo kana irratti Tajaajila ibsa malee kaayyoo
tokko fi yaada tokko miti.

⚠ Fakkeenyaaf tokkoo bishaanii ni obsa
👍
tokko immoo ni dhaba yoo, ta’e,
➛ Affuurri
tokko kenna nama gargaara jecha
(1 Qor 12:1)
Yaa obboloota ko! Waa'ee
#kennaa_garaagaraa #Afuurri qulqulluun kennuu, akka hubattan nan barbaada


➛Jechi inni dhabuus ta’e inni bishaanii obsuu
tokko jedhuu immoo (Phaawuloos fi appolos) nama jechudha
➛erga namaa tani immoo foonii walii fakkaata qabuu
tokko jechudha.
( 1Qor 15.39 )
 
#Foon hundinuu akaakuu tokko #miti;
#foon namootaa akaakuu #tokko, foon horii kan biraa ti, foon simbirrootaa kan biraa ti, foon qurxummiis kan biraa ti

=Deebi 3 ffaa
Yoh 17:22-23
➛akkuma nuu
tokko tanee isaan nuu, wajiin tokko haatan jechuun.

➛ergaa murtii addunyaa kan xumurame booda Abbaa fi Kiristoos wajjin bara baran jirachuu ibsaa.
kuni immoo
tokko isaan godha.

⓵Yoh 17:24
 Yaa abbaa, isaan ati anaaf kennite kun
#iddoon_ofii #jiraadhu haa jiraataniif, ulfina isa ati biyyi lafaa utuu hin uumamin waan na jaallatteef anaaf laattes, haa arganiif nan fedha
➁ Yoh 14:2-3
#Mana_abbaa koo keessa iddoon #jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; #iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema*.
⓷Mul’ata 21:22_25
Manni qulqullummaa ishee
#Waaqayyo gooftaa isa hundumaa danda'uu fi #hoolicha waan ta'eef, ani mana qulqullummaa tokko illee mandarattii keessatti hin argine #Biiftuun yookiis ji'i mandarattii irratti ibsuun barbaachisaa miti; ulfinni Waaqayyoo ifa ishee ti, hoolichis ibsaa ishee ti*!

#Sabni ifa isheetiin in deddeebi'u, mootonni biyya lafaas wanta ulfina qabu isaan bira jiru gara isheetti in fidu Karri ishee matumaa guyyaadhaan hin cufaman, halkan immoo achi hin jiru
⓾Mul’ata 22:5
Halkanis deebi'ee hin argamu; Waaqayyo gooftaan ifa isaanii ta'uuf waan jiruuf, ifni ibsaa, ifni aduus isaaniif hin barbaachisu.
#Isaan baraa hamma bara #baraatti mo'uuf jiru*.
▬▬▬▬▬▬▬▬
➛➡ Yohaannis 10:30
Ani fi Abbaan
tokko dha jechuun Kiristoos Waaqa ni ibsaa.

✍ jecha Kiristoos jechuu gara ilmatti jijjiirama jalqabaa dura. yeroo kana immoo.

ilmi fi Abbaan
tokko ta'u ibsaa.
➛Yohaannis 10:33_36
Yihudoonni immoo, “Ati Waaqayyoon waan
#arrabsiteef malee, hojii gaarii waan hojjetteef dhagaadhaan kan si dhoofnu miti. #Ati nama taatee utuma jirtuu Waaqayyoon of #goota' hoo jedhanii deebisaniif*
Kiristoos immoo, “‘Anoo, isin waaqayyoota isiniin jedheera’ kan jedhu seera keessan keessatti caafamee jira mitii*?
➡🌺 kutaa_46 ffaa.🌺⬇
       
🌺Gaaffii fi Deebii
Muslimaa.🐊🐊
✍Yohaannis 11:40👇
Iyyaasus(Kiristoos) “Yoo amante
#ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin #turree?” jedheen*
ኢዚሱስፊ ብታምኚስ
#ዚእግዚአብሔርን ክብር እንድታዪ #አልነገርሁሜምን? አላት።
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➧Gaaffii isaani
1=Alaazaari ulfina Waaqayyottin du'a kase malee ,ulfina Kiristoos mitii jedhu....❓
▬▬▬▬▬▬▬
➧Deebi_keenya

Lakkii ulfina Kiristoos, Sababiin isaa iddoo kana irraa Kiristoos ofuma isaa Waaqayyo jedhe ofii wamee.
Raaga keenya.
➡ Yohaannis 11:40 irraa kan jiruu waliin dubbii Kiristoos fi maarata turee,Haata’u malee Kiristoos maaratadhan akkasii jedhee turee “Yoo amante
#ulfina_Waaqayyoo akka argitu sitti #himee hin #turree?” jedheen*
👉 jecha
#sitti_Himee hin turree jedhu ilaala, ▮Kanaafuu iddoo kana irratti Gaafii
1=Kiristoos yoomii itti himee❓
2=Kiristoos maali jedhee itti himee...❓
▬▬▬▬▬
➧Deebi isaa
Kiristoos kani itti
#dubbate kanaa dura wa'ee #isaa qofa isheetti himee malee ,wa'ee Abbaa Gonkumaa itti hin dubbane kunoo Kiristoos kana dura kani dubbatee 👇

⓵=‎Yohaannis 11:21-27
#Maartaan Kiristoosiin akkana jette: “Yaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa obboleessi koo hin duu ture. Haatau malee,
#amma iyyuu ati wanta barbaadde #Waaqayyoon yoo gaafatte, Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.” jettee
Kiristoos “Obboleessi kee
ni ka'a” ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, “Guyyaa #dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beeka” jetteen
Iyyaasuusi (kifistoos) akkana ishiidhaan jedhe: “Duaa kauu fi jireenyi Ana. Namni anatti amanu yoo due illee deebiee ni jiraata;
#lubbuudhaan kan jiruu fi Anatti kan amanu hundis matumaa hin du'u. Kana ni amantaa ree?”,Ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amana” jetteen
🥀kanafuu akka dubbisaa kanatti Kiristoos wa'ee isaa qofa itti himee jira.

🍀kanaa  booda immoo kan dubbisaa

⓶=Yohaannis 11:39_40
Iyyaasuus(Kiristoos)
“Dhagicha irraa kaasaa” jedhe.
#Maartaan obboleettiin namicha due sanaa #Iyyaasusin(Kiristoosin)“Yaa Gooftaa, amma guyyaa afuri waan taeef yoona
foolii godhateera” jette. Iyyaasuus(Kiristoos)“Yoo
#amante_ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin turree?”jedheen.
🌷Kiristoos kana duraa waee eenyu itti hime ree.Yoh 11:21-27) irraa kan jiruu itti himee ,iddoo sana immoo kana jiru wa'ee Kiristoos qofa.

🌺 Kiristoos immoo ulfina Waaqayyo kana dura sitti himme turee kan jedhee, ofuma isaa Waaqayyo jedhe itti himme.
Kitaaba Qulqulluu keessatti Kiristoos qaama biraa fakkeessee wa'ee isaa dubbachuu Amala isaatti
⓷=Matewoos.13:3
“
#Namni sanyii facaasu #tokko sanyii facaasuu dhaqe
☘iddoo kana irratti Kiristoos ofuma isa namichi suni isa ta’e
Osoo jiruu ,Qaama biraa fakkeessee namichi sanyii facaasuu
#tokko jedhee dubbatee.
🌹namichi sanyii facaasuu sunii isaa matumaa isaa ta'u immoo yeroo ibsu akkana jedhee
⓾=Maatewos 13:37
Innis (kiristoos) deebisee akkana jedhe: “
#Namni_sanyii gaarii facaase sun #Ilma_namaati

🌺Haaluma kan jalqabaa Yoh 11:21-27 irraa jiruu ofi ibse, booda immoo ulfina Waaqayyo jedhe ofi waamee (Yoh 11:40)irratti
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▮ 0924777763
▮ 🌺🌺🌺🌺
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
link waldaa keenyaa
👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌹➡ kutaa-47 ffªª🔺🔺👇
          🚯Gaaffii fi Deebi
🔳Muslimoota 🔳

✍ Yohaannis 11:41-42
isaan dhagicha irraa kaasan. Achiis Iyyaasuus(kiristoos) gara
#samii_ilaalaa akkana jedhe Yaa #Abbaa waan na #dhageesseef sin galateeffadha.
Dhugaa dha, ati
#yeroo hunda akka na dhageessu beeka;
haatau malee,
#namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka #amananiifan kana dubbadhe.”
▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Gaaffii isaanii
1=Kiristoos Alaazaari du'a kani kaase ofii isaa miti Abbaa kadhate malee jedhu..
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔀 Deebi keenya
lakki akkasii miti kan jedhuu ta’u.
🔘 kanafuu Kiristoos sababa maalif Yaa, Abbaa akka ati na, dhageessu yeroo hunda beeka jedhe.

🌺🔻sababa
#Tokkoffaa
Abbaan ilmi ani jaladhu isaa dhaga'a jedhee namoota himme turee ,Haaluma wali fakkaata immoo Kiristoos Abbaan dhagau akka barbachisu ibseera.

⓵=Matewoos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu
tokko dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas #sagaleen
tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha #isa #dhagaaa” jedhe

⓶=Yohaannis 11:42
Dhugaa dha, ati yeroo hunda akka na
#dhageessu beeka;
haatau malee,
#namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka amananiifan #kana dubbadhe.”

🌺🔘 sababa
#lammaffaa
Abbaa fi Kiristoos yeroo hundaa akka garagari hin baanee ibsuuf

1=Yohaannis 8:16_18
Abbaan inni na, erge anaa wajjin waan jiruu fi
#Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
Kana malees
#Seeruma keessan keessatti illee, ‘Dhugaa baiinsi namoota #lamaa dhugaa dha’ kan jedhu
barreeffameera.
#Ani waaee ofii koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa.”
➞kanafuu Kiristoos kophaa isaa miti ,Kiristoos Akka Alaazaar du'a kaase Abbaan illee ragaa wani ta’ef, Kiristoos gara samii ilaalee dubbaate.

🌺🔘 sababa
#sadaffaa Kiristoos kan dura Ani nama du'a nan kasa #sagalee koo, qofan jedhe ture isaa dubbatee hojiin ibsuufi

⓵=Yohaannis 5:25
Dhuguma dhuguman isiniin
jedha,
#saaatiin warri duan #sagalee
Ilma Waaqayyoo itti dhagaan ni dhufa; saaatiin sunis amma dha; warri xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffatanis ni jiraatu

⓶=Yohaannis 11:43_44
Wantoota kana erga dubbatee booda
#sagalee guddaadhaan, “Alaazaar asi bai!” jedhee iyye. #Namni_due sunis miilli isaa fi harki isaa akka kafanametti #gadi_bae; fuulli isaas huccuudhaan maramee ture.
Iyyaasuus(Kiristoos)
“Isa irraa hiikaa haa deemu” isaaniin jedhe

🌺🔺sababa
#afuraffaan
Dubbi raajoota raawachuuf
hojji gaarii nutti argisiisi jecha turan ,kuni immoo Kiristoos qofaa (lafaa kana irraa barsiisa Ana qofa jedhe *kanafuu barsiisa ergaa
tokko ta’e kuni immoo Kiristoos

⓵=Far Daawit 4:6
#Namoonni baay'een, “Eenyutu waan gaarii nutti argisiisa?” in jedhu; yaa Waaqayyo, ati ifa fuula keetii nu irratti ol kaasi

⓶=Yohaannis 10:32
kiristoos deebisee, “Ani Abbaa biraa
#hojiiwwan_gaggaarii hedduu isinitti argisiiseera. Maarree hojiiwwan
kana keessaa isa kamiif dhagaadhaan ana rukuttu?” isaaniin jedhe

⓷=Matewoos 23:8-10
#Isin garuu Barsiisaan
keessan
tokko qofa waan taeef,
‘
#Rabbii’ jedhamtanii hin waamaminaa; isin hundi keessan obbolaa dha.
Kana malees Abbaan keessan tokkicha isa samii qofa waan taeef, lafa irratti eenyuun iyyuu ‘abbaa’ jettanii hin waaminaa.
#Geggeessaan keessanis #tokko, innis #Kiristoos qofa
waan taeef, ‘geggeessaa’ jedhamtanii hin waamaminaa.

🌺🔘 sababa
#shanaffaa nuuf #fakkeenya ta'uf gara saami ilaale ,Akkasi jedhee kanafuu.
Kiristoos barsiisa erga jedhamee
#seeraa hunda sii,barsisuu qaba.

⓵=Filiphisiiyus 2:5
Isinis
#ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa
⓶=1Phexros 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee dhiphateera
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺kutaa_13 ffaa Dubbisa👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/224

--------------------------------------
🌺link kan xuqa hordofa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
  =========//=========
🌹🔺kutaa-48-ffªª🔺🌹
  ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺➞Gaafi fi Deebi
                ➞Muslimoota.👈
✍Yohaannis 11:53-54👇
guyyaa sanaa jalqabee isa
#ajjeesuuf isa irratti mariatan.
Kanaan kan kaes, Iyyaasuus(kiristoos) sana
booda
#ifatti Yihudoota gidduu hin deddeebine; kanaa mannaa #bakka sanaa #gadhiisee gara naannoo lafa onaa bira jiru, jechuunis magaalaa #Efreem jedhamtu tokko dhaqee barattoota isaa wajjin achi ture.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍gaaffii isaanii akkasii turee
1=) Kiristoos hin fanifamne ,yihudoonni irratti mari’atanii isaa ajeessuf jala deemee jedhuu. Kanaafuu eessatti arganii ajjeessan jedhuu.......❓
==================
🔺Deebi keenya 👇
Lakki saba hundafi due Kiristoos kan jedhuu ta'a
🌺Ragaa+kitaaba
⓵➛Yohaannis 11:51-52
inni(Qaayafan) kana kan
dubbate ofii isaatiin kakaee hin turre; kanaa mannaa, bara sanatti inni luba oli_Aanaa waan tureef Iyyaasuus(Kiristoos)
#sabichaaf akka #duu_raajii dubbate;
kan
#duus_ijoollee Waaqayyoo warra #bittinnaaanii jiran walitti
qabee
#tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.
▬▬▬▬▬▬▬▬
➡ gara mataa duree keenya yoo,deebinuu immoo Eeyyee yihudoonni irratti mari’atanii jiruu isaa ajjeesuudhaaf.

Kiristoos garuu hanga yoonaa hojii isaa hin xumuree ,kayyoo Kiristoos hambisuuf yeroo baay'ee ni deemuu ,

Uumanni Kiristoositti wani Amanuufi uumataa keenya nuu,jalaa fudhatee jedhanii isaa ajeessuf deemuu ,🔺uumanii hundinuu Kiristoos duukaa yoo,bu'ee fayyida mata isani hin argatani,kanafi malee uumata jaalatanii mitii.
⓶➛Yohaannis 11:47_48
Dura buutonni lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaii Saanhedriin walitti qabanii
akkana jedhan: “Namichi kun dinqii hedduu hojjechaa waan jiruuf maali goonu❓
Yoo akkanumatti
#isa_dhiisne, hundi isaanii isatti #amanu; warri Roomaas dhufanii #iddoo #keenyaa fi saba keenya fudhatu
▬▬▬▬▬▬▬▬
➞kanafuu Kiristoos iddoo kan gadii dhisee deemee malee erguu hin dhaqne "kunoo Kitaabni iddoo inni jiruu maqaa wajiin lafaa godhee jira «
#magaalaa_Efreemi »
⓷➛Yohaannis 11:53.
......gadhiisee gara naannoo lafa onaa bira jiru, jechuunis magaalaa
#Efreem jedhamtu tokko dhaqee barattoota isaa wajjin achi ture.

🌹Haata’u malee ammas yeroo Ayyaana fasika walitti dhufanii jiruu.
⓾➛Yohaannis 12:9
#Yeroo kanatti, #Yihudoonni_hedduun akka inni achi jiru beekanii dhufan; kan dhufanis #Iyyaasuus(Kiristoos)
#qofa utuu hin tain, Alaazaar isa inni duaa kaase sanas ilaaluuf ture.
🔺kanafis yeroo
tokko jala iddoo sana dhisee deemee yoo,jedhamee #musiliimonni gowwummaadha hin ajjeessne jedhuu * kunoo Kitaabni yeroo biraa akka walitti dhufanii ibsaa ,kanafuu guyyaa jalqabaa sana erga harka bahe gara Abbaa deemee yeroo lammaffaa immoo eessa dhufee jennee yoo, gaafane deebii gonkumaa hin qabanii 😄😄😜😜😜.❓
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺
🌺kayyoo Kiristoos yihudoota jala deemee ykn miliquu wanta lamaa qofaa
1➞
#sa'aatii isa wanii hin geenyeef//yoo saaatin isa gahee ni qabuu.
2➞hojii isaa hanga
#xumurati
⓹➛Yohaannis 7:6
Iyyaasus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe
#Yeroon koo amma iyyuu #hin_geenye,isin garuu yeroon keessan yoom iyyuu mijaaaa dha

⓺➛Yohaannis 12:23
Yesuus garuu akkana jedhee
isaaniif deebise: “Saaatiin Ilmi namaa ulfina itti argatu
#gaeera.
⓻➛ Yohaannis 17:4
Ani
#hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree, lafa irratti ulfina sii kenneera.
▮➞sa'aatii isaa yoo, gahee fi hojii isaa hoo,xumuree harka yihudootati ni du'a.
Ⓦ➛Luqaas 18:31_33
Achiis warra Kudha Lamaan
#kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: “Amma gara iyerusaalemitti oli baaa jirra; wanti raajonni Ilma namaa ilaalchisee barreessan
hundi ni
#raawwatama.  Fakkeenyaaf, harka namoota Yihudoota hin taanetti dabarfamee kennama, itti
#qoosama, rakkinni irra gaa, akkasumas itti tufama. Erga isa garafanii booda isa #ajjeesu; inni garuu guyyaa #sadaffaatti duaa ni kaa.”(❎ Luqaas 13:31-32❵)
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
😜 mee,Kiristoos hin dune kani jedhuu caqasa kitaaba
tokko nuuf fida mee...❓dhugaa nama beekuu yoo, tahanii ...❓❓❓
Gonkumaa hin fidanii sarootani wayii..😝😝
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan xuqa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========||===========
➡🅱 kutaa _ 53 ffªª ☘📍
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌻Gaaffii fi Deebii
🅰Musiliimota🚷
✍ Yohaannis 12:50👇
#Ajajni isaas #jireenya bara baraa akka tae ani beeka. Kanaaf, Ani wantan dubbadhu hunda akkuma #Abbaan anatti #himettan dubbadha.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺Gaaffii isaanii.
1= Dubbii Abbaa Qofa jireenya kani kenuu ,Kiristoos ofii isaatti hooma gochuu hin danda'u jedhuu.❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenyaa
Lakkii dubbii Kiristoos illee jireenya kani isaanii lamanuu iyyuu jireenya kan jedhuu ta'a
✍jalqabaa irratti dubbii Kiristoos dhugumaan jireenya ta'u ragaa kitaaba kunoo👇

⓵👉Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#Afuura ; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
⓶👉Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: “Yaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa qabda.
⓷👉Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo
keessaa isaan hin butatu.
📍➛kanafuu dubbii Kiristoos illee jireenya akka ta’e ibsine jira.
✍ Fakkeenyaaf dubbii kuni osuma kan Abbaatti jenne iyyuu Kiristoos akkasii jedhee Abbaan kani koo,keessa fudhee jedhee jira.
ⓞ👉Yohaannis 16:15
#Wanti Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
⓹👉Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➡ gara maata duree keenya yeroo deebinuu
➛akkuma kutaa_52 ffaa keessaatti illaalle yihudoonni dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu wani didaniif. Dubbii kuni kani Abbaatti jireenya kenna jedhee.
Yihudoonni kunis Kiristoos eenyu akka ta’e guyyaa
tokko ni walalani wali mormii eeggalani
⓺👉Yohaannis 10:24
Yeroo kanatti
#Yihudoonni isatti marsanii, “ #Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himi” isaan jechuu jalqaban
⓻👉Yohaannis 7:40_43
Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan
tokko tokko, Dhuguma iyyuu kun #Raajicha dha”jedhan. Kaan immoo, “ #Kun_Kiristoosi” jedhu turan. #Tokko_tokko garuu akkana jedhu turan: “Kiristoos #Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
sanyii
#Daawit keessaa, akkasumas Beetaliheem ganda Daawitii akka dhufu ni dubbata mitii?” Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana #gidduutti wal qoqqooduun ni #uumame
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✍Walumaagalatti yihudoonni Kiristoos eenyu akka ta’e beekuu dhabuu isaaniifi ,dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu diduu isaaniitti kani kae Kiristoos wa'ee Abbaa qofa itti himme jira.
➡ sababaa inni biraa immoo
Abbaa isaa kabajuu akkasii jedhee ,Fakkeenyaaf dubbi Abbaa jireenya ,Abbaan koo,hundumaa caala, yeroo jedhu kabaja Abbaa ibsuufi

Ⓦ👉Yohaannis 17:4_5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree,
#lafa irratti #ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa
#Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
ⓜ👉Yohaannis 5:23
Namni
#hundi akkuma Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
🌺 akkuma Dubbiin Abbaa jireenya ta’e kani ilma jireenya
Abbaa fi Kiristoos
tokko.sababa isaanii tokkoo tanif immoo kunoo 👇
ⓟ👉Yohaannis 12:45
Namni na
#argu hundi, isa na erge Sanas ni #arga
⓫👉Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira #anis nan #hojjedha” jedhee isaaniif
deebise
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺 link kan xuqa sena👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======⚳⚳⚳============
➡🌹kutaa _ 61 _ ffaa 🔳🌹
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🌞 Gaafii fi Deebi
🔳 musiliimota 🚷
✍Yohaannis 14:10

#Ani Abbaa keessa, Abbaanis Ana keessa akka jiru hin Amantuu ree? Abbaa isa Ana keessa jiraatutu #hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti #dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 gaaffii isaanii.
1=hojii hundumaa Abbaatu hojjata malee Kiristoos mitii jedhu..❓
📍=Deebi keenya=
👉 kanafuu dubbii hundi kani Abbati jetuudha ree...❓

📍#⓵✍Matewoos 26:34

Iyyaasuus(Kiristoos)“Dhuguman siin jedha, halkan kana kormaan #indaaqqoo iyyuu isaa dura, sia sadii na ganta jedheen.
👉kanafuu dubbii kuni kani eenyuti
A))+ kani Abbaa moo,
B))+ kani Kiristoos.❓
Lakki kani Abbaa yoo, jette
Pheexiroos Abba gana jechuu keetii ,akkasumas Abbaan Yihuudotaa harka jira jechu keetii.😁

📍#⓶✍Matewoos 27:46

Gara saaatii sagaliitti Iyyaasus(Kiristoos) sagalee guddaadhaan,“Eelohe  Eelohe laamaa saabaaqtaanii?”
jedhee iyye; hiikni isaas “Yaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif nadhiiste?” jechuu dha.
👉dubbii kuni kani eenyuti❓
A)) kani Abbaa moo❓
B)) kani Kiristoos ❓
👉Lakki Abbadha yoo, jette Abbaan yoomi
#fanoo irraa oole.
▬▬▬▬ ✍ akka dubbisa kanati Abbaani ana keessa ,Anis abba keessa ,hojji isaa kana,abbaatu hojjata, Dubbiin kunis kani isaati malee kiyyaa mitii .Kani jedhee
#Filiphoos Kiristoos mormee Abba nutti argisi jedhee wani dubbatefi . Kiristoos immoo Ani Abbaa keesa ,Abbaani Ana keessa jira
Dubbiin kuni kani isaatti jedhee itti himme (kunis namni ilma argee abba argee kani jedhuu turee)).
📍#⓷✍Yohaannis 14:8-11
#Filiphos immoo,Yaa gooftaa, abbaa nu argisiisi, kanaa achi nu ga'a” ittiin jedhe Iyyaasuus(kiristoos) deebisee, “Utuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? #Namni ana arge abbaa arge; attamitti, ‘Abbaa nu argisiisi’ jetta ree*? #Ani abbaa #keessa, abbaanis ana keessa akka jiru hin amantuu ree? Abbaa isa ana keessa jiraatutu hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti dubbadhu hundumaa #ofuma kootiin hin dubbadhu*. Ani abbaa keessa, abbaanis ana keessa akka jiru na #amanaa! Yookiis sababii #hojichuma kana hundumaaf #ana_amanaa
🌺Haaluma wali fakkaata Filiphoos Abba walale Kiristoos waliin dubbatu kana #yihudoota
Wajjin illee dubbate jira.
📍#⓾✍Yohaannis 5:36

Ani garuu Yohaannis caalaa dhugaa kan anaaf bau qaba; sababiin isaas #hojiiwwan
akka ani hojjedhu Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kun, akka Abbaan na erge mirkaneessu.
📍#⓹✍Yohaannis 10:24-25
Yeroo kanatti Yihudoonni isatti marsanii, “Hanga yoomiitti
#qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti
nutti himi” isaan jechuu jalqaban kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: “Ani isinitti himeera, isin garuu hin amantan
#Hojiiwwan ani
maqaa
#Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaee koo dhugaa ni bau
📍#⓺✍Yohaannis 10:37-38
Egaa Ani
#hojii abbaa koo hin hojjedhu yoon ta'e, anatti hin #amaninaa*. Ani hojii abbaa koo nan hojjedha yoon ta'e garuu, anatti yoo amanuu dhaabaattan iyyuu, hojii kanatti amanaa! Kanaanis abbaan ana keessa, anis abbaa keessa akkan jiru, ba'eessa gootanii in hubattu” isaaniin jedhe
📍#⓻✍Yohaannis 12:48-50
Nama Ana
#tuffatee, dubbii koo fudhachuu didetti kan faradu jira; dubbii ani dubbadhetu guyyaa isa dhumaatti isatti farada Abbicha isuma na ergetu ofii isaatii waanan dubbadhu na #abboome malee, ani ofuma kootiin hin dubbanne #Dubbiin inni na abboomes, jireenya bara baraaf akka ta'e ani beeka; egaa waanan jedhu, akka abbaan anatti himetta dubbadha” jedhe
👉 yaada xumura👈
Yeroo hundumaa Dubbiin kuni kani Abbaatti malee kiyyaa mitii
Yeroo jedhuu « namoonni yeroo dubbii Kiristoos fudhachuu diddaan akkasii jedhee malee caalise miti»
📍#Ⓦ✍Yohaannis 1:3_4
Wanti
#hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko_illee hin jiru Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture
🪀 erga wanti hundi karaa Kiristoos ta’e dubbii illee kani Isaati abbaa qofaafi miti.
🌌 link walda keenyaa
🌹
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞
🅟 kutaa-78-ffaa.🌺
     ➛gaafi fi deebi
     ➛Musiliimaa
     ➛pheenxee
✍ Yohaannis 17:15
“Ani isa
#hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin #kadhadhu.
▣▣▣▣▣▣▣▣
gaaffii isaanii
1➛warrii Musiliimaa Kiristoos Waaqayyo miti ni kadhaata jedhuu
2➛warri pheenxee immoo Kiristoos nuuf kadhata jedhuu.
===============
👉deebi keenyaa.
Lamaan isaanii iyyuu dogoggoraani jiruu kani jedhuu ta'a.
📍Sababiin duukaa buoonni hundinuu Waaqayyo kadhatan malee ,Kiristoos nuuf kadhata jedhanii calisani hin beekanii , yeroo wanta ❝hamma❞ irraa gahee ni kadhatuu turee.

❶➛Hoji duuka buota 4:24
Isaan yommuu kana dhagaÊŒan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii
#Waaqayyoon_kadhatan: “Yaa Gooftaa Oli Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta.
⚛ Kanaafuu iddoo kanatti wanti hama yeroo isaanii irraa gahee Waaqayyo kadhatanii jiruu ,malee Kiristoos nuuf kadhata jedhanii hin dhifnee.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
✍ gara maata duraa keenyaa yeroo deebinnuu immoo wanta hamma irraa kani nama dhorkuu Abba qofa moo❓Kiristoos hoo ni dhorkaa laata ❓,deebii isaa Eeyyee ni dhorkaa.

❷➛1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna;
#inni Waaqayyo irraa #dhalate #sun_isa_eega, inni #hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaÊŒu.
▣➛iddoo kanatti Waaqayyo irraa kani dhaltee inni jedhu Abbaa irraa kani dhalee Kiristoos

❾➛2,Tasaloonqee 3:3
#Gooftaan amanamaa dha; inni #isin_cimsa, isa #hamaa sana irraas isin eega.
👉iddoo kanati Gooftaa kani jedhamee Kiristoos
📍kanafuu wanta hamma irraa kani nama eeggu
#Abbaa fi #ilma jechudha.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
Erga maatan isaa iyyuu wanta hamma irra nuu, eega ta’e Kiristoos maalif isiniif nan kadha jedhee ree.❓
1➪Duubi raajicha raawachuuf kana jedhee.
❹➛Isaayaas 53:12
Kanaan kan kaÊŒes, namoota hedduu gidduutti gaÊŒee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duÊŒaatti illee dabarsee kenneera, Yakkamtootaa wajjinis lakkaaÊŒameera; Cubbuu namoota hedduu ni baate,
#Yakkamtootaafis ni #kadhate.
2➪ Abbaaf ulfina kennuuf.kuni immoo inni gadi ofii qabuu Kiristoos guutummaatti mulisa.
❺➛Yohaannis 8:49
Iyyasus Kiristoos deebisee akkana jedhe: “
#Ani Abbaa kootiifan #ulfina kenna malee, jinniin na keessa hin jiru; isin immoo na salphistu.
❻➛Yohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree
#lafa irratti #ulfina siif kenneera.  Kanaafuu, yaa #Abbaa, #ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina #anaaf kenni.
3➪nuuf fakkeenya ta'uf
❌➛Filiphisiiyus 2:5
#Ilaalcha Kiristoos Iyyasus qabu kana qabaadhaa
➑➛Yohaannis 13:15
➪Akkuma
#Ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani #fakkeenya isiniif taÊŒeera.
🌺 inni biraa immoo waee kadhannaa iddoo kana irratti.
Ni ibsaa sababa isaa wajjin.
➒➛Yohaannis 17:20-21
 â€œAni warra kanaaf
#qofa utuu hin taÊŒin, warra dubbii isaanii dhagaÊŒanii #anatti amananiifis nan #kadhadha;
Isaanis
#tokko haata'aniif, yaa abbaa, akka ati ana keessa jirtu anis si keessa akkan jiru, isaanis nu keessa haa jiraataniif, biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf #kadhachuu koo ti
✍ warra Anati Amanani hundaaf nan kadhadha jechuu isaatti. Kunis Yohaannis 17:15 wajjiin
tokko , Haata’u malee kadhadha inni jedhamee iddoo kanatti iddoo #ani jirachuu akka jirataniif. (Yoh 17:20-25) dubbisi
➓➛Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa #iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taÊŒuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🅰 Kutaa ~76~Dubbisaa👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/676
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-88-ffªª 🌟🌟👇
       ▪ gaaffii fi deebi
       ▪  Muslimoota
▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Akkasii jedhuu.
❶➛yeroo dubartoonni suni iddoo awwaalaa deeman sana wanti ta’e maalidha.
⓵ Yohaannis 20:2
gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Iyyaasuus jaallatu sanaatti fiigdee dhuftee, Gooftaa
#awwaalcha keessaa #fudhataniiru; eessa akka isa kaaÊŒanis hin beeknu” isaaniin jette.

⓶ Maarqoos 16:5
Yommuu gara
#awwaalichaatti seenanis #dargaggeessi uffata #adii uffate #tokko karaa mirgaa yommuu taaÊŒu arganii naÊŒan.

⓷ Luqaas 24:4
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taÊŒee jiruus, kunoo
#namoonni #lama_uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.
⓾ Maatewos 28:2
Kunoo
#Ergamaan/maleekaan waaqayo samii irraa waan gadi buÊŒeef kirkirri lafaa guddaan ni taÊŒe; #Ergamaan/maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaÊŒe.
▬▬▬▬▬▬
deebii keenya « hundi isaa iyyuu sirriidha kani jedhuu ta'a »

✍ kana
#Yohaannis irraa jiruu dubartii tokko qofaan wanta ta’e ibse jira ,akkuma jalqabaa dhufteen booda keessa Kiristoos dhabdee. Isaa booda barattoota isaatti himite (Pheexiroos fi Yohaannisitti jechuudhaa).

➻ Haata’u malee ishiin illee ergamoota lama wajjiin dubbate jirti.
❶➻Yohaannis 20:12
achiis Ergamooni/maleekonni uffata
#adii uffatan #lama bakka reeffi Iyyaasus kaaÊŒame, tokko karaa #mataa isaa, tokko immoo karaa #miilla isaa taaÊŒanii argite.

✍ inni
#Maarqoos jedhee immoo wanta dubartoota sadiin ta’e ibseera. * dubartootaani sadan kunis yeroo lamaa gara awwaala dhufanii jiruu.
✍kani yeroo jalqabaa Isaanii dhufanii ergama
tokko qofaa arganii jiru.
❷➻Maarqoos 16:5
Yommuu gara awwaalichaatti seenanis dargaggeessi uffata adii uffate
#tokko karaa mirgaa yommuu taaÊŒu arganii naÊŒan.

✍ innii
#Luqaasi ibsee kuni kani dubartoota sadiitti, kunis dubartoonni sadan #yeroo_lamaffaa iddoo awwaala akka dhufanii ibsee, yeroo kanati Ergamoota lama arganii jiruu.
❞➻Luqaas 24:4.
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taÊŒee jiruus, kunoo
#namoonni_lama uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.

✍ kani
#Maatewos ibsaa jiru immoo wanta dubartoota #lamaa qofaan ta’e ibse jira.
Dubartoonni lamaan kuni immoo ergama
tokko qofaa arganii jiruu.
❹➻Maatewos 28:2
Kunoo Ergaman/maleekaan waaqayyo samii irraa waan gad buÊŒeef kirkirri lafaa guddaan ni taÊŒe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaÊŒe.
▬▬▬▬▬▬▬
➻ xumura irratti. Kani jalqabaa dhufuu qabuu.
1-Maatewos -Ergama-1
#Dubartoota_2
2-Maarqoos-Ergama-1
#Dubartoota_3
3-Luqaas-Ergama-2
#Dubartoota_3
4-Yohaannis-Ergama-2
#Dubartii_1
▬▬▬▬▬▬
➻Jechi #Dargaggeessa/Namoonni= jedhuu kani ibsuu maqaan dargaggeessa fi maqaan namoonni jedhuu kani namni ittiin ibsamuu yookiin ittiin wamudha.
🌺 Haata’u malee iddoo kanatti dargaggeessa fi #namoonni kani jedhee #Ergamoota/Malakoota Waaqayyoti.
❺➻Luqaas 24:22-23
nu keessaa #dubartoonni tokko tokko nu ajaaÊŒibsiisan; ganama bariidhaan gara #awwaalichaa dhaqanii turan; haataÊŒu malee #reeffa isaa hin arganne; dhufaniis #Ergamoonni/maleekonni #dinqiidhaan isaanitti #mulÊŒatanii inni lubbuudhaan akka jiru akka itti himan dubbatan

❻➻Raajii_Daani'el 9:21
utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, #GabriÊŒeel_namichi ani mulÊŒata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe
▬▬▬▬
link waldaa kana👇👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

🌺 kutaa-86-Dubbisaa👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/749