๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนWaanjoo tolchii
hudhaa isaatiin
#morma keetti hidhadhu
๐ŸŒพแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แ‹ญแˆˆแŠ›แˆ
#แŠฅแˆตแˆซแ‰ตแŠ“_แ‰€แŠ•แ‰ แˆญ แˆฅแˆซ
#แ‰ แŠ แŠ•แŒˆแ‰ตแˆ…แˆ แˆ‹แ‹ญ แŠ แ‹ตแˆญแŒ
=Raji-Ermiyaas 27:2.
=แŠคแˆญแˆแ‹ซแˆต 27:2
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=
#kutaa_6_ffaa
=fannoo Kiristoos
Maaliif morma keenya
irratti hidhaan=___โ“

โ—ˆ fayyida
#mukaa
namnii kamiyyuu ni beeka
Fakkeenyaf
#balaa muka
irraa Qoricha ni hojjatan
isaa Booda Maqaa isaa
qoricha Jedhame wamama

Fakkeenyaa bira immoo
Muka
#urgooftuu irraa
ixaana ni Hojjatu, Kanaaf
Ixaana jennee wamana
Malee muka hin jennuu

=fakkeenyummaa kan
Immoo Kiristoos muka
irratti fannifamee
isaa booda
#fannoo
jedhame wamama

๐ŸŒน
#waanjoo jechuun
muka irraa kan
hojjatamuu dha ergaa,hojjatamee immoo
Morma horii itti hidhamuuf
#Uraa yookiin qawwaa
lama
Qaba isaa keesan mukaa
Lama qaqqaalo itti seena
Isaa booda fo'aan walittii
Hidhama morma horii irratti
Jedhuudha

๐ŸŒปWalumaagalatti Adeemsii
Kuni
#Waanjoo jedhama

๐ŸŒนRaajiin Ermiyaas
Wanta kan mormaa isaa
Irraati hidhatee turee
Yeroodhaf
#garbummaa
Israa'elonni biyyaa
Babiloon jala akka
Hidhamni turan ibsuuf
=booda immoo morma
Ermiyaas irra hikkate
kuni immoo Israa'eloni
Mooti Babiloon jala
#Bahu ibsaa

โ—ˆfakkeenya qaba
Jalqaba Ermiyaas mormaa
Isaa irratti hidhachun
#Adaami bittaa Seexanaa
Jalati hidhamuu isa ibsaa

โœBooda Ermiyaas morma
Isaa irraa busuun immoo
Kiristoos Addaamii waanjoo
Seexanaa jala basu ibsaa

=fakkeenyi saba Israa'el
Ijoolee Adaamaa bakka
Bu'u
=fakkeenyi mooti Babiloon
Seexana bakka bu'aa.....

๐ŸŒนakkuma
#Ermiyaas
waanjoo sana
Morma isaa irratti baatee
#Kaaku_Haara keessatti
Waanjoo Kiristoos
baachuun
#Dirqama ta'a

โœMaatewoos 11:29-30๐Ÿ‘‡
#Waanjoo koo baadhaa
Ana irraas baradhaa

Ani garaa lafeesaa fi
kanan gadi ofii qabu
waanan taeef
#lubbuu keessaniif boqonnaa
argattu

#Waanjoon koo
nama hin quuqu
#baa'an koos salphaa dha
====||===||===||====

โœ jecha kana kan
dubbatee Kiristoos
turee

โœwaanjoon Kiristoos
Akka Ermiyaas sana
Morma kee,irratti baachuu
Qabda

โž›akkuma waanjoon
Fo'aadha morma irratti
Hidhamuu
โžขNuuti
#fo'aa itti goonee
Fannoo Kiristoos morma
Keenya irratti
#hidhaan

โžขKanaafuu waanjoo
Kan jedhame gara
tokkon fannoon jedhene
Dubbaanna

โœSababa fannoon
waanjoo jedhame
dirqama Waanjoon
#Tokko morma
Qofa irratti akka
hidhamu ibsuuf

โœyeroo kamiyyuu
Wajjoon
#harka yookiin
Luka horii/qootiyoo irratti
Hin dhaamu, morma isaa
irraatti qofaa

๐ŸŒนHaaluma wali fakkatun
#Iddoon fannoo itti hidhanu
Nuuti himuuf Kiristoos
Fannoo isa waanjoon
Fakkeesse jira

โœ qabxii bira immoo
Waanjoo koo,ba'aa
Ulfaata mitti,lubbuu
Keessanif boqonnaa
Argaatu jedhee
๐ŸŒปkana jechuun
Namni fannoo kan
Hin fayyadamnee
Lubbun isaa boqonnaa
Akka hin arganne ibseera

=kanafuu akkuma anii
Garaa lafeessa fi kan
Gadi ofii qabuu taโ€™e ana
Irraa baradha jedhee

โœkana jechuun Oso
Inni Waaqa taโ€™e jiruu
=akkamitti namni
Naa,fannisa hin jennee
Caalisee fannifamee
Jira
โœHaaluma kana nutti
Gadi ofi qabnee fannno
Isaa kan morma keenya
Irraatti calisne hidhaan

โœfar.Daawit 59/60:4๐Ÿ‘‡
#xiyyaa jalaa akka
Miilqaniif,warra sii,
Sodaatanif
#mallattoo
Kenniteef
๐Ÿ‘‰
#แŠจแ‰€แˆตแ‰ต แŠแ‰ต แ‹ซแˆ˜แˆแŒก
แ‹˜แŠ•แ‹ต
#แˆˆแˆšแˆแˆฉแˆ… แˆแˆแŠญแ‰ตแŠ•
แˆฐแŒ แˆƒแ‰ธแ‹
=แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 59//60:4
โœfakkeenyi xiyya
#Qorumsa,Seexanna
Fi Seexanaa
โœFakkeenyi
#mallattoo
Immoo fannoo Kiristoos

๐ŸŒปfakkeenya bira immo
mallattoo Waaqayyo #Abrahaamiifi
Keenne jira

โœ Ser.Uumama 17:11๐Ÿ‘‡
Isin
#gogaa foon keessan haguuge dhagna qabadhaa! Kunis kakuu isa anaa fi isin gidduutti dhaabateef
#mallattoo in ta'a

โžขHaaluma kan nutti
Fannoon keenya
Malatoo
#namoota
Kan irraa addaa itti
Banu wani taโ€™ef
#morma
Keenya irratti
mallattoo
Mooti samii hidhaan

๐ŸŒปakkuma Abrahaam fi.
Maatin isaa dhaqan
Isaani irraa gogaa murani
Mallatoo godhatan
Nuuti immoo morma
Keenya irratti godhana

โœHiikaa waanjoo
Karaa biraa seera
Waaqayyotti jennee
Yoo,ibsine immoo
Ammas
#kaakuu_haaraa
Keesaati Dubbi Kiristoos
Dubbata

๐ŸŒปfakkeenya
Jalqaba dura
=1=Kiristoos Dhalachu
qaba Isaa booda
=2=Cuphaa hundeesu
Qaba, Isaa booda
=3=barsisuu Qaba
isa booda
=4=fannifamuu Qaba
Isaa booda immoo
=5=Guyya sadii fi halkanii
Sadi awwaala keesa
Bulu qaba
=6=isaa booda du'a
Ka'u qaba
=7=isaa booda lamaffaa
Murtif dhufu qaba
โœkaaku haaraa
Jechuun haala
Salphaan qabxii 7
Kan qabuu kanadha
โœ #kutaa_1_Ffaa
======โ–ณ======
1.Taaboonni maalif
Gara lagaati bahaโ“
=Deebi isaa
1.sababa tokkoffaa
๐Ÿ‘‰seera oriti keessatti
Taabooni waqayyo
Laga Yordaanos deemee
Addan kute fakkeenya
Cuphaa wani rawwatefi
๐Ÿ”ˆ ragaa kitaaba Qulqulluu
(1) kitaaba Iyyaasuu 3:5-8๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Sana booda Iyyaasuun #lubootaan #Taabotaf kakuu fuudhaatii sabicha dura
darbaaโ€ jedhe
Kanaafuu, isaan taabota
kakuu sana fuudhanii
sabicha dura ni deeman

Achiis Waaqayyo
Iyyaasuudhaan akkana jedhe: โ€œAkkuman #Musee
wajjin ture sii wajjinis
akkan tau akka beekaniif, guyyaa kanatti
guutummaa #Israael
duratti olii sin qaba

#Luboota Taaboota kakuu baatanis Yommuu
qarqara #laga_Yordaanos geessan
achuma Yordaanos
#keessa dhaabbadhaa
jedhii ajaji.
โžขโžขโžขโžขโžข
qabxiiwwan hubbachu
Qabnu
โœ lubbooni jirachuu
โœ Taaboota Waaqayyo jirachuu
โœ Israa'eloonni jirachuu
โœ lagani Yordaanos jirachuu
โœ Iyyaasuun jirachuu
โžขkanafuu iccitii cuuphaa
Yero gara lagaa deemtu
lubboni jirachuu qabuu
Taabooni jirachuu qaba
Fakkeenyi israeellota
Nuu,Namooni jirachuu qabna
Faakkeenyi Iyyaasuu
Immo phaaphaasii fi
namoota Aango oli ana qabuu

โžข ergaa Phaawuloos
ilaali Kuno
โœ 1Qor 10:2๐Ÿ‘‡
#hundi isaanii #Musee
hordofanii #duumessichaa fi #galaanichaan_cuuphaman
++++++++++
Jechi hundi isaanii
jechuu Israa'elota
-dummeessicha kan
Jedhame gara tokkoon
Dummeessa amma samii
Irra jiru
Gara biraan immoo #Affuura
Qulqulluu ibsaa
-mat 17:5
- HDB 2:2
-Luqaas 3:22
โžขMusee hordofanii Israa'eloni
Ni cuuphaaman jedha
โžข Waaqa Aangoo Musee
Gara Iyyaasuu ni barase

โ—ˆragaa kitaaba
โœser.keessaa.deebii 34:9๐Ÿ‘‡
#Museen_harka isaa
isa irra kaaee waan
tureef #Iyyaasuun
ilmi Nawe nama
#Affuura #ogummaatiin
guutame ture
Israaelonnis isa dhagauu jalqaban; akkuma
Waaqayyo Musee
ajajes ni godhan
โœ kitaaba Iyyaasuu 3:7๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Achiis Waaqayyo #Iyyaasuudhaan akkana
jedhe: โ€œAkkuman
#Musee_wajjin ture
#sii wajjinis akkan tau
akka beekaniif
guyyaa kanatti
guutummaa Israael
duratti ol sin qaba
โžนโžนโžนโžนโžนโžน
akkuma Musee wajjiin
Ture sii, wajiin nan ta'a
Jedha, kanafuu Musee
Yoo, cuuphe, Iyyaasuu nis
Ni cuuphaa
-Muse fi Iyyaasuun
Aangoo walii fakkaatu
Qabu....
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
seenaa kana xinnoo
Dubbisi mee, wanta
Sii, hubbachisu qaba

:kitaaba Iyyaasuu 3:13

#faanni miila luboota
Taabota Waaqayyo
isa Gooftaa guutummaa
lafaa ta'ee baatan sanaa
bishaan Yordaanos akkuma #tuqeen, #bishaan
Yordaanos inni
gubbaadhaa yaa'aa ture
yaauu isaa ni #dhiisa; bishaanichis akkuma hidha lagaatti ni #dhaabbata
โžขyeroo lubbooni Taboota
Batani bishaanii Yordaanosi
Seenani bishaanii dubatti
Deebie dhabata jechuudhaa
โžนFar 113/114:3-5๐Ÿ‘‡
#Galaanichi kana
argee #baqate;f
#Yordaanosis #duubatti deebie

Gaaronni akka
korbeeyyii hoolaatti
Tabbawwanis akka
hoolotaatti burraaqan

๐Ÿ”ŠYaa galaanaa,maaltu
akka baqattu si godheโ“
Yaa Yordaanos, maaliif
duubatti deebiteโ“
โ—ˆWalumaagalatti
Iccitti Taabooni gara
Lagaa itti deemi tokko
Isaa kan

2โœ inni lammaffaan
Immo seeri kuni dhaloota
Hanga dhaloota yaadatamuu
Qaba jedhee waaqayyo
Wani ajajeefi.
Seeri Kuni immoo Taaboota
Wajjin ta'u qaba waggaa
hanga waggaatti kunoo
Nuuti ni kabajana..
โ—ˆragaa kitaaba
โœ kitaaba Iyyaasuu 4:6-7๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰innis isin gidduutti
#mallattoo taee
ni #tajaajila Yeroo
booda ijoolleen keessan
#Dhagoota kana
as kan keessan
maaliifiโ“ jedhanii yoo
isin gaafatan,akkana
jedhaa isaanitti himaa
Akkana kan goone,
#bishaan Yordaanos
#Taabota_kakuu
Waaqayyo duratti waan
dhaabbateefi. Taabotichi Yordaanosiin yommuu
ceetti, bishaan Yordaanos
ni dhaabbate.
Dhagoonni kunis
saba Israa'eelif
#yaadannoo dhaabbataa
taanii tajaajilu
โžน แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ƒแˆ
แŠชแ‹ณแŠ• #แ‰ณแ‰ฆแ‰ต แŠแ‰ต แ‹จแ‹ฎแˆญแ‹ณแŠ–แˆต
แ‹แŠƒ แˆตแˆˆแ‰ฐแ‰‹แˆจแŒ  แŠแ‹
#แ‹ฎแˆญแ‹ณแŠ–แˆตแŠ• แ‰ แ‰ฐแˆปแŒˆแˆจ แŒŠแ‹œ
แ‹จแ‹ฎแˆญแ‹ณแŠ–แˆต แ‹แŠƒ แ‰ฐแ‰‹แˆจแŒ 
แŠฅแŠแ‹šแˆ…แˆ แ‹ตแŠ•แŒ‹แ‹ฎแ‰ฝ แˆˆแŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ
แˆแŒ†แ‰ฝ #แˆˆแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ_แˆ˜แ‰ณแˆฐแ‰ขแ‹ซ
แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ‰ แ‰ตแˆ‰แŠ แ‰ธแ‹‹แˆ‹แ‰ฝแˆ
=แŠขแ‹ซแˆฑ 4:7

โ—ˆKun Afaanni Grikii
Dubbisuu yoo, dandeessee
Ilaali
#ฮตฯƒฮตฮฏฯ‚ ฮธฮฑ ฯ„ฮฟฯ…ฯ‚ ฮฑฯ€ฮฑฮฝฯ„ฮฌฯ„ฮต ฯŒฯ„ฮน ฯ„ฮฑ ฮฝฮตฯฮฌ ฯ„ฮฟฯ… ฮ™ฮฟฯฮดฮฌฮฝฮท ฯƒฯ„ฮฑฮผฮฌฯ„ฮทฯƒฮฑฮฝ ฮผฯ€ฯฮฟฯƒฯ„ฮฌ ฯƒฯ„ฮทฮฝ ฮบฮนฮฒฯ‰ฯ„ฯŒ ฯ„ฮทฯ‚ ฮดฮนฮฑฮธฮฎฮบฮทฯ‚ #ฯ„ฮฟฯ… ฮšฯ…ฯฮฏฮฟฯ…. ฮ”ฮนฮฑฮบฯŒฯ€ฮทฮบฮต ฮท ฯฮฟฮฎ ฯ„ฮฟฯ… ฯ€ฮฟฯ„ฮฑฮผฮฟฯ, #ฯŒฯ„ฮฑฮฝ ฮท ฮบฮนฮฒฯ‰ฯ„ฯŒฯ‚ ฯ€ฮตฯฮฝฮฟฯฯƒฮต ฮผฮญฯƒฮฑ ฮฑฯ€ฯŒ ฯ„ฮฟฮฝ ฮ™ฮฟฯฮดฮฌฮฝฮท. ฮˆฯ„ฯƒฮน, ฮฑฯ…ฯ„ฮญฯ‚ ฮฟฮน ฯ€ฮญฯ„ฯฮตฯ‚ ฮธฮฑ ฮตฮฏฮฝฮฑฮน ฮณฮนฮฑ ฯ„ฮฟฯ…ฯ‚ ฮ™ฯƒฯฮฑฮทฮปฮฏฯ„ฮตฯ‚ ฮผฮนฮฑ ฯ…ฯ€ฯŒฮผฮฝฮทฯƒฮท ฯ€ฮฑฮฝฯ„ฮฟฯ„ฮนฮฝฮฎยป.
โžก๏ธ๐ŸŒบkutaa _ 52 ffยชยช ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
โžก๏ธ Gaaffii fi Deebii
๐Ÿšฏmusiliimota ๐Ÿšฏ
โœ Yohaannis 12:49
wanta ani jedhuu fi wanta ani dubbadhu
#Abbaa isa ana erge sanatu na ajaje malee ani #ofii kootiin kakaee hin dubbanne.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โšซ๏ธ Gaafii isaanii
โ“ต=wanta dubbatuu hunda kani Abbaatti malee kani Kiristoos mitii jedhuu....โ“
====================
๐Ÿ”ณ Deebi keenya.
โœlakki dubbii kani qaamaa lamanuu iyyuu itti kan jedhuu ta'a.
โœjalqabaa irratti dubbii Kiristoos ta'u ragaa keenya kitaaba Qulqulluu dha.
โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 8:31
Achiis Iyyaasus(Kiristoos )Yihudoota isatti amananiin akkana jedhe: โ€œIsin
#dubbii_kootti yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti;
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 8:43
Wanta ani dubbachaa jiru maaliif hin hubattan?
#Dubbii_koo fudhachuu waan
hin dandeenyeefi.
โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu
hundi matumaa hin duu.โ€
โ“ธ๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: โ€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna?
#Ati_dubbii jireenya bara baraa qabda
โ“น๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#hafuura; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti
dubbadhe hafuura, akkasumas jireenya.

๐ŸŒบGara mataa duree keenya yeroo deebinuu immoo Dubbiin kuni kani Abbaatii malee kiyyaa mitii kani jedhee Kiristoos ,yihudoonni barumsa isaa fi dubbii isaa fudhachuu wani didaniif ,akkasumas Kiristoos ni tuftani ,sababaa Kanaaf dubbii Abbaa jedhee ,yihudoonni immoo Abbaa akka waaqati wani ilaalaniif ,ni Amanuu jedhee itti dubbate.

โœRaaga kitaaba Qulqulluu
โ“ตโœYohaannis 12:48
Nama ana
#tuffatuu fi
#dubbii_koo hin fudhannetti kan murteessu tokko jira. Dubbii ani dubbadhetu guyyaa dhumaatti isatti murteessa
โ“ถโœYohaannis 5:31_32.
โ€œAni qofti waaee
#ofii_koo yoon
dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau. Haatau malee,waaee koo kan dhugaa bau kan biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau sun dhugaa akka tae beeka.
โ“ทโœYohaannis 5:40_44
Taus, isin jireenya argachuuf
gara koo
#dhufuu hin barbaaddan.Ani nama irraa #ulfina argachuu hin barbaadu; taus, akka isin jaalala Waaqayyoo of keessaa hin
qabne akka gaariitti nan beeka.
Ani maqaa Abbaa kootiin Nani
dhufe; isin garuu na
#hin_simanne.Namni kan biraan maqaa ofii isaatiin yoo dhufe garuu isa ni simattu Isin walii keessaniif ulfina kan kennitan, ulfina isa #Waaqa_tokkicha biraa dhufu garuu kan hin barbaadne erga taatanii, akkamitti amanuu dandeessu ree?
โ“ธโœYohaannis 6:29_30
Iyyaassus(Kiristoos) โ€œHojiin Waaqayyoo, isin isa inni ergetti akka amantaniifi dhaโ€ jedhee isaaniif deebise. Yeroo kanatti isaan akkana jedhaniin: โ€œAkka nuti arginee si amannuuf,
#mallattoo maalii argisiifta? Hojii akkamii hojjetta?
โ“นโœYohaannis 8:18-19
#Ani waaee ofii #koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa. Isaanis, โ€œAbbaan kee eessa jira?โ€ jedhaniin Iyyaasuus(Kiristoos), โ€œIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanโ€ jedhee deebiseef
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
kutaawwan darban dubbisa
A.))โž› Kutaa _ 12 ffaa
B.))โž› Kutaa _ 15ffaa
C.))โž› kutaa _ 17 ffaa
D.))โž› Kutaa _ 25 ffaa
E.))โž› kutaa _ 26ffaa
F.))โž› kutaa _ 28ffaa
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
๐ŸŒบ๐ŸŒบ
Link waldaa kana kuno namni fedhii qabduu seenu dandaโ€™aโ“
๐ŸŒน
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ
๐ŸŒนkutaa-80-ffยชยช.๐ŸŒพ
     โ—‰โž›gaaffii fi deebi
     โ—‰โž›Muslimoota
     โ—‰โž›shakitota bira irraa dhufu.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ‘‰gaaffii isaanii
โ“ตโžชisaa kami sirriin jedhuu
ยซ
#Yihuudaan Kiristoos #dhungatee mooโ“hin dhungane ยป jedhuโ“

#A))โž›Akka ~#Yohaannis jedhuutti Yihuudaan Kiristoos dhungachuu fi dhisuu isaa
hin ibsuu
๐Ÿ‡Yohaannis 18:3๐Ÿ‘‡
#Yihudaan garee loltootaa, eegdota mana qulqullummaa warra dura buutota lubootaa fi Fariisota biraa ergaman fidee #dhufe; isaanis guca, ibsaa fi meeshaa waraanaa qabatanii turan.

#B))โž›Akka ~#Maatewoos barreessetti immoo yihudaan Kiristoos dhungatee jira.
๐Ÿ‡Maatewoos 26:47-50
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, kunoo,
#Yihudaan inni warra Kudha Lamaan keessaa tokko taสผe #ni_dhufe; namoonni hedduun dura buutota lubootaa fi maanguddoota sabaa biraa ergaman goraadee fi ulee qabatanii isaa wajjin dhufan. #Yeroo kanatti inni dabarsee isa kennu, โ€œInni #Ani_dhungadhu isa; isa qabaaโ€ jedhee #mallattoo isaaniif kennee ture.  Innis kallattiidhaan gara Iyyasus Kiristoos dhaqee,  #Rabbii, nagaan siif haa taสผu!โ€ jedhee
#isa_dhungate. Iyyaasus Kiristoos garuu, โ€œYaa michuu ko, #kaayyoo maaliitiif dhufte?โ€ jedheen. Yeroo kanatti namoonni sun gara isaa dhufanii qabanii isa #hidhan.

#C))โž›Akka ~#Maarqoos barreessetti Yihuudaan Kiristoos dhungatee jira.
๐Ÿ‡Maarqoos 14:43-45
Yeruma sana utuma inni kana dubbachaa jiruu,
#Yihudaan inni warra Kudha Lamaan keessaa tokko taสผe ni dhufe #namoonni hedduun dura buutota lubootaa, barsiisota seeraa fi maanguddoota biraa ergamanis goraadee fi ulee qabatanii isaa wajjin jiru turan.   Inni dabarsee isa kennus, โ€œInni ani dhungadhu isa dha; qabaatii, of eeggannoodhaan isa geessaaโ€ jedhee mallattoo isaaniif kennee ture. #Kallattiidhaan gara isaa dhufee itti dhihaatee, โ€œRabbii!โ€ jedhee #isa_dhungate

#D))โž›Akka ~#Luqaas barreessetti immoo yihudaan kiristoos โ dhunfachuuf itti siqee โž
๐Ÿ‡Luqaas 22:47-48
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, kunoo,
#namoonni hedduun ni dhufan #namichi #Yihudaa jedhamuu fi warra Kudha Lamaan keessaa tokko taสผe isaan dura buสผee dhufe; innis Iyyaasuus kiristoos #dhungachuuf gara isaatti #siqe. Kiristoos garuu, โ€œYaa Yihudaa, #Ilma_namaa dhungachuudhaan dabarsitee kennitaa?โ€ jedheen
================
๐Ÿ‡Deebi keenyaa hundi
isaanii iyyuu sirriidha
kani jedhuu.
๐Ÿ€ Fakkeenyaaf Yohaannis
#gonkumaa yihudaan Kiristoos hin dhunganne osoo jedhee jiratee yaanni musiliimota sirrii turee ," garuu Yohaannis akkasii hin jenne.
โฏ lakki yoo, jedhani immoo raga,nuuf fidaโ“
inni biraa wangellii maatewos namoota baay'ee jedhee dubbateera garuu Yohaannis hin dubbane.
โฏ loltootu gurri isaa irraa citee wangeeloonni sadan(3) maqaa isaa hin ibsine , garuu Yohaannis maqaa isaa ibsee jira.
๐ŸŒทWalumaagalatti Amala kitaaba Qulqulluu beekuun
#dirqama.keenyadha.

๐Ÿ’ Wangeeloonni arfan(4n) isaanii iyyuu jalqabaa yihudaan
#dhufee jedhani ibsanii jiruu
Mat 26:47 โฏ Mar 14:43
Luq 22:47  โฏ Yoh 18:3

โถโž›Yihuudaan ni dhufee
  =Yohaannis 18:3
โทโž›isaa booda dhungachuuf gara Kiristoos siqee
=Luqaas22:47
โธโž› Yihudaan Raabi nagaan siif Haataโ€™u jedheeni
  =Maatewos 26:49
โนโž›Yihuudaan ni dhungatee
    =Maatewos 26:49
โบโž›โ yeroo kana immoo Kiristoos yaa, michuu kiyyaa kaayyoo maalitti dhuftee  jedheen โ“
  =Maatewos 26:50)
โปโž› ilma nama dhungatee kennita jedheen โž
  =Luqaas 22:48
โผโž› Kiristoos gara fula durati bahe eenyu barbaduu jedheen lolotaani โ“
  =Yohaannis 18:4
โž‘โž›isaanii immoo Iyyaasus nama Naazreeti jedhani
  =Yohaannis 18:5
โž’โž›Inni Ana isaanii jedhee
   =Yohaannis 18:5
โž“โž›yeroo kana dubbati kufanii
   =Yohaannis 18:6
โžŠโžŠโž›yeroo lamaffaa eenyu barbaduu jedhanii
Yohaannis 18:7
โถโทโž›Iyyasus namaa Naazireeti jedhanii
=Yohaannis 18:7
โžŠโธโž›inni Ana jedheen turee bari jedheen
=Yohaannis 18:8
โžŠโนโž› isin Ana barbaduu yoo,  taee isaanii kana dhisa yaa, deemanii jedheeni
  =Yohaannis 18:8
โžŠโบโž› ....itti fufa...........
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒนBaga Gesaan.
#Fannoo jechun afani Ibrayisxitin (ืœึทืขึฒื‘ึนึ‘ืจ) Labori jedhama  Afani Girikitin immo ( #ฯƒฯ„ฮฑฯ…ฯแฟท) staurowsi) jedhama
โžŠ.Farfannaa 60:4
Akka isaan Futtisa  jalaa gara isaatti baqataniif,
ati warra si sodataniif #mallattoo kenniterta.
โž‹.1.Tasalonqe 4:8
#Namni_gorsa kana tuffatu Waaqa Afuura isaa Qulqulluu isinii kennu sana #tuffata malee nama hin tuffatu.
โžŒ.Isayaas 7:11
#Qilee akka malee gad fagoo keessatti yookaan #samii akka malee ol fagoo keessatti, Waaqayon Waaqa kee #mallattoo gafadhu.
โž.Qolasiyas 1:20
dhiiga isaa kan #fannoo irratti dhangalaสผe sanaanis nagaa buusuudhaan waan #lafa irra jiru yookan waan #samii keessa jiru hunda karaa isatiin ofitti ararseeraatii
โžŽ.Galatiya 6:14
#Fannoo Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan ittiin addunyan naaf fannifame, kan anis ittiin addunyaf fannifame sana male waan biratiin of jajun narraa haa fagatu
๐™›๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™š ๐™ฅ๐™๐™–๐™ฌ๐™ช๐™ก๐™ค๐™จ ๐™ข๐™–๐™ก๐™š ๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™จ ๐™๐™ž๐™ฃ ๐™Ÿ๐™š๐™ฃ๐™ฃ๐™š.
๐š–๐šž๐š”๐šŠ ๐š๐šŠ๐š—๐š—๐š˜๐š˜ ๐šœ๐šŠ๐š—๐šŠ๐š๐šž ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐šœ ๐š›๐šŽ๐šŽ ๐šŠ๐š–๐š–๐šŠโ“
๐š•๐šŠ๐š”๐š”๐š’ ๐š๐šŠ๐š—๐š—๐š˜ ๐š๐š’ ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐šœ ๐š๐š˜๐š”๐š”๐š˜ ๐š–๐š’๐š๐š’โŒ

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha