🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.58K subscribers
54 photos
2 videos
10 files
117 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹#Mana keenya isa
lafa irraa kan
ta'e
#dunkaanni kun
yoo
#diigame, bara
baraaf samii irratti
mana
#harkaan utuu
hin tain
#Waaqayyoon
#ijaarame akka qabnu
beekna

◈
#ድንኳን ዹሚሆነው
#ምድራዊ መኖሪያቜን ቢፈርስ
#በሰማይ ያለ በእጅ ያልተሠራ
ዹዘላለም
#ቀት ዹሚሆን
ኚእግዚአብሔር ዚተሠራ
#ሕንጻ እንዳለን እናውቃለንና
=2 Qorontoos 5:1
=2 ቆሮንቶስ 5:1
▬▬▬◈▬▬▬
=bara haaraa kabajuun
Ni beekamaa
=Namoonni tokko.tokko
✍Bara,gammachuu
✍bara jalala
✍bara milkaa’uu
=jedhanii
#afaan
qofaan dubbatu
◈bara gammachuu
Ta'u fi dhisuu isaa
Wanti beekamuu hin
Jiru....

◈Nuuti garuu warri Amanta
Dhugaa qabnuu jalqabaa
dura walii gorsuu qabna
Isaa booda, waqayyo
Keenyati dhiyaachuu
jalqaba yeroo deemnu
Bara jalala jechaa deemana
Maalif,"Waaqayyo jalalaa
Wani ta’ef, nuutis amma
Jalala dhuga Waani
qabnuuf ‌

✍waggoota hundumaa Haata’u namnii
Gammachisu ta’e Gada
Ta'e keessa darbuu
Dirqama yeroo kamiyyuu
Wanta nama irraa eeggamuu

◈ gaaruu Waaqayyo
Qorumsa hedduu
Kan ijaan mul'atanii fi hin
Mulane irraa nuu,Ege jira
#Galata Waaqayyo Haata’u

◈
#Waaqni keenya
#Yaada nuu,jajjabeessu
hedduu isaa nutti
Himme jira.Kanaaf
Jechi Waaqayyo
Bara baraan waani
Jiraatuf nutti immoo
Jechi isaa baraa bara
Wani eegnuuf nuttis
Bara barran jiran
Jechi isaas bara,baraan
Akka jiranuu nuu.
Tasisa

✍Luqaas 21:15
Ani
#dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan
hundi mormuu yookiin
#falmuu
hin dandeenye isiniif
nan kenna

🌻jecha kana dubbate
Kiristoos
✍dinna keessan jecha
Dinni nuu mormuu
Seexanaa fi namaa
Hojji xuraawaa hojjatu
Kuni immoo yeroo
Kamiyyu nuu
Mormuu ykn nuu
Falmu garuu
Oguuma fi beekumsa
Waaqayyo kan isaan
Ni mo'ana.

🌹ወደሚኞቻቜሁ ሁሉ
ሊቃወሙና ሊኚራኚሩ
ዚማይቜሉትን አፍና ጥበብ እሰጣቜኋለሁና
=ሉቃስ 21:15

✍Luq 21:33-36👇
#Samii fi lafti ni darbu
#dubbiin koo garuu
matumaa hin
darbu.

✍Haatau malee, akka
malee
#nyaachuu fi akka
malee
#dhuguudhaan
#yaaddoo_jireenyaatiinis
garaa keessanitti ba'aan
akka hin
#ulfaanne ofii keessaniif ofi eeggadhaa
kun tauu baannaan garuu

guyyaan sun akka
tasaa utuu isin hin
yaadin isinitti dhufa

✍jechuunis akka
#kiyyootti isinitti dhufa. Sababiin isaas, guyyaan kun #namoota
guutummaa lafaa irra jiraatan irratti ni dhufa

✍Kanaaf
#dammaqaa
eegaa, akkasumas
wantoota tauun
isaanii hin oolle kana
hunda
#jalaa
bauu fi
#Ilma namaa
dura dhaabachuu akka dandeessaniif yeroo
hunda
#kadhannaa
dhiheessaa.

◈Waaqayyo dursee
Wanta gochuu qabnuu
Nutti hime jira
Kanaafuu akkuma
Jedhame gochuun
Kayyoo keenya

✍
#ሰማይና ምድር ያልፋሉ
ቃሌ ግን አያልፍም

✍ነገር ግን
#ልባቜሁ በመጠጥ
ብዛትና በስካር ስለ ትዳርም
#በማሰብ እንዳይኚብድ
ያ ቀንም በድንገት እንዳይመጣባቜሁ ለራሳቜሁ ተጠንቀቁ

✍
#በምድር ሁሉ ላይ በሚቀመጡ
ሁሉ እንደ ወጥመድ ይደርስባ቞ዋልና

✍እንግዲህ ሊመጣ ካለው
#ኹዚህ ሁሉ ለማምለጥ
#በሰው ልጅም ፊት ለመቆም
እንድትቜሉ
#ስትጞልዩ
ሁል ጊዜ ትጉ
=ሉቃስ 21:33-34

✍Luq 12:47-48👇
garbichi fedhii gooftaa
isaa hubatee
#qophaaaa
hin taane yookiin wanta
inni isa
#gaafatu
hin hojjenne sia
#baayee_garafama.

✍
#Garbichi utuu hin #hubatin wanta isa #garafsiisu
hojjetu garuu
#muraasa garafama


✍Nama
#baayeen itti
kenname
#hunda irraa
baayeetu barbaadama
nama
#itti_gaafatamummaa
#hedduun kennameef irraas baayeetu barbaadama

🌻
#ዚጌታውንም ፈቃድ
አውቆ ያልተዘጋጀ እንደ ፈቃዱም
ያላደሚገ ያ ባሪያ
#እጅግ ይገሹፋል

✍
#ያላወቀ ግን መገሹፍ
ዚሚገባውንም ያደሚገ
#ጥቂት
ይገሹፋል

#ብዙም ኹተሰጠው ሰው ሁሉ
ኚእርሱ ብዙ
#ይፈለግበታል
#ብዙ_አደራም ኹተሰጠው
ኚእርሱ
#አብዝተው ይሹበታል
=ሉቃስ 12:47_48

◈ kanafuu obboloota
Koo,jabadha Waaqayyo
Isin fannaa Haata’u.
==//===//===
===========
Nagaan Tura
▬▬◈▬▬


✍yaada yoo qabtan👇
#Gutema123

◈karaa bira gara jalaa
@Leave_a_Comment
kan jedhuu xuqa bareessa
🌹🍀kuta.9ffªª 🍀🍀
👏Gaafi fi Deebi.
❖ ❌Musilimoonni❌
Yero hunduma guyya hunduma oddeessa olu''
➜jecha wangeela yohannis
Irra jiruu fudhani....
✍ Yoh 5:19👇
Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise: “Dhuguma dhuguman isiniin jedha
Ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo #hojjetu
arge qofamalee
#ofii isaatiin kakaee wanta
tokko illee hojjechuu
hin dandau
#Sababiin
isaas waanuma Abbaan
hojjetu hunda, Ilmis haaluma wal_fakkaatuun wantootuma sana hojjeta.
▬▬▬▬▬▬
(1)➜gaafin isani #ilmi
waanuma #Abbaan
isaa yeroo #hojjetu
arge qofamalee
#ofii isaatiin kakaee
wantatokko illee
hojjechuu hin dandau
Kanafuu kiristoos
Abbaa irra fudhe dubbata
Ofi isaa hooma hin beeku
Jedhani gaafi isaani
dhiyeesu❓
▬▬▬▬▬▬▬
🍀deebi keenya 🍀
Eeyyee dhuguma
Wanta Abbaan hojjatu
Ilmi hojjachu qaba.
➜akkasuma ilmi
➜wanta Abbaan hin hojjane
Kana hojjatu ilma ta'u hin
Danda'u...
➜➜➜➜➜➜➜
=deebi kitaba
Yoh 5:19
➢ kiristoos bakka kanati
Yaada lama kenne inni
#Tokkoffaa =Ilmi waanuma #Abbaan isaa yeroo
#hojjetu arge qofamalee
#ofii isaatiin kakaee wanta
tokko illee hojjechuu
hin dandau

=yaada #lamaffaa
kiristoos yero lamaffa akkasi jedhe #Sababiin isaas waanuma Abbaan
hojjetu hunda, Ilmis haaluma wal_fakkaatuun wantootuma sana hojjeta
➜ gaafin isaani kuni
Kiristoos Abbaa isa
Gadi tau ibsa jedhu
Garuu dhugaan jiru
Kiristoos Abbaa isaa
Wajiin wali qixee ta'u ibsa
➜ kiristoos Abbaa kan
Arge yoomi jalaqaba
Dura irratti ❓
Deebi isaa musilimootaf
Nan dhiyeessa❓🙏
➜ deebi keenya kitaba
Qulqulludha
✍Yoh 1:18👇
Yeroo kamitti
iyyuu namni Waaqayyoon arge hinjiru #ilma tokkicha isa waaqa taee fi
Abbaa bira jirutu
waa'ee Isaa nuuibse
➢ kanafuu kiristoos
Aduunya kan dura
Yeroo kamiyyu Abbaa
Isa bira jirachu ibsa
➢kanafuu hojjin Abba fi
Kiristoos tokko
➜ yoh 5:17✌
Kiristoos akkasi jedhe“ #Abbaankoo hanga ammaatti hojjechaa jira;
anis nan hojjedha” jedhee isaaniifdeebise.
➜➜➜➜➜➜➜➜
➜Raji_isayas 40:18
#Waaqayyoon eenyutti fakkeessitu❓#Fakkeenya attamiitii wajjinis
wali bira qabdu❓
➢kanafuu kiristoos ani
Akkuma Abban hojjatu nan
Hojjadha yoo, jedhe..
➢abbaa isaa wajjin wali
Qixa wani ta'efi male osoo
Wali qixa hin tanee
Dubbi raji isayasa kan
Soba godha mitti ree?
➢erga kan waqayyo fakkatu
Hin jiru tane kiristoos akkamitti wanta Abbaan
Hojjatu inni hojjachu
danda'a Ree❓
➢ kanafuu kiristoos
Waaqa wani ta'efi akkasi
Jedhe
▬▬▬▬▬
Lakki kiristoos
#Nama mariyaami irra
Dhalate jedhu musilimooni❓
🌹deebin keenya
=kuni soba guddadha
Nutti kanati hin fudhanu

✍ kanafuu kiristoos
Ilma mariyaami fi ilma
Waaqayyo jenne Amana
Male, ilma maariyami
Qofa jenne hin Amanuu
= kanafuu ilma
Mariyaami kan jennu
Fooni nama wani ishe irra
Fudhatef ilma mariyaami jenna (yoh 1:14)
➜ilma waaqayyo kan
Jennu immo waaqayyo
Wani ta'ef ("yoh 1:1)
❖ Amala lama irra, amala
Tokko jenna.
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Musilimooni yero
Odeessan wanta beekan
Itti fakkaata❌ garuu itti
Gowwumma isaani odeessu..
➢ser.keesa.deebi 32:1-7☘
Yaa samiiwwan, #gurra
keessan asi qabaa, ani
nan dubbadha,
#Laftis dubbii afaan kootii
haa, dhageessu.

#Barumsi koo akka
bokkaattini rooba;
Dubbiin koo akka
fixeensaatti ni coccopha
Akkuma rooba marga irratti
tiifuu Akkuma bokkaa hedduu #biqiltuu irratti roobuu tis.

Ani maqaa waaqayo nan labsa.Waaee guddina Waaqa keenyaa dubbadhaa

Inni Qarsaa dha, wanti inni
godhu mudaa hin qabu;
Daandiiwwan isaa hundi
#haqa qabeessa dha.
Inni Waaqa amanamaae matumaa haqa
hin jalisnedha

Inni qajeelaa fi sirrii dha.
Hammina kan raawwate
isaani.Isaan #ijoollee isaa miti, hirinni isaa kanuma isaanii ti.

Isaan dhaloota jalaa fi micciiramaa dha!

🌹isin yaa saba #gowwaa
fi ogummaa hin qabne
nana,waqayyo irratti akkana gochuu qabduu?
Abbaan keessan inni isin
uume,
Inni isin tolchee fi cimsee
isin dhaabe isa mitii?

Guyyoota durii yaadadhaa;
Baroota dhaloota darbaniis
qalbeeffadhaa.
#Abbaa kee gaafadhu, inni
sitti himuu dandaa;
#Jaarsolii kee gaafadhu, isaanis si beeksisu
❖❖❖❖❖❖❖❖
#ሰማያት ሆይ፥ አድምጡ፥ እኔም እናገራለሁፀ ምድርም ዹአፌን ቃሎቜ ትስማ።(ዘዳግም 32:1)

🌹Far 74:22-23
➢Yaa Waaqayyo kai,
dhimmaseeraa kee
irrattis #falmi.
inni #gowwaan guyyaa guutuu hammam akka si, #arrabsu yaadadhu.
✍ link kan xuqa seena👇
🌹@haadha_Waaqa_naJaladha
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃

#Ani saboota #hundumaa
nan
#sochoosa; wantoonni
gatii guddaa qabanis saboota hundumaa keessaa ni dhufu mana kanas ulfinaan nan guuta’ jedha
#Waaqayyo Gooftaan Raayyaa.
✍ Ibroota 12:25-26
#Iyyaasuus isa arsaa kakuu #haaraa tae, akkasumas #dhiiga facaafame isa karaa
#dhiiga Abeel irra aaluun dubbatuttil dhihaattaniittu.

#Isin isa #dubbachaa jiru
sana dhaggeeffachuu akka hin#didne of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa#Waaqayyo
biraa dhufe dubbatu
sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nutiisa
#samii irraa dubbatum sana irraa yoo garagalle akkamittiadaba jalaa
ooluu dandeenya❓

#Yeroo sanatti #sagaleen isaa#lafa_sochoose,amma garuu, “Al_tokko dabalee lafa #qofa utuuhin tain, samiis nan #sochoosa”jedhee #waadaa galeera.
Jechoonni “ali tokko dabalee” jedhan wantoonni hin sochooneakka itti fufaniif, wantoonni sochoan, jechuunis wantoonnitolfaman akka balleeffaman argisiisu. Kanaafuu,
#Mootummaa sochouu hin dandeenye fudhachuuf akka jirru waan beeknuuf, gaarummaa guddaa isa karaa fudhatama qabuun, sodaafi ulfina guddaadhaan #tajaajilaqulqulluu Waaqayyoof dhiheessuu itti dandeenyu fudhachuu

keenya itti haa fufnu. Sababiin isaas, Waaqni keenya
#ibidda gubee balleessu dha.

🌹 inni bira sababa lafti socho’aatefi Kiristoos Waani sodaateefi
✍Far 68:8
#Lafti ni kirkirte;
#Waaqayyoon kan kae
#samiin bokkaa roobse;
Siinaan kunis Waaqayyo isa
#Waaqa_Israael ta'een kan
kae ni
#kirkire.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹Gaafi 4ffaa
4=namoonni du'anis turan
Maalif awwaala keessa
bahani❓
=Deebi
◈Dubbin Kiristoos akka raawamatufi
✍Yohaannis 5:25
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #sa'aatiin warri #du'an
#sagalee #Ilma_Waaqayyoo ittidhagaan ni dhufa; saa'atiin sunis amma dha; #warri isa dhagaanis ni #jiraatu.

✍Yohaannis 5:28
Kana hin
#dinqisiifatinaa; sababiin isaas, sa'aatiin warri #awwaala keessa jiran #hundi #sagalee isaa itti
dhagaan ni dhufa;

✍➛inni bira Kiristoos
Waaqayyo ta'u isa ibsuuf
Kunis namoonni kuni erga
du'ani ture jira
#qaamni isaani Hundi #biyyee ta’e jira
Kanaafu amma biyyee irraa
Qaama isaani tolche du'a
isaan kaasee jira.(Ser.Uum 1:7)

➛Far 104:29
Yommuu
#fuula kee dhoksitu
ni jeeqamu.
#lubbuu isaanii
yoo fudhatte,
#du'anii_biyyootti deebiu.Yoomu fuula kee,itti qabde immo lubbuu ni argatu
Atis irra lafaa ni haaressita.
▬▬▬▬▬
🌹Gaafi 5 ffaa
5=erga awwaala keessa
bahanii eessaa jirtan❓
Isaa booda du'an moo
hin dunne❓
=deebi
Erga
#awwaala keessa bahanii
Gara
#IYarusalemi deemani
Isaa booda wa'ee
#Kiristoos
Dubbacha turanii'
✍mat 27:53
#Kiristoos erga #du'aa kaee booda, #namoonni awwaala gidduudhaa ba'an
gara
#magaalaa qulqulluutti ni seenan; #namoonni #hedduunis
isaan
#argan.
◈jechi
#namoota heddunis isaan argan jedhu = #addunyaa kana irratti namoota baay'e #barisiisu isaanii ibsa
ማ቎ዎስ 27:53
#ኚትንሣኀውም በኋላ ኚመቃብሮቜ ወጥተው ወደ ቅድስት ኹተማ #ገቡና #ለብዙዎቜ_ታዩ.

🍃
#Baayina namoota kan meeqaYero jennuu immoo
500-600 jidduu ni ta'u
✍ 1Qor 15:6
Achiis ali tokkotti obboloota #500 caalanitti mulate;
#isaan keessaa tokko
tokko
#du'aniiru; #hedduun isaanii #garuu amma iyyuu
nuu
#wajjin jiru.
➛kanafuu namoonni kunis
Kuni isaanii akkauma
#Alaazaari, du'ani jiruu yookiin
Akkuma
#Muse, akkuma #Abrahaami,du'ani jiruu
Kuni isaani immoo akkuma
#Henok, Eliyaas,gara samii fudhatamni jiruu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✍ Link kan xuqaa seena👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===//====//====
🅟 Deebi guutuu sagaleen
Kan jiruu sana ilaala 🅟
🍃🍃🍃🍃🍂🍂🍂🍂🍂
✍ ser.Uum 3:15
Anis sii fi dubartittii gidduutti,
#sanyii keef fi
#sanyii ishii gidduuttis diinummaanh akka jiraatu
nan godha.
Inni
#mataa kee ni buruqsa,
ati immoo koomee isaa ni madeessita.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Mul’ata 12:9
Kanaaf jawwee guddaan
sun, jechuunis
#bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi #Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadi darbatame; inni gara lafaatti gadidarbatame; maleekonni isaas isaa wajjin gadi darbataman
▬▬▬▬▬
Mul’ata 20:1-2
Anis maleekaan furtuu qilee
qabuu fi funcaa guddaa harka
isaatti qabate tokko yommuu samii keessaa gad buu nan arge. Innis jawwee sana qabee waggaa 1,000 hidhe; jawween kun isa Diyaabilosii fi
Seexana tae, jechuunis bofa isa jalqabaa ti.

2 Pheexiroos 2:4
Dhugaa dha, Waaqayyo maleekota warra
#cubbuu hojjetan adabuu
irraa duubatti hin jenne; kanaa mannaa Inxoroxoos keessatti isaan darbatee, dukkana cimaa keessatti funcaadhaan isaan hidhee murtiidhaaf
isaan kaaeera.
▬▬▬▬▬▬▬▬
Maatewoos 12:25-26
Iyyaasuus yaada isaanii kana beekee akkana isaaniin jedhe: “
#Mootummaan wali qoqqoodu hundinuu ni bada; magaalaan yookiin manni wali qoqqoodu hundinuus jabaatee hin dhaabatu.
Haaluma wal fakkaatuun,
#Seexanni Seexana
kan baasu yoo tae, wal qoqqoodeera jechuu dha; maarree mootummaan isaa akkamitti jabaatee
dhaabachuu dandaa❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Maarqoos 5:9-13
#Iyyaasuus maqaa kee eenyu?” jedhee isa gaafate. Innis, “Nuti #baayee waan taaneef
maqaan koo ‘
#Leegewooni’” jedhee deebiseef.
Namichis Iyyaasuus
#hafuurota sana biyya sana keessaa akka hin ariine irra deddeebiee kadhate.

Yeroo kanatti booyyee hedduun hoomaan tokko gaara tokko
irra ni dheedu turan. Hafuuronni xuraaoon sunis, “Gara hoomaa
#booyyee sanaatti akka gallu isaanitti nu ergi” jedhanii isa kadhatan.

Innis isaaniif heyyame. Hafuuronni xuraaoon kunis baanii booyyota sanatti galan; booyyonni gara #2,000 taanis qarqara hallayyaa irraa
didichanii galaanicha keessa lixanii liqimfaman.
▬▬▬▬▬▬▬▬
1 Qorontoos 8:5
“
#waaqayyolii” hedduunii fi “ #gooftolii” hedduun jiru;
taus,
#samii irrattis tae #lafa irratti #waaqayyolii kan jedhaman yoo jiraatan
iyyuu
1 ቆሮንቶስ 8:5
#መቌም_ብዙ_አማልክትና ብዙ #ጌቶቜ አሉፀ ነገር ግን #በሰማይ ሆነ #በምድርም ሆነ አማልክት ዚተባሉ ምንም ቢኖሩ
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Efesoon 6:12
#qabsoon keenya
#dhiigaa fi foonii wajjin miti; kanaa mannaa
mootummoota, abbootii taayitaa, bulchitoota addunyaa isa dukkanaaaa kanaa fi
#humnoota hafuurota #hamoo iddoo #samii keessa jiranii
wajjini dha.
▬▬▬▬▬▬
1 ximotewos 1:20
#Hemenewoosii fi Iskindiris
jara kana keessa jiru; isaan
#adaba irraa #baratanii #Waaqayyoon arrabsuu
irraa akka of qusataniif ani
#Seexanatti dabarsee isaan kenneera
▬▬▬▬▬▬▬
Maatewoos 25:41
#mootichi warra karaa
bitaa isaa jiraniin akkana jedha: ‘Isin abaaramoo nana
gara ibidda bara
baraa isa Seexanaa (
#Diyaabilosii) fi maleekota
isaatiif qophaaetti ana irraa deemaa.
➛Qol 2:14-15
Seericha isa harkaan barreeffame, isa ajajawwan qabatee fi nu, mormu sana nuu
haqe. Fanno irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa
irraa nuu kaase. Fanno
sanaanis
#mootummootaa fi #abbootii taayitaa boojiee qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee
uummatatti isaan mulise
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛link kan fayyadama👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====//======
🌹🍀kutaa_17ffªª🍀🍀🌺📍Gaaffi fi Deebi📍
◈Musiliimoota
--------------------------------
✍Yohaannis 7:16
Iyyaasuus akkana jedhee isaaniif deebise:
Wanti ani
#barsiisu
kan isa na erge sanaa ti
malee kan koo miti.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
◈ Gaaffiin isaanii
Kiristoos Barumsa
isaa mitii ,kani Abbaatii
Osoo kani isaa ta’e kiyya
Jechuu qaba turee ....❓
▬▬▬▬▬▬▬
=Deebi keenya
✍ lakki kanuma isati
👉Ragaa kitaaba
Qulqulluu

1=✍Matewoos 7:24
Namni
#dubbii_koo
kana dhagaee hojii irra oolchu,nama hubataa mana isaa
#qarsaa
irratti ijaarrate fakkaata.
_📍dubbii kiyya jedhe jira
Kanafuu ,kan Abbaa hin jennee ,
◈ mana kani jedhamee
#Qaama_namatii malee
Mana muka ykn,sibiilaan
Ijaaranii miti.
=1Qorontos 3:16_17
#Isin_mataan keessan #mana_Qulqullummaa Waaqayyoo akka taatanii fi
Afuurri Waaqayyoo akka
isin keessa jiraatu hin beektanii❓

Namni kam iyyuu mana Qulqullummaa Waaqayyoo yoo diige, Waaqayyo isa ni diiga; sababiin isaas
manni qulqullummaa Waaqayyoo
Qulqulluu dha, manni qulqullummaa
sunis isini.
◈
#Qarsaa kan jedhamee
Kiristoos

1Qorontos 3:11
bu'uura isa kaaame,
jechuunis Iyyaasuus Kiristoosiin alatti namni kam iyyuu bu'uura kan biraa kaa'uu hin dandau.

Efesoon 2:20
#bu'uura Ergamootaa fi Raajotaa irratti ijaaramtaniittu;
#dhagaan golee inni bu'uura tae immoo
Kiristoos Iyyaasusi dha.
====
2=✍ Yohaannis 16:15
Wanti
#Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan koo ta'e irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
🌹kanafuu dubbii Abbaa,hundii kan Kiristoos
Dubbi Kiristoos hundi,kan abbaatti,
----------------------------
"garuu Kiristoos osoo
Dubbii kuni kani isaa
Ta’e jiruu ,kan Abbaati
Jechuun ,isaa yihudoonni
Kiristoos Waaqayyo ta'u
Isaa wanii hin beekneef

◈ kanafuu jalqabaa Waaqayyo Abbaa
,yoo beekan ,akkuma salphaatti
Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa beekuu jechudha

●yoomi iyyuu yoo,ta’e
Abbaa beekanii jechuun
Kiristoos beekan jechudha

1Yohaannis 2:23
Ilma(Kiristoos) kan
ganu hundi Abbaas
immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu #hundi garuu #Abbaas qaba.
=1 ዮሐንስ 2:23
#ወልድን ዚሚክድ ሁሉ አብ እንኳ ዚለውምፀ በወልድ ዚሚታመን አብ ደግሞ #አለው
✍ Yohaannis 8:19
Isaanis, “
#Abbaan kee eessa jira❓”
jedhaniin.
#Iyyaasuus, “Isin #Anas ta'e #Abbaa koo hin #beektan.
👉
#Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos nibeektu turtan” jedhee deebiseef.
🌹Kiristoos beekuu
Jechuun Abbaa beekuu
Jechudha.

✍2Yohaannis 1:9
#Namni_barumsa Kiristoos irra darbee deemuu fi isatti hin jiraanne hundi #Waaqayyoon hin qabu.

👉
#Namni barumsa
kanaan jiraatu,
#inni Abbaa fi #Ilma qaba

2 ዮሐንስ 1:9
#ለሚወጣ ሁሉ በክርስቶስም #ትምህርት ለማይኖር ሰው አምላክ ዹለውም

👉
#በክርስቶስ ትምህርት ለሚኖር #አብና_ወልድ አሉት
●●●●●●●●●●●●
"kanafuu dubbii Kiristoos
Hundi kan abbaatti
"dubbii Abbaa hundii
Kan Kiristoos yeroo
Jennuu Kanumaa ibsaa
=================
📍ragaa dabalataa
Dubbisuu yoo,
Barbaadanii
✍Kutaa_12ffaa
✍Kutaa_15ffaa
Dubbisa
----------------------------
🌹link kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=====
🅱➡ kutaa_41ffªª‵
Gaafii fi Deebi
⏞ Muslimoota

⏺ Yohaannis 11:22

#Maartaan Kiristoos akka dhufaa jiru yommuu dhageessu isa simachuuf gara isaa dhaqxe; Maariyaami garuu manuma keessa taaaa turte.
Achiis Maartaan Kiristoosin akkana jette: “Yaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa
#obboleessi koo hin duu ture.

⏯ Haatau malee, amma iyyuu ati wanta barbaadde
#Waaqayyoon yoo #kadhate((gaafatte))
Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.”
▬▬▬▬▬▬▬▬
➞Gaaffii isaanii Kiristoos humna isanii hooma gochuu hin danda'u Waaqayyoo kadhatee rawwata malee jedhuu ❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➞Deebi keenya'.
Lakkii Jechi kadhatee jedhuu Kiristoos Aangoo dhabuu isaa hin ibsu kan jedhuu ta'a

Ragaa kitaaba
⓵=Matewoos 28:18
Yeroo kanatti Kiristoos isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “
#Samii irrattis
tae
#lafa irratti #Aangoon hundi anaaf kennameera.
⏯ kanafuu erga samii fi lafa irratti Aangoo kennameefi maalif kadhachuu barbaachise jennee gaaffii yoo,isaan gafane deebii hin qabanii ..🚌

♚ Aangoo samii fi lafaa kani kennef Waaqayyo kan jedhan yoo,ta’e immoo.
=jedhii nafi kennamee jedhuu immoo hiika kan qaba.

⓶=Yohaannis 16:15
Wanti
#Abbaan qabu hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
▬akka ibsa kitaaba iddoo tokko tokkootti Abbaa jechuun Waaqayyo jechudha jedha.
▶Yoh 8:54
Kiristoos deebisee akkana jedhe: “Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin
qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha

⏩ gara deebii kallattiin yoo, deebinu =((Yoh 11:22))
➞Maartaan caaliste dubbate maalee wanti ishiin beektu hoomtuu hin jiruu.

▶ fakkeenya Kiristoos Alaazaar osoo hin duni dura
#namoota murasa du'a kasee jira ((yeroo sana namoonni suni kiristoosin Waaqayyo kadhadhu du'u nuuf kasi hin jennee turee.

➡ Maartaan garuu amma Waaqayyo yoo,
#kadhatee jeete yaada ishii ibsu jalqabde.

🟰Kiristoos immoo osoo akka yaada ishe ta’e Eeyyee dhugaa jette ,Waaqayyo .nan kadhadhaa jechuu qaba. turee

🔺Kiristoos Maartaan akka
#dogoggorate argee akkasii jedhee Deebi ishii dhaf kenne ⬇

⓷=Yohaannis 11:23-27
Kiristoos deebisee akkasii jedhe, “
#Obboleessi kee
ni kaa” ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, “Guyyaa dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beeka” jetteen.
Kiristoos akkana ishiidhaan jedhe: “
#Duaa kauu fi #jireenyi
ana.
#Namni anatti amanu yoo #due illee deebiee ni jiraata; #lubbuudhaan kan jiruu fi anatti kan amanu #hundis matumaa hin duu. Kana ni amantaa ree❓
ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma
Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan
#amana” jetteen
➞kanafuu deebii sirrii itti himme Kiristoos Anu du'a isa nan kaasa. Jedhee malee
#Waaqayyo_kadhadhee kasa hin jennee 🛅
▬▬▬▬▬▬▬▬
⓾=Mul’ata Yoh.1:18
Ani
#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara #baraatti nan jiraadha,
ani
#furtuuwwan duaa fi Awwaalaa qaba.
🅰 erga furtuu du'aa fi Awwaala qabatee Kiristoos maalif kadhachuu barbaachise .jenne gaaffii yoo,gaafane maali jedhuu ....🚯deebii hin qabin.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
↪ link kanaa xuqa miseensa ta'u yoo,barbade..➕➕
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
‎‎‎‎‎‎‎‎‎‎
➡🌺 kutaa_46 ffaa.🌺⬇
       
🌺Gaaffii fi Deebii
Muslimaa.🐊🐊
✍Yohaannis 11:40👇
Iyyaasus(Kiristoos) “Yoo amante
#ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin #turree?” jedheen*
ኢዚሱስፊ ብታምኚስ
#ዚእግዚአብሔርን ክብር እንድታዪ #አልነገርሁሜምን? አላት።
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➧Gaaffii isaani
1=Alaazaari ulfina Waaqayyottin du'a kase malee ,ulfina Kiristoos mitii jedhu....❓
▬▬▬▬▬▬▬
➧Deebi_keenya

Lakkii ulfina Kiristoos, Sababiin isaa iddoo kana irraa Kiristoos ofuma isaa Waaqayyo jedhe ofii wamee.
Raaga keenya.
➡ Yohaannis 11:40 irraa kan jiruu waliin dubbii Kiristoos fi maarata turee,Haata’u malee Kiristoos maaratadhan akkasii jedhee turee “Yoo amante
#ulfina_Waaqayyoo akka argitu sitti #himee hin #turree?” jedheen*
👉 jecha
#sitti_Himee hin turree jedhu ilaala, ▮Kanaafuu iddoo kana irratti Gaafii
1=Kiristoos yoomii itti himee❓
2=Kiristoos maali jedhee itti himee...❓
▬▬▬▬▬
➧Deebi isaa
Kiristoos kani itti
#dubbate kanaa dura wa'ee #isaa qofa isheetti himee malee ,wa'ee Abbaa Gonkumaa itti hin dubbane kunoo Kiristoos kana dura kani dubbatee 👇

⓵=‎Yohaannis 11:21-27
#Maartaan Kiristoosiin akkana jette: “Yaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa obboleessi koo hin duu ture. Haatau malee,
#amma iyyuu ati wanta barbaadde #Waaqayyoon yoo gaafatte, Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.” jettee
Kiristoos “Obboleessi kee
ni ka'a” ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, “Guyyaa #dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beeka” jetteen
Iyyaasuusi (kifistoos) akkana ishiidhaan jedhe: “Duaa kauu fi jireenyi Ana. Namni anatti amanu yoo due illee deebiee ni jiraata;
#lubbuudhaan kan jiruu fi Anatti kan amanu hundis matumaa hin du'u. Kana ni amantaa ree?”,Ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amana” jetteen
🥀kanafuu akka dubbisaa kanatti Kiristoos wa'ee isaa qofa itti himee jira.

🍀kanaa  booda immoo kan dubbisaa

⓶=Yohaannis 11:39_40
Iyyaasuus(Kiristoos)
“Dhagicha irraa kaasaa” jedhe.
#Maartaan obboleettiin namicha due sanaa #Iyyaasusin(Kiristoosin)“Yaa Gooftaa, amma guyyaa afuri waan taeef yoona
foolii godhateera” jette. Iyyaasuus(Kiristoos)“Yoo
#amante_ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti
#himee hin turree?”jedheen.
🌷Kiristoos kana duraa waee eenyu itti hime ree.Yoh 11:21-27) irraa kan jiruu itti himee ,iddoo sana immoo kana jiru wa'ee Kiristoos qofa.

🌺 Kiristoos immoo ulfina Waaqayyo kana dura sitti himme turee kan jedhee, ofuma isaa Waaqayyo jedhe itti himme.
Kitaaba Qulqulluu keessatti Kiristoos qaama biraa fakkeessee wa'ee isaa dubbachuu Amala isaatti
⓷=Matewoos.13:3
“
#Namni sanyii facaasu #tokko sanyii facaasuu dhaqe
☘iddoo kana irratti Kiristoos ofuma isa namichi suni isa ta’e
Osoo jiruu ,Qaama biraa fakkeessee namichi sanyii facaasuu
#tokko jedhee dubbatee.
🌹namichi sanyii facaasuu sunii isaa matumaa isaa ta'u immoo yeroo ibsu akkana jedhee
⓾=Maatewos 13:37
Innis (kiristoos) deebisee akkana jedhe: “
#Namni_sanyii gaarii facaase sun #Ilma_namaati

🌺Haaluma kan jalqabaa Yoh 11:21-27 irraa jiruu ofi ibse, booda immoo ulfina Waaqayyo jedhe ofi waamee (Yoh 11:40)irratti
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▮ 0924777763
▮ 🌺🌺🌺🌺
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
link waldaa keenyaa
👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
➩🌺 kutaa _ 59 ffªª 🔳
▲▲▲▲▲▲▲▲▲▲▲
📍 Gaaffii fi Deebi
📍Musiliimota
✍ Yohaannis 14:9
Iyyaasuus(Kiristoos) akkana jedheen: “Yaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na
hin beeknee?
#Namni Ana arge hundi #Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, ‘Abbaa nutti argisiisi’ jetta?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1= gonkumaa siila Namni Abbaa Argee hin jiruu , Kiristoos immoo akkamitti Namni Ana Arge Abbaa arge jedha
jedhuun ..❓
⏯ Ragan isanii immoo kuno👇
1=sera.Bau 33:20
#Namni fuula koo #arge jiraachuu waan hin dandeenyeef, ati fuula koo arguu hin dandeessu
2= 1ximotewos 1:17
Mootii bara baraa isa hin duune, isa
#ijaan hin argamne, Waaqayyo tokkicha sanaaf baruma baraan #ulfinnii fi #guddinni haa ta'u! Ameen
3= 1ximotewos 6:16
Waaqayyo duwwaatu hin du'u, inni
#ifa_homtinuu itti dhi'aachuu hin dandeenye keessa in jiraata; namni takkaa isa #hin_argine, isa arguus hin danda'u. Isaaf #ulfinnii fi #Aangoon bara baraa haata'u! Ameen
4=1Yohaannis 4:12
Yoom iyyuu taanaan namni
#Waaqayyoon_argee beeku hin jiru. Wali #jaallachuu keenya yoo itti fufne, Waaqayyo nu keessa ni jiraata, jaalalli isaas nu keessatti guutuu taa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Deebi keenyaa
🔳
#Namni Waaqayyo Arge jira kan jedhu ta'a
🔳
#Ergamoonni Waaqayyo isa arganii jiruu.
    🌺 Namni Waaqayyo arge
         jirachuu isaa kunoo raga
         Keenyaa kitaaba Qulqul
⓵👉sera Uumama 32:30
#Yaaqoobi , “Ani #Waaqayyoon #fuulleetti nan #arge, garuu lubbuun koo ooleera” jedhe; kanaaf maqaa iddoo sanaa “Pheeni'el” jedhee moggaase*; [“Pheeni'el” jechuun, “Fuula Waaqayyoo” jechuu dha]
⓶👉Seera. Uumama 18:1
Abrahaam yeroo saafaa balbala dunkaana isaa dura taa'ee utuu jiruu,
#Waaqayyo qilxuu Mamree biraa isatti in #mul'ate
⓷👉Sera.Bau 24:10-11
isaan
#Waaqayyo isa kan Israa'el in argan; miilla isaa jala wanta akka dhagaa Safiiros, isa qullaa'aa akka bantii waaqaatu ture*. Inni harka isaa gurguddoota saba Israa'el kanatti hin buufne; isaan Waaqayyoon in #argan, achitti walii wajjin in nyaatan, in dhuganis
ⓞ👉1 motoota 22:19
Yommus Miikiyaas, “Waaqayyo teessoo isaa irra utuu taa'uu, macci waaqa irraas hundinuu gara mirgaa isaa fi gara bitaa isaa utuu dhaabatanii
#nan_arge; kanaafis wanta Waaqayyo dubbatu dhaga'i
⓹👉iyyoobi 19:26_27
Gogaan dhagna kootii ana irraa qunca'ee, foonis dhagna koo irra hin jiru yoo ta'e iyyuu, ani
Waaqayyoon arguuf jira. Ani ofii kootii #isa_nan_arga; anumatu ija kootiin isa arga malee, kan biraa miti; ani garuu isa yaaduu irraa kan ka'e nan gaggabe

⓺👉Raajii isayaas 6:3
Yommus ani, “Wayyoo kaa! Ani nama arrabni isaa xuraa'e, namoota arrabni isaanii xuraa'e gidduus kanan jiraadhu waanan ta'eef
#iji koos Waaqayyoon mootii maccaa waan #argeef nan bade!” jedhee nan iyye
⓻👉Mul’ata Yohaannis 22:3_4
Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa teessoon
#Waaqayyoo fi teessoon #Hoolichaa magaalattii keessa taa, garboonni Waaqayyoos tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan
#fuula isaa ni argu; maqaan isaas adda isaanii irratti ni barreeffama
   🌺 Ergamoonni immoo
       Waaqayyo arguu isanii
Ⓦ👉Maatewos 18:10
Dhuguman isiniin jedha, maleekonni(Ergamoonni) isaanii warri samii keessa jiran yeroo hunda fuula
#Abbaa koo isa samii waan #ilaalaniif, warra xixinnoo kana keessaa isa tokko akka hin tuffanne of eeggadhaa.
ⓜ👉Luqaas 1:19
Maleekaan sunis deebisee akkanaan jedheen: “Ani Gabrieel isa
#fuula_Waaqayyoo dura dhaabatu dha; akka ani si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuuf ergameera.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹 Kitaabni iddoo tokko irratti Waaqayyo hoomtuu hin argine jedha , iddoo tokko tokko irratti namni fi ergamoonni argaman jecha , kuni walii hin fakkaatu.
Dogoggora kitaaba moo mitii❓
      🔳 Deebi keenya
✍ Lakki gonkumaa dogoggora mitii jennaa., Kanaaf akkamitti
Yoo, jette immoo............❓❓
➩ iddoo Waaqayyo hoomtuu hin arginee jedhuu irraa jechoota inni fayyadame qofa ilaala.👇👇👇
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺 itti fufi dubbisi 🌺
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉link kana xuqi
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞
🅟 kutaa-71-ffªª .🌺
     ðŸŒ»âž›Gaaffii fi Deebi
     ðŸŒ»âž›Musiliimota
✍Yohaannis 15:10
Akkuma
#Ani_ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.
▬▬▬▬▬▬▬
➩gaaffii isaanii.
1=Kiristoos Waaqayyo mitii inni ajajaa Waaqa eegga malee jedhu❓
▬▬▬▬▬▬
📍deebii isaa :
Jalqabaa Kiristoos Waaqayyo dha, ajajaa kani basuu Abbaa qofaa mitii ,Kiristoos illee ajaja ni baasa. Sababiin isaa Kiristoos akkasi wani jedheefi
« akkuma Abbaan hojjatu ilmi irree Haaluma walifakkaatan ni hojjata jedhee.
✅Fakkeenyaaf*
Ajajaa gosa tokko yoo,ta’e.
Kiristoos illee kani biraa hin fidu tokkummaa malee. Yoo,Lakki ajaja gargaara jedhete immoo dubbii Kiristoos faalleessaa deemta jechuudha, ❝ sababin isa Haaluma wali fakkataan hojjadha jedhee malee ,kani biratti(gosa birati) hin jennee  inni❞❌
⓵👉Yohaannis 5:19
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee isaaniif deebise: “Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#Ilmi waanuma Abbaan isaa #yeroo hojjetu arge qofa malee, ofii isaatiin kakaÊŒee wanta tokko illee hojjechuu hin dandaÊŒu. Sababiin isaas waanuma #Abbaan hojjetu hunda, Ilmis haaluma
#wal_fakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
📍kanafuu Kiristoos jalqabumaa ajaja Abbaa wajjiin basa malee kophaa isaa mitii.
⓶👉Yohaannis 8:16.
Abbaan inni na erge
#Anaa wajjin waan jiruu fi #Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
➩ erga Kiristoos ajaja basee immoo ajaja sana eeggu qaba.

♈ Jechi Ani akkuma ajajaa Abbaa
#eeggu jedhuu"
immoo Kiristoos nuufi
#fakkeenya ta'uf gadi ofi qabe hiyyeessaa ta’e. Akkasii jedhe.malee Wanta birafi miti.

⓷👉2.Qorontos 8:9
#Sababiin isaas, isin #gaarummaa #Gooftaa keenya Iyyaasus Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taÊŒus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa taÊŒe.

🅱 inni bira immoo Ani jalala abbaa keessa, isin immoo jalala koo,keessa jiradha yero jedhuu immoo
*Fakkeenyaaf.
Yoo,Kiristoos jalate ,abbaa jalate jechudha Haaluma wali fakkaata yoo Kiristoos jibbitee Abbaa jibbitee jechudha.
➩qabxiiwwan nuuti hubbaannu jalali abbaa kana biraa ta’e ,jalali Kiristoos nuu,jalate  gosa kani biratti jechuu miti ❌.
ⓞ👉Yohaannis 15:23
Namni na jibbu hundi Abbaa koos ni jibba.

🅰 Kiristoos Abboommii yookiin ajjaja koo, eegga jedhe jira.
⓹👉Yohaannis 14:15.
 â€œIsin yoo na
#jaallattan #ajajawwan_koo(Abboommii koo) ni eegdu.
⚛ ergaa akkasii ta’e immoo Kiristoos Waaqayyo jechudha. Yohaannis akkasi jedhee.jira Waaqayyo jalachu jechuun ajaja isaa yookiin abboomi isaa eeggudha jedhee.
⓺👉1 Yohaannis 5:3.
#Waaqayyoon jaallachuu jechuun #ajajawwan isaa #eeguu dha; ajajawwan isaa immoo baÊŒaa ulfaatoo miti;
▬▬▬▬▬▬▬▬
waldaa keenyaa hordofuu
Yoo,barbada kan xuqi👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🅟 kutaa-78-ffaa.🌺
     ➛gaafi fi deebi
     ➛Musiliimaa
     ➛pheenxee
✍ Yohaannis 17:15
“Ani isa
#hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin #kadhadhu.
▣▣▣▣▣▣▣▣
gaaffii isaanii
1➛warrii Musiliimaa Kiristoos Waaqayyo miti ni kadhaata jedhuu
2➛warri pheenxee immoo Kiristoos nuuf kadhata jedhuu.
===============
👉deebi keenyaa.
Lamaan isaanii iyyuu dogoggoraani jiruu kani jedhuu ta'a.
📍Sababiin duukaa buoonni hundinuu Waaqayyo kadhatan malee ,Kiristoos nuuf kadhata jedhanii calisani hin beekanii , yeroo wanta ❝hamma❞ irraa gahee ni kadhatuu turee.

❶➛Hoji duuka buota 4:24
Isaan yommuu kana dhagaÊŒan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii
#Waaqayyoon_kadhatan: “Yaa Gooftaa Oli Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta.
⚛ Kanaafuu iddoo kanatti wanti hama yeroo isaanii irraa gahee Waaqayyo kadhatanii jiruu ,malee Kiristoos nuuf kadhata jedhanii hin dhifnee.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
✍ gara maata duraa keenyaa yeroo deebinnuu immoo wanta hamma irraa kani nama dhorkuu Abba qofa moo❓Kiristoos hoo ni dhorkaa laata ❓,deebii isaa Eeyyee ni dhorkaa.

❷➛1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna;
#inni Waaqayyo irraa #dhalate #sun_isa_eega, inni #hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaÊŒu.
▣➛iddoo kanatti Waaqayyo irraa kani dhaltee inni jedhu Abbaa irraa kani dhalee Kiristoos

❾➛2,Tasaloonqee 3:3
#Gooftaan amanamaa dha; inni #isin_cimsa, isa #hamaa sana irraas isin eega.
👉iddoo kanati Gooftaa kani jedhamee Kiristoos
📍kanafuu wanta hamma irraa kani nama eeggu
#Abbaa fi #ilma jechudha.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
Erga maatan isaa iyyuu wanta hamma irra nuu, eega ta’e Kiristoos maalif isiniif nan kadha jedhee ree.❓
1➪Duubi raajicha raawachuuf kana jedhee.
❹➛Isaayaas 53:12
Kanaan kan kaÊŒes, namoota hedduu gidduutti gaÊŒee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duÊŒaatti illee dabarsee kenneera, Yakkamtootaa wajjinis lakkaaÊŒameera; Cubbuu namoota hedduu ni baate,
#Yakkamtootaafis ni #kadhate.
2➪ Abbaaf ulfina kennuuf.kuni immoo inni gadi ofii qabuu Kiristoos guutummaatti mulisa.
❺➛Yohaannis 8:49
Iyyasus Kiristoos deebisee akkana jedhe: “
#Ani Abbaa kootiifan #ulfina kenna malee, jinniin na keessa hin jiru; isin immoo na salphistu.
❻➛Yohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree
#lafa irratti #ulfina siif kenneera.  Kanaafuu, yaa #Abbaa, #ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina #anaaf kenni.
3➪nuuf fakkeenya ta'uf
❌➛Filiphisiiyus 2:5
#Ilaalcha Kiristoos Iyyasus qabu kana qabaadhaa
➑➛Yohaannis 13:15
➪Akkuma
#Ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani #fakkeenya isiniif taÊŒeera.
🌺 inni biraa immoo waee kadhannaa iddoo kana irratti.
Ni ibsaa sababa isaa wajjin.
➒➛Yohaannis 17:20-21
 â€œAni warra kanaaf
#qofa utuu hin taÊŒin, warra dubbii isaanii dhagaÊŒanii #anatti amananiifis nan #kadhadha;
Isaanis
#tokko haata'aniif, yaa abbaa, akka ati ana keessa jirtu anis si keessa akkan jiru, isaanis nu keessa haa jiraataniif, biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf #kadhachuu koo ti
✍ warra Anati Amanani hundaaf nan kadhadha jechuu isaatti. Kunis Yohaannis 17:15 wajjiin tokko , Haata’u malee kadhadha inni jedhamee iddoo kanatti iddoo
#ani jirachuu akka jirataniif. (Yoh 17:20-25) dubbisi
➓➛Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa #iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taÊŒuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🅰 Kutaa ~76~Dubbisaa👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/676
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-101-ffaa👇
➻Gaafi fi Deebi Muslimoota
✍Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taÊŒee fi Abbaa bira jirutu waaÊŒee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu ❓
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaÊŒamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaÊŒu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taÊŒu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
▬▬▬
👋 Deebi keenya👇
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
➻Abrahaam
➻Isayaas
➻Iyyoobi
➻Yohaannis
➊➻Abrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaÊŒee jiruu #Waaqayyo isatti #mulÊŒate.
➋➻Isaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duÊŒe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaÊŒee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
▬▬▬▬▬
👉Amma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf « jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa ta’e dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a » .
✍ Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti 👇
➊➻Raajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taÊŒe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaÊŒee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taÊŒee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;

➻❀Nama kani fakkatu inni Tessoo irraa ta’e #Kiristoos
➋➻Raajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaÊŒamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaÊŒe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaÊŒaa jiru turan.
➻❀uffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
➌➻Maatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife;  #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
➻❀ #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
➍➻Mul’ata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture;   miilli isaa sibiila diimaa baÊŒeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture.  Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taÊŒee fi karaa lamaan qara qabu ni baÊŒe,  #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duÊŒee taÊŒeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaÊŒee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas 👉#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duÊŒaa fi Awwaalaa qaba.
➻❀ dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
➻❀ Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.


🌹kani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
➎➻1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taÊŒe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulÊŒisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaÊŒamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaÊŒu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taÊŒu. Ameen.