๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
โ€ผ๏ธ๐ŸŒผโ€ผ๏ธ 9๐Ÿ‘‰2Qor 4:10-11
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
jireenya
#Iyyaasuus qaama keenya irrattis akka mulatuuf bakka deemne hundatti #rakkina guddaa duaaf nama saaxiluu fi
#Iyyaasuus irra gae yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna.Sababiin isaas, jireenyi Iyyaasuus foon
keenya isa duu irrattis akka mulatuuf, nuti warri lubbuudhaan jirru
yeroo hunda Iyyaasuusiif jennee duaaf ni saaxilamna..
๐Ÿ‘Œkuni immoo rakkoo yeroo inni foonii dhufe sana ibsaa jira

10๐Ÿ‘‰ Ibr 2:14-17
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ™จ๏ธKanaaf, โ€œ
#ijoolleenโ€ sun foonii fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi;

โ™จ๏ธakkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan
#bilisa baasuufi
โ™จ๏ธSababiin isaas inni
#sanyii_Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota/Ergamootaa gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha
โ™จ๏ธ Kanaaf, inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan
hundumaa irratti
#luba ol aanaa gara #laafessaa fi #amanamaa tauudhaan, aarsaa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin โ€œ #obbolootaโ€ isaa fakkaachuu qaba ture..
โ™จ๏ธ Inni mataan isaa yeroo
#qorametti(qorumsa) waan dhiphateef, #warra_qorumsa keessa jiran gargaaruu ni dandaa

๐ŸŒผ 1โžงsababa Kiristoos foonii nama uffatee ibsee jira akkana jedhee, ijoolleen sunii foonii fi dhiiga wanii tanif,ijoollee kan jedhame
#Adaami irraa eeggale namoota jiran jechuudha.
sababa Kanaaf fooni ijoollee isaa uffatee jechuudhaa
๐ŸŒผ sababa lamaffaan immoo Seexanaa balleessuuf akka taโ€™e ibsee jira,ykn namoota harka isaa keesaa basuuf
โ™จ๏ธKiristoos lubba olii annaa jedhamee jira,Eeyyee inni lubba Waaqayyoti,
โžงlubbaa Waaqayyo kan tatu immoo yoo Waaqayyo tate qofa
Kan jechuun waqayyo lama jira jechuu koo, mitti
Abbaa fi Ilmi Waaqayyo tokko jechuudha,sababa Kanaaf Kiristoos ani fi Abbaan tokko jedhee

๐ŸŒผ lubbaa garaa laafessa fi amanamaa jechuun immoo dhuguma Waaqayyo malee jira garaa
#lafeessi_fi_amanamaan
Kanaafuu
#Kiristoos Waaqayyo jechudha


โ™จ๏ธ Seexanaa harka nama basuu kan danda'u Waaqayyo malee kan biraa hin jiruu Kanaafuu
#Kiristoos_Waaqayyo jechaa jira Phaawuloos

๐Ÿ‘‡Kiristoos kana dhufee sanyii Abrahaamiifi akka taโ€™e, malee, ergamootaf mitii,
Kanaafuu foonii Abrahaam uffatee jechuudha

๐Ÿช€๐Ÿ“
#gama hundumaatiin โ€œ #obboloota_isaa_fakkaachuu qaba ture

๐Ÿ–•๐Ÿ–•
#ijoollee_Muslimaa jecha kana hubbadha๐Ÿ–•๐Ÿ–•๐Ÿ–•๐Ÿ–•
Karaa kamiyyuu obboloota isaa fakkachuu qaba yeroo jedhuu
1โžงobboloota kan jedhame namoota lafaa kan irraa jirtan yoo, ta'u
2โžงobboloota fakkachuu qaba kan jedhamee immoo Kiristoos fooni uffatee isaan fakkachu qaba jechuu

๐ŸŒนakkamitti Kiristoos namoota fakkaata kan jeetu immoo

1๐Ÿ‘‰akka namatii nyaachuudhaan
2๐Ÿ‘‰akka namatii kadhachuudhaan
3๐Ÿ‘‰ akka namatii dadhabuudhan
4๐Ÿ‘‰akka namatti soomuudhan
5๐Ÿ‘‰akka namati rafuudhan
6๐Ÿ‘‰akka namatti calisuudhan
7๐Ÿ‘‰akka namatti gadi ofii qabudhan
8๐Ÿ‘‰akka namatti adeemudhan
9๐Ÿ‘‰akka namatii Waaqayyof galata dhiyeesse
10๐Ÿ‘‰ akka namatti ergama taโ€™e
11๐Ÿ‘‰akka namatii raaji taโ€™e
12๐Ÿ‘‰ Haataโ€™u malee akka namoota jiratee garuu inni akka
#nama_cubbuu tokoo illee hin hojjanne

11๐Ÿ‘‰1Phex 2:21-25
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœDhugaa dubbachuuf isin
#jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan
#fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee #dhiphateera.
๐Ÿ‘‰ inni
#cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.Inni yommuu isa #arrabsan deebisee hin arrabsine. Yommuu dhiphatettis hin doorsisne; kanaa mannaa isa qajeelummaadhaan
murteessu Sanatti imaanaadhaan of
kenne
๐ŸŒนNuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf, inni ofuma isaatiin cubbuu keenya
#qaama isaatiin #fannoo irratti baate. โ€œIsinis madaa isaatiin fayyifamtan.โ€ Sababiin isaas isin
akka
#hoolota karaa irraa maqanii turtan; amma garuu gara #tiksee fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu keessaniitti deebitaniittu
๐Ÿ‘‰......๐Ÿ“๐Ÿ“ jalate dhiistee
๐Ÿ‘‰......๐Ÿ“๐Ÿ“ murti Kiristoos
jala hin baatu
๐ŸŒบ๐Ÿ”บkutaa _ 57 ffยชยช ๐ŸŒบ๐Ÿ”ณ
โ–ญโ–ฌโ–ฌโ–ญโ–ฌโ–ญโ–ญโ–ฌโ–ฌโ–ญ
๐Ÿ‘‰Gaafii fi Deebi
๐Ÿ‘‰ Muslimoota๐Ÿ‘ˆ
โœ Yohaannis 13:21
Iyyaasus(kiristoos)) wantoota kana erga dubbatee booda, akka malee Afuura isaatiin
#dhiphatee, โ€œDhuguma dhuguman isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kennaโ€ jedhee ifatti dubbate
แŠขแ‹จแˆฑแˆต แ‹ญแˆ…แŠ• แ‰ฅแˆŽ
#แ‰ แˆ˜แŠ•แˆแˆฑ_แ‰ณแ‹ˆแŠจ แˆ˜แˆตแŠญแˆฎแˆแฆ แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ แŠจแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŠ แŠ•แ‹ฑ แŠ แˆณแˆแŽ แ‹ญแˆฐแŒ แŠ›แˆแก แŠ แˆˆ
(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 13:21)
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
๐Ÿ”บGaaffii isaanii
1= Kiristoos osoo Waaqayyo taโ€™e maalif dhiphatee jedhuu.
Waaqayyo dhiphachuu hin danda'u jedhu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณDeebi keenya
โž› lakki Kiristoos Waaqayyo
Sababa Afurraan dhiphatee immoo dubbii rajoota akka rawwatamuuf.
๐Ÿ“1))=
#Gaaffii nuu,isaanii gaafanu #muslimoota Kiristoos Afuurani dhiphatee jechuun lubbuu isaanii dhiphatee jechu mooโ“
affuurra Qulqulluun dhiphatee jechuudha jene gaafana.โ“
=deebi isaa lubbuudhaan jechudha (Mar 14:34)
โž›lakki Affuurra Qulqulluun dhiphatee yoo,jedhanii immoo
Kitaaba Qulqulluu keessa Afurri Qulqulluun ni dhiphata kan jedhuu gonkumaa hin jiruu.

๐Ÿ”ณKiristoos Waaqayyo ta'u
            Ragaa kitaaba.
โ“ต=โœYohaannis 12:41
#Isaayyaas wantoota kana
kan dubbate,
#ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
โžฉakka dubbisaa kanati wa'ee Kiristoos kani dubbate Yohaannis akkasii jedhe ยซ isayaas ulfina isaa arge jedhee ยป
โœ Raajii isayaas isaa immoo iddoo kaamitti ulfina isa argee yeroo jennu immoo
(isayaas 6:1) irraatti dha.
โ“ถ=โœ Raaji_Isaayaas 6:1
Bara Ooziyaan Mootichi
duetti,
#Waaqayyo_teessoo
dheeraa fi olii ka'aa irra
taaee
#nan_arge fiixeen uffata isaatiis mana Qulqullummaa
guutee ture.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Hiikaa jecha
#lubbuu jedhuu fi #Afuura jedhuu tokko.akka dubbisa kitaaba kanatti

Lubbuu=hafuura/Affuura waliqixxee dha
โœYeroo Tokkoo tokkoo hafuuraa jechuun
A)).Afuurra Qulqulluu
        =Yoh 1:32
B)).Affuura nama ykn lubbuu
       =lallabaa 3:21
C)).Affuurra Xuraawaa
       =Matewoos10:1
D)).Affuura bineensota//bineeladoota//Allatiwwan//Qurxummii /....
  =sera.Uum 7:15*lallabaa 12:7)
E)). Ergamooni Qulqulluun affuurra jedhamu
=Ibroota 1:14

Kanafu Kiristoos Afuuran dhiphatee yeroo jennuu lubbuun isaan dhiphatee jechuu keenya.
โ“ท=Maaraqoos 14:34
Kiristoos akkask isaanii jedheโ€œLubbuun koo hamma du'aatti baay'ee gaddite; isin as turaa, dammaqaas!โ€ jedhen
โž›Kiristoos Afuura isaan dhiphatee kan jedhuu lubbuu isa ibsa malee wanta bira.mitii

๐Ÿ“Afaani...lubbu๐Ÿ‘‡....afuurra๐Ÿ‘‡
#Ingiliffaan  โž›soul     โž›spirit
#Giriikii dhan โž›ฯˆฯ…ฯ‡ฮฎ โž›ฯ€ฮฝฮตฯฮผฮฑ
#ibraayisxiittin โž›ื•ึฐึญื ึทืคึฐืฉึดืื™  โž›   ืจึšื•ึผื—ึท

โ“ธ=kitaaba lallabaa 3:21
#Hafuurri_namootaa akka oli
bau,
#hafuurri horii immoo
gara lafaatti akka gadi  bu'u
dhugumaan kana kani beeku eenyu
โœhaafura kani jedhamee lubbuu namoota ibsa
Ragaa dabalataa
((Lallabaa 12:7
iyyoobi 7:11)) *dubbisi
๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ
๐Ÿ“Amma gara
#mataa_duree keenyatti deebina.
Sababa Kiristoos Affuurran dhiphateefi.
๐ŸŒน=Dubbii Raajoota raawwachuuf.

โ“น=Farfannaa Daawit 6:3
#Lubbo koo baayee #dhiphateera Yaa Waaqayyo hamma yoomiitti itti fufaa?
แŠแแˆดแˆ แŠฅแŒ…แŒ แ‰ณแ‹ˆแŠจแ‰ฝแค
แŠ แŠ•แ‰ฐแˆ แŠ แ‰คแ‰ฑแฅ แŠฅแˆตแŠจ แˆ˜แ‰ผ แ‹ตแˆจแˆต แŠแ‹?
(แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 6:3)

โ“บ=Farfannaa  42:5
Yaa
#lubbuu ko, maaliif akkas #gadditee_dhiphatta? Maaliifis akkas ana keessatti gabii dhabda? Ati Waaqayyoon abdiidhaan eeggadhu! Anoo deebi'ee gargaarsa isa biraa anaaf dhufuuf, Waaqayyo koo ta'uu isaatiifis isa jajachuufan jira แŠแแˆด แˆ†แ‹ญแฅ แˆˆแˆแŠ• แ‰ณแ‹แŠ›แˆˆแˆฝ? แˆˆแˆแŠ•แˆต #แ‰ณแ‹แŠชแŠ›แˆˆแˆฝ? แ‹จแŠแ‰ดแŠ• แˆ˜แ‹ตแŠƒแŠ’แ‰ต แŠ แˆแˆ‹แŠฌแŠ• แŠ แˆ˜แˆฐแŒแŠแ‹ แ‹˜แŠ•แ‹ต
แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ณแˆ˜แŠš.(แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 42:5)
๐ŸŒบ Kiristoos dubbii raajoota rawwachu qofaa yoo,taโ€™e malee
Dhimma tokkof hin jennee.
Sababiin isaa inni wa'ee lubbuu isaa sodate mitii. Kiristoos dursee akkasii jedhee ยซ Ani lubbuu koo fi qaama koo nani kasa jedhee jiraยป

โ“ป=Yohaannis 2:19
Iyyaasus(kiristoos)) deebisee, โ€œMana qulqullummaa kana diigaa, anis guyyaa
#sadiitti deebisee nan kasa isaaniin jedhe.
๐ŸŒบ Yookiin immoo lubbuu koo,Ani isiniif nan keena.jedhee erga akkasii jedhee maali sodate ree?,kanafuu dhugaan jiruu dubbii rajoota raawachuuf kan jedhee.
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
โžฉlink waldaa keenyaa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ