๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒบ๐Ÿ”บkutaa _ 57 ffยชยช ๐ŸŒบ๐Ÿ”ณ
โ–ญโ–ฌโ–ฌโ–ญโ–ฌโ–ญโ–ญโ–ฌโ–ฌโ–ญ
๐Ÿ‘‰Gaafii fi Deebi
๐Ÿ‘‰ Muslimoota๐Ÿ‘ˆ
โœ Yohaannis 13:21
Iyyaasus(kiristoos)) wantoota kana erga dubbatee booda, akka malee Afuura isaatiin
#dhiphatee, โ€œDhuguma dhuguman isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kennaโ€ jedhee ifatti dubbate
แŠขแ‹จแˆฑแˆต แ‹ญแˆ…แŠ• แ‰ฅแˆŽ
#แ‰ แˆ˜แŠ•แˆแˆฑ_แ‰ณแ‹ˆแŠจ แˆ˜แˆตแŠญแˆฎแˆแฆ แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ แŠจแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŠ แŠ•แ‹ฑ แŠ แˆณแˆแŽ แ‹ญแˆฐแŒ แŠ›แˆแก แŠ แˆˆ
(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 13:21)
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
๐Ÿ”บGaaffii isaanii
1= Kiristoos osoo Waaqayyo taโ€™e maalif dhiphatee jedhuu.
Waaqayyo dhiphachuu hin danda'u jedhu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณDeebi keenya
โž› lakki Kiristoos Waaqayyo
Sababa Afurraan dhiphatee immoo dubbii rajoota akka rawwatamuuf.
๐Ÿ“1))=
#Gaaffii nuu,isaanii gaafanu #muslimoota Kiristoos Afuurani dhiphatee jechuun lubbuu isaanii dhiphatee jechu mooโ“
affuurra Qulqulluun dhiphatee jechuudha jene gaafana.โ“
=deebi isaa lubbuudhaan jechudha (Mar 14:34)
โž›lakki Affuurra Qulqulluun dhiphatee yoo,jedhanii immoo
Kitaaba Qulqulluu keessa Afurri Qulqulluun ni dhiphata kan jedhuu gonkumaa hin jiruu.

๐Ÿ”ณKiristoos Waaqayyo ta'u
            Ragaa kitaaba.
โ“ต=โœYohaannis 12:41
#Isaayyaas wantoota kana
kan dubbate,
#ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
โžฉakka dubbisaa kanati wa'ee Kiristoos kani dubbate Yohaannis akkasii jedhe ยซ isayaas ulfina isaa
arge jedhee ยป
โœ Raajii isayaas isaa immoo iddoo kaamitti ulfina isa argee yeroo jennu immoo
(isayaas 6:1) irraatti dha.
โ“ถ=โœ Raaji_Isaayaas 6:1
Bara Ooziyaan Mootichi
duetti,
#Waaqayyo_teessoo
dheeraa fi olii ka'aa irra
taaee
#nan_arge fiixeen uffata isaatiis mana Qulqullummaa
guutee ture.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Hiikaa jecha
#lubbuu jedhuu fi #Afuura jedhuu tokko.akka dubbisa kitaaba kanatti

Lubbuu=hafuura/Affuura waliqixxee dha
โœYeroo Tokkoo tokkoo hafuuraa jechuun
A)).Afuurra Qulqulluu
        =Yoh 1:32
B)).Affuura nama ykn lubbuu
       =lallabaa 3:21
C)).Affuurra Xuraawaa
       =Matewoos10:1
D)).Affuura bineensota//bineeladoota//Allatiwwan//Qurxummii /....
  =sera.Uum 7:15*lallabaa 12:7)
E)). Ergamooni Qulqulluun affuurra jedhamu
=Ibroota 1:14

Kanafu Kiristoos Afuuran dhiphatee yeroo jennuu lubbuun isaan dhiphatee jechuu keenya.
โ“ท=Maaraqoos 14:34
Kiristoos akkask isaanii jedheโ€œLubbuun koo hamma du'aatti baay'ee gaddite; isin as turaa, dammaqaas!โ€ jedhen
โž›Kiristoos Afuura isaan dhiphatee kan jedhuu lubbuu isa ibsa malee wanta bira.mitii

๐Ÿ“Afaani...lubbu๐Ÿ‘‡....afuurra๐Ÿ‘‡
#Ingiliffaan  โž›soul     โž›spirit
#Giriikii dhan โž›ฯˆฯ…ฯ‡ฮฎ โž›ฯ€ฮฝฮตฯฮผฮฑ
#ibraayisxiittin โž›ื•ึฐึญื ึทืคึฐืฉึดืื™  โž›   ืจึšื•ึผื—ึท

โ“ธ=kitaaba lallabaa 3:21
#Hafuurri_namootaa akka oli
bau,
#hafuurri horii immoo
gara lafaatti akka gadi  bu'u
dhugumaan kana kani beeku eenyu
โœhaafura kani jedhamee lubbuu namoota ibsa
Ragaa dabalataa
((Lallabaa 12:7
iyyoobi 7:11)) *dubbisi
๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ
๐Ÿ“Amma gara
#mataa_duree keenyatti deebina.
Sababa Kiristoos Affuurran dhiphateefi.
๐ŸŒน=Dubbii Raajoota raawwachuuf.

โ“น=Farfannaa Daawit 6:3
#Lubbo koo baayee #dhiphateera Yaa Waaqayyo hamma yoomiitti itti fufaa?
แŠแแˆดแˆ แŠฅแŒ…แŒ แ‰ณแ‹ˆแŠจแ‰ฝแค
แŠ แŠ•แ‰ฐแˆ แŠ แ‰คแ‰ฑแฅ แŠฅแˆตแŠจ แˆ˜แ‰ผ แ‹ตแˆจแˆต แŠแ‹?
(แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 6:3)

โ“บ=Farfannaa  42:5
Yaa
#lubbuu ko, maaliif akkas #gadditee_dhiphatta? Maaliifis akkas ana keessatti gabii dhabda? Ati Waaqayyoon abdiidhaan eeggadhu! Anoo deebi'ee gargaarsa isa biraa anaaf dhufuuf, Waaqayyo koo ta'uu isaatiifis isa jajachuufan jira แŠแแˆด แˆ†แ‹ญแฅ แˆˆแˆแŠ• แ‰ณแ‹แŠ›แˆˆแˆฝ? แˆˆแˆแŠ•แˆต #แ‰ณแ‹แŠชแŠ›แˆˆแˆฝ? แ‹จแŠแ‰ดแŠ• แˆ˜แ‹ตแŠƒแŠ’แ‰ต แŠ แˆแˆ‹แŠฌแŠ• แŠ แˆ˜แˆฐแŒแŠแ‹ แ‹˜แŠ•แ‹ต
แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ณแˆ˜แŠš.(แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 42:5)
๐ŸŒบ Kiristoos dubbii raajoota rawwachu qofaa yoo,taโ€™e malee
Dhimma tokkof hin jennee.
Sababiin isaa inni wa'ee lubbuu isaa sodate mitii. Kiristoos dursee akkasii jedhee ยซ Ani lubbuu koo fi qaama koo nani kasa jedhee jiraยป

โ“ป=Yohaannis 2:19
Iyyaasus(kiristoos)) deebisee, โ€œMana qulqullummaa kana diigaa, anis guyyaa
#sadiitti deebisee nan kasa isaaniin jedhe.
๐ŸŒบ Yookiin immoo lubbuu koo,Ani isiniif
nan keena.jedhee erga akkasii jedhee maali sodate ree?,kanafuu dhugaan jiruu dubbii rajoota raawachuuf kan jedhee.
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
โžฉlink waldaa keenyaa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
โžฉ๐ŸŒบ kutaa _ 59 ffยชยช ๐Ÿ”ณ
โ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒโ–ฒ
๐Ÿ“ Gaaffii fi Deebi
๐Ÿ“Musiliimota
โœ Yohaannis 14:9
Iyyaasuus(Kiristoos) akkana jedheen: โ€œYaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na
hin beeknee?
#Namni Ana arge hundi #Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, โ€˜Abbaa nutti argisiisiโ€™ jetta?
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰ Gaaffii isaanii
1= gonkumaa siila Namni Abbaa Argee hin jiruu , Kiristoos immoo akkamitti Namni Ana
Arge Abbaa arge jedha
jedhuun ..โ“
โฏ Ragan isanii immoo kuno๐Ÿ‘‡
1=sera.Bau 33:20
#Namni fuula koo #arge jiraachuu waan hin dandeenyeef, ati fuula koo arguu hin dandeessu
2= 1ximotewos 1:17
Mootii bara baraa isa hin duune, isa
#ijaan hin argamne, Waaqayyo tokkicha sanaaf baruma baraan #ulfinnii fi #guddinni haa ta'u! Ameen
3= 1ximotewos 6:16
Waaqayyo duwwaatu hin du'u, inni
#ifa_homtinuu itti dhi'aachuu hin dandeenye keessa in jiraata; namni takkaa isa #hin_argine, isa arguus hin danda'u. Isaaf #ulfinnii fi #Aangoon bara baraa haata'u! Ameen
4=1Yohaannis 4:12
Yoom iyyuu taanaan namni
#Waaqayyoon_argee beeku hin jiru. Wali #jaallachuu keenya yoo itti fufne, Waaqayyo nu keessa ni jiraata, jaalalli isaas nu keessatti guutuu taa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebi keenyaa
๐Ÿ”ณ
#Namni Waaqayyo Arge jira kan jedhu ta'a
๐Ÿ”ณ
#Ergamoonni Waaqayyo isa arganii jiruu.
    ๐ŸŒบ Namni Waaqayyo
arge
         jirachuu isaa kunoo raga
         Keenyaa kitaaba Qulqul
โ“ต๐Ÿ‘‰sera Uumama 32:30
#Yaaqoobi , โ€œAni #Waaqayyoon #fuulleetti nan #arge, garuu lubbuun koo ooleeraโ€ jedhe; kanaaf maqaa iddoo sanaa โ€œPheeni'elโ€ jedhee moggaase*; [โ€œPheeni'elโ€ jechuun, โ€œFuula Waaqayyooโ€ jechuu dha]
โ“ถ๐Ÿ‘‰Seera. Uumama 18:1
Abrahaam yeroo saafaa balbala dunkaana isaa dura taa'ee utuu jiruu,
#Waaqayyo qilxuu Mamree biraa isatti in #mul'ate
โ“ท๐Ÿ‘‰Sera.Bau 24:10-11
isaan
#Waaqayyo isa kan Israa'el in argan; miilla isaa jala wanta akka dhagaa Safiiros, isa qullaa'aa akka bantii waaqaatu ture*. Inni harka isaa gurguddoota saba Israa'el kanatti hin buufne; isaan Waaqayyoon in #argan, achitti walii wajjin in nyaatan, in dhuganis
โ“ธ๐Ÿ‘‰1 motoota 22:19
Yommus Miikiyaas, โ€œWaaqayyo teessoo isaa irra utuu taa'uu, macci waaqa irraas hundinuu gara mirgaa isaa fi gara bitaa isaa utuu dhaabatanii
#nan_arge; kanaafis wanta Waaqayyo dubbatu dhaga'i
โ“น๐Ÿ‘‰iyyoobi 19:26_27
Gogaan dhagna kootii ana irraa qunca'ee, foonis dhagna koo irra hin jiru yoo ta'e iyyuu, ani Waaqayyoon arguuf jira. Ani ofii kootii
#isa_nan_arga; anumatu ija kootiin isa arga malee, kan biraa miti; ani garuu isa yaaduu irraa kan ka'e nan gaggabe

โ“บ๐Ÿ‘‰Raajii isayaas 6:3
Yommus ani, โ€œWayyoo kaa! Ani nama arrabni isaa xuraa'e, namoota arrabni isaanii xuraa'e gidduus kanan jiraadhu waanan ta'eef
#iji koos Waaqayyoon mootii maccaa waan #argeef nan bade!โ€ jedhee nan iyye
โ“ป๐Ÿ‘‰Mulโ€™ata Yohaannis 22:3_4
Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa teessoon
#Waaqayyoo fi teessoon #Hoolichaa magaalattii keessa taa, garboonni Waaqayyoos tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan
#fuula isaa ni argu; maqaan isaas adda isaanii irratti ni barreeffama
   ๐ŸŒบ Ergamoonni immoo
       Waaqayyo arguu isanii
โ“ผ๐Ÿ‘‰Maatewos 18:10
Dhuguman isiniin jedha, maleekonni(Ergamoonni) isaanii warri samii keessa jiran yeroo hunda fuula
#Abbaa koo isa samii waan #ilaalaniif, warra xixinnoo kana keessaa isa tokko akka hin tuffanne of eeggadhaa.
โ“ฝ๐Ÿ‘‰Luqaas 1:19
Maleekaan sunis deebisee akkanaan jedheen: โ€œAni Gabrieel isa
#fuula_Waaqayyoo dura dhaabatu dha; akka ani si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuuf ergameera.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน Kitaabni iddoo tokko irratti Waaqayyo hoomtuu hin argine jedha , iddoo tokko tokko irratti namni fi ergamoonni argaman jecha , kuni walii hin fakkaatu.
Dogoggora kitaaba moo mitiiโ“
      ๐Ÿ”ณ Deebi keenya
โœ Lakki gonkumaa dogoggora mitii jennaa., Kanaaf akkamitti
Yoo, jette immoo............โ“โ“
โžฉ iddoo Waaqayyo hoomtuu hin arginee jedhuu irraa jechoota inni fayyadame qofa ilaala.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ itti fufi dubbisi ๐ŸŒบ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰link kana xuqi
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ