๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โคด๏ธ๐Ÿ“kutaa -67-ffยชยช โคต๏ธ๐Ÿ“
  ๐Ÿ‘‰gaaffii fi deebi
  ๐Ÿ‘‰Muslimoota
โžก๏ธ Yohaannis 14:28
Ani nan
#deema, deebiees
gara keessan nan dhufaโ€™ akkan isiniin jedhe dhageessaniittu. Utuu na jaallattu taee,
#Abbaan ana irra waan #caaluuf gara Abbaa dhaquu #kootti ni #gammaddu turtan
=========//======
๐Ÿ…ฐ gaaffii isaanii
1=Abbaan
Kiristoos ni caala โ“
     Kanaaf
Kiristoos waqaa miti jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…ฑโžฉ deebii keenya๐Ÿ‘‡
sababa Abbaan
Kiristoos caaluuf Kiristoos gara lafa kana dhufee foonii nama uffate,nama taโ€™e Abbaan immoo gonkumaa foonii nama hin uffaanne.kani jedhuu ta'a.
๐Ÿ…พ
#gaaffii tokko Muslimoota gaafachuu qabna wangeela Yohaannis 14:28 irratti abbaa fi Kiristoos Waaqummaan wali caalani jedhee โ“moo, bara baran jirachuun wali caalanii jedhee โ“
๐Ÿ†” iddoo kana irratti sababa inni caaluuf gonkumaa hooma fiduu hin dandani โŒ.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ akka dubbisa kanati(Yoh 14:28) irraati Abbaan naa, caalaa kani jedhee
Kiristoos
#jecha ani nani #deema jedhuu .#Ani gara Abbaa jedha , kuni immoo kani ibsu yeroo kanatti Kiristoos iddoo jalqabaa ture gara abbaa nan deema jechuu isaatti.* kunis gargaruuma Kiristoos fi Abbaa ibsuuf turee, Abbaan saami irraa Kiristoos immoo lafa irraa jira, ,Kiristoos immoo yeroo gara lafa dhufu foonii nama uffateti ,kanuma qofa gargarummaa isa
โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu olii bauu yoo argitan maal jettu ree?
โ“ถ๐Ÿ‘‰Maarqoos 10:45
#Ilmi_namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.โ€ (Luq 15:4-5*(Yoh 10:1-6))
โคด๏ธ kiristoosi akkamiti dhufe ree? foonii nama uffatee.
โ“ท๐Ÿ‘‰Roome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa
#karaa_foonii_sanyii Daawit #irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.
โ“ธ๐Ÿ‘‰Ibroota 2:14
#ijoolleenโ€ sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif,
#innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿฅ
Kiristoos foonii nama uffatee lafa irraa dhufee ,Abbaan immoo foonii namaa hin uffanne, sababa kanafuu caala.
malee Aangoo Waaqummaan hin jedhuu Kitaabni Qulqulluun
โ“น๐Ÿ‘‰Filiphisiiyus 2:5-8
Isinis ilaalcha
Kiristoos iyyaasuus qabu sana qabaadhaa;  #inni_bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin #qixxee_tauuf hin yaadne. Kanaa #mannaa_duwwaa
of godhe;
#bifa garbummaa #fudhatees_nama tae.  Kana malees, yeroo #nama taee dhufe, #gad of qabuudhaan hamma duaatti, jechuunis hamma Fannoo irratti fannifamee duuutti ajajamaa tae.
๐ŸŒน
Kiristoos Abbaa wajjin qixxee ta'u hin barbannee gadi ofi qabe foonii nama uffatee erga jedhee.
๐ŸŒน
#jechi_qixxee ta'u hin barbanne jedhu maali ibsa ree, erga wali qixa hin tanee Abbaan ni caala jechudha bari.
๐Ÿƒerga qixxee hin tanee sababa kanafi tokko ni caala jechudha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœ Abbaa fi
Kiristoos akka waliqixxee tani ilaala.
๐Ÿ…ฐ(1)๐Ÿ‘‰Alfaa fi omega kani tani abba fi
Kiristoos qofaa
๐ŸฅMulโ€™ata 1:8
Ani
#Alfaa fi #Omeegaa dhaโ€ jedha Waaqayyon inni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.โ€
๐ŸฅMulโ€™ata 22:13
Ani
#Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.(Mulโ€™ata 22:20),isayaas 44:6*48:12)
๐Ÿ…ฑ(2)๐Ÿ‘‰bara baran jiraachuudhaan
๐ŸฅFarfannaa 102:27
Ati garuu
#isuma sana, #waggoonni kees dhuma hin qaban
๐ŸฅIbroota 13:8
Iyyasus
#Kiristoos kaleessa,
hara, bara baraanis
#isuma sana.
๐Ÿ†Ž(3)๐Ÿ‘‰Abbaa fi
Kiristoos tokko
๐ŸฅYohaannis 10:30
Abbaanii fi ani tokkoโ€ isaaniin jedhe
๐Ÿ†‘(4)๐Ÿ‘‰Addunyaa duraa jirachuun.waliqixa isaanii.
๐ŸฅYohaannis 17:5
yaa
#Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa #dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
๐Ÿ‘‰
Kiristoos fi Abba qofaati addunyaa duraa jirachu ibsaa.
๐Ÿ”ณ link waldaa keenya hordofuu yoo, barbadani kan xuqa๐Ÿ‘‡
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹
๐Ÿฅ kutaa -68-ffยชยช. ๐Ÿฅ
..................................
โž› gaaffii fi Deebi
โž› Muslimoota.
โœ Yohaannis 14:31
Ani Abbaa akkan jaalladhu addunyaan akka beekuuf,
#akkuma_Abbaan Ana ajajetti nan #hojjedha. Ka'aa, asii haa deemnu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉ gaaffii isaanii
1=
Kiristoos akkuma Abbaan ajajetti hojata malee ofii isaa hin hojjatu,kanafuu inni waaqa mitti jedhuu.โ“
========= ||
๐Ÿ”ณ Deebii keenya.
๐Ÿ“
Kiristoos illee ni hojjataa, akkuma Abbaan hojjatuutti kani jedhuu ta'a.
๐Ÿ“A)).โžฉYohaannis 1:3
Wanti
#hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas #isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru
โžฉakka dubbisa kanatti wanti hundi Kiristoosiin erga taโ€™e ,
Kiristoos wanta hundumaa akka godhuu ibsa.

๐Ÿ“B)).Filiphisiiyus 3:20-21
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna innis
#humna isaa isa #guddaa #wantoonni_hundi akka isaaf bitaman godhuun,qaama keenya isa dadhabaa qaama
isaa isa ulfina qabeessa akka fakkaatuuf ni jijjiira.
โžฉhumna guddaa akka qabuu ibsee jira ' kuni immoo ofuma isaa
Kiristoos akka rawwatu ibsa.

๐Ÿ“C)).1 ximotewos 1:12
Inni, ani amanamaa akkan
taetti na lakkaaee tajaajilaaf waan na muudeef,
#Gooftaa keenya Kiristoos Iyyaasuus isa #humna naa kenne nan galateeffadha
โžฉ kanafuu humna kani namaaf kennuu
Kiristoos ,erga akkasii taโ€™e ni galateeffamaa.

๐Ÿ“D)). Qolosaayis 1:16_17
Wanti
#sami keessa jiruu fi wanti #lafa irra jiru #hundinuu, wanti ijaan argamuu fi wanti ijaan hin argamne, warri teessota irra taa'anii fi warri mootummaa qaban, warri bantii samii keessaa gooftummaa fi aboo qabu jedhamanii sodaataman isaan #uumaman wanti hundinuu #karaa isaa uumame, isaafis uumame Inni wanta #hundumaa_dura ture karaa isaa wanti hundinuu iddoo godhatee in jiraata
๐Ÿ”ณ Kiristoosiin taโ€™e jedha ammasi,yeroo
Kiristoos humna dhabe gonkumaa hin jiru.

๐Ÿ“E)).1 Qorontos 8:6
Nuuf garuu
#Waaqayyo tokkichatu jira; innis abbaa, isa waan #hundumaa_uume, isa nuyi maqaa isaatiif #jiraannus. Akkasumas #gooftaa_tokkichatu jira; innis Iyyaasuus Kristos, isa wanti hundumtuu ittiin uumame, isa #nuyi ittiin jiraannus.
โž›Abbaa fi
Kiristoos samii tokko qofa  Uummamni malee samii gargaara uummamni hin jedhuu .Abbaan illee Kiristoos malee hooma gochuu hin danda'u. Kara Kiristoos addunyaan uumamee.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰
Kiristoos maalif akka Abbaan na,ajajeeti hojadha jeedhe ree, jennee yoo, ilaaluu ,
Tokkoffaa Fakkeenyaaf nuuf ta'uf ,abbaafi ajajame .

๐Ÿ“F)). Ibroota 5:8-9
Inni
#ilma_Waaqayyoo yoo tae iyyuu, rakkoowwan isa irra ga'an irraa #ajajamuu barate Guutummaatti gaumsa kan qabu erga taee boodas, warri isaaf ajajaman #hundi fayyina bara baraa akka argatan
itti gaafatamummaan ni kennameef.

๐Ÿ“G)). 1Phexiroos 3:6
kunis akkuma Saaraan โ€œgooftaa kooโ€ jettee isa waamuudhaan Abrahaamiif #ajajamtetti ture. Isinis wanta gaarii gochuu keessan yoo itti fuftanii fi
kan hin sodaanne yoo taatan ijoollee ishii taatu.

๐Ÿ“H)). Filiphisiiyus 2:3-5
#Gadi ofii qabuudhaan warri kaan akka isin irra #caalan godhaa yaadaa malee, morkiidhaan yookiin of tuulummaadhaan kakaatanii waan tokko illee hin godhinaa faayidaa warra kaaniis yaadaa malee, faayidaa ofii keessanii qofa hin yaadinaa.
#Isinis ilaalcha #Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa.

๐Ÿ”ณ Kiristoos Abbaan akka isaa caaluu godhee ,kani mataa isaa hin barbannee. Kanafi Phawuloos yaada Kiristoos sana isin illee qabadhaa jedhe.
๐ŸŒบ link waldaa kana kuno gara gadi xuqaa hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธ
๐Ÿ…ฑkutaa-70-ffยชยช.๐Ÿ‘‡๐Ÿ…ฑ๐Ÿƒ
=๐Ÿ‘‰gaaffii fi deebi
=๐Ÿ‘‰Musiliimota
โœYohaannis 15:1
Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo Abbaa koo ti.
===================
#Gaaffii isaanii.
1โžฉ
Kiristoos Waaqayyo mitii muka waynii tti malee jedhuuโ“
๐Ÿฅ Deebii keenya.
Lakki kuni fakkeenya malee dhuguma muka wayni isaa lafaa biqiluu sana mitii kani jedhuu ta'a.
๐Ÿ“Fakkeenyaaf sabnii Israa'el waynii ni fakkaata. Ture.
โ“ต๐Ÿ‘‰Farfannaa.Daawit 80:8-9
#Mukti_wayinii #Gibxii keessaa akka baสผu goote. #Saboota(Uumata) #ariitees isa dhaabde Ati iddoo isaaf ni qopheessite, Innis #hidda godhatee biyyattii guute
โž›๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘– ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘š๐‘ข๐‘˜๐‘Ž wayni ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘’ # ๐‘“๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘Ž๐‘“i male ๐‘ค๐‘Ž๐‘›๐‘ก๐‘Ž ๐‘๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘“ ๐‘š๐‘–๐‘ก๐‘ก๐‘–.
๐Ÿ…ฑ musiliimonni lakki fakkeenya mitii yoo, jedhan immoo .nutti gaaffii qabna
Kiristoos samii irraa dhufee (Yohaannis 3:13) kanafuu wayni samii irraa ni biqila jenne gafanaโ“
Eeyyee yoo,jedhanii raga fidiโ“
Ragaa hin qabdu yoo,taโ€™e immoo ni sobdaโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉgara mata duree keenya yeroo deebinu ยซ
Kiristoos maalif muka waynii ofiin jedhee ยป โ“
๐ŸŒบSababaa
#Tokkoffaa(-1ffยชยช)
Kiristoos waaee malummaa isaa yeroo ibsu Fakkeenyaaf wani fayyadamufi.
โžฉAni bishaanii jireenya kenuu ofin jedha
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 7:37-38
#Guyyaa xumuraatti jechuunis guyyaa ayyaanichaa isa guddaatti #kiristoos dhaabbatee sagalee isaa olii kaasee akkana jedhe: โ€œNamni #dheebote yoo jiraate, gara #koo dhufee haa dhugu. Akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan, anatti kan amanu kam iyyuu, #Lagni_bishaan jireenya kennuu isa keessaa ni yaaสผa.โ€™โ€
(Yoh 4:13-14)
โž›akkuma bishaanii jireenya kenuu jedhuu kana immoo Ani waynii dhugumaati ,ana malee jireenya hin qabdiin jedha.

โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 15:5
#Ani_muka wayinii ti,isin immoo dameewwan isaa ti. Namni Anaa wajjin tokkummaadhaan jiraatuu fi anis isaa wajjin tokkummaa qabu hundi #firii hedduu ni godhata sababiin isaas isin Ana #irraa_gargari baatanii matumaa homaa gochuu #hin dandeessan
โžฉakkuma namni bishaanii malee hin jiraanne halumma kana
Kiristoos malee jirachuu hin danda'u.
Kiristoos ana malee hoomaa gochuu hin dandeessani ergaa jedhe kuni enyuu laataโ“
A=Waaqa mooโ“
B=Nama laata โ“
โœ deebiin isaa
Kiristoos Waaqa ta'u isa ibsaa kuni.
Akkuma jalqabaa waynii jirate isaa booda immoo damee wayni jiruu. โ kuni immoo
Kiristoos malee namni kamiyyuu jireenya akka hin qabnee ibsaa.โž
โ“ธ๐Ÿ‘‰Efesoon 2:12
isin yeroo sanatti saba Israaสผel irraa fagaattanii, kakuu abdichaa sanaaf keessummoota taatanii
#Kiristoos_malee jiraachaa turtan; addunyaa keessattis abdii malee fi #Waaqayyo_malee jiraachaa turtan.
๐ŸŒบSababa
#lammaffaa(-2ffยชยช.)
Kiristoos wayni kani fakkaatee .
Jalali
Kiristoos akka wayni kani miโ€™aawaa wani taeef.
โ“น๐Ÿ‘‰Farfannaa.Daawit 34:8
Waaqayyo
#gaarii taสผuu isaa #dhandhamaa ilaalaa; Namni isatti kooluu galu gammadaa dha.
โ“บ๐Ÿ‘‰1Pheexiroos 2:3
isin
#Gooftaan_gaarii taสผuu isaa dhandhamtaniittu.
โ“ป๐Ÿ‘‰Roome 8:35
#Jaalala_Kiristoos irraa gargar nu baasuu kan dandaสผu eenyu? Rakkina moo, dhiphina moo, ariสผatama moo, beela moo, daaruu moo, balaa moo goraadee dha?
๐ŸŒบsababa
#sadaffaa(-3ffยชยช)
Akkuma Ani Qulqulluu taโ€™e isaan immoo Qulqulloota ta'a akkuma jedhamuu.(1Phex 1:15)
โœkana yeroo jedhuu jalqabaa Qulqulluu ta'u qaba,
โœhasluma wali fakkata jalqaba dura
kiristoos wayni tau qaba isaa booda namooni kuni damee wayni ta'u( Yoh15:4
โ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Jechi immoo wayni kani dhabee Abbaa kooti jedhuu ,immoo
Kiristoos Ani Abbaa irraa dhaladhe jedhee jedhu ibsaa.
โ“ผ๐Ÿ‘‰Farfannaa 2:7
Labsii Waaqayyo nan labsa Inni akkana naan jedhe: โ€œ
#Ati_ilma koo ti; Ani harสผa si #dhalcheera
(Ibroota 1:5-6).
โœerga
kiristoos Abbaa irraa #dhalate dhufe Kiristoos fakkeenya waynii  taโ€™e #Abbaan illee fakkeenya #wayni ni jedhama.ta'a
Sababii isaa
Kiristoos fi Abbaan Tokko wani ta'aniif.
โ“ฝ๐Ÿ‘‰Yohaannis 10:30
#Anii fi #Abbaan tokko dha.
โœ akkuma
Kiristoos jireenya kenuu Abbaan illee jireenya keena ,kanafis Yohaannis akkasii jedhee.
โ“พ๐Ÿ‘‰1Yohaannis 5:11-12
Wanti inni ragaa baสผes isa kana,
#Waaqayyo_jireenya bara baraa nuu kenneera, jireenyi kunis #Ilma isaa keessa jira Namni Ilma sana qabu jireenya kana qaba namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana #hin qabu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฒlink kana xuqaa qabxiiwwan jiran hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ
๐Ÿ…ฐ kutaa-73-ffยชยช .๐Ÿ…ฐ
     ๐Ÿ‘‰ gaaffii fi deebi
     ๐Ÿ‘‰ Musiliimota
โœ Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaสผaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii ๐Ÿ‘‡
1= Waaqa Tokkicha jira ,
Kiristoos immoo Eegamadha jedhuu.โ“
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ//โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โš› Deebii keenya.
๐ŸŒพ Lakki lamanuu isaanii iyyuu Waaqa kani jedhuu ta'a.
Fakeenyaf
Kiristoos iddoo itti waaqa jedhamee. Ilaala.
โ“ตโžงYohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, โ€œGooftaa ko,
#Waaqa koo!โ€ jedheen.
๐Ÿ‘‰Abbaan immoo iddoo itti Waaqa jedhamee.
โ“ถโžงYohaannis 8:54
Iyyaasuus
Kiristoos deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
๐ŸŒบ Kanaafuu Abbaa fi ilmi Waaqa =ok.โ˜‘๏ธ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿงฃgara mataa duree keenyaatti yeroo deebinuu immoo.
๐Ÿช–
#Hiika Yohaannis 17:3 jecha tokko tokkoon ilaala.

๐Ÿ“A))๐Ÿ‘‰โผJireenya bara baraa argachuu akka dandaสผaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
๐Ÿ‘‰ jireenya bara bara kani keenuu eenyu Abbaa mooโ“
Kiristoos โ“
Deeebi isaa akka dubbisa kanatti Abbaa fi
Kiristoos ibsa Sababiin isaa " waliqabisisuutu #fi yookiin afaanii Ingiliffaatiin #and * Afaanii Giriikiitiin (ฮบฮฑฮฏ)  seeri afaanii kuni fi yeroo hunda yaada dabalataa ibsuuf fayyada.
โ“ทโžงYohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyasus
kiristoos dhuguma inni Kiristoosii fi Ilma Waaqayyoo taสผuu isaa akka #amantaniif, amantaniis karaa #maqaa isaa #jireenya akka argattaniifi.
โ“ธโžงYohaannis 6:40
fedhiin
#Abbaa_koo namni #Ilma_beekee isatti amanu #hundi_jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ€

๐ŸŒบ kanafuu jireenyaa bara bara kani kennuu Abbaa fi ilma,erga taโ€™e ,Abbaa fi
Kiristoos Tokko jechudha.๐Ÿ˜

๐Ÿ“B))๐Ÿ‘‰โผ hiika bira immo โ sii, isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee โž
๐Ÿ‘‰iddoo kana irratti Waaqa tokkicha kani jedhamee
Eenyuuโ“
=deebi isaa๐Ÿ‘‰ Abbaa dha.
Kanafuu abbaa meeqatu jira Abba tokkicha.
Kitaaba keessatti Abbaan jechuun waaqa isaanii jettanii sani jedhe
Kiristoos dubbatee jira
โ“นโžงYohaannis 8:54
Iyyaasuus
Kiristoos deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
๐ŸŒบ Abbaa=Waaqa jechudha

ยซ kanafuu nuutis Abbaa
#Tokkicha qofa jira jenne
amana ยป ,"akkasumas ilma tokkicha qofatu jira jenne amana",Akkasumas Affuurra Qulqulluu tokkicha qofatu jira jennee Amana.
โ“บโžงYohaannis 3:16
โ€œIsatti kan
#amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, #Waaqayyo(Abbaan)  #Ilma isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayสผee jaallateera.
โ“ปโžง1 Qorontos 12:4
Kennaan garaa garaa jira,
#Afuurichi garuu #tokkichuma sana.
๐Ÿ‘‰ Abbaa
#Tokkicha qofaa
๐Ÿ‘‰ ilma
#Tokkicha qofaa
๐Ÿ‘‰ Affuura Qulqulluu
#tokkicha qofa.
๐ŸŒบ nuuti warri orthodoksi kanitti Amana.

๐Ÿ“C))๐Ÿ‘‰โผ Musiliimoonni
Kiristoos ergamadha jedhu. Yeroo kana nutti gaaffii qabna kani ergamee kuni eenyu jennee gaafanaโ“
โผyeroo kana immoo
Kiristoos jedhuu ,Kiristoos kuni eenyu jennee gaafana ilmaa Waaqayyo nuun jedhuu.
Kanafuu " kani ergamee dhufe kuni ilma Waaqayyo jedhi amani kaa. Yaa, Muslimaa.
โ“ผโžงYohaannis 11:27
Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ€ jetteen.

๐Ÿ“D))๐Ÿ‘‰โผ
kiristoos maalif abbaa tokkicha fi ilma tokkicha ergamee dhufe beeku qaban jedhee.โ“
โœSababiin isaa Abbaa fi
Kiristoos wani hin beekneef, akkasii jedhe,
โ“ฝโžงYohaannis 16:3
isaan wantoota kana kan godhan
#Abbaas taสผe Anaan waan #hin_beekneefi.
โ“พโžงYohaannis 8:19
Isaanis, โ€œ
#Abbaan kee eessa jira?โ€ jedhaniin Iyyaasus Kiristoos โ€œIsin #Anas taสผe #Abbaa koo hin #beektan. Utuu Ana beektaniittu taสผee, Abbaa koos ni beektu turtanโ€ jedhee deebiseef
โœkanafuu jireenyi bara bara kani argamuu Abbaa fi
Kiristoos beekuu qabuu jedhe,akkekachisee jira.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
link kana xuqa hordofuu dandeessu๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐ŸŒนkutaa-76-ffยชยช๐Ÿง‰
       ๐Ÿ‘‰gaaffii fi Deebi
       ๐Ÿ‘‰Muslimoota
        ๐Ÿ‘‰ pheenxee
โœYohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin
#kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ‘‡gaaffii isaanii.
1= Muslimoonni akkasii jedhuu 
Kiristoos erga Waaqayyo taโ€™e maaliif kadhachuu isa  barbaachise jedhuuโ“๐Ÿ˜
2= pheenxee akkasii jedhuu
Kiristoos nuuf kadhata jedhuuโ“๐Ÿ˜
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โš› Deebii keenyaa.
๐Ÿ‘‰ Lakki
Kiristoos Akkasii jedhee dubbatee โ Ana na kadhadhaa jedhee jira Afaanii isaattin โž.
โถโžชMaatewoos 9:37-38
barattoota isaatiin, โ€œDhuguma iyyuu,
#midhaan sassaabamu baayสผee dha, #hojjettoonni garuu muraasa. Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota gara makara isaatti akka ergu #kadhadhaaโ€ jedhe.
๐Ÿ‘‡ hiika jechoota kana
1โžปmidhaan sassaabamu kani jedhamee ยซnamoota Addunyaa kanattiยป
2โžปHojjatoota kani jedhamee ยซBarattootaยป isaatti
3โžป Gooftaa makaricha kani jedhamee ยซ
Kiristoos ยป
โผโผโผโผโผโผโผโผ*
kanafuu
Kiristoos barattoota isaatiin โ Gooftaa makaricha kadhadha hojjatoota akka erguuf jedhee " hiikin isaa Ana kadhadha akka Ani barattoota erguuf jedhee ยปโž

๐Ÿ‘‰ kanafuu
Kiristoos Ana kadhadha jedhe jira.
Yaa Musiliimaa maali
siif wayyaโ“
Yaa, pheenxee maali
siif wayaโ“
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
๐Ÿ‘‰Amma Yoh 17:9 irratti maali hubbachisa laata.
โทโžชYohaannis 17:9-10๐Ÿ‘‡
Ani waaสผee isaanii sin kadhadha; kan ani si
#kadhadhu waaสผee addunyaa utuu hin taสผin, waaสผee warra ati anaaf kennite sanaa ti sababiin isaas isaan kan keeti.
#wanti_kan_koo taสผe hundi kani keeti, #wanti_kan_kee taสผe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
๐Ÿชท akka dubbisa kanatti Namni kani Eenyuti.
A)) kani Abbaa mooโ“
B)) kani
Kiristoos โ“
=Deebii isaa
kani lamaan isaanii iyyuutti.
" Sababiin isaa
Kiristoos akkasii jedhee jira ยซ kani kee hundi kani kooti,kani koo hundi immoo kani keetii wani jedheef ยป
๐Ÿ‘†erga immoo namni kani
Kiristoos taโ€™e,wanta ofii harka qabuu irratti maaliif kadhachuu barbaachise reeโ“jennee pheenxee fi Muslimaa gaafannaโ“ =deebi hin jiruu ๐Ÿ˜ jedhuu.
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
โžป Walumaagalatti
Kiristoos dhala namaa hunda bilisa basuuf wani dhufeefi " akkuma inni afaanii isaanii Ani bilisa yoo, isin base malee isin Garboota jedhe.
โธโžชYohaannis 8:36
#Ilmi_bilisa yoo isin baase, isin dhuguma bilisa ni taatu.
โนโžชGalatiyaa 5:1
#Kiristoos_bilisa kan nu baase bilisummaa akkasii akka argannuufi. Kanaafuu, jabaadhaa dhaabbadhaa; deebitaniis #waanjoo garbummaa jala of hin galchinaa.
โ–ฃโž› kanafuu bilisa kani sii,basuu
Kiristoos erga taโ€™e ,waee Kiristoos immoo isayaas akkasii jedhee inni ba'a isaanii baate kadhatee jedhee jira , kadhannaa kani jedhamee immoo amma bilisa basuu kana Seexanaa jala.
โบโžชRaaji-Isayaas 53:12
namoota hedduu gidduutti gaสผee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas,
#inni_lubbuu isaa hamma duสผaatti illee dabarsee kenneera, #Yakkamtootaa wajjinis lakkaaสผameera #Cubbuu namoota hedduu ni baate, Yakkamtootaafis ni #kadhate.
โ–ฃโž› amma
Kiristoos ni kadhate inni jedhuu bakka namoota bu'ee cubbuu namoota bachu isaatti , kunis ofii isaa dhifama godhee rawwate, dhifamni Abba akka beekamuu gochuuf akkasii jedhee malee Kiristoos wanta gochuu barbade ofii isaa iyyuu beeka.
๐Ÿ‘‰ dhiifamni
Kiristoos akkamitti beekamaโ“yoo,jedhamee Kiristoos gara namoota dhufuu isaa fedhii isa ibsa.
๐Ÿ‘‰dhiifamni Abbaa akkamitti beekama โ“ilma isa ergu isaatti (Yohaannis 3:16).
๐ŸŒบ yaada bira immoo
Kiristoos Abbaa kadhadha jedhee barsisee turee amma immoo akkamitti antu isiniif kadhata jedhu danda'a โ“yaa, Muslimaa ,yaa,pheenxee โ“deebii nutti himma kaa๐Ÿ˜โ“
โ–ฑโ–ฑโ–ฑ
โปโžชMaatewos 6:9
 โ€œEgaa, isin akkana jedhaa
#kadhadhaa: โ€œโ€˜Yaa Abbaa keenya isa samii irra jiraattuu, maqaan kee haa qulqullaaสผu.
โผโžชMaatewos 6:6
#Ati garuu yeroo #kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. #Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
link waldaa keenya argachuuf kana xuqaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
Audio
๐Ÿ…ฐ orthodoksi fi pheenxee.
           ๐ŸŒบRakkoo pheenxee kana ilaala kuno๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ“ตโžฉpheenxee kuni
#maqaa #Kiristoos jedhuu eessaa akka dhufee gonkumaa hin beekani
โ“ถโžฉmaqaa
#Iyyaasus jedhu jecha irraa dhufee gonkumaa hin beekani.
โ“ทโžฉpheenxee kuni kitaaba #66 gonkumaa hooma hin beekuu.
โ“ธโžฉpheenxee maqaan
#Waaqayyo jedhu jalqabaa eessa akka dhufee hin beeknani
โ›‘kanafuu ergaa
Kiristoos hin beekne, Waaqayyo hin beekne, kitaaba hin beekne . Maaliif guyyaa guutuu iyyaa oltuu laataa โŒ

โš› nuuti warri
#orthodoksi kunoo akkanatti pheenxee #afaanii ishi cufaan.

#Orthodoksi (Gutema Gelana)
#pheenxe paasterii (Abdi)
..............................
โœpheenxee yaaduma iyyaasus
Kiristoos jecha olu malee isaa gonkumaa akka hin beeknee hubbadha.
Audio
โš› ortodoksi fi pheenxee
โžฉ pheenxee gonkumaa Kiristoos hin beektuu.
Kiristoos iddoo #lamatti Addan qooduu.
โž›gara tokko Waaqa
โž›gara tokko nama
โœโœ nutti orthodoksi biratti
๐Ÿ…ฐGara tokko waaqa โŒ
๐Ÿ…ฑGara tokko namaโŒ
=Kiristoos gargari qooduu hin dandeenyu.
Sababiin isaa Kiristoos amala lamaa irraa amala tokko jenne amana.
๐Ÿ…พ Ibrootaa 13:8
Iyyaasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
==================
1๏ธโƒฃ pheenxee Kiristoos du'a jalqabaa ka'e jira maalif jenne yoo, gaafane ragaa hin qabduu ๐Ÿ˜œ

๐Ÿ…ฐ nutti orthodoksin sababa Kiristoos angafa du'a taee ni ibsina.
1Qorontos 15:20-21
Amma garuu #Kiristoos warra duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'e Sababiin isaas akkuma duuti karaa nama
tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama_tokkoo
dhufa

1Qorontos 15:55
Yaa #dua_nana injifannoon kee meerre ree? Yaa dua nana #ilkeen kee meerre ree?โ€
๐ŸŒบRaji_hose 13:14
#Du'a jalaas isaan furuu ree? Yaa du'aa, dha'ichi kee #meerre ree?
#Orthodoksi (Gutema)
#pheenxee (Samuel)
Audio
๐Ÿ…ฐ orthodoksi fi pheenxee.
           ๐ŸŒบRakkoo pheenxee kana ilaala kuno๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ“ตโžฉpheenxee kuni
#maqaa #Kiristoos jedhuu eessaa akka dhufee gonkumaa hin beekani
โ“ถโžฉmaqaa
#Iyyaasus jedhu jecha irraa dhufee gonkumaa hin beekani.
โ“ทโžฉpheenxee kuni kitaaba #66 gonkumaa hooma hin beekuu.
โ“ธโžฉpheenxee maqaan
#Waaqayyo jedhu jalqabaa eessa akka dhufee hin beeknani
โ›‘kanafuu ergaa
Kiristoos hin beekne, Waaqayyo hin beekne, kitaaba hin beekne . Maaliif guyyaa guutuu iyyaa oltuu laataa โŒ

โš› nuuti warri
#orthodoksi kunoo akkanatti pheenxee #afaanii ishi cufaan.

#Orthodoksi (Gutema Gelana)
#pheenxe paasterii (Abdi)
..............................
โœpheenxee yaaduma iyyaasus
Kiristoos jecha olu malee isaa gonkumaa akka hin beeknee hubbadha.
๐Ÿ…ฐ kutaa-82-ffยชยช _๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
    โžปgaaffii fi deebi
    โžปMusiliimota
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โžŠโž fannoo Kiristoos kani
baate iddoo Golgootaati
kani geesse eenyuโ“
A))โžป #Kiristoos mooโ“
B))โžป #Simi'oon jedhuuโ“
 ๐ŸŒพ Ragaa isaanii
โœ Yohaannis 19:17
#Iyyaasus_kiristoos fannoo sana #ofuma_isaatii baatee gara Bakka Buqqee Mataa afaan Ibrootaatiin #Golgootaa jedhamutti olii baสผe.
โœMaatewos 27:32
Achii baสผanii utuu deemaa jiraniis, nama biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko argatan. Namichi kunis #fannoo_Iyyaasus itti fannifamu akka #baatu isa dirqisiisan.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ“Deebi keenya.
A)โžป Kitaabni lamaan isaanii iyyuu sirriidha*.
B)โžป fannoo Kiristoos illee baate jira. Iddoo Golgootaatin kani gahee Kiristoos qofaa
C)โžป Simi'oon illee baate jira.Haataโ€™u malee iddoo Golgootaatin Simi'oon
gahee hin jedhuu Kitaabni QulqulluunโŒ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐ŸŒบRAGAA keenya๐Ÿ‘‡
โ“ตโžฉYohaannis 19:17
Iyyaasus kiristoos fanno sana ๐™ค๐™›๐™ช๐™ข๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž ๐™—๐™–๐™–๐™ฉ๐™š๐™š gara Bakka Buqqee Mataa afaan Ibrootaatiin ๐™œ๐™ค๐™ก๐™œ๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– jedhamutti ๐™ค๐™ก๐™ž baสผe.
โผ Kanaafuu Jechi ofuma isaa jedhuu iddoo Golgootaati kani fudhee bahee Kiristoos=ok.

๐ŸŒบ  kitaboonni sadani immoo akka ibsaanitti
โžŠMaatewos 27:32
โทMaarqoos 15:21
โธLuqaas 23:26
๐Ÿ‘‰ jalqabaa dura fannoo sanaa ๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ ๐™ฅ๐™๐™ž๐™ก๐™–๐™–๐™ญ๐™ค๐™ค๐™จ biraa fudhee osoo deemuu namni ๐™จ๐™ž๐™ข๐™ž๐™ค๐™ค๐™ฃ jedhamu ๐™ ๐™–๐™ง๐™–๐™– irratti itti dhufe baatee jedhanii jiruu.
โžป fakkii kana ilaali๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“Kiristoosโž Simi'oon.

๐Ÿ‘‰ Kitaabni sadan Simi'oon irraa fudhee baatee jedhan
malee ,Simi'oon iddoo Golgootaattin gahee gonkumaa hin jenneeโŒ
๐Ÿ‘‰ Walumaagalatti fakkii kana ilaali immoo ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ-๐™จ๐™ž๐™ข๐™ž๐™ค๐™ค๐™ฃ-๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ
โžŠโžป๐™ฉ๐™ค๐™ ๐™ ๐™ค๐™›๐™›๐™–๐™–(-1-ffยชยช) Kiristoos ni baate fanno
โทโžป๐™ก๐™–๐™ข๐™–๐™›๐™›๐™–๐™–(-2-ffaa) Simi'oon ni baatee fannoo
โธโžป๐™จ๐™–๐™™๐™–๐™›๐™›๐™–๐™–(-3-ffยชยช) Kiristoos ni baate fannoo.
= xumura โ ๐™œ๐™ค๐™ก๐™œ๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– โž
โ“ถโžฉMaarqoos 15:21
#Namni biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko
๐™—๐™–๐™–๐™™๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™™๐™๐™– ๐™ช๐™ฉ๐™ช๐™ช ๐™™๐™๐™ช๐™›๐™ช๐™ช ๐™–๐™ง๐™œ๐™–๐™ฃ๐™ž๐™ž ๐™›๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค #Iyyaasus
itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan. Namni kun abbaa Iskindirii fi abbaa Ruufos ture.
โœkanafuu Simi'oon eessa dhufee Philaaxoos biraa mooโ“baadiyyaa irraa โ“
โœ Jechi argani jedhuu hoo, duraan gonkumaa akka hin arginee ibsaa.
๐ŸŒบkanafuu Philaaxoos biraa fannoo kani fidee Kiristoos akka taee Kitaabni sirriitti ibseera.
โžŠKiristoos -โท Simi'oon jedhudha.
๐Ÿ‘‰kana booda Simi'oon Golgootaan gahee kani jedhuu gonkumaa hin jiruu.
๐Ÿ‘‰Yohaannis immoo Kiristoos ofuma baate Golgootaan gahee jedhee -โธ Kiristoos. Ta'a
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ-โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โžŠKiristos-โทSimi'on-โธKiristos
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ“ทโžฉMaatewos 27:31-33
Dhuma irrattis erga itti qoosanii booda, uffaticha irraa baasanii uffata isaa deebisanii itti uffisuudhaan #Fanno irratti akka fannifamuuf fuudhanii deeman.
Achii baสผanii #utuu_deemaa jiraniis, nama biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko argatan. Namichi kunis fanno Iyyaasuus itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan Yommuu bakka #Golgootaa, isa Bakka Buqqee Mataa jedhamu dhufanis.
โš› xumuraa irratti gaaffii tokko Muslimootafi .
โ“ธโžฉLakkii fannoo baatee iddoo Golgootaan kani gahee Simi'oon yoo, jeettanii ragaa fida....โ“
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘™๐‘‘๐‘Ž๐‘Ž ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž โ„Ž๐‘œ๐‘Ÿ๐‘‘๐‘œ๐‘“๐‘“๐‘ข๐‘ข ๐‘ฆ๐‘œ๐‘œ, ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘๐‘Ž๐‘‘๐‘’ ๐Ÿ‘‡ ๐‘ฅ๐‘ข๐‘ž๐‘–๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒบ Deebi isaa kuno๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰Namoonni tokko tokko warri orthodoksi sirri mitti jedhu ยซ kunis warri Amanta orthodoksi maalif balbala mana Amanta dhugaatuu afaani isaanittin nuun jedhuโ“โ“โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนnuuti sababa lama gurguddoo qabnaa.
โถโžปTokkoffaa balbala keenyaa dibata Qulqulluu ni dibana. Waaqayyo immoo akkasii jedhe jira ๐Ÿ‘‡

Seera Bau 30:29
Hundumaa caalaa qulqulluu akka taสผaniif ati isaan ni qulqulleessita.
#Namni isaan tuqu kam iyyuu qulqulluu taสผuu qaba.

1Yohaannis 2:20
Isin isa
#qulqulluu sanaan #dibamtaniittu, hundi keessanis beekumsa qabdu.
โžป iddoo kanati kitaaba Musee fi Kitaabni Yohaannis jecha tokko fayyadamni jiru .
Kani Musee ๐Ÿ‘‡
ฮบฮฑฮน ฮ‘ฮฑฯฯŽฮฝ ฯ„ฮฟฯ…ฯ‚ ฯ…ฮนฮฟฯฯ‚ ฮฑฯ…ฯ„ฮฟฯ
#ฯ‡ฯฮฏฯƒฮตฮนฯ‚ ฮบฮฑฮน ฮฑฮณฮนฮฌฯƒฮตฮนฯ‚ ฮฑฯ…ฯ„ฮฟฯฯ‚ ฮนฮตฯฮฑฯ„ฮตฯฮตฮนฮฝ ฮผฮฟฮน

Kani Yohannis ๐Ÿ‘‡
ฮบฮฑแฝถ แฝ‘ฮผฮตแฟ–ฯ‚
#ฯ‡ฯฮฏฯƒฮผฮฑ แผ”ฯ‡ฮตฯ„ฮต แผ€ฯ€แฝธ ฯ„ฮฟแฟฆ แผฮณฮฏฮฟฯ…ฮ‡ ฮฟแผดฮดฮฑฯ„ฮต ฯ€ฮฌฮฝฯ„ฮตฯ‚.
โžป jechi Musee โžป
#ฯ‡ฯฮฏฯƒฮตฮนฯ‚
โžปjechi Yohannisโžป
#ฯ‡ฯฮฏฯƒฮผฮฑ
โœkanafuu nuuti balbala fi mana Kiristiyaanaa kani dhuganu Qulqulluu taโ€™u fi beekumsa argachufi.

โท lamaffaan immo balballi dhugan
#Kiristoos wani taโ€™ef
Yohanis 10:9๐Ÿ‘‡
Ani balbalicha