๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ€kutaa-22ffยชยชโ˜˜โ˜˜๐ŸŒน
โฏ,Gaaffii fi Deebi
โœ Musiliimoota.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ“ต=Yohaannis 8:14

โ“ถ=Yohaannis 5:31
Gaaffii isaanii
โœ Jechi Kuni lamani
wali falleessa
Yookiin immoo walti
bu'a Jedhu. โ“
โœ kanafuu jechoota kana
Lamani keesaa isaa kami sirrii kani taโ€™e jedhuu
...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โฉ Deebii keenya
Lamanuu isaa iyyuu
Sirridha jennee fudhanna.

โ“ต=Yohaannis 8:14

#Iyyaasuus deebisee akkana isaaniin jedhe:
โ€œAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu waanan beekuuf,
waa'ee
#ofii koo yoon #dhugaa bae illee, dhugaa
baiinsi koo dhugaa dha.
Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
========
โฏKiristoos waee ofii dhugaa ni bahee ,kanafuu
Dhugaan koo,dhugaa dha jedhe iddoo kana irratti

โ“ถ=Yohaannis 5:31

#Ani_qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau.
=======
iddoo kanaa irratti immoo
Ani qofti yoon dhugaa bae
Dhugaa koo, sirrii mitii
Jedhe
โฉkanafuu akka jecha
Kanatti ,ani qofti yeroo
Jedhuu ,osoo Abbaa koo
Hin dabalatin ,yoo
Dhugaa bae dhugaan
Koo, sirrii mitii jedhee malee

๐Ÿ“kanafuu Abbaa isafi
Wajjin yoo, taโ€™e garuu
Dhugaan kuni sirriidha.
=============
โฏRagaa kitaaba
โœYohaannis 8:13-19
Kanaan
kan kaes #Fariisonni, โ€œAti waaee ofii kee #ragaa baata; ragaa baiinsi kee immoo dhugaa
mitiโ€ jedhaniin
.
Iyyaasuus deebisee
akkana isaaniin jedhe:
โ€œAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan
dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee,
#dhugaa
#baiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.

Isin akka ilaalcha fooniitti murteessitu;ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
Haatau malee,
#Abbaan inni na erge anaa #wajjin waan jiruu fi ani #kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.

Kana malees Seeruma keessan keessatti illee,
#Dhugaa_baiinsi namoota #lamaa dhugaa dhaโ€™ kan jedhu barreeffameera.
#Ani waaee #ofii
koo dhugaa nan ba'a #Abbaan inni
na erges waaee
#koo dhugaa ni baa.โ€

Isaanis, โ€œAbbaan
kee eessa jira?โ€jedhaniin Iyyaasuus, โ€œIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanโ€ jedhee deebiseef.
โฉ iddoo kana irratti
Dhugaa baiinsi Kiristoos
Sirri akka taโ€™e ibseera
Kunis yeroo hundumaa
Kiristoos fi Abbaan wajjiin
Jiratanii wani taeef.

โ“ถ=Yohaannis 5:30-32
#Ani ofii kootiin kakaee wanta tokko illee gochuu hin dandau. Akkuman #Abbaa koo irraa dhagaettinan murteessa; ani fedhii isa na ergee malee #fedhii mataa koo raawwachuu waanan hin barbaadneef murtiin koo
Qulqulluudhaa
โ€œAni qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan
ani dhugaa bau
dhugaa hin tau.


Haatau malee, waaee koo
kan dhugaa bau kan #biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau
sun dhugaa akka
tae beeka.

โ“ท=Yohaannis 5:36-38
#Ani garuu Yohaannis
caalaa dhugaa
kan anaaf
bau qaba; sababiin isaas
#hojiiwwan akka ani hojjedhu #Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kunakka Abbaan na erge #mirkaneessu Kana malees,
#Abbaan inni na erge #ofii isaatii waa'ee koo dhugaa baeera Isin matumaa sagalee isaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine; akkasumas isin isa inni erge waan hin amanneef, dubbiin isaa isin keessa hin jiraatu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
kanafuu Kiristoos ani qofti koo,qofaan mitii Abbaan,illee waee koo,dhuga ni baha.
=jechuu isatti malee
Yeroo tokko yanni koo
Dhugaa dha, yeroo biraa
Immo yanni koo dhugaa
Mitti hin jennee inni.

โ“ธ=Yohaannis 17:10

#wanti kan koo tae
hundi
kan kee ti;
#wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera.
=====///===//====
๐ŸŒนlink
kan xuqaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ’’
@haadha_Waaqa_naJaladha
========////=====
๐Ÿ’’ kutaa+25ffยชยช๐Ÿ“๐Ÿ’’
=Gaafi fi Deebi
๐Ÿ“Musiliimota
โœYohaannis 8:26๐Ÿ‘‡
Ani waaee keessan
wantan dubbadhuu fi wantan itti murteessu hedduu qaba.
#Dhugaa dubbachuuf,
#Inni na, #erge dhugaa dha; anis wantan
isa irraa dhagae addunyaatti dubbachaan jira.โ€
--------------------
๐Ÿ“Gaaffii isaani
1= Kiristoos eegamadha
Jedhu....โ“
2= wanta Abbaa irraa
Dhage dubbata malee
Dubbiin kani isaa mitii
Jedhu....โ“
-------------------------
deebi=โ“ตffaa
โœKiristoos ergamaadha
Jechuun samii irraa dhufee
Foonii namaa uffachuu ibsuf,
๐Ÿ“ =Ani abbaa biraa argame Dhufee jedhee malee, wanta biraa ibsuuf. Mitti

๐Ÿ“kunis dubbii kitaaba
Qulqulluu yaa, raawwatamuuf.
1=โœRaajii_Isayaas 64_1
#gaaronni
akka kirkiraniif,
Maali ta'a
#samiiwwan tarsaastee utuu gadi #buuteeโ€ผ๏ธ
โžง
#แˆฐแˆ›แ‹ฎแ‰ฝแŠ• แ‰€แ‹ตแ‹ฐแˆ… แˆแŠแ‹ #แ‰ฅแ‰ตแ‹ˆแˆญแ‹ต! แ‰ฐแˆซแˆฎแ‰ฝแˆ แˆแŠแ‹ แ‰ขแŠ“แ‹ˆแŒก!
=แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 64:1
2=โœYohaannis 1:11
Inni gara biyya
isaa dhufe; haatau malee, sabni Isaa
isa hin simanne.
โž› แˆˆแˆฐแ‹ แˆแˆ‰ แ‹จแˆšแ‹ซแ‰ แˆซแ‹ แŠฅแ‹แŠแ‰ฐแŠ›แ‹ แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ• แ‹ˆแ‹ฐ
#แ‹“แˆˆแˆ แ‹ญแˆ˜แŒฃ แŠแ‰ แˆญแข

แ‰ แ‹“แˆˆแˆ แŠแ‰ แˆจแฅ แ‹“แˆˆแˆ™แˆ แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แˆ†แŠแฅ แ‹“แˆˆแˆ™แˆ
#แŠ แˆ‹แ‹ˆแ‰€แ‹แˆแข

#แ‹จแŠฅแˆญแˆฑ แ‹ˆแ‹ฐ แˆ†แŠแ‹ แˆ˜แŒฃ
#แ‹จแŒˆแ‹› แ‹ˆแŒˆแŠ–แ‰นแˆ แŠ แˆแ‰ฐแ‰€แ‰ แˆ‰แ‰ตแˆแข
=(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 1:9-11)
3=โœ Roome 10:6-8
Qulqullumaa isa amantiidhaan argamu
ilaalchisee garuu akkana jedhamee
barreeffameera:

โ€œAti garaa keetti,
โ€˜Eenyuutu gara
#samiitti olii baaโ“ hin jedhin;
kun
#Kiristoosiin_gadi buusuufi; yookiin โ€˜Eenyutu gara qileetti
gadi buaโ“โ€™ hin jedhin; kunis Kiristoosiin warra
#duan keessaa olii baasuufi.โ€
Haatau malee Kitaabni Qulqulluun maal jedha? โ€œDubbichi sitti
#dhihoo, jechuunis afaan kee keessaa fi garaa kee keessa jiraโ€; kunis, โ€œdubbiiโ€ amantii isa nuti
lallabnu dha.

โžง
#แŠจแŠฅแˆแŠแ‰ต แ‹จแˆ†แŠ แŒฝแ‹ตแ‰… แŒแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แ‹ญแˆ‹แˆแกโ€” #แ‰ แˆแ‰ฅแˆ…แกโ€” แˆ›แŠ• แ‹ˆแ‹ฐ #แˆฐแˆ›แ‹ญ_แ‹ญแ‹ˆแŒฃแˆโ“ แŠ แ‰ตแ‰ แˆแฅ แ‹ญแˆ… แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆตแŠ• #แˆˆแˆ›แ‹แˆจแ‹ต แŠแ‹แค
แ‹ˆแ‹ญแˆแกโ€” แ‰ แˆแ‰ฅแˆ…แกโ€” แ‹ˆแ‹ฐ
#แŒฅแˆแ‰ แˆ›แŠ• แ‹ญแ‹ˆแˆญแ‹ณแˆ? แŠ แ‰ตแ‰ แˆแฅ แ‹ญแˆ… แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆตแŠ• #แŠจแˆ™แ‰ณแŠ• แˆˆแˆ›แ‹แŒฃแ‰ต แŠแ‹แข

แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แˆแŠ• แ‹ญแˆ‹แˆโ“ แ‰ แŠ แแˆ… แ‰ แˆแ‰ฅแˆ…แˆ แˆ†แŠ– แ‰ƒแˆ‰
#แ‰€แˆญแ‰ฆแˆแˆƒแˆแค แ‹ญแˆ…แˆ แ‹จแˆแŠ•แˆฐแ‰ฅแŠจแ‹ แ‹จแŠฅแˆแŠแ‰ต แ‰ƒแˆ แŠแ‹แข
=(แˆฎแˆœ 10:6-8)

4=โœEfesoon 4:8-10
โ€œ
#inni yommuu
gara
#oliitti ba'e boojiamtoota fudhate; kennaa godhee kenneโ€jedha.

#Maarree jechi, โ€œgara
oliitti baeโ€ jedhu,
#gadi bueera, jechuunis
gara
#lafaatti gadi bueera jechuu malee
maali jechuu taaโ“
Inni wantoota hundumaa gara guutummaatti geessuuf jedhee
#samiiwwan_hunda
gararraatti olii bae sun isuma gadi bue
sana dha.

๐Ÿ“แˆตแˆˆแ‹šแˆ…แกโ€” แ‹ˆแ‹ฐ แˆ‹แ‹ญ
#แ‰ แ‹ˆแŒฃ แŒŠแ‹œ แˆแˆญแŠฎแŠ• แˆ›แˆจแŠจแก แˆˆแˆฐแ‹Žแ‰ฝแˆ แˆตแŒฆแ‰ณแŠ• แˆฐแŒ แก แ‹ญแˆ‹แˆแข

#แ‹ˆแ‹ฐ แˆแ‹ตแˆญ แ‰ณแ‰ฝแŠ› แŠญแแˆ แ‹ฐแŒแˆž #แ‹ˆแˆจแ‹ฐ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠซแˆแˆ†แŠแฅ แ‹ญแˆ… แ‹ˆแŒฃ แˆ›แˆˆแ‰ตแˆต แˆแŠ• แˆ›แˆˆแ‰ต แŠแ‹?

แ‹ญแˆ… แ‹จแ‹ˆแˆจแ‹ฐแ‹ แˆแˆ‰แŠ• แ‹ญแˆžแˆ‹ แ‹˜แŠ•แ‹ต
#แŠจแˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แˆแˆ‰ แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแ‹ˆแŒฃแ‹ แ‹ฐแŒแˆž แ‹ซแ‹ แŠแ‹แข
=(แŠคแŒแˆถแŠ• 4:8-10)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆKiristoos ergamee
Jechuun samii irraa
Dhufee foonii namaa
Uffaate, fayyina namoota
Hundaa hiree.

Rajjonni kootu gadii bui
Jedhanii kadhacha turani
Kanaaf Kiristoos sami
Irraa dhufee, yeroo kanaa
Immoo ergama jedhame.

โžงDeebi=โ“ถffยชยช
โ—ˆdubbii hundinuu
kan
Kiristoos
=1โžงYohaannis 17:10
#wanti kan
koo tae
#hunding kan kee ti; #wanti kan
kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera.
2=โžงYohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu
hundi matumaa hin duu.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink
kan xuqaa
hordofa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//====//===
๐Ÿ“๐ŸŒนkutaa +26ffยชยช๐Ÿ’’๐Ÿ“
โžงGaafii fi Deebi
๐Ÿ›… Muslimoota๐Ÿ‘ˆ

โœ Yohaannis 8:28
Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhe: โ€œIlma namaa
Fannoo irratti erga fanniftanii booda, Ani isa ta'uu koo fi ofii kootiin
kakaee
#homaa akkan hin goone, kanaa mannaa wantoota kana kanan
dubbadhu akkuma
#Abbaan na #barsiisetti tauu isaa yeroo sana ni beektu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒธgaaffii isaanii
akkasii turee
1=Anii ofii kootin
hoomaa gochuu hin danda'u jedhe jira.
kanafuu inni Waaqayyo
mitti jedhu....โ“
2=dubbiin kani Kiristoos
mitii Abbaa irraa baratee
dubbata malee jedhuu..โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ’’deebi keenya

๐ŸŒนlink
Kan fayyadama
barumsa hedduu ilaala๐Ÿ‘‡
โ“ตโžฃkutaa+12ffยชยช
=Yohaannis 5:30
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/197

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/198

๐Ÿ’’Ani ofii kiyyaa
hoomaa hin godhu
yeroo jedhuu
Kiristoos maalif...โ“


โ“ถโžฃkutaa+17ffยชยช
=Yohaannis 7:16
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/293

๐Ÿ’’barumsi kuni kiyyaa
mitii yeroo jedhuu
maali ibsa.โ“
----------------------------
๐ŸŒน=deebii=โ“ตffaa
Kiristoos maalif
#Anii ofi kooti hoomaa
gochuu hin danda'u jedha
ree,? yeroo jennuu,wa'ee
abbaa namoota ibsuf turee

๐Ÿ“ragaa kitaaba
1=โœ Yohaannis 8:27
isaan garuu inni
waaee
#Abbaa isaanitti dubbachaa akka jiru
hin hubanne.
๐Ÿ“kanafuu namoonni
Abbaa wani hin beekneef
Kiristoos immoo wae
abbaa hubachiisuuf
ture.

2=โœYohaannis 5:23-24
namni hundi akkuma
#Abbaa dhaaf ulfina
kennu, Ilmaafis ulfina
akka kennuufi.
Namni
#Ilmaaf ulfina
hin kennine, Abbaa
isa isa ergeefis
ulfina hin kennu.

Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#namni dubbii koo dhagauu fi isa na erge Sanatti amanu hundi #jireenya bara baraa qaba; akkasumas dua jalaa gara
jireenyaatti darba malee isatti hin murteeffamu.

๐Ÿ“=kanafuu Kiristoos Abbaan akka ulfina
argatu yoo,godhee Kiristoos immoo Abbaa wajjin ulfina argata.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน=deebii=โ“ถffaa
barumsa hundi
kan Kiristoosi.
1=โžงYohaannis 17:10
#wanti kan koo tae
hundi
kan kee ti;

#wanti kan kee tae
hundis
kan koo ti
anis isaan gidduutti
ulfina argadheera.

โœKiristoos akka isaan
amananiif barumsi kani
abbaatti jedhe malee
=barumsi kunuma
Kiristoos dha.

๐ŸŒนsababa dubbii
kanatin namooni
baayeen Kiristoositti
amananii jiruu

2=โœYohaannis 8:29-31
Inni ana erge Sun
anaa
#wajjin jira
Ani yeroo hunda
wanta isa gammachiisu waanan godhuuf, inni
kophaatti ana hin dhiisu.โ€

Yeroo inni wantoota
kana dubbatu,
#namoonni hedduun
isatti amanan.
Achiis Iyyaasus
(Kiristoos) Yihudoota isatti
amananiin akkana jedhe:
isin
#dubbii_kootti yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti

3=โœYohaannis 8:38
Ani wantoota yommuun
#Abbaa_koo wajjin turetti argen #dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan
#hojjettu.โ€
โžงKiristoos Abbaan wajjin
kan jiruu Addunyaa kan
dura fi booda illee akka
taโ€™e ibsee jira

4=โœYohaannis 17:5
yaa Abbaa ulfina ani
#addunyaan uumamuu isaa dura si, biratti qabu sanaan, ati of biratti
ulfina anaaf kenn i
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink
kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
-----------//------------
๐ŸŒนkutaa-76-ffยชยช๐Ÿง‰
       ๐Ÿ‘‰gaaffii fi Deebi
       ๐Ÿ‘‰Muslimoota
        ๐Ÿ‘‰ pheenxee
โœYohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin
#kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ‘‡gaaffii isaanii.
1= Muslimoonni akkasii jedhuu  Kiristoos erga Waaqayyo taโ€™e maaliif kadhachuu isa  barbaachise jedhuuโ“๐Ÿ˜
2= pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuuโ“๐Ÿ˜
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โš› Deebii keenyaa.
๐Ÿ‘‰ Lakki Kiristoos Akkasii jedhee dubbatee โ Ana na kadhadhaa jedhee jira Afaanii isaattin โž.
โถโžชMaatewoos 9:37-38
barattoota isaatiin, โ€œDhuguma iyyuu,
#midhaan sassaabamu baayสผee dha, #hojjettoonni garuu muraasa. Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota gara makara isaatti akka ergu #kadhadhaaโ€ jedhe.
๐Ÿ‘‡ hiika jechoota kana
1โžปmidhaan sassaabamu kani jedhamee ยซnamoota Addunyaa kanattiยป
2โžปHojjatoota kani jedhamee ยซBarattootaยป isaatti
3โžป Gooftaa makaricha kani jedhamee ยซ Kiristoos ยป
โผโผโผโผโผโผโผโผ*
kanafuu Kiristoos barattoota isaatiin โ Gooftaa makaricha kadhadha hojjatoota akka erguuf jedhee " hiikin isaa Ana kadhadha akka Ani barattoota erguuf jedhee ยปโž

๐Ÿ‘‰ kanafuu Kiristoos Ana kadhadha jedhe jira.
Yaa Musiliimaa maali
siif wayyaโ“
Yaa, pheenxee maali
siif wayaโ“
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
๐Ÿ‘‰Amma Yoh 17:9 irratti maali hubbachisa laata.
โทโžชYohaannis 17:9-10๐Ÿ‘‡
Ani waaสผee isaanii sin kadhadha;
kan ani si #kadhadhu waaสผee addunyaa utuu hin taสผin, waaสผee warra ati anaaf kennite sanaa ti sababiin isaas isaan kan keeti.
#wanti_kan_koo taสผe hundi kani keeti, #wanti_kan_kee taสผe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
๐Ÿชท akka dubbisa kanatti Namni kani Eenyuti.
A)) kani Abbaa mooโ“
B)) kani Kiristoos โ“
=Deebii isaa
kani lamaan isaanii iyyuutti.
" Sababiin isaa Kiristoos akkasii jedhee jira ยซ kani
kee hundi kani kooti,kani koo hundi immoo kani keetii wani jedheef ยป
๐Ÿ‘†erga immoo namni kani Kiristoos taโ€™e,wanta ofii harka qabuu irratti maaliif kadhachuu barbaachise reeโ“jennee pheenxee fi Muslimaa gaafannaโ“ =deebi hin jiruu ๐Ÿ˜ jedhuu.
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
โžป Walumaagalatti Kiristoos dhala namaa hunda bilisa basuuf wani dhufeefi " akkuma inni afaanii isaanii Ani bilisa yoo, isin base malee isin Garboota jedhe.
โธโžชYohaannis 8:36
#Ilmi_bilisa yoo isin baase, isin dhuguma bilisa ni taatu.
โนโžชGalatiyaa 5:1
#Kiristoos_bilisa kan nu baase bilisummaa akkasii akka argannuufi. Kanaafuu, jabaadhaa dhaabbadhaa; deebitaniis #waanjoo garbummaa jala of hin galchinaa.
โ–ฃโž› kanafuu bilisa kani sii,basuu Kiristoos erga taโ€™e ,waee Kiristoos immoo isayaas akkasii jedhee inni ba'a isaanii baate kadhatee jedhee jira , kadhannaa kani jedhamee immoo amma bilisa basuu kana Seexanaa jala.
โบโžชRaaji-Isayaas 53:12
namoota hedduu gidduutti gaสผee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas,
#inni_lubbuu isaa hamma duสผaatti illee dabarsee kenneera, #Yakkamtootaa wajjinis lakkaaสผameera #Cubbuu namoota hedduu ni baate, Yakkamtootaafis ni #kadhate.
โ–ฃโž› amma Kiristoos ni kadhate inni jedhuu bakka namoota bu'ee cubbuu namoota bachu isaatti , kunis ofii isaa dhifama godhee rawwate, dhifamni Abba akka beekamuu gochuuf akkasii jedhee malee Kiristoos wanta gochuu barbade ofii isaa iyyuu beeka.
๐Ÿ‘‰ dhiifamni Kiristoos akkamitti beekamaโ“yoo,jedhamee Kiristoos gara namoota dhufuu isaa fedhii isa ibsa.
๐Ÿ‘‰dhiifamni Abbaa akkamitti beekama โ“ilma isa ergu isaatti (Yohaannis 3:16).
๐ŸŒบ yaada bira immoo Kiristoos Abbaa kadhadha jedhee barsisee turee amma immoo akkamitti antu isiniif kadhata jedhu danda'a โ“yaa, Muslimaa ,yaa,pheenxee โ“deebii nutti himma kaa๐Ÿ˜โ“
โ–ฑโ–ฑโ–ฑ
โปโžชMaatewos 6:9
 โ€œEgaa, isin akkana jedhaa
#kadhadhaa: โ€œโ€˜Yaa Abbaa keenya isa samii irra jiraattuu, maqaan kee haa qulqullaaสผu.
โผโžชMaatewos 6:6
#Ati garuu yeroo #kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. #Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
link waldaa keenya argachuuf kana xuqaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ