Firii Qulqulloota
1.46K subscribers
19 photos
1 video
83 links
πŸ”ˆ"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
🌹🌹🌹#Faarfannaa 34:7 "#Ergamaan_Waaqayyoo naannoo #Warra_Waaqayyoon sodaatanii ni buufata, #inni isaan ni #oolchas."
(#የαŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­_መልአክ α‰ αˆšαˆαˆ©α‰΅ #αˆ°α‹Žα‰½ α‹™αˆͺα‹« α‹­αˆ°ααˆ«αˆα₯ #α‹«α‹΅αŠ“α‰Έα‹αˆ›αˆα’)πŸ™πŸ™πŸ™

🌹🌹🌹Eegumsi #Ergaama_Qulqulluu_Mikaa'elii hundumaa keenyaa waliin haa ta'uu.Ameen πŸ™πŸ™πŸ™

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."

https://t.me/firiqulqulloota
Faarfannaa 34:7-9 "#Ergamaan_Waaqayyoo naannoo warra #Waaqayyoon sodaatanii ni #buufata, #inni isaan ni #oolchas.

#Gaarummaan_Waaqayyoo attam akka ta'e, #isin miyeeffadhaa #ilaalaa. Namni isatti #kooluu gale haa #gammadu.

#Warri_Waaqayyoon sodaatan homaa hin dhaban. kanaaf #isin warri isaaf #qulqullooftan isa safeeffadhaa."

( #የαŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­_መልአክ α‰ αˆšαˆαˆ©α‰΅ αˆ°α‹Žα‰½ #α‹™αˆͺα‹« α‹­αˆ°ααˆ«αˆα₯ $α‹«α‹΅αŠ“α‰Έα‹αˆ›αˆα’

#αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­_α‰Έαˆ­ αŠ₯αŠ•α‹° αˆ†αŠ α‰…αˆ˜αˆ± αŠ₯α‹©αˆα€ α‰ αŠ₯ርሱ α‹¨αˆšα‰³αˆ˜αŠ• $αˆ°α‹ αˆαˆ΅αŒ‰αŠ• αŠα‹α’

#α‹¨αˆšαˆαˆ©α‰΅_αŠ αŠ•α‹³α‰½αŠ• αŠ α‹«αŒ‘αˆαŠ“ α‰…α‹±αˆ³αŠ‘ αˆαˆ‰α₯ #αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­αŠ•_ααˆ©α‰΅α’)

https://t.me/firiqulqulloota
"#Ani_Ergaama_Koo_Fuldaara Keeti #sifan erga("αŠ₯αŠ” #αˆ˜αˆαŠ αŠ­αŠ• α‰ αŠα‰΅αˆ… #αŠ₯αˆ°α‹΅α‹³αˆˆαˆ")seera bahuu 23:20

🌹Faarsa 34:7 β€œ#Ergamaan Waaqayyoo naannoo warra #Waaqayyoon sodaatanii ni buufata, inni isaan ni #oolchas(ni #eegas).

🌹Seera Bahuu 23:20_22 "#Kunoo, ani #karaa irratti akka si #eeguuf, iddoo ani qopheessettis akka si geessuuf #ergamaa Koo si dura nan erga.

✍#Atis_of_eeggadhu, dubbii isaa dhaggeeffadhu. #Maqaan_koo isa keessa waan jiruuf, inni #irra-daddarbaa kee siif hin #dhiisu, ati isaan mormitee irratti hin ka'in.

πŸ‘#Dubbii_isaa ba'eessa gootee yoo #dhaggeeffatte, #waan_ani sitti #dubbadhu_hundumaas yoo goote, #ani_diina_keetti #diina_nan_ta'a, warra siin mormaniinis nan morma.

#Hangaftii_Ergaamota_Qulqulluu_Mikaa'eel

#Baahiraaniif xalayaa du'aa #if jechuun gara #jireenyatii akkuma jijjiire....

#Afoomiyaan_si'ilii keen qorumsaa #Seexanan reebamuu irraa akkuma oltee.....

#Yaa_Ergaama_Qulqulluu #Mikaa'eel jireenya keenyaa keessatii #qorumsaa nu mudaatu hundaa irraa akkaa nu eeguu fedha Fi jaalala #waaqayyoo nuf haa ta'uu.

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf Waaqayyoof galanii haa ta'uu."

Baga geeessan

#Ayyaana_Gaarii