Firii Qulqulloota
1.42K subscribers
19 photos
1 video
79 links
🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
"#Ani_Ergaama_Koo_Fuldaara Keeti #sifan erga("እኔ #መልአክን በፊትህ #እሰድዳለሁ")seera bahuu 23:20

🌹Faarsa 34:7 “#Ergamaan Waaqayyoo naannoo warra #Waaqayyoon sodaatanii ni buufata, inni isaan ni #oolchas(ni #eegas).

🌹Seera Bahuu 23:20_22 "#Kunoo, ani #karaa irratti akka si #eeguuf, iddoo ani qopheessettis akka si geessuuf #ergamaa Koo si dura nan erga.

#Atis_of_eeggadhu, dubbii isaa dhaggeeffadhu. #Maqaan_koo isa keessa waan jiruuf, inni #irra-daddarbaa kee siif hin #dhiisu, ati isaan mormitee irratti hin ka'in.

👏#Dubbii_isaa ba'eessa gootee yoo #dhaggeeffatte, #waan_ani sitti #dubbadhu_hundumaas yoo goote, #ani_diina_keetti #diina_nan_ta'a, warra siin mormaniinis nan morma.

#Hangaftii_Ergaamota_Qulqulluu_Mikaa'eel

#Baahiraaniif xalayaa du'aa #if jechuun gara #jireenyatii akkuma jijjiire....

#Afoomiyaan_si'ilii keen qorumsaa #Seexanan reebamuu irraa akkuma oltee.....

#Yaa_Ergaama_Qulqulluu #Mikaa'eel jireenya keenyaa keessatii #qorumsaa nu mudaatu hundaa irraa akkaa nu eeguu fedha Fi jaalala #waaqayyoo nuf haa ta'uu.

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf Waaqayyoof galanii haa ta'uu."

Baga geeessan

#Ayyaana_Gaarii