Firii Qulqulloota
1.46K subscribers
19 photos
1 video
83 links
🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
#Naa_Duuka_Bu'ii #ተከተላኝ)
Yoh 21:19


#erga du'a ka'e boodadha
Yoh. 21:15-

🌹Simoon #Phexrosiin, "#Simoon ilma #Yohannis isa warri kun na #jaallatan caalaa ana jaallattaa ree?" jedhe; #inni immoo, "Eeyyee #gooftaa Akkan si #jaalladhu atuu in beekta" jedheen. #Iyyasus deebisee, "#Ilmoolee koo bobbaasii" jedhe.

🌹Si'a #lammaffaas #Iyyaasus
"Simoon ilma #Yohannis, ana jaalattaa ree?" jedheen; yommusis inni, "Eeyyee #gooftaa Akkan si #jaalladhu atuu in beekta" jedhee deebiseef. #Iyyasuus immoo, "#korbeesota koo eegi" jedheen.

🌹 Si'a #sadaffaas_Iyyasus "Simoon ilma #Yohannis, ana jaalattaa ree?" jedheen. #Phexros immoo waan inni si'a #sadaffaa "#Ana _aalattaa ree" ittiin jedheef in gadde; deebisee immoo, "#Gooftaa, ati waan hundumaa ni beekta; akkan si #jaalladhus atuu ni hubatta" jedheen; #Iyyasus immoo, "#Hoolota_koo bobbaasi"

🌹Kanas #Iyyasus_kiristoos #fakkeenyuman isaati dubaate...

A.#ilmoollee kan jedhaman
➡️kanneen #amanta isaaniin gana #jabaacha jiran ykn gara #kiristoos_amanutii dhufaanii eegu akkaa qabu ibsaa

B.#Korbeessota kan jedhaman ➡️kanneen #amantan jabaatan eeguun akkaa eegun barbaachisadha.

C.#Hoollota kan jedhaman kanneen #jireenya isaanii guututi #kiristoos taasisata bobbaasu akkaa isaa barbaachisuu hubachise....

🌹Karraa biran ammoo #ilmoollee , #korbeessota fi #hoollota kan jedhaman #dubartoota 36, #ardiiti 72, #duuka bu'uuta 12....eegu fi bobbaasu akkaa isaa barbaachisu #waaqayyoo #pheexiroosiiti dubbaate..... kun ammoo har'af fakkeenya fi barumsaa nu haa ta'uf...

🌹Nutis har'a #dhuguumatii #Iyyasus_kiristoos yoo jaalanee #hoollota isaa eegu fi bobbaasu akkaasumas kaanneen #hoollota isaa hin tannee hoollota isaa taasisu qaban jechudha.

Yoh 14:15 "#Isin yoo na #jaallattan abboommota ykn ajjaajota koo ni eega” jedha #kiristoos kanaf wanta innii #eega jedhee fi #raawwadha jedhee raawwcha jiraree nuti????......#dhugumaati mee gaaffii kan ofii keessanii #ofii deebisa.....

#Qulqulleeti_Dubaroo_Maariyaamiis akkaas nun jettii
Yoh 2:5"#Wanta innii #isiin jedhee #hundaa raawwadha" .....

#Waaqayyoo nuti #ijoolleen isaa #ajjaaja isaa eegneefi raawwannee #tajaajiltu mana isaa akkaa tanu fedha fi #jaalala isaa nuf haa ta'u.

https://t.me/firiqulqulloota

#Wantumaa_hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu 🙏