Firii Qulqulloota
1.46K subscribers
19 photos
1 video
83 links
🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
"#Sanyii_Facaasudhaaf ba'e" Maat 13:-3

#1ffaa Inni utuu #facaasuu kaan #karaa bukkee bu'an, #simbirroonni immoo dhufanii #funaananii nyaatan.

#2ffaa Kaan immoo #lafa_dhagaa, lafa biyyoo baay'ee hin qabne irra bu'an; #lafti isaan irra bu'anis #biyyoo gad fagoo waan hin qabneef dafanii biqilan.

Yommuu #aduun itti baate garuu in #coollagan; #hidda gad fagoo waan hin godhatiniifis in #gogan.

#3ffaa Kaan #qoree keessa bu'an; #qoreewwan guddatanii isaa #hudhan ykn akkaa #firrii hin #bufne taasisan.

#4ffaa Kaan garuu #biyyoo_gaarii irra bu'anii #ija godhatan, #iji isaaniis kaan dachaa #dhibba, kaan dachaa #jaatama, kaanis dachaa #soddoma ta'e."Maat 13:4-8

#Gooftaan_keenyaa_Iyyasuus #kiristoos yeroo fakkeenya kana #hiike barsiisu akkaas jedhe

🌹"#Egaa fakkeenyi namicha #sanyii_facaasuu maalitti akka hiikamu dhaggeeffadhaa".🛅

Akkuma #sanyiin_karaa bukkeetti facaafame ta'e, eenyu illee #dubbii mootummichaa dhaga'ee yoo hubachuu dhaabaate, inni #hamaan dhufee dubbicha isa garaa isaa keessatti facaafame in butata ykn kan hin #yaadanee ta'a.

Akkuma #sanyiin lafa #dhagaa keessatti facaafame ta'e, akkasuma #namni dubbicha dhaga'ee achumaan #gammachuudhaan ni fudhata.

Inni #yeroodhaaf malee #hundee hin qabu; sababii dubbichaatiif #rakkinni yookiis ari'atamuun yommuu ka'u achumaan in gufata.

Akkuma #sanyiin_qoree keessa bu'e ta'e, akkasuma #namni dubbicha in dhaga'a; kana booddees #yaaddoon biyya #lafaa; #gowwoomsaan soorumaa dubbicha in #hudha, #ija utuu hin #godhatinis in hafa.

Akkuma #sanyiin lafa #gaariitti_facaafame ta'e immoo, akkasuma #namni_dubbicha ni dhaga'a ni #hubatas; ija godhatees, inni tokko #dhibba, inni tokko #jaatama inni kaanis #soddoma ni godhaata" jedheMaat. 13:18-24

➡️#As keessatii nuti #hubachuu Kan qabnu
#Qotee_bulaan _kanneen #sagalee waaqayyoo #barsiisanii
#sanyiin______#Sagalee waaqayyoo
#Iddoo_Sanyin irraa qubaate___#laphee namoota #sagalee waaqayyoo sana dhaganii hojii hin hiikne, osoo #ajjaaja_waaqayyoo beekanu jaalala aduunyaatif ykn qabeenya #adduunyaatif dursaa kanneen Kennanan, kanneen #qorumsaa darbuu dadhabanii kufaan Fi kanneen #Sagalee waaqayyoo dhagaa'anii #hojiiti hiikaniif #fakkeenya Kan barsiisedha.

🆕🎤#Yaa_maatii_waaqayyoo nutii hoo har'a kanneen #Sagalee_guyyaa guyyaati Kan dhaageenyuu #sanyii bakkaa #afran bu'an keessa nuti Kan akkaa isaa #kamiitii laata #laphen keenyaa
Mee of haa gaafannuu.

2Qor13:5"#Yeroo_amantadha yoo jirtan #of_qoraadha" Mee nutis of #Yaa barbaanu isaa Kam akkaa tane.

🔔Yaa #waaqayyoo_sagalee kee dhageenyee #laphee ittin #hojiiti hiiknu nuf #kennii.

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf #waaqayyoof_galanii haa ta'uu"