Ethio-Terit SACCOS Official Channel
447 subscribers
681 photos
39 videos
183 links
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!
Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!

Save purposely, borrow strategically!
Download Telegram
Forwarded from Aboma Ejara
Aboma Ejara
Waldaan Hojii Gamtaa  Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, hojjettoota haaraa torbee tokkoof leenjisaa ture gara hojiitti galche
Waldaan Hojii Gamtaa  Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, hojjettoota haaraa torbee tokkoof leenjisaa ture gara hojiitti galche

Finfinnee, 5/12/2017ALI

Tajaajiloota si'ataa fi quubsaa ta'e bakka miseensonni isaa argamanitti kennuuf hojjettoota haaraa qacaree torban tokkoof leenjisaa kan ture, Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, guyyaa har'aa leenjiicha xummursiisuun gara hojiitti galche.

Saganticharratti argamuun haasaa kan taasisan  Hundeessaa fi Hoji-raawwachiisaa Olaanaan waldichaa Obbo Indaashawu Taganyi, hojjettoonni haaraan akkaataa leenji'aniin miseensotaaf tajaajila qubsaa, seeraa fi naamusa waldaalee hojii  gamtaa eeggatan akka kennan dhaamsa  dhaammatan.

Itti Aanaan Hoji-Raawwachiisaa waldichaa Obbo Mulaatuu Ba'idee gama isaanitiin, hojjettoonni haaraan gara waldaa kanaatti dhufan caarraa qabeessota ta'uu isaanii ibsuun, hojiileen waldicha gitan hedduun akka isaan irraa eegamu dhaaman.

Hojjettoonni haaraan kunneenis gammachuu isaanitti dhagahame ibsachuun  ittigaafatamummaa isaanitti kenname bahachuuf qophii ta'uu dubbatan.

Dhumarratti, hojjettoota haaraa kanniiniif waraqaan ragaa leenjicha haalaan xummuruu isaanii ibsu tokkoon tokkoon isaaniif kenname.
ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር የፌደራል ህብረት ስራ ኮሚሽን በየዓመቱ አነስተኛ ገቢ ላላቸው ሰዎች ልጆቻቸውን በተገቢው መንገድ እንዲማሩ ለማገዝ  በሚያደርገው የመማሪያ ቁሳቁስ ድጋፍ በማድረግ የበኩሉን አስተዋጽኦ አበረከተ::

7/12/2017 ዓ.ም

ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር የፌደራል ህብረት ስራ ኮሚሽን በየዓመቱ አነስተኛ ገቢ ላላቸው ሰዎች ልጆቻቸውን በተገቢው መንገድ እንዲማሩ ለማገዝ  በሚያደርገው የመማሪያ ቁሳቁስ ድጋፍ በማድረግ የበኩሉን አስተዋጽኦ አበረከተ።

የኢትዮ ጥሪት ቁ/ብ/ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ ማህበር በጥራትና በብቃት ማህበረሰቡን እያገለገለ የሚገኝ ሲሆን ከሚሰጠው መደበኛ አገልግሎት ባሻገር በበጎ አድራጎት ስራም ትልቅ ስራ ሲሰራ የቆየ መሆኑ ይታወቃል።

በተለይም በአርቲስት ሀጫሉ ሁንዴሳ መታሰባያ 1ኛ ደረጃ ት/ቤት ለሚማሩ የልዩ ፍላጎት ተማሪዎች በየወሩ አስፈላጊ እገዛ እያደረገ ይገኛል።

በትላንትው ዕለት  በቂ የመማሪያ ቁሳቁስ እጥረት ለሚያጋጥማቸው ተማሪዎች አስፈላጊ የሆነውን ግብአት በማሟላት መጭው የትምህርት ዓመት በተሳካ ሁኔታ እንዲቀበሉ አድርጓል።
Forwarded from Aboma Ejara
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit , deeggarsa Komiishiniin Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaa, waggaa waggaadhaan namoonni galii gadi aanaa qaban daa'imman isaanii akka barsiifataniif taasisu irratti gaheesaa bahate

Finfinnee  8/12/2017 ALI

Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit , deeggarsa Komiishiniin Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaa, waggaa waggaadhaan namoonni galii gadi aanaa qaban daa'imman isaanii akka barsiifataniif taasisu irratti meeshaalee barnootaa garaa garaa kennuun gaheesaa bahate

Waldaan kun,  tajaajilaa liqii, qusannoo fi gorsa diinagdee garaa garaa kennuu bira darbee, yeroo garaa garaatti deeggarsa garaagaraa tolchuun  itti gaafatamummaa haawaa isaa bahataa kan jiru yoo ta'u, guyyaa kaleessaas,  namoonni galii gadi aanaa qaban ijoollee isaanii akka barsiifataniif meeshaalee barnootaa bituun deeggarsa taasise.

Waldaan Afoosha irraa ka'uun sadarkaa kanarra gahe kun, itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahatuuf, keessattuu barattoota Mana Barumsaa Fedhii Addaa Yaadannoo Aartist Haacaaluu Hundeessaatiif deeggarsa adda hin cinne kennaa kan jiru  yoo ta'u,  deegarsi akkanaa akka adda hin cine dubbatame.