Ethio-Terit SACCOS Official Channel
468 subscribers
698 photos
39 videos
187 links
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!
Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!

Save purposely, borrow strategically!
Download Telegram
Forwarded from Trit Credit Societ
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xiriit, hojjettoota baatii Adoolessaa  raawwii olaanaa geggeessaniif fi miseensota garee hoji-raawwachiistuuf leenjii gahumsa dhuunfaa kenne
1
Forwarded from Trit Credit Societ
Trit Credit Societ
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xiriit, hojjettoota baatii Adoolessaa  raawwii olaanaa geggeessaniif fi miseensota garee hoji-raawwachiistuuf leenjii gahumsa dhuunfaa kenne
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xiriit, hojjettoota baatii Adoolessaa  raawwii olaanaa geggeessaniif fi miseensota garee hoji-raawwachiistuuf leenjii gahumsa dhuunfaa kenne

Finfinnee, 22/12/2017 ALI


Afoosha walgargaarsaa dargaggoota ganda Abbichoo irraa gara waldaa hojii gamtaa qusannoo fi liqiitti guddachuun tajaajila qusannoo, liqii fi garso diinagdee garaa garaa hawaasaaf kennaa kan jiru, Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xiriit, hojjettoota baatii Adoolessaa  raawwii olaanaa galmeessaniif guyyaa har'aa waajjira muummeetti leenjii gahumsa dhuunfaa kenne.


Leenjii kanas kan  kennan Hundeessaa fi Hoji-raawwachiisaa Olaanaa waldichaa kan ta'an Obbo Indaashawu Taganyi yoo ta'u, dhuma leenjichaarratti haala adeemsaa fi egeree waldichaarratti waliin marii taasisan.

Qabiyyeen leenjii kanaa; tooftaalee 12'n dandeettii hooggansa jireenya dhunfaa ittiin gabbifamu, hiikaa mul'ataa, tooftaalee argannoo mul'ataa fi kaayyoo jireenyaa  irratti kan xiyyeeffata.  

Hojjettoonnii fi miseensonni garee hoji-raawwachiisaa leenjicha fudhataniis,  leenjichatti hedduu gammadoo ta'uu isaanii kaasuun gara fulduraattis bifuma kanaan itti fufuuf galaa akka ta'uuf dubbatan.
Forwarded from Trit Credit Societ
ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር በሐምሌ ወር ጥሩ አፈፃፀም ላስመዘገቡ ሰራተኞች እና ለስራ አስፈፃሚ አካላት የግል ስብዕና ግንባታ ስልጠና ሰጠ።

አዲስ አበባ ,22/12/2017

መነሻዉ የወጣቶች መረዳጃ ዕድር የሆነዉ ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር በሐምሌ ወር ጥሩ አፈፃፀም ላስመዘገቡ ሰራተኞች እና ለስራ አስፈፃሚ አካላት የግል ስብዕና ግንባታ ስልጠና በዋና ቢሮ ገላንኮንደሚኒየም በዛሬው ዕለት ሰጥቷል።

ይህን ትልቅ ስልጠና የሰጡት የማህበሩ መስራች እና ዋና ስራ አስፈፃሚ የሆኑት አቶ እንደሻው ተገኝ ሲሆኑ የስልጠናው ይዘቶችም ስለ ራዕይ ፣ የራዕይ ምንነት ፣ የራዕይ ጥቅም ፣ ራዕያችንን እንዴት እንደምናውቅ በተጨማሪም የህይወት ዓለማን እንዴት እንደምናሳካ የሚዳስስሱ ነበሩ።

ስልጠናውን የወሰዱት ሰራተኞችም ይህን ስልጠና በመውሰዳቸው ዕድለኛ እንደሆኑና በስልጠናው እንደተደሰቱ ተናግረዋል ።
ስልጠናው ለግል ሕይወታቸውም ሆነ በስራ ላይ ላላቸው ስነምግባር እና ተነሳሽነት ትልቅ አስተዋፅኦ እንዳለው ገልፀው ከዚህም በኋላ ከፍተኛ ውጤት እንደሚያስመዘግቡ ቃል ገብተዋል።

በሚቀጥሉት ጊዜያትም ስልጠናው በሚገባ እንደሚቀጥል ተነግሯል ።