Forwarded from Aboma Ejara
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
የተሻለ እና ደማቅ ነገን ለመፍጠር ፣ ህይወትዎን በውበት እና በብሩህ ተስፋ ለመሙላት ኢትዮ ጥሪት አለለዎት!
ለበለጠ መረጃ:-
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
ለበለጠ መረጃ:-
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
Forwarded from Aboma Ejara
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Egeree keessaan bareechuu fi abdi qabeessa taasisuuf, akkasumas gammachuun guutuuf Itiyoo Xirriit isiniif jira!
𝗢𝗱𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗱𝗮𝗯𝗮𝗹𝗮𝘁𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳:-
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
𝗢𝗱𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗱𝗮𝗯𝗮𝗹𝗮𝘁𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳:-
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
❤1👍1
Forwarded from Aboma Ejara
የኢትዮ-ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/የህ/ሥ/ማ ቦርድ የሀምሌ ወር የሥራ አፈጻጸምን ገመገመ።
አዲስ አበባ 11/12/2017ዓ.ም
የኢትዮ-ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/የህ/ሥ/ማ ቦርድ በዛሬዉ ዕለት በዋናዉ ቢሮ በመገኘት የሀምሌ ወር የሥራ አፈጻጸም ገመገመ።
ዋናዉ የማህበሩ የቦርድ ሰብሳቢ የሆኑት አቶ እዝራ ወልደሰንበት በዋናነት ስብሰባዉን የመሩ ሲሆን ሌሎችም የቦርድ አባላት የተገኙ ሲሆን፤ የማህበሩ መስራችና ዋና ስራ አስፈፃሚዉ የሆኑት አቶ እንዳሻዉ ተገኝ መገኘታቸዉ ታዉቋል።
አቶ እንዳሻዉ ተገኝ በስብሰባዉ ላይ በመገኘት የሀምሌ ወር የሥራ አፈፃፀም ሪፖርት በማቅረብ፣ከቦርድ አባላት የተነሱ ጥያቄዎችን በመመለስና የሚነሱ ሀሳቦችንም መቀበላቸዉ ታዉቋል።
ማህበሩ የያዘዉን ግብና እቅድ ለማሳካት፣ለአባላቱ ተደራሽ በሆነዉ መልኩ አገልግልቶችን ለማቅረብና መልካም የብራንድ ግንባታ ስራዎች ተጠናክሮ መቀጠል እንደሚገባ አሳስቧል።

❤1
Forwarded from Aboma Ejara
Boordiin Waldaa Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qausannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, raawwii hojii ji'a Adoolessa gamagame.
Finfinnee 11/12/2017 ALI
Boordiin Waldaa Hojii Gamtaa Bu'uuraa Quusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waajira isaa muummeetti guyyaa har'aa raawwii hojii ji'a Adoolessa gamaggame.
Waltajjicha addadurummaan kan geggeessaa turan walitti qabaa boordii waldichaa kan ta'an Obbo Izraa Waldasanbat yoo ta'an, waltajjicharratti miseensota boordii dabalatee, Hundeessaa fi Hoji-raawwachiisaa Olaanaa Waldichaa kan ta'an Obbo Indaashawu Taganyi argamaniiru.
Obbo Indaashawu Taganyi waltajicharratti gabaasa raawwii hojii ji'a Adooleessaa dhiyeessuun gaaffilee miseensonni boordii kaasaniif deebii kennaa, yaadota ka'an ammoo fudhachaa turan.
Waldichi gara fulduraattis kaayyoo qabatee ka'e irraa osoo hin maqiin miseensota isaa haalaan tajaajiluu akka itti fufuu fi maqaa gaarii qabu qabatee akka itti fufu dhaaman.

❤3👍1