Ethio-Terit SACCOS Official Channel
447 subscribers
681 photos
39 videos
183 links
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!
Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!

Save purposely, borrow strategically!
Download Telegram
Forwarded from Aboma Ejara
የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ8ኛ ዙር ገላን ኮንደሚኒየም በሚገኘው በማህበሩ ዋና ቢሮ ዛሬም ሰጥቷል ።
4
Forwarded from Aboma Ejara
የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ8ኛ ዙር ገላን ኮንደሚኒየም በሚገኘው በማህበሩ ዋና ቢሮ ዛሬም ሰጥቷል ።

አዲስ አበባ 28/10/2017


ሀምሌ 6/2017 ዓ.ም የ3ኛ አመት 7ኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ለማካሄድ የአባላት ተወካዮችና ውክልና ያልሰጡትን አባላት እየጠራ የሚገኘው የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ8ኛ ዙር ዛሬም ሰጥቷል ።



  ስልጠናውንም የሰጡት የማህበሩ የፋይናስ ክፍል ኀላፊ የሆኑት አቶ አበበ ጋዲሳ ሲሆኑ ስልጠናው በየሳምንቱ የሚቀጥል እና ለሁሉም የማህበሩ አባላቶች እንደሚደርስም ተናግረዋል ።

   የስልጠናው ይዘቶችም ስለ ሕብረት ስራ ማህበራት ጥቅሞች እና መርሆዎች ፣ የኢትዮ ጥሪት አባላት መብት ና ግዴታዎች ፣ የብድር መስፈርቶች ፣ እና ከሌሎች መሰል ማህበራት የሚለይባቸውን እና መሰል ጉዳዮችን ይዟል።

በስልጠናው ላይም የማህበሩ የማርኬቲንግ እና ቢዝነስ ዴቨሎፕመንት ዋና ዳይሬክተር የሆኑት ዶ/ር አታክልት ኃይሉ በበኩላቸው  የማህበሩ አባላቶች በዚህ ስልጠና በተገቢው መንገድ እየተሳተፉ ማህበሩንም ሆነ ራሳቸውን እንዲጠቅሙ ጥሪ አቅርበዋል ።

  በስልጠናው ከተሳተፉት አባላቶችም ይህ አይነቱ ስልጠና ተጠናክሮ መቀጠል እንዳለበት ተናግረዋል።  ሌላው በስልጠናው የተሳተፉት አባላቶች በበኩላቸው ከዚህ ስልጠና ብዙ ትምህርት እንዳገኙ እና በተግባር እንደሚያውሉ ተናግረዋል ።

ስልጠናውም ከዚህ በፊት ከነበሩት ሳምንታት የበለጠ የተሳታፊ ብዛትም ሆነ ድምቀትም ታይቶበታል ።
👍32
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, leenjii torbee torbeen kennu har’as marsaa 8ffaaf kenne
2
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, leenjii torbee torbeen kennu har’as marsaa 8ffaaf kenne
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, leenjii torbee torbeen kennu har’as marsaa 8ffaaf kenne

Finfinnee, 28/2017 ALI

Adoolessa 6/11/2017 ALI tti Yaa’ii Ididilee Walii Galaa Waggaa 3ffaa Marsaa 7ffaa isaa geggeessuuf bakka bu’oota miseensotaafi miseensota bakka bu’iinsa hin kennineef waamicha dhiyeessaa kan jiru, WHG Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, leenjii torbee torbeedhaan kennaa, jiru guyyaa har’aas waajjira isaa muummeetti marsaa 8ffaaf kenne.

Leenjii kan kennanis, Itti gaafatamaa Kutaa Faayinaansii waldichaa kan ta’an, Obbo Abbabaa Gaaddisaa yoo ta’an, leenjichi kan itti fufuufi miseensonni hunduu fudhachuu akka qaban dubbatan.

‎Leenjiin kun adda-durummaan qabxiilee akka faayidaalee waldaalee hojii gamtaa fi qajeelfamoota waldaalee hojii gamtaa, mirgaa fi dirqama miseensota W/H/G/B/ Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriitii fi wantoota W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaalee biroorraa adda taasisan irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, leenjii barbaachisaa akka ta’e namoonni yaada isaanii kennan dubbatan.

Daarektera olaanaa gabaa fi biizinasii waldichaa kan ta’an Dr. Ataakilti Hayiluu gama isaanitiin, W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaa hawaasa tajaajiluuf mul’ata bal’aa qabatee ka’e waan ta’eef, waliin taanee gara fuulduraatti adeemuun barbaachisaadha jedhan

Miseensonni leenjicha fudhatanis leenjichatti gammadoo ta’uu isaanii ibsachuun, gaaffileefi yaada isaanii qooddataa turan.


Leenjiin marsaa 8ffaa kunis kan yeroo darbeerra, hirmaattota hedduuf kan kennamee fi gaaffilee fi yoodanni baay’een gama leenjifamtootaatiin itti ka’aa tureedha.
👍2👏1
Forwarded from Aboma Ejara
ውድ የኢትዮ ጥሪቶች አባላት ተወካዮች እና ውክልና ያልሰጣችሁ አባላቶች በሙሉ ማህበራችን ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር 3ኛ ዓመት 7ኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤውን ገላን ኮንደሚኒየም በአርቲስት ሀጫሉ ሁንዴሳ ት/ቤት አዳራሽ ውስጥ ከ2:30 ጀምሮ ያካሄዳል ስለዚህም በሰዓቱ እንድትገኙልን በአክብሮት እንጠይቃለን።

አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!

Kabajamtoota bakka bu’oota miseensotaa Waldaa Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit fi miseensota bakka bu’iinsa hin kennine hundaaf, waldaan keessan Waldaa Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit yaa’ii idilee walii galaa waggaa 3ffaa marsaa 7ffaa, gaafa guyyaa 6/11/2017 ALI sa’aatii 2:30 irraa eegalee, galma Mana Barumsaa Yaadannoo Aartist Haacaaluu Hundeessaa sadarkaa 1ffaa Aqaaqii Qaallittii, Galaan Koondoominiyeemiitti argamutti waan geggeeffassuuf, yeroon akka argamtan kabajaan isin gaafanna!

Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!
👍41
Forwarded from Aboma Ejara
ለኢትዮ-ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ህ/ስራ ማህበር የ2017 ዓ.ም በጀት አመት የ3ኛ ዓመት 7ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤውን በአቃቂ ቃሊቲ ገላን ኮንዶሚኒየም የሚገኘው አርቲስት ሀጫሉ ሁንዴሳ መታሰቢያ የመጀመሪያ ደረጃ ት/ቤት 6/11/ 2017 ዓ.ም ከጠዋቱ 2:30 ሰዓት ጀምሮ ያካሄዳል፡፡

‎ ስለሆነም በዕለቱ ውክልና የወሰዳችሁ አባሎቻችን በጠቅላላ ጉባኤው ላይ እንድትገኙልን እያልን ሌሎችም ውክልና ያልስጣቹ እና ውክልና ሰጥታችሁም በጉባኤ ላይ በአካል ለመገኘት ፍላጎት ያላችሁ አባሎቻችን መሳተፍ የምትችሉ መሆኑን እየገለፅን የእለቱን አጀንዳሆች ከዚህ በታች የተዘረዘሩት መሆናቸውን በአክብሮት እናሳውቃለን፡፡

‎ 1. የ2017ዓ.ም በጀት ዓመት የስራ
አፈፃፀም ሪፖርት ማቅረብ
‎2. የ2018 ዓ.ም በጀት ዓመት ዓመታዊ
የስራ ዕቅድ ላይ ተወያይቶ ማዕደት
‎3. የማህበሩን የአምስት አመት ሰልታዊ
ዕቅድ ላይ መወያየት
‎4. የቁጥጥር ኮሚቴ ሪፖርት መስማት
‎5. የሚሻሻሉ ህጎች ላይ መወያየት እና
ማፅደቅ
1
Bakka Buutota  miseensota WHG Bu’uuraa Itiyoo Xirriit  fi  miseensota bakka bu’iinsa hin kennine, akkasusamas  miseensota bakka bu’iinsa kennitanii Yaa’ii  Idilee Waliigalaa Waggaa 3ffaa marsaa 7ffaa irratti hirmaachuu barbaaddan hundaaf!


Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, Yaa’ii Idilii Walii galaa  waggaa 3ffaa marsaa 7ffaa  gaafa guyyaa 6/11/2017 ALI sa’aatii 2:30 irraa eegalee, galma Mana Barumsaa Yaadannoo Aartist Haacaaluu Hundeessaa sadarkaa 1ffaa Aqaaqii Qaallittii, Galaan Koondoominiyeemiitti argamutti waan geggeeffassuuf, yeroon akka argamtan kabajaan isin gaafanna!

𝗔𝗷𝗮𝗻𝗱𝗮𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗴𝗶𝘆𝘆𝗶𝗰𝗵𝗮𝗮
--------------------------------------

- Gabaasa raawwii hojii bara
  baajetaa 2017
-Karoora Bara Baajetaa 2018
dhiyeessuun mariin raggaasisuu
-Karoora waggaa shanii waldaa
keenyaarratti mari’achuu
-Gabaasa koree to’annoo
  dhaggeeffachuu
-Seerota fooyya’an  dhiyeessuun   
mariin raggaasisuu
2