Forwarded from Aboma Ejara
ፋይናንስ ዲፓርትመንት (𝗙𝗜𝗡𝗔𝗡𝗖𝗘 𝗗𝗘𝗣𝗔𝗥𝗧𝗠𝗘𝗡𝗧 )
-------------------------------------------
በ2017 በጀት ዓመት የኢትዮ ጥሪት የፋይናንስ ዲፓርትመንት የደንበኞችን የቁጠባና የብድር አሰጣጥና እና አሰባሰብ ስርዓትን በሚገባ እንዲሳለጥ አድርገዋል።
በ2018 በጀት ዓመትም ለብዙ አባላት ብድር በመልቀቅ አባላትን እንደሚያገለግሉ ግልፅ ዕቅድ አስቀምጠዋል።
𝗞𝗨𝗧𝗔𝗔 𝗙𝗔𝗔𝗬𝗜𝗡𝗔𝗔𝗡𝗦𝗜𝗜 (𝗙𝗜𝗡𝗔𝗡𝗖𝗘 𝗗𝗘𝗣𝗔𝗥𝗧𝗠𝗘𝗡𝗧 )
--------------------------------------------------
Bara baajetaa 2017 'tti Kutaan Faayinaansii Itiyoo-Xirriit, hojimaata qusannoo miseensotaa fi haala kenniinsa liqii waldichaatti dhimma bahuun miseensonni tajaajila qusannoo fi liqii akk argatan taasisaniiru.
Bara baajetaa 2018 'ttis miseensota barsiifata qusannoo gaarii horachiisuun tajaajila liqaa hedduuf kennuuf karoora ifa ta'e qabatee ka'eera.

ማርኬቲንግ ዲፓርትመንት ( 𝗠𝗮𝗿𝗸𝗲𝘁𝗶𝗻𝗴 𝗗𝗲𝗽𝗮𝗿𝘁𝗺𝗲𝗻𝘁
-----------------------------------------------
በ 2017 በጀት ዓመት የኢትዮ ጥሪት የማርኬቲንግ ሰራተኞች አዳዲስ አባላትን በማፍራት እና ነባር አባላቶችን በማነቃቃት የማህበሩን አገልግሎት እንዲያገኙ ሲሰሩ ቆይተዋል።
በ 2018 በጀት ዓመትም ብዙ ሺህ አዳዲስ አባላትን ለማፍራት ግልፅ እና የተጠና ዕቅድ አስቀምጠዋል።
𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗮𝗿𝗸𝗲𝘁𝗶𝗶𝗻𝗴𝗶𝗶(𝗠𝗮𝗿𝗸𝗲𝘁𝗶𝗻𝗴 𝗗𝗲𝗽𝗮𝗿𝘁𝗺𝗲𝗻𝘁 )
----------------------------------
Bara baajetaa 2017'tti Kutaan Maarkeettiingii WHG Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, miseensota haaraa hedduu gara waldichaatti fiduu fi warra turan dadammaqsuun tajaajoota si'atoo waldichaa akka argatan taasiseera.
Bara baajetaa 2018'ttiis miseensota hedduu horachuun tajaajiloota waldichaa akka argatan taasisuuf karoora ifa ta'e qabatee ka'eera.

የሰው ሀብትና ሀይል አስተዳደር ዲፓርትመንት ( 𝗛𝗥)
---------------------------------------------------
በ 2017 በጀት ዓመት የኢትዮ ጥሪት human resources ዲፓርትመንት ብዙ ጠንካራ እና ንቁ ሰራተኞችን በመቅጠር እና የማህበሩን ሀብት በማስተዳደር አገልግሎት ለአባላት በጥራት እንዲሰጥ አድርገዋል።
በ 2018 በጀት ዓመትም ብዙ ሰራተኞችን በመቅጠር እንዲሁም የማህበሩን ሀብት እና የሰው ኀይል ለመንከባከብ እና ለመጠበቅ ግልፅ የሆነ ዕቅድ አስቀምጠዋል።
𝗛𝘂𝗺𝗻𝗮 𝗡𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗰𝗵𝗶𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗤𝗮𝗯𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮 (𝗛𝗥)
-------------------------------------------------
Bara baajetaa 2017'tti Kutaan Bulchiinsa Humna Namaa fi Qabeenyaa WHG Bu'uuraa Itiyoo-Xirriit, hojjettoota dandeettii fi gahumsa cimaa qaban hedduu qacaruun, qabeenyi waldichaa qixa sirriin akka hoogganamu taasisuun miseensotaaf tajaajilli quubsaan akka kennamu taasiseera.
Bara baajeta 2018'ttiis hojjettoota hedduu mindeessuun qabeenyaa fi humna namaa dhaabbatichaa hoogganee, tajaajila quubsaa miseensotaaf kennuuf karoora ifa ta'e qabatee ka'eera.

በትላንትናው ዕለት ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር በበጀት ዓመቱ የተሻለ አፈፃፀም ያስመዘገቡ ሰራተኞቹን ሽልማት ሰጠ።
Guyyaa kaleessaa WHG Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit, hojjettoota bara baajetaa 2017'tti milkii gaarii galmeessaniif badhaasa kenneera.
Guyyaa kaleessaa WHG Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit, hojjettoota bara baajetaa 2017'tti milkii gaarii galmeessaniif badhaasa kenneera.
Forwarded from Aboma Ejara
ከዋና ስራ አስፈፃሚ ፅ/ቤት በ 2017 በጀት ዓመት የተሻለ አፈፃፀም በማስመዝገብ የተሸለመች ።
Bara baajetaa 2017, Biiroo Hojiraawwachiisaa (CEO ) keessaa raawwii olaanaa galmeessuun kan badhaafame.
Bara baajetaa 2017, Biiroo Hojiraawwachiisaa (CEO ) keessaa raawwii olaanaa galmeessuun kan badhaafame.
Forwarded from Aboma Ejara
ከፋይናንስ ዲፓርትመንት በ2017 በጀት ዓመት የተሻለ አፈፃፀም በማስመዝገብ የተሸለመ
Bara baajetaa 2017, Kutaa Faayinaansii keessaa raawwii olaanaa galmeessuun kan badhaafame.
Bara baajetaa 2017, Kutaa Faayinaansii keessaa raawwii olaanaa galmeessuun kan badhaafame.
Forwarded from Aboma Ejara
ከማርኬቲንግ ዲፓርትመንት በ 2017 በጀት ዓመት የተሻለ አፈፃፀም በማስመዝገብ የተሸለመ።
Bara baajetaa 2017, Kutaa Maarkeettiingii keessaa raawwii olaanaa galmeessuun kan badhaafame.

❤1
Forwarded from Aboma Ejara
የተለያዩ ስትራቴጂዎችን በመንደፍ ሰራተኞችን በማነቃቃት እና በማስተባበር በ2017 በጀት ዓመት ከፍተኛ ስራ ስለሰሩ በልዩ ተሻለሚነት የተሸለሙ የማ ህ በ ሩ የፋይናንስ ክፍል ሃላፊ አቶ አበበ ጋዲሳ።
Imaammata garaa garaa baasuun, hojjettootaaf leenjii garaa garaa kennee dadammaksuun bara baajetaa 2017 'tti hojiilee ajaa'ibsiisoo hojjetaa kan ture, Ittigaafatamaa Kutaa Faayinaansiitii WHGB Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit Obbo Abbabaa Gaaddisaa badhaasa yemmuu fudhatana!

ከዕድር አስነስቶ ይህንን ትልቅ ማህበር በማቋቋም ለብዙ ሰዎች የስራ ዕድል በመፍጠር እና የብዙ ሰዎችን የፋይናንስ ችግር በመቅረፍ ለሌሎች ምሳሌ የሆኑት የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር መስራች እና ዋና ስራ አስፈፃሚ አቶ እንደሻው ተገኝ ሽልማት ስውስዱ!
Afoosha irraa kaasee halkanii fi guyyaa irratti hojjetee waldaa guddaa kana hundeessuun caarraa hojii namoota baay'eef kan bane, namoota rakkoo faayinaansii qaban hedduuf madda furmaataa kan ta'ee Hundeessaa fi Hoji-raawwachiiisaa Olaanaan WHG Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit Obbo Indaashawu Taganyi yemmuu hojjettoota waldichaarraa badhaasa fudhatan!

❤2
Forwarded from Aboma Ejara
የ3ተኛ ዓመት 7ተኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ጥሪ
-----------------------------------------
የአባላት ተወካይ እና ውክልና ያልሰጣችሁ አባላት በሙሉ
ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር የ3ኛ አመት 7ኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔውን በቀን 6/11/2017 አቃቂ ቃሊቲ ገላን ኮንዶሚኒየም የሚገኘው የአርቲስት ሀጫሉ ሁንዴሳ መታሰቢያ የመጀመሪያ ደረጃ ት/ቤት አዳራሽ ውስጥ ከጠዋቱ 2:30 ጀምሮ ስለሚያካሄድ የአባላት ተወካይ እና ውክልና ያልሰጣችሁ አባላት በሙሉ በሰዓቱ እንድትገኙልን ስንል ጥሪያችንን እናስተላልፋለን::
𝗪𝗮𝗮𝗺𝗶𝗰𝗵𝗮 𝗬𝗮𝗮'𝗶𝗶 𝗪𝗮𝗹𝗶𝗶𝗴𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗪𝗮𝗴𝗴𝗮𝗮 𝟯𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗠𝗮𝗿𝘀𝗮𝗮 𝟳𝗳𝗳𝗮𝗮!
𝗕𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗯𝘂'𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗼𝘁𝗮 𝗕𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗕𝘂'𝗶𝗶𝗻𝘀𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝗞𝗲𝗻𝗻𝗶𝗻𝗲 𝗛𝘂𝗻𝗱𝗮𝗮𝗳!
Waldaan keessan, Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, yaa’ii idilee walii galaa waggaa 3ffaa marsaa 7ffaa gaafa guyyaa 6/11/2017 ALI, galma Mana Barumsaa Yaadannoo Aartist Haacaaluu Hundeessaa sadarkaa 1ffaa Aqaaqii Qaallittii, Galaan Koondoominiyeemiitti argamutti, ganama sa’aatii 2:30 irraa eegalee waan geggeessuuf, yeroodhaan akka nuuf argamtan kabajaan isin beeksisna!

👏2
Forwarded from Aboma Ejara
ውድ የኢትዮ ጥሪት ቤተሰቦች የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ህብረት ስራ ማህበር ለአባላቶቹ በየሳምንቱ ቅዳሜ ሁልጊዜ ተከታታይ ስልጠና እየሰጠ ይገኛል።
የስልጠናው ይዘትም የሰልጣኞችን የገንዘብ አጠቃቀም እና መሰል ጠቃሚ ጉዳዬች ይዳሰሱበታል።በመሆኑም ሁላችሁም የዚህ ስልጠና ተካፋይ እንድትሆኑ ተጋብዛትኋል።
ማሳሰቢያ፡
የስልጠናው ቦታ፡ በማህበሩ ዋና መስሪያ ቤት ገላን ኮንዶሚኒየም ሴንተራል ህንፃ 4ኛ ፎቅ ስህን
የስልጠናው ስዓት፡ 3፡00
ኢትዮ ጥሪት
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!
Kabajamtoota maatiiwwan Itiyoo Xirriit, Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit Sanbata Xiqqaa(Qidaamee) yeroo hunda sa’aatii 3:00 irraa kaasee leenjii hubannoo fayyadama liqii fi waldaalee hojii gamtaa gabbisan kennaa waan jiruuf kaffaltii tokko malee akka fudhattan affeeramtanii jirtu.
Hub:
Namni miseensa ta’es kan hin taanees dhufee fudhachuu ni danda’a.
Iddoon leenjii:- Koondoominiyeemii Galaan, Gamoo seenteraalaa, darbii 4ffaarra.
Sa’aatiin:-3:00 Irraa eegalee
Itiyoo Xirriit!
Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa

👍3
Forwarded from Aboma Ejara
ውድ የኢትዮ ጥሪት አባላት ነገን የተሻለ ለማድረግ አቅደው በመቆጠብ አልመው ይበደሩ
Kabajamtoota maatiiwwan Waldaa Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, Boruu keessan tolchuuf kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716