Forwarded from Aboma Ejara
የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ8ኛ ዙር ገላን ኮንደሚኒየም በሚገኘው በማህበሩ ዋና ቢሮ ዛሬም ሰጥቷል ።
❤4

አዲስ አበባ 28/10/2017
ሀምሌ 6/2017 ዓ.ም የ3ኛ አመት 7ኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ለማካሄድ የአባላት ተወካዮችና ውክልና ያልሰጡትን አባላት እየጠራ የሚገኘው የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ8ኛ ዙር ዛሬም ሰጥቷል ።
ስልጠናውንም የሰጡት የማህበሩ የፋይናስ ክፍል ኀላፊ የሆኑት አቶ አበበ ጋዲሳ ሲሆኑ ስልጠናው በየሳምንቱ የሚቀጥል እና ለሁሉም የማህበሩ አባላቶች እንደሚደርስም ተናግረዋል ።
የስልጠናው ይዘቶችም ስለ ሕብረት ስራ ማህበራት ጥቅሞች እና መርሆዎች ፣ የኢትዮ ጥሪት አባላት መብት ና ግዴታዎች ፣ የብድር መስፈርቶች ፣ እና ከሌሎች መሰል ማህበራት የሚለይባቸውን እና መሰል ጉዳዮችን ይዟል።
በስልጠናው ላይም የማህበሩ የማርኬቲንግ እና ቢዝነስ ዴቨሎፕመንት ዋና ዳይሬክተር የሆኑት ዶ/ር አታክልት ኃይሉ በበኩላቸው የማህበሩ አባላቶች በዚህ ስልጠና በተገቢው መንገድ እየተሳተፉ ማህበሩንም ሆነ ራሳቸውን እንዲጠቅሙ ጥሪ አቅርበዋል ።
በስልጠናው ከተሳተፉት አባላቶችም ይህ አይነቱ ስልጠና ተጠናክሮ መቀጠል እንዳለበት ተናግረዋል። ሌላው በስልጠናው የተሳተፉት አባላቶች በበኩላቸው ከዚህ ስልጠና ብዙ ትምህርት እንዳገኙ እና በተግባር እንደሚያውሉ ተናግረዋል ።
ስልጠናውም ከዚህ በፊት ከነበሩት ሳምንታት የበለጠ የተሳታፊ ብዛትም ሆነ ድምቀትም ታይቶበታል ።

👍3❤2
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, leenjii torbee torbeen kennu har’as marsaa 8ffaaf kenne
❤2
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, leenjii torbee torbeen kennu har’as marsaa 8ffaaf kenne
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, leenjii torbee torbeen kennu har’as marsaa 8ffaaf kenne
Finfinnee, 28/2017 ALI
Adoolessa 6/11/2017 ALI tti Yaa’ii Ididilee Walii Galaa Waggaa 3ffaa Marsaa 7ffaa isaa geggeessuuf bakka bu’oota miseensotaafi miseensota bakka bu’iinsa hin kennineef waamicha dhiyeessaa kan jiru, WHG Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, leenjii torbee torbeedhaan kennaa, jiru guyyaa har’aas waajjira isaa muummeetti marsaa 8ffaaf kenne.
Leenjii kan kennanis, Itti gaafatamaa Kutaa Faayinaansii waldichaa kan ta’an, Obbo Abbabaa Gaaddisaa yoo ta’an, leenjichi kan itti fufuufi miseensonni hunduu fudhachuu akka qaban dubbatan.
Leenjiin kun adda-durummaan qabxiilee akka faayidaalee waldaalee hojii gamtaa fi qajeelfamoota waldaalee hojii gamtaa, mirgaa fi dirqama miseensota W/H/G/B/ Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriitii fi wantoota W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaalee biroorraa adda taasisan irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, leenjii barbaachisaa akka ta’e namoonni yaada isaanii kennan dubbatan.
Daarektera olaanaa gabaa fi biizinasii waldichaa kan ta’an Dr. Ataakilti Hayiluu gama isaanitiin, W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaa hawaasa tajaajiluuf mul’ata bal’aa qabatee ka’e waan ta’eef, waliin taanee gara fuulduraatti adeemuun barbaachisaadha jedhan
Miseensonni leenjicha fudhatanis leenjichatti gammadoo ta’uu isaanii ibsachuun, gaaffileefi yaada isaanii qooddataa turan.
Leenjiin marsaa 8ffaa kunis kan yeroo darbeerra, hirmaattota hedduuf kan kennamee fi gaaffilee fi yoodanni baay’een gama leenjifamtootaatiin itti ka’aa tureedha.

👍2👏1
Ethio-Terit SACCOS Official Channel pinned «https://youtu.be/n1rt5oKB87E»