Forwarded from Aboma Ejara
እንኳን ደስ አላችሁ ዛሬ ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/የህ/ስ/ማ አባላቶቹን በቅርብ እና በጥራት ለማገልገል 6ተኛ ቅርንጫፉን በፉሪ ክፍለ ከተማ ከፍቷል።
ከዕድር ተነስቶ በሶስት ዓመት ውስጥ ብቻ በፌደራል ደረጃ ተመዝግቦ ማሕበረሰቡን እያገለገለ የሚገኘው ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/የህ/ስ/ማህበር አገልግሎቱን እያዘመነ እና እያሰፋ ብዙ ቅርንጫፎችን እየከፈተ ይገኛል በዛሬው ዕለትም በፉሪ ክፍለ ከተማ በሰዒድ ያሲን ህንፃ ሁለተኛ ፎቅ ላይ 6ተኛ ቅርንጫፉን ከፍቶ ዛሬ በይፋ አስመርቋል።
በምርቃት ስነስርዓቱ ላይም አባላት እና ነዋሪዎች ተገኝተው የታደሙ ሲሆን ወደፊትም ከኢትዮ ጥሪት ጋር አብረው እንደሚሰሩ ተናግረዋል።
በፉሪ እና አካባቢዋ የምትገኙ ነዋሪዎችም እንኳን ደስ አላችሁ እያልን በቀጣይ የአገልግሎታችን ተጠቃሚ እንድትሆኑ ተጋብዛችኋል ።
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ።

Baga gammaddan!
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit, guyyaa har'aas damee isaa 6ffaa Magaalaa Shaggar, Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Furiitti banee, hojii eegalchiise.
Woggoottan 3'n darban dura Afoosha Walgargaarsa dargaggootaa irraa ka'ee, amma sadarkaa federaalaatti beekamtii argachuun, hawaasa tajaajilaa kan jiru, W/H/G/B/Q/L/ Itiyoo-Xirriit, guyyaa har'a Magaalaa Shaggar, Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Furiitti damee isaa 6ffaa banee, hojii eegalchiise.
Sirna baniinsaa kanarrattis hawaasni naannoo argaman, gammachuu isaanii ibsachuun, carrichatti fayyadamuu akka qaban dubbatan.
Iddoon addaa damee kanaa, Marfata Haacaaluu Hundeessaa, Gamoo Sa'id Yaasiin darbii 2ffaarra yoo ta'u, namuu dhaqee akka fayyadamu dhaamna.

❤2👏2
Forwarded from Aboma Ejara
❤2
Forwarded from Aboma Ejara
ማስታወቂያ
-----------------
ለሁሉም የኢትዮ ጥሪት አባላት ተወካዮች እና ውክልና ያልሰጣችሁ በሙሉ 🗣
ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/የህ/ማህበር የሶስተኛ ዓመት ሰባተኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ለማድረግ ዝግጅቱን ጨርሷል ።
በዚህም ተወካዮች እና ውክልና ያልሰጣችሁ አባላት እንድትዘጋጁ ስንል በትህትና እየጠየቅን በቀጣይ ማስታወቂያ ጊዜውን፣ ቦታውንና ሰዓቱን የምናሳውቅ ይሆናል ።
𝗕𝗲𝗲𝗸𝘀𝗶𝘀𝗮
--------------------
Bakka bu’oota miseensotaa fi miseensota Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirrit bakka bu’iinsa hin kennanne hundaaf
Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, Yaa’ii Idilee Walii Galaa Waggaa 3ffaa, marsaa 7ffaa geggeessuuf qophii hunda taasisee jira.
Kanaaf, bakka bu’oonni miseensotaa fi miseensonni bakka bu’iinsa hin kennine hundi qophii barbaachisu hunda akka taasistan kabajaan isin beeksisna.
𝗛𝘂𝗯. Iddoo fi guyyaa isaa yeroo dhiyoo keessatti kan isin beeksisnu ta’a

በፌደራል ሕብረት ስራ ኮሚሽን በተዘጋጀው እና በአዳማ ከተማ እየተካሄደ በሚገኘው የቁጠባና ብድር ሕብረት ስራ ማህበራት የሶስተኛ ምዕራፍ አነስተኛ የገጠር ፋይናንስ ፕሮግራም (RUFIP III) ስልጠና ላይ ኢትዮ ጥሪት ኀ/የተ/መ/ህ/ስ/ማ እየተሳተፈ ይገኛል ።
አዲስ አበባ 24/10/2017
ለብዙ ሰዎች የቁጠባ የብድር እና የማማከር አገልግሎት በመስጠት ደንበኞችን እያረካ የሚገኘው ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ማህበር በፌደራል ሕብረት ስራ ኮሚሽን በተዘጋጀው እና በአዳማ ከተማ እየተካሄደ በሚገኘው የቁጠባና ብድር ሕብረት ስራ ማህበራት የሶስተኛ ምዕራፍ አነስተኛ የገጠር ፋይናንስ ፕሮግራም (RUFIP III) ስልጠና ላይ ኢትዮ ጥሪት ኀ/የተ/መ/ህ/ማ እየተሳተፈ ይገኛል።
በዚህ በተዘጋጀው ስልጠና ላይ የኢትዮ ጥሪት የፋይናስ ቡድን መሪ የሆኑት ረዳት ፕሮፌሰር አስቴር ከተማ ማህበሩን ወክለው እየተሳተፉ ይገኛሉ።
የስልጠናውም ይዘትም የፋይናንስ አገልገሎት አሰጣጥ መምሪያ ፣ የፋይናንስ አገልግሎት ምዝገባ ፣ የሰው ሀይል አስተዳደር እና የተበዳሪ ብቁነት መስፈርትን ያካተተ ነው ተብሏል ተያይዞም የዚህ ስልጠና ትኩረት በገጠር የሚገኙ የሕብረተሰብ ክፍሎች (ሴቶች እና ወጣቶች) ሀብት እንዲፈጥሩ ፣ግብርናና ፋይናንስ (ቁጠባ ፣ ብድር እና ኢንሹራንስ) አገልግሎት እንዲያገኙ ማስቻል ነው።
ኢትዮ ጥሪት ኀ/የተ/መ/ህ/ማህበርም ከዚህ ስልጠና የሚያገኘውን ትምህርት በመከታተል በ2018 በጀት ዓመቱ በሚገባ ተግባራዊ እንደሚያደርግ ይጠበቃል።

Leenjii waldaalee hojii gamtaa, Sagantaa Faayinaansii Giddu-galeessa Baadiyyaa Boqonnaa 3ffaa (RUFIP) Komiishinii Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaatiin Magaalaa Adaamaatti qophaa’e irratti Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit hirmaataa Jira.
❤1
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Photo
Leenjii waldaalee hojii gamtaa, Sagantaa Faayinaansii Giddu-galeessa Baadiyyaa Boqonnaa 3ffaa (RUFIP) Komiishinii Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaatiin Magaalaa Adaamaatti qophaa’e irratti Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit hirmaataa Jira.
Finfinnee 24/2017
Tajaajiloota qusannoo, liqaa fi gorsa diinagdee garaa garaa kennuun rakkoo namoota hedduuf madda furmaataa kan ta’e, Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, Leenjii waldaalee hojii gamtaa, Sagantaa Faayinaansii Giddu-galeessa Baadiyyaa Boqonnaa 3ffaa (RUFIP) Komiishinii Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaatiin Magaalaa Adaamaatti qophaa’e irratti hirmaataa jira.
Geggeessituu garee kutaa faayinaansii Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit kan ta’an, gargaartuun Piroofeesaraa Asteer Katamaa waldicha bakka bu’uun leenjicharratti hirmaataa jiru.
Leenjichis qabiyyeewwan qajeelfamoota tajaajiloota faayinaansii, galmee tajaajiloota faayinaansii, bulchiinsa human namaa fi gahumsa liqeeffataa kan hammate ta’uu ‘ECC’ n fuula facebook isaa irratti beeksise.
Dabalataanis, xiyyeeffannoon isaa jiraattota hawaasa baadiyyaa( dubartoota, dargaggoota) qabeenya akka horatan, tajaajiloota liqaa hojiilee qonnaatiif oolan akkasumas tajaajila inshuraansii akka argataniif ta’uun himame.
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqaa Itiyoo Xirriitiis, muxxannoo fi qajeelfamooota leenjii kanaan argate gara hojiitti jijjiiruun hawaasa baadiyaaf tajaajila qusannoo, liqaa fi gorsa diinagdee garaa garaa akka kennu ni abdatama.

👏1