ኢትዮ ጥሪት ቁ/ ብ/ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ ማህበር የ2017 የበጀት ዓመት የስራ አፈፃፀም ሪፖርት እና የ2018 በጀት ዓመት የስራ ዕቅድ ለማህበሩ ሰራተኞች አቅርቦ ውይይት አድርጎል።
👏1
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Photo

አዲስ አበባ ፣ ሰኔ 24/2017 ዓ.ም
ከዕድር ተነስቶ ወደ ቁጠባና ብድር ህብረት ስራ ማህበርነት አድጎ አስፈላጊ መስፈርቶችን በጥራት በማሟላት በፌደራል ደረጃ ተመዝግቦ በተለያዩ ቅርንጫፎች አገልግሎቱን በመስጠት ተደራነቱን እያሰፋ ያለው ኢትዮ ጥሪት ቁ/ ብ/ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ ማህበር የ2017 የበጀት ዓመት የስራ አፈፃፀም ሪፖርት እና የ2018 በጀት ዓመት የስራ ዕቅድ ለማህበሩ ሰራተኞች አቅርቦ ውይይት አድርጎል።
በፕሮግራሙ ላይም የ2017 ዓ.ም የስራ አፈፃፀም ሪፖርት ፣የ2018 ዕቅድ፣ በቀረቡት ስራ አፈፃፀም ሪፖርቱ እና ዕቅድ ላይ ውይይት እና ጥብቅ መልዕክት እንዲሁም የሽልማት ፕሮግራሞችም ተካትተው ነበር ።
በፕሮግራሙ ላይም የማህበሩ ዋና ስራ አስፈፃሚ የሆኑት አቶ እንዳሻው ተገኝ እንኳን ለ2017 ዓ.ም የበጀት ዓመት መዝጊያ በሰላም አደረሳችሁ በማለት የ2017 ዓ.ም በጀት ዓመት እቅድ እንዲሳካ ቀን ከሌሊት ተግተው ሲሰሩ ለነበሩ ሰራተኞች ምስጋናቸውን ችረዋል።
የስራ አፈፃፀም ሪፖርቱን ያቀረቡት የማህበሩ ም/ስ/ አስፈፃሚ የሆኑት አቶ ሙላቱ በዕደ ሲሆኑ በሪፖርቱ ላይም በሌላ 2017 የበጀት አመት ማህበሩ በብዙ ሚሊዮን የሚቆጠር ብድር የሰጠበት፣ብዙ አባላትን ያፈራበት፣ የተለያዩ ሽልማቶችን ያገኘበት፣ በፌደራል ደረጃ የተመዘገበበት፣ የብድር መመሪያ እና የውስጥ ደንብ በፌደራል ደረጃ ያፀደቀበት፣ ብዙ ሰራተኞችን የቀጠረበት እና የተለያዩ ለአባላት በሚቀርቡ ቦታውች ቅርንጫፎችን የከፈተበት ዓመት እንደነበረ አንስተዋል።
በተጨማሪም ለሚቀጥለው አዲስ የበጀት ዓመትም የታቀደው እቅድ በማህበሩ ዋና ስ/አስፈፃሚ ፅ/ቤት ኀላፊ በሆኑት ወ/ሮ አለምፀሀይ ታዙ የቀረበ ሲሆን በቀረበው ዕቅድ ላይም ውይይት አድርጓል።
በዛሬው ውይይት ላይም የቅርንጫፍ ሰራተኞች ተገኝተው የነበረ ሲሆን የደስታ መግለጫቸውና ጠቃሚ መልዕክትም አስተላልፈዋል ።
በፕሮግራሙም በስራቸው ስኬት ያስመዘገቡ ሰራተኞችም ተሸልመዋል።

Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, gabaasa raawwii hojii bara baajetaa 2017 fi karoora hojii bara baajeta 2018 hojjettoota waldichaatiif dhiyeessuun marii taasise.

Finfinnee 24/10/2017 A.L.I
Afoosha walgargaarsaa dargaggootaa irraa ka’ee, Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii ta’uun namoota hedduu abbaa manaa, abbaa konkolaataa fi daldalaa taasisuun sadarkaa federaalaatti galmaa’ee eeyyama kan argate, WHG Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, guyyaa har’aa waajjira muummee isaatti gabaasa raawwii hojii bara baajetaa 2017 fi karoora hojii bara baajeta 2018 hojjettoota waldichaatiif dhiyeessuun marii taasise.
Saganticharratti, Hundeessaa fi Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Waldichaa kan ta’an Obbo Indaashawu Taganyi, baga cufiinsa bara baajeta 2017’tiin isin gahe jechuun, hojjettoota milkaa’ina karoora bara baajeta 2017’tiif halkanii guyyaa hojjechaa turaniif hundaaf galata dhiyeessan.
Karaa biraatiin, saganticharratti raawwiin hojii bara baajeta 2017 Itti Aanaa Hoji-raawwachiisaa waldichaa kan ta’an Obbo Mulaatuu Ba’ideetiin kan dhiyaate yoo ta’u, gabaasicha keessatti barri baajeta 2017 kan waldichi liqaa Miiliyoonaan lakkaa’amu itti kenne fi miseensota hedduu itti horate akka ta’e kaafame.
Kana malees, gabaasa raawwii kana keessatti barri baajeta 2017 kan waraqaa raga gahumsa hedduu itti argate, sadarkaa federaalaatti itti galmaa’e, danbii ittiin bulmaata keessaa fi qajeelfamoota liqaa Komiishinii Waldaa Hojii gamtaa Federaalaatiin itti raggaasise, dameewwan baay’ee itti bane fi hojjettoota hedduu qacaruu itti danda’e akka ta’e kaafameera.
Dabalataan, saganticha irratti karoorri bara baajeta 2018 Itti gaafatamtuu Waajjira Hoji-raawwachiisaa Olaanaa waldichaa kan ta’an Aadde Alamtsahaay Tazuu tiin kan dhiyaate yoo ta’u, karooricharratti mariin hojjettoota waliin taasifameera.
Maricharrattiis, hojjettoonni damee waldichaas argamanii yaada isaanii kan kennatan yoo ta’u, raawwii hojii bara 2017 tti hedduu gammadoo ta’uu dubbatan.
Dhumarratti hojjettoota raawwii karoora bara baajetaa 2017 keessatti milkii addaa galmeessaniif sirni badhaasaa taasifameera.

👏2
Forwarded from Aboma Ejara
𝗡𝘂𝘁𝗶 𝗚𝗼𝘀𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗹𝗶𝗾𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂
-----------------------------------------
-Kan bittaa manaa hanga qarshii 10,000,000
-Kan bittaa konkolaataa hanga qarshii 5,000,000
-Kan dhimmoota hawaasummaatiif oolu hanga qarshii 500,000
-Kan hojiilee dandalaatiif oolu hanga qarshii 5,000,000
-Liqii Duuniyaa(Kan dhalarraa bilisaa)
-Wabii mindaatiin hanga qarshii 500,000
-Liqiiwwan yeroo ariifataa
𝗚𝗼𝘀𝗼𝗼𝘁𝗮 𝘄𝗮𝗯𝗶𝗶𝗹𝗲𝗲
---------------------------
-Wabii mindaa
-Wabii libree konkolaataa
-Wabii kaartaa manaa
-Wabii waliif waliinii
𝗜𝗱𝗱𝗼𝗼 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮
---------------------------------------
𝗪𝗮𝗮𝗷𝗷𝗶𝗿𝗮 𝗺𝘂𝘂𝗺𝗺𝗲𝗲:-
Qaallittii Koondominiyeemii Galaan, gamoo
'Central' darbii 3ffaa
𝗚𝗶𝗱𝗱𝘂𝗴𝗮𝗹𝗮 𝘁𝗮𝗷𝗮𝗮𝗷𝗶𝗹𝗮𝗮
-----------------------------------
1.Aqaaqii, gamoo Ahaaduu darbii 4ffaarra
2.Markaatoo, Sidaamoo Taraa gamoo lakk. 3
3.Giddugala gabaa Saariis, darbii 3ffaarra
4. Buraayyuu, Gamoo Fiqiruu darbii 2ffaarra
5. Kooyyee Faccee, bulchiinsa magaalaa cinaa
6. Furii, gamoo Sa'id Yaasiin irra
𝗢𝗱𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗱𝗮𝗯𝗮𝗹𝗮𝘁𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳:-
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:-
0957073701/0957076716

ዋና ስራ አስፈፃሚ (𝗖𝗘𝗢 𝗧𝗘𝗔𝗠)
--------------------------------------------
የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ማህበር በጠንካራ እና ብርቱ የceo team እና ሌሎች የማህበሩ team ጋር እጅ ለእጅ ተያይዘው በ 2017 በጀት ዓመት ብዙ ስኬትችን አሳክተዋል ።
ከብዙ ስኬቶች ውስጥ በጥቂቱ :- በፌደራል ደረጃ ማህበሩን አስመዝግበዋል ፣ ብዙ ቅርንጫፎች ከፍተዋል ፣ ብዙ የዕውቅና ሰርተፍኬቶቸን ማግኘት፣ ምርጥ እና ብቃት ያላቸውን አመራሮች ማፍራት ጥቂቶቹ ናቸው ።
ለ2018 በጀት ዓመትም ከዚህ የበለጡ ስኬቶችን ለማስመዝገብ ግልፅ የሆነ ዕቀድ አስቀምጠዋል ።
𝗖𝗘𝗢 𝗧𝗘𝗔𝗠
---------------------
WHG Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit, garee hojii raawwachiisaa waldichaa dandeettii fi gahumsa qabaniin bara baajetaa 2017'tti milkiiwwan garaa garaa milkeesse.
Milkiiwwan hedduu keessaa, dameewwan iddoo garaa garaatti banuu, waraqaa ragaa gahumsaa garaa garaa argachuu, sadarkaa federaalaatti beekamtii argachuu fi geggeessitoota dandeettii fi gahumsa addaa qaban hedduu horachuun isaan muraasa.
Bara baajeta 2018 'ttis kaayyoowwan caalmaatti si'eessan galmaan gahuuf karoora ifa ta'e qabatee ka'eera.

(የደንበኛ አገልግሎት) 𝗖𝗨𝗦𝗧𝗢𝗠𝗘𝗥 𝗦𝗘𝗥𝗩𝗜𝗖𝗘
------------------------------------------------
በ 2017 በጀት ዓመት የኢትዮ ጥሪት ማህበር ሰራተኞች ቀን ከሌት በመስራት የደንበኞችን እርካታ የጠበቀ አገልግሎት ሰጥተዋል።
በ2018 በጀት ዓመትም የደንበኞችን እርካታ 100% ቅሬታ 0% ለማድረግ ግልፅ የሆነ ዕቅድ አስቀምጠዋል።
𝗧𝗮𝗷𝗮𝗮𝗷𝗶𝗹𝗮 𝗠𝗮𝗮𝗺𝗶𝗹𝗮𝗮 (𝗖𝗨𝗦𝗧𝗢𝗠𝗘𝗥 𝗦𝗘𝗥𝗩𝗜𝗖𝗘)
------------------------------------------
Bara baajetaa 2017 'tti WHG Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit, hojjettoota isaa halkaniifi guyyaa hojjetaniin tajaajila quubsaa miseensota isaatiif kenne.
Bara baajetaa 2018 'tti tajaajila quubsaa miseensota isaatiif kennuun komii % 0, itti quufiinsa tajaajilaa % 100 taasisuuf karoora ifa ta'e qabatee ka'eera.