Ethio-Terit SACCOS Official Channel
448 subscribers
681 photos
39 videos
183 links
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!
Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!

Save purposely, borrow strategically!
Download Telegram
Komiishinii Hojii Gamtaa federaalaatiin gamagamamaa kan ture, Sirni bulchiinsa keessaa fi qajeelfamoonni liqii Waldaa Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, Komiishinichaan gamagamamaa erga turee booda, bu’uura Labsii Waldaalee Hojii Gamtaa 985/2009 tiin sirreeffamni taasifamee raggaasifame.
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Photo
Finfinnee, 13/10/2017

Komiishinii Hojii Gamtaa federaalaatiin gamagamamaa kan ture, Sirni bulchiinsa keessaa fi qajeelfamoonni liqii Waldaa Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, Komiishinichaan gamagamamaa erga turee booda, bu’uura Labsii Waldaalee Hojii Gamtaa 985/2009 tiin sirreeffamni taasifamee guyyaa har’aa raggaasifame.

Adda durummaan tajaajiloota qusannoo, liqii fi tajaajiloota gorsa diinagdee garaa garaa kennuun namoota baay’eef kaaphitaala ka’umsaafi babal’ina hojiilee daldalaatiif oolu dhiyeessuun abbaa manaa, abbaa konkolaataa fi abbaa mul’ataa kan taasisaa jiru yoo ta’u, tajaajiloota isaa miseensota maraan geechisuuf Dambii Ittiin Bulmaata Keessaa fi Qajeelfamoota Liqii qopheessuun Komiishinii Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaatiif dhiyeessee ture, guyyaa har’aa mirkanaa’ee deebi’ee jira.

Komiishiniin Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaa Dambii Ittiin Bulmaata Keessaa fi Qajeelfamoota Liqii dhiyaateef kana yeroo dheeraaf gamaggamaa erga tureen booda, akkaataa Bu’uura Labsii Waldaalee Hojii Gamtaa 985/2009 tiin sirreeffama barbaachisu taasisiisee guyyaa har’aa raggaasisuun deebisee jira.

Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo Xirriitis, Dambii Ittiin Bulmaata Keessaa ragga’eef kana bu’uura tolfachuun tajaajiloota si’atoo miseensota isaatiif kan kennu ta’a.
1
Forwarded from Aboma Ejara
ማስታወቂያ

ለሁሉም የኢትዮ ጥሪት አባላት ተወካዮች እና ውክልና ያልሰጣችሁ በሙሉ 🗣

ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/የህ/ማህበር የሶስተኛ ዓመት ሰባተኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ለማድረግ ዝግጅቱን ጨርሷል ።

በዚህም ተወካዮች እና ውክልና ያልሰጣችሁ አባላት እንድትዘጋጁ ስንል በትህትና እየጠየቅን በቀጣይ ማስታወቂያ ጊዜውን፣ ቦታውንና ሰዓቱን የምናሳውቅ ይሆናል ።

Beeksisa

Bakka bu’oota miseensotaa fi miseensota Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirrit bakka bu’iinsa hin kennanne hundaaf
Waldaan Hojii Gamtaa Bu’uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, Yaa’ii Idilee Walii Galaa Waggaa 3ffaa, marsaa 7ffaa geggeessuuf qophii hunda taasisee jira.

Kanaaf, bakka bu’oonni miseensotaa fi miseensonni bakka bu’iinsa hin kennine hundi qophii barbaachisu hunda akka taasistan kabajaan isin beeksisna.

Hub. Iddoo fi guyyaa isaa yeroo dhiyoo keessatti kan isin beeksisnu ta’a
እንኳን ደስ አላችሁ

‎የኮዬ ፈጨ ነዋሪዎች በሙሉ ማህበራችሁ ኢትዮ-ጥሪት ቁ/ብ/ኃ/የተ/መ/የህ/ስ/ማህበር 5ኛ ቅርንጫፉን በዛሬው ዕለት በኮዬ ፈጨ ከፍቷል።

‎ ልዩ ቦታው የኮዬ ፈጨ ወረዳ አስተዳደር ጎን መሆኑን እያበሰርናችሁ አገልግሎቱን መጥታችሁ እንድትጠቀሙ እያልን በድጋሜ እንኳን ደስ አላችሁ እንላለን።

‎አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!

‎Jiraattonni Magaalaa Kooyyee Faccee  baga gammaddan!

‎ Waldaan keessan, Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, damee isaa 5ffaa guyyaa har'aa magaalaa kooyyee Facceetti banee, hojii eegalchiiseera.

‎Irra deebiin baga gammaddan isiniin jechaa, iddoon argama isaa naannawwa Waajjira Bulchiinsa Magaalaa Kooyyee Faccee  waan ta'eef,  dhiyootti argamtanii fayyadamuu dandeessaniin dhaamsa keenya.

‎ Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!
‎5ኛ የኢትዮ-ጥሪት ቅርንጫፍ
‎በኮዬ ፈጨ!

Damee 5ffaa, Waldaa Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, Magaalaa Kooyyee Facceetti!
Forwarded from Aboma Ejara
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
ዛሬም በሌላ አስደሳች ዜና መጥተናል💪

‎   Har'as oduu gammachiisaa  biraatiin! 💪