Cooperative Bank of Oromia
82.7K subscribers
1.78K photos
66 videos
25 files
392 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Save today for a secure tomorrow!
Happy World Savings Day!
#WorldSavingsDay #Coopbank #Bank #Ethiopia
Torbee lammaffaa duula ARISE keenya kunoo har’a eegallee jirra. Addunyaan marti Guyyaa Qusannoo tibba kabajaa jiru kanatti, isinis caalaatti akka irraa fayyadamtaniif haala isiniif mijeessinee jirra. Hamma har’aatti maamilummaatiin nu waliin hojjechaa kan hin jirre ykn ammoo maamila kabajamoo taatanii nu waliin kan jirtan torban kun keessani. Torban kun torban Olkaawwannoo Walitti Qabuuti. Damee isinitti dhihoo jiru itti goraa dubbisaatii waa'ee herreega qusannoo isiniif ta’uu caalaatti hubannoo argadhaa! Imala warra mul’ata qabaniitti makamaa!
Qusannaan keessan har’aa biqiltuu firii boruuti!

ዛሬ የARISE ዘመቻችን ሁለተኛ ሳምንት መጀመሪያ ነው። ዓለም ዛሬ የቁጠባ ቀንን እያከበረች ባለችበት ወቅት፣ እርስዎም የበለጠ እንድትጠቀሙበት በልዩ ሁኔታ የተዘጋጀ ልዩ አጋጠሚን ፈጥረናል። ከእኛ ጋር የደንበኝነት መንገድ ካልጀምሩ አሊያም የተከበሩ ደንበኛችን ሆነው ከኛ ጋር ጉዞ ከጀመሩ ይህ ሳምንት ለእርስዎ ነው፤ ሳምንቱ የሀብት ማሰባሰብ ሳምንት ነው። በአቅራቢያዎ የሚገኘውን ቅርንጫፋችንን ይጎብኙ፣ ስለ የተለያዩ የቁጠባ ሂሳቦቻችን የበለጠ ይወቁ እና የባለራዕዮችን ጎዳና ይቀላቀሉ! የዛሬ ቁጠባዎ የነገ ፍሬ ችግኝ ነው!

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #WorldSavingsDay #Bank #Ethiopia
Har'i Guyyaa Qusannaa Addunyaati! Tarkaanfiin har’a qusachuuf taasiftan, diinagdee  keessan egeree amansiisaa taasisa. Kan abjoottan dhugoomsuuf  qusannaa har’uma eegalaa!

ዛሬ የዓለም የቁጠባ ቀን ነው! ዛሬ  የምትወስዱት እርምጃ የወደፊት  ህይወትዎን አስተማማኝ  ያደርገዋል። ለህልምዎ ስኬት ዛሬውኑ መቆጠብ ይጀምሩ!

Today is World Savings Day! Take a step towards a brighter financial future today. Start saving and investing in your dreams.

#Coopbank #WorldSavingsDay #SaveForYourGoals