Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #16ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa Wangeela #Yohannis #20:17 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Yohannis #20:17
" Yesus immoo, "Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin baane; gara #obboloota #koo dhaqii, 'Ani gara #abbaa #kootii fi #abbaa #keessaniitti, gara #Waaqayyo #kootii fi #Waaqayyo #keessanitti ol nan ba'a' jedhii isaanitti anaaf himi!" jedhee ishee abboome."

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa #Yohannis #20:17 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. " Yesus ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara eddoo kootti (Waaqa itti turetti) hin deebinee jedhe.
B. Yesuus gara gabroota koo dhaqii, 'Ani gara abbaa keessaniitti
ol nan ba'a' jedhii isaanitti anaaf himi!" jedhee.
C. Yesuus gara gabroota koo dhaqii, 'Ani gara Waaqayyo keessanitti ol nan ba'a' jedhii isaanitti anaaf himi!" jedhee.
D. Deebiin hin jiru. โœ…โœ…โœ…

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa Wangeela #Yohannis #20:17 irraa argannu:

1ffaa- #Yesus #ilma #namaa waan ta'eef, nama dhiiraa birootiin #obboloota #koo jedhee dubbate. (Gara #obboloota #koo dhaqii yeroo jedhu.)

2ffaa- #Uumaan #uumama hundaatuu akkuma #Waaqa ta'e, ka Yesuusiile waan addaa akka hin taane agarsiisuuf, Ani gara abbaa (#uumaa) kootii fi abbaa (#uumaa) keessaniitti ol nan ba'a' jedhe.
HUB:
#'Abbaa' jechi jedhu, hiika gurguddaa sadi(3) qaba.
I. #Uumaa (creater)
II. #Uumataa (begetter)
III. Handhuurfata (#holder/ #founder)

3ffaa- Ammas akkuma #uumamni hunduu #Waaqa qabu, #Yesuusillee #Waaqa #qabaachuu mirkaneessuuf, gara #Waaqayyo #kootii fi Waaqayyo keessanitti ol nan ba'a' jedhe.

4ffaa- Yesuus akka Waaqa hin taanee fi foon uffatee gara dachii dhufeen akka dubbii ololaa taate ifa baasuuf, gara eddoo kootti galaa osoo hin taane, gara isa na #uumee(#abbaa) fi #Waaqaa #koo ta'eetti #ol #nan #ba'aa jedhe.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #32ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Gilgaala Hubannoo sammuu qabnu madaalu;

Ragaawwan asii gadii keessa, kan #namummaan #Yesuus #lama (tow personality) qabaachuu agarsiisu jiraa?

A. #Maarqoos 12:29
" Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi #Waaqayyo #keenya #kophaa #isaa #gooftaa dha. " แ‹จแˆ›แˆญแ‰†แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 12:29 แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แˆ˜แˆแˆถ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆˆแ‹แข แŠจแ‰ตแŠฅแ‹›แ‹›แ‰ฑ แˆแˆ‰ แŠแ‰ฐแŠ›แ‹ญแ‰ฑแข แŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ แˆ†แ‹ญแฅ แˆตแˆ›แค #แŒŒแ‰ณแŠ แˆแˆ‹แŠซแ‰ฝแŠ• #แŠ แŠ•แ‹ตแŒŒแ‰ณ แŠแ‹แฅ Kanaafuu, Yesuus Waaqayyo keenya, sunuu tokkicha jedhee, namummama tokko malee lama hin garsiisuu.

B. #Maatewos 27:46
" Gara sa'aatii salgaffaatti #Yesus sagalee guddaadhaan, "#Elii, #Elii lamaa sabaktanii?" jedhee waammate; kunis, "#Waaqayyoko, #Waaqayyoko maaliif na dhiifte?" jechuutti in hiikama. " แ‰ แ‹˜แŒ แŠ แˆฐแ‹“แ‰ตแˆ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแข #แŠคแˆŽแˆ„ #แŠคแˆŽแˆ„ แˆ‹แˆ› แˆฐแ‰ แ‰…แ‰ณแŠ’? แ‰ฅแˆŽ แ‰ แ‰ณแˆ‹แ‰… แ‹ตแˆแ… แŒฎแŠธแข แ‹ญแˆ…แˆแข #แŠ แˆแˆ‹แŠฌ #แŠ แˆแˆ‹แŠฌแฅ แˆตแˆˆ แˆแŠ• แ‰ฐแ‹แŠธแŠ? แˆ›แˆˆแ‰ต แŠแ‹แข Kanaafuu, Yesuus Waaqayyo koo, Waaqayyo koo jedhee, namummama tokko malee lama hin garsiisuu.

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Eega #gara #samiitti #olbahee #booda #hoo?

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

C. #Mulโ€™ata #Yohannis 3:2
" Ka'i, dammaqaas ta'i! Wanta hafee du'uuf jedhus jabeessi! Ani fuula #Waaqayyo #koo duratti hojiin kee fiixaan ba'uu isaa hin argine. " แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แˆซแŠฅแ‹ญ 3:2 แˆฅแˆซแˆ…แŠ• #แ‰ แŠ แˆแˆ‹แŠฌ แŠแ‰ต แแŒนแˆ แˆ†แŠ– แŠ แˆ‹แŒˆแŠ˜แˆแ‰ตแˆแŠ“ แ‹จแŠแ‰ƒแˆ… แˆแŠ•แฅ แˆŠแˆžแ‰ฑแˆ แ‹ซแˆ‹แ‰ธแ‹แŠ• แ‹จแ‰€แˆฉแ‰ตแŠ• แŠแŒˆแˆฎแ‰ฝ แŠ แŒฝแŠ“แข Kanaafuu, erga gara samiitti Rabbiin isa ol fudhateelle, #Yesuus #Rabbiin #qabaachuu, namuumman Waaqumma aka gahee isaa hin taane mirkaneessa.

D. #Mulโ€™ata #Yohannis 3:12
" Isa mo'u sana mana qulqullummaa #Waaqayyo #koo keessatti utubaa nan godha; isa keessaas matumaa hin baafamu. Maqaa #Waaqayyo #kootii, maqaa mandara #Waaqayyo #kootii, Yerusaalem ishee haaraa ishee Waagayyo koo biraa waaqa keessaa gad buutu, maqaa koo isa haaraas utubaa kana irratti nan caafa." แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แˆซแŠฅแ‹ญ 3:12 แ‹ตแˆ แ‹จแŠแˆฃแ‹ #แ‰ แŠ แˆแˆ‹แŠฌ แˆ˜แ‰…แ‹ฐแˆต แ‹“แˆแ‹ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ• แŠ แ‹ฐแˆญแŒˆแ‹‹แˆˆแˆแฅ แ‹ˆแ‹ฐ แŠแ‰ตแˆ แŠจแ‹šแ‹ซ แŠจแ‰ถ แŠ แ‹ญแ‹ˆแŒฃแˆแค #แ‹จแŠ แˆแˆ‹แŠฌแŠ• แˆตแˆแŠ“ แ‹จแŠ แˆแˆ‹แŠฌแŠ• แŠจแ‰ฐแˆ› แˆตแˆแฅ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠจแˆฐแˆ›แ‹ญ แŠจแŠ แˆแˆ‹แŠฌ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹จแˆแ‰ตแ‹ˆแˆญแ‹ฐแ‹แŠ• แŠ แ‹ฒแˆฒแ‰ฑแŠ• แŠขแ‹จแˆฉแˆณแˆŒแˆแŠ•แฅ แŠ แ‹ฒแˆฑแŠ•แˆ แˆตแˆœแŠ• แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แˆ‹แ‹ญ แŠฅแŒฝแ‹แˆˆแˆแข kunillee ragama cimsuu, Yesuus aangoon Waaqummaa gonkumaa akka isaaf hin taane ifa baasu ta'aa jechuudha.

๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€

#Qabxiiwwan #ijoon nuti argannu;

1ffaa- #Waaqni akka #Waaqa #hin #qabne namuu waan beekuuf, Yesuus akka Waaqa hin taane hubannaa. Sammuu fayyaa qabduu mitii, maraattuun waan biroo hin beekne jedhamuu Waaqni Waaqa ni qabaa osoo jettee, deebiin isaa mitii jechuu ifa. Yesuus Waaqaa qaba jechuun, yoma booda irralle tooftaa birootiin Waaqatti ni jijjiramaan ka dhuftulle taatee, yeroo saniif akka Yesuus Waaqa hin taanee, namuu ni amanaa jechuudha.

2ffaa- Worroonni Rabbiin qajeelluma isaanii hin qoodin, #Yesuus #namummaa #lama #qaba (#two #personality) jedhanii nama gowwoomsan. Wonti rakkoo ta'e ammoo, #Yesuus #namummaa #lama #qabaan, #haasawa #jette #jettee #malaan #haasawamu malee, #eddoo #tokkottu #ragaa #hin #qabne ta'uu isaa.

3ffaa- #Yesuus gaafa dachii tana gubbaa turee qofa namaa (Waaqatu foon uffatee dhufee), worra jedhee yaaduuf, Yesuus gaafa gara samiitti ol bahellee akka #Rabbiin/ #Waaqa qabu fi Yesuus ammoo #Rabbiin/#Waaqaa #hintaane yeroo ragaa qabatamaa argan, Yesuus Waaqa jechuun #dubbii #sobaa/#ololaa ta'uu, namni kamuu ifatti beeka.

4ffaa- Yesuus yeroo tokko yookaa bara wohii nama turee, booda sanii Waaqa ta'ee, kana jechuun ni jijjirama worra jedhee yaaduuf ammoo, ragaa #Ibroota 13:8 ๐Ÿ‘‡
โ€œ#Yesus #Kristos #kaleessa #isuma #ture, #har'as #bara #baraanis #isuma #sana !โ€ #แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต #แ‰ตแŠ“แŠ•แ‰ตแŠ“ #แ‹›แˆฌ #แŠฅแˆตแŠจ #แˆˆแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆแˆ #แ‹ซแ‹ #แŠแ‹แข
Jesus Christ the same yesterday, and to day, and for ever.
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† ka jedhu yeroo argan, haasawa #Yesuus #namalle, akkasumas #Waaqallen #dubbii #fudhatama #hin #qabne, #dubbii #dogongoraa ta'uu ifatti mirkaneessa.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah