Turullee Dhugatu Mo'ata
11.6K subscribers
537 photos
141 videos
118 files
432 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Audio
#Eennutu #uuggee #nuuf #deebisa? Kutaa 1๏ธโƒฃffaa๐Ÿ‘‡๐Ÿป
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
#Worroonni #Yesuus #Kiristoosiin #Waaqa #jedhanii #dhaadatan maal argatuuf laataโ‰๏ธ
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
#Mee #eddoma #takkatti, #Namni #Yesuus #Kiristoosiin #Waaqa #jedhe yookaa #Goofta jedhe yookaa #ilma #Waaqaati #jedhe #Jannata (jireenna bara baraa) argata jedhe namni ragaa wojji nuuf himu jiraaโ‰๏ธ

Afaaniin kijibanii fakkeessuu osoo hin taane, #ragaan namni ni dubadhaa jedhu jiraaโ‰๏ธโ‰๏ธโ‰๏ธ
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Worroonni/Namoonni Jireenna bara bara argatu dandaโ€™an eennu beektuu โ‰๏ธ
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
A. Worrota #Yesuus #Ilma #Waaqaati jedhee? โŒโŒโŒ (miti)
B. Worrota #Yesuus #Waaqa yookaa Gooftaa jedhee amanee? โŒโŒโŒ (miti)

C. Eennu ree?
Hin dhiphatinaa dubbisaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Worrota Rabbii tokkicha waa hundaa uume, ka waa hundaa ol taโ€™etti amanee Yesuus Ergamaa Waaqaa/Rabbii taโ€™uu beeke qofa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Ragaan hoo eessa keessa faโ€™a jiraa beektuu โ‰๏ธ
Baayibiliima keessattu ni argattuu hin cinqaminaa. ๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿป
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
โ†ช๏ธ Yohannis 17:3 ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
" #Waaqayyo #isa #tokkicha, #isa #dhugaa, #Yesus #Kiristosin #isa #ati #ergites beekuun isaanii #jireenya #bara #baraa ti."
แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 17:3 ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
#แŠฅแ‹แŠแ‰ฐแŠ› #แŠ แˆแˆ‹แŠญ #แ‰ฅแ‰ป #แ‹จแˆ†แŠ•แˆ… #แŠ แŠ•แ‰ฐแŠ• #แ‹จแˆ‹แŠญแŠธแ‹แŠ•แˆ #แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆตแŠ• แ‹ซแ‹แ‰ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ญแˆ…แ‰ฝ #แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ #แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต #แŠ“แ‰ตแข

Namni Jannata (jiruu bara baraa) barbaadu waa 2 guuttachuu qabaa jedha ragaan Yohannis 17:3 ๐Ÿ‘‡

1ffaa- Rabbiin dhugaa Waaqa tokkicha qofa ta'u.
Ka Rabbiin ala jiru hundi soba ta'uu nama beeke.

2ffaa- Yesuus Waaqaa osoo hin taane, Ergama Waaqni isa ergate ta'uu nama amane qofa (ka Yesuusiin Waaqa jedhu yookaa ilma Waaqaa jedhu akka hin taane mirkaneessaa).

Namni Rabbiin tokko ta'uu waakkate akkasuma Yesuus ergamaa Rabbii ta'uu waakkate hundi, Nabiyyii Rabbii (nagahaa fi rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu) hin fudhatuu, kanaafuu Namni tokkichummaa Rabbii waakate, Rabbiin dhiisee Yesuusiin Waaqa jedhaa, Nabiyyii Rabbii waakkata jireenna bara baraa (Jannata) gonkumaa argatuu hin danda'uu jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐Ÿ‘‡

@Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #19ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa Yohannis 12:49-50 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

Wangeela Yohannis 12:49-50
Abbicha #isuma #na #ergetu ofii isaatii #waanan #dubbadhu #na #abboome malee, ani #ofuma #kootiin #hin #dubbanne. Dubbiin inni na abboomes, jireenya bara baraaf akka ta'e ani beeka; egaa #waanan #jedhu, akka #abbaan #anatti #himettan #dubbadha" jedhe.
#แŠฅแŠ” #แŠจแˆซแˆด #แŠ แˆแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆญแˆแˆแŠ“แค แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• #แ‹จแˆ‹แŠจแŠ แŠ แ‰ฅ แŠฅแˆญแˆฑ แ‹จแˆแˆˆแ‹แŠ• แ‹จแˆแŠ“แŒˆแˆจแ‹แŠ•แˆ #แ‰ตแŠฅแ‹›แ‹ #แˆฐแŒ แŠแข แ‰ตแŠฅแ‹›แ‹™แˆ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆ†แŠแ‰ฝ แŠ แ‹แ‰ƒแˆˆแˆแข แˆตแˆˆแ‹šแˆ… #แŠฅแŠ” แ‹จแˆแŠ“แŒˆแˆจแ‹แŠ• #แŠ แ‰ฅ #แŠฅแŠ•แ‹ฐ แŠแŒˆแˆจแŠ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ แŠฅแŠ“แŒˆแˆซแˆˆแˆแข

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa Yohannis 12:49-50 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesuus Waaqni na erge malee ofii isaatii waanan dubbadhu na hin abboomnee ( na hin ajajnee) jedhe.
B. Yesuus ani waan gooftaa ta'eef ofuma kootiin waan dubbachuu qabu dubbadhaa jedhe.
C. Yesuus dubbiin ani ufi irraa kaasee dubadhu jireenya bara baraati jedhe.
D. Yesuus wanta kamuu ajaja Waaqatiin osoo hin taane akka ufii fedhetti dubbadhaa jedhe.
E. Deebiin hin jiru.โœ…โœ…โœ…

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa dirqama keessan bahaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa Yohannis 12:49-50 irraa argannu;

1ffaa- Yesuusiin Rabbiin akka isa erge fi inni ergamaa Rabbii taโ€™uu ifatti mirkaneesse (#Abbicha #isuma #na #ergetu yeroo jedhu).

2ffaa- Yesuusiin Rabbiin yeroo isa ergu, bilaashumatti yookaa kaayoo malee isa hin erginee, waan inni dubbatuu qabulle isa ajaje (#Abbicha #isuma #na #ergetu #ofii #isaatii #waanan #dubbadhu #na #abboome #malee yeroo jedhu).

3ffaa- Yesuus wonti inni ufi irraa kaasee dubbatu tokkoo akka hin jirree fi wonti inni dubbatu kamuu waan Waaqaan ajajame qofa akka ta'e ifatti mudhise (#ani #ofuma #kootiin #hin #dubbanne yeroo jedhu).

4ffaa- Jireenni bara baraa kan argamuun, ajaja Rabbiin Yesuusiin ajajee inni namatti geesse ilmi namaallee raawwatuun qofaan akka taate, ajajni Phaawuloos kennuu mitii ka Yesuusuu ufi irraa kaasee kennuun jireenni bara baraa akka hin argamne ifatti mirkaneesse (#dubbiin #inni #na #abboomes, #jireenya #bara #baraaf #akka #ta'e ani beeka yeroo jedhu).

5ffaa- Wanti Yesuus dubbatu kamuu akka fedhii isaatti waan dubbate osoo hin taane, akka Rabbiin isa ajaje qofatti akka ta'e ifa baase (#waanan #jedhu, #akka #abbaan #anatti #himettan #dubbadha yeroo jedhu).

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #24ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa #Yohannis 5:24 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Yohannis 5:24
" "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti #kan #amanu #jireenya #bara #baraa #qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu.โ€

John 5:24 Verily, verily, I say unto you, He that heareth my word, and #believeth #on #him that #sent #me, hath #everlasting #life, and shall not come into condemnation; but is passed from death unto life.

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa #Yohannis 5:24 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan Waaqa jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.โŒ

B. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, isa ana ergetti amane (Waaqatti amane), jireenna bara baraa argata jedhe.โœ…

C. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan ilma Waaqaati jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.โŒ

D. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan fayyisaadha jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.โŒ


๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa mee waan sammuu keessaa qabdanii fi raga kana wol bira qabaa laalaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran, ka dhugaa kitaabuma isaanii keessatti argamtu hubatuu dadhaban, ragaawwan asii olii kana biraan gahaa, haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Yohannis 5:24 irraa argannu;

1ffaa- Dhugaan Yesuus nama barsiisaa ture, dubbii Yesuus dubbate dhaga'anii, inni jalqabaa Yesuus akka ergame amanuu akka qaban.

2ffaa- Ammas dhugaan Yesuus nama barsiisaa ture, dubbii Yesuus dubbate dhaga'anii, isa Yesuus erge (Waaqatti), akka inni isa ergatee fi inni Waaqa dhugaa ta'uu amanuun akka jireenna bara baraa nama gonfachiiftu beekuu akka qaban isaan barsiisuu isa.
( "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti #kan #amanu #jireenya #bara #baraa #qaba yeroo jedhu).

3ffaa- Namni du'a keessaa gara jireennaatti dabruu kan danda'u, akkasumas gara firdii ka hin deemne (gara qixaaxaa ka hin oofamne), yeroo Rabbii Yesuus ergetti amane qofa akka ta'e ( .... #isa #ana #ergetti #kan #amanu ...... #inni #du'a #keessaa #gara #jireenyaatti #darbee #malee, #gara #firdii #hin #dhaqu.โ€ yeroo jedhu), ka gocha kanaan faallaa deemu, Waaqa Yesuusiin erge dhiisee, Yesuus Waaqa ka jedhu hundi, akka jireenna bara baraa hin argannee fi jireenna keessa gara du'aatti worrota dabru, worroota gada firdii (qixaaxaa jechuun Azaabaa oofaman akka ta'e) ifatti barsiisee jechuudha.

Gabaabinnaan, akka ragaa Wangeela kanaatti, namni jiru #bara #baraa #barbaadu, namni #du'a irraa gara #jireenna #dabruu fi gara murtee (#Azaabaa) #oofamuu #hin #barbaadne kamuu, #Waaqa #Yesuus #ergetti (Waaqummaa dhugaa beekee) #amanuu fi #Yesuus kan #Waaqni #ergate (ergamaa Waaqaa) ta'uu amanuun akka ta'e ifa baasaa jechuudha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504